1 437
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
-37 روز
-1230 روز
در حال بارگیری داده...
کانالهای مشابه
ابر برچسبها
اشارات ورودی و خروجی
---
---
---
---
---
---
جذب مشترکین
اکتبر '26اکتبر '26
اکتبر '26
+5
در 0 کانالها
سپتامبر '26
+28
در 0 کانالها
Get PRO
اوت '26
+57
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئیه '26
+27
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئن '26
+89
در 0 کانالها
Get PRO
مه '26
+26
در 0 کانالها
Get PRO
آوریل '26
+17
در 0 کانالها
Get PRO
مارس '26
+13
در 0 کانالها
Get PRO
فوریه '26
+25
در 0 کانالها
Get PRO
ژانویه '26
+24
در 0 کانالها
Get PRO
دسامبر '25
+22
در 0 کانالها
Get PRO
نوامبر '25
+42
در 0 کانالها
Get PRO
اکتبر '25
+40
در 0 کانالها
Get PRO
سپتامبر '25
+60
در 0 کانالها
Get PRO
اوت '25
+18
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئیه '25
+41
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئن '25
+18
در 0 کانالها
Get PRO
مه '25
+62
در 0 کانالها
Get PRO
آوریل '25
+35
در 1 کانالها
Get PRO
مارس '25
+25
در 0 کانالها
Get PRO
فوریه '25
+30
در 0 کانالها
Get PRO
ژانویه '25
+68
در 0 کانالها
Get PRO
دسامبر '24
+57
در 0 کانالها
Get PRO
نوامبر '24
+75
در 0 کانالها
Get PRO
اکتبر '24
+65
در 0 کانالها
Get PRO
سپتامبر '24
+149
در 0 کانالها
Get PRO
اوت '24
+70
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئیه '24
+74
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئن '24
+66
در 0 کانالها
Get PRO
مه '24
+81
در 0 کانالها
Get PRO
آوریل '24
+22
در 0 کانالها
Get PRO
مارس '24
+30
در 0 کانالها
Get PRO
فوریه '24
+42
در 0 کانالها
Get PRO
ژانویه '24
+59
در 0 کانالها
Get PRO
دسامبر '23
+33
در 1 کانالها
Get PRO
نوامبر '23
+37
در 0 کانالها
Get PRO
اکتبر '23
+76
در 0 کانالها
Get PRO
سپتامبر '23
+51
در 0 کانالها
Get PRO
اوت '23
+25
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئیه '23
+40
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئن '23
+25
در 0 کانالها
Get PRO
مه '23
+39
در 0 کانالها
Get PRO
آوریل '23
+9
در 0 کانالها
Get PRO
مارس '23
+6
در 0 کانالها
Get PRO
فوریه '23
+8
در 0 کانالها
Get PRO
ژانویه '23
+26
در 0 کانالها
Get PRO
دسامبر '22
+5
در 0 کانالها
Get PRO
نوامبر '22
+9
در 0 کانالها
Get PRO
اکتبر '22
+36
در 0 کانالها
Get PRO
سپتامبر '22
+39
در 0 کانالها
Get PRO
اوت '22
+7
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئیه '22
+14
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئن '22
+28
در 0 کانالها
Get PRO
مه '22
+16
در 0 کانالها
Get PRO
آوریل '22
+42
در 0 کانالها
Get PRO
مارس '22
+11
در 0 کانالها
Get PRO
فوریه '22
+4
در 0 کانالها
Get PRO
ژانویه '22
+3
در 0 کانالها
Get PRO
دسامبر '21
+8
در 0 کانالها
Get PRO
نوامبر '21
+286
در 0 کانالها
| تاریخ | رشد مشترکین | اشارات | کانالها | |
| 14 اکتبر | 0 | |||
| 13 اکتبر | 0 | |||
| 12 اکتبر | 0 | |||
| 11 اکتبر | 0 | |||
| 10 اکتبر | 0 | |||
| 09 اکتبر | +1 | |||
| 08 اکتبر | 0 | |||
| 07 اکتبر | +1 | |||
| 06 اکتبر | +1 | |||
| 05 اکتبر | 0 | |||
| 04 اکتبر | 0 | |||
| 03 اکتبر | +1 | |||
| 02 اکتبر | +1 | |||
| 01 اکتبر | 0 |
پستهای کانال
| 2 | #Sagantaa_Yeroo_Filannoofi_Leenjii_Kaadhimamtoota_Barsiisotaa_Dippiloomaafi_Sartifikeetii Bara 2019
#Yuunivarsitii_Naannoo_Oromiyaa | 80 |
| 3 | بدون متن... | 169 |
| 4 | بدون متن... | 170 |
| 5 | بدون متن... | 165 |
| 6 | Alaabaan Itoophiyaa Chaappaa Bilisummaa fi Ciminaati !
≈≈≈≈≈≈≈≈≈≈≈≈≈≈=
#KWBA Fadis Onkololeessa 2/2019
Godina Baha Oromiyaa Aanaa Fadisitti Guyyaan Kabaja Alaabaa mata duree "Alaabaan Keenya Waliigaltee Biyyaalessaaf" Sirnoota gara garaa Bakka Af-yaa'ii Aanichaa Kabajamoo Obbo Baashaa Alee fi Bulchaa Bulchinsa Aanaa Fadis Injiner Abdusabur Mohammed fi I/G Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Aanichaa Obbo Mahammadarif_Abduqaadir argamanitti kabajamee jira.
Kabaja ayyaanichaa irratti ibsi maalummaa alaabaa fi sirni kakuu alaabaa geggeeffamuun goolabameera. | 163 |
| 7 | #Beeksisa_Ariifachiisaa
Barattoota Kutaa 9ffaafi 10ffaa MBBA Federaalaatti Barachuu Barbaadan Hundaaf!
-----------
BBO - Fulbaana 29/2019 Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa Manneen Barnootaa Bultii Addaa Sad. 2ffaa 9 irratti barattoota gara kutaa 9ffaa darban, Manneen Barnootaa 5 irratti barattoota kutaa 10ffaa simachuu beeksisa baasaa turuun ni beekama.
Haaluma kanaan hanga har'aatti barattoota barachuuf fedhii qabaniif iddoon duwwaan jiraachuu ibsuun ammas dabalataan Simachuu akka barbaadan beeksisuun liinkii asiin gadii banaa godhaniiru.
Kanaafuu, barattootni. maatiin barataafi barsiisotni ijoollee carraa gaarii kanatti fayyadamuu danda'aniifi barbaaddan galmee guyyoota 3f turu kana akka galmaa'an/akka jajjabeessitaniifi galmeessiftani/ isin beeksifna.
Liinkichis:- https://sbs.moe.gov.et/apply
#Galmaa'aa!/Maatiifi Barsiisaan Jajjabeessaa!
#Carraatti_Fayyadamaa!
#Carraa Gaarii! | 330 |
| 8 | بدون متن... | 403 |
| 9 | *Saayinsii Uumamaa fi Saayinsii Hawaasaa Sadarkaa Dip.Dhiiraaf 215 fi isaa ol
*Saayinsii Uumamaa fi Saayinsii Hawaasaa Sadarkaa Sartafikeetaa.Dhiiraaf 210 fi isaa ol
*Saayinsii Uumamaa fi Saayinsii Hawaasaa Sadarkaa Dip.Dubaraaf 205 fi isaa ol
*Saayinsii Uumamaa fi Saayinsii Hawaasaa Sadarkaa Sartafikeetaa.Dubaraaf 195 fi isaa ol | 804 |
| 10 | بدون متن... | 1 |
| 11 | Guyyaa 19/01/2019
ODUU GAMMACHIISAA
=================
Barattoota Bara 2018 kutaa 12ffaa Qoramani bara 2019 Kolleejji Barsiisoota keessatti Sadarkaa Dipiloomaa fi Sartifikeetaan Leenji'uu barbaadaniif Ministeerri Barnootaa guyyaa har'a qabxii Foohiinsaa akka armaan gadii kanatti baaseera. | 524 |
| 12 | بدون متن... | 687 |
| 13 | #Beeksisa
Barattoota bara 2018 A.L.I. qormaata xumura barnoota sadarkaa lammaffaa fudhattan, sagantaa Riimediyaal (Remedial) keessatti qabxii seensa argattanii fi bara 2019 A.L.I. yunivarsiitiiwwan mootummaa naannoo Tigiraay keessatti argamanitti ramadamttaniif hundaaf:
1. Barattoota bara 2018 A.L.I. qormaata biyyaalessaa xumura barnoota sadarkaa lammaffaa fudhattanii, sagantaa Riimediyaal (Remedial) keessatti qabxii seensa dhaabbilee barnoota olaanaa argattaniif hundaaf:
Yunivarsiitii itti ramadamttan ilaaluuf, hidhaa (Link) armaan gadii keessa seenuun ilaalu dandeessu:
Yunivarsiitii itti ramadamttan ilaaluuf, hidhaa (Link) armaan gadii keessa seenuun ilaalu dandeessu:
👉 https://student.ethernet.edu.et/view-placement
3. Barattoota duraan yunivarsiitiiwwan naannoo Tigiraay keessatti barachaa turtaniif:
Yunivarsiitii yeroo muraasaaf itti ramadamttan ilaaluuf, hidhaa armaan gadii keessa seenuun, faayidaa (ID Number) ykn lakkoofsa eenyummaa keessanii fayyadamuun ilaalu dandeessu:
👉 https://student.ethernet.edu.et/university-transfer/
Ministeera Barnootaa | 669 |
| 14 | Barattoota MBIBBAfi MBBAWMO Sad. 2ffaa Hundaaf!
---------------
BBO - Fulbaana 13/2019 Barattootni Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaafi Manneen Barnootaa Bultii Addaa Waldaa Misoomaa Oromiyaa Sad. 2ffaa Haaraafi Buleeyyin Gaafa #Fulbaana_19 - 20/2019 gara mana barnootaa ramadamtaniitti (kutaa 9ffaaf) fi buleeyyin gara mana barnootaa turtanitti deemuun guyyoota jedhaman keessatti akka seentan/galmooftan/ waamichi taasifameera.
Barattootni Gara MB Gaafa Dhufan:-
1- Meeshaalee barnootaa/Dabtara, Qalama, Kobbee, Sarartuu, Uffata Ispoortiifi kkf) fi
2- Uffata Mana Ciisichaa (doormii) : Uffata Qorraa, Ansoolaafi kkf qabatanii dhufuu qaban.
3- Barattootni Haaraan(kutaa 9ffaan) Uffata Yuniifoormii MB erga galanii booda baasii dhuunfaatiin kan hodhisiifatu ta'uun beekameera.
Bara Barnootaa Milkii Isiniif Haata'u! | 568 |
| 15 | Beeksisa
Barattoota MBBA Federaalaatti Ramaddii Argatan Hundaaf.
-------
BBO - Fulbaana 13/2019 Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa #Barattoota_Haaraa kutaa 9ffaafi 10ffaa Manneennee Barnootaa Bultii Addaa Sadarkaa 2ffaa Federaalaatti Ramaddii Mana Barnootaa Itti Barattan Argatan Hundi Gaafa Fulbaana 18 - 19/2019tti Gara Mana Barnootaa Ramadamtaniitti Akka Galtan Beeksiseera.
Gara Mana Barnootichaa yoo dhaqxan:-
1- Waraqaa Geggeessituu, Tiraanskiriiptiifi Sartifikkeettii/kaardii ittiin dabartan Mana Barnootaa Keessatti Barachaa Turtanirraa fiduu,
2- Meeshaalee Barnootaa/Dabtara, Qalama, Kobbee, Boorsaa, Uffata Ispoortiifii kkf/
3- Uffata Mana Ciisichaa/doormii/ Uffata Qorraa, Ansoolaafi kkf.
4- Uffata Yunifoormii MB erga mana barnootaa galanii booda baasii dhuunfatiin kan hodhisiifatan ta'uu Ministeerri Barnoota Beeksiseera.
Bara Barnootaa Gaarii Isiniif Haata'u!!! | 593 |
| 16 | Guyyaa 12/01/2019
Barattoota kutaa [10-12] hundaaf
=======================
Akkuma guyyaa har'aa karaa Dura Bu'an beeksifamee barataan kutaa[10-12] jirtan hundii guyyaa boruu jalqabdanii Uffata Dambii(Uniform)keessan uffachattani akka dhuftan isin beeksifna.
Hubachiisa:Barataan dhiisee dhufee mooraa seenuu hin danda'uu.
Halkan gaarii!!!
Nagaan bulaa!!! | 494 |
| 17 | #Odeeffannoo_Ariifachiisaa
Barattoota Sagantaa Remadiyaaliif (#Remedial) Darban Hundaaf
#Yunivarsiitii_keessatti_barachuu_barbaaddan_filadhaa
---------
BBO - Fulbaana 11/2019 Barattootni Bara Barnootaa 2018 Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Fudhachuun Qabxiin Sagantaa Remadiyaalii Yunivarsiitii Isaan Galchu Galmeessisan Guyyaan Yunivarsiitii Barbaaddan Filachuu Qabdan Fulbaana 07 -11/2019 ture Har'a Waan Xumuramuuf Hanga Har'aatti Barataan Hin Filatin Yoo Jiraate #Liinkii Asii Gadiitti Kenname Banuun #Yunivarsiitii_Keessatti_Barachuu_Barbaade '#Online'n Bakkumu Jiru Taa'ee Haa Filatu.
Liinkichis:-
https://student.ethernet.edu.et/preferences | 556 |
| 18 | Waamicha Galmee Marsaa 3ffaa
===/
Barattoota Bara 2019 M/Barumsaa Sad.2ffaa Bokkootti Barachuuf fedha qabdan hundaaf
===/=/
Akkuma beekkamu kanaan dura BBO'n galmee hanga Qaxmee 5 dangeessuun isaa ni yaadatama.Haata'uu malee Barattootni Sababoota gara garaan osoo hin galmaa'in hafan waan jiraniif hangaa Fulbaana 9/1/2019tti Barattootni hin galmaa'in akka galmooftan BBO'n waan beeksiseef guyyaa boruu fi Iftaanii[Sabtiifi Alhada[Sanbataa fi Dilbataa]] Galmaa'uun M/Barumsaati Ala tahuu irraa of Baraaraa isiniin jenna.
Hubachiisa:Fulbana 10 Isniina(Wiixataa) Barnoota malee Galmeen hin jiru.
Barataa hin dhagahiin dhageessisuun bara barnootaa 2019 M/Barumsaati Alaa akka hin taanee irraa baraaraa.
M/Barumsaa irraa | 724 |
| 19 | Waamicha Halmee Marsaa 3ffaa
===/
Barattoota Bara 2019 M/Barumsaa Sad.2ffaa Bokkootti Barachuuf fedha qabdan hundaaf
===/=/
Akkuma beekkamu kanaan dura BBO'n galmee hanga Qaxmee 5 dangeessuun isaa ni yaadatama.Haata'uu malee Barattootni Sababoota gara garaan osoo hin galmaa'in hafan waan jiraniif hangaa Fulbaana 9/1/2019tti Barattootni hin galmaa'in akka galmooftan BBO'n waan beeksiseef guyyaa buruu fi Iftaanii[Sabtiifi Alhada[Sanbataa fi Dilbataa]] Galmaa'uun M/Barumsaati Ala tahuu irraa of Baraaraa isiniin jenna.
Hubachiisa:Fulbana 10 Isniina(Wiixataa) Barnoota malee Galmeen hin jiru.
Barataa hin dhagahiin dhageessisuun bara barnootaa 2019 M/Barumsaati Alaa akka hin taanee irraa baraaraa.
M/Barumsaa irraa | 3 |
| 20 | بدون متن... | 697 |
