fa
Feedback

فریب کلاهبرداران را نخورید! تل‌متریو این کانال‌ها را شناسایی و برچسب‌گذاری می‌کند 👉 برای مشاهده برچسب، اشتراک تهیه کنید

Bokkuu Media

Bokkuu Media

رفتن به کانال در Telegram

Media News Company

نمایش بیشتر
949
مشترکین
-124 ساعت
-37 روز
-330 روز
آرشیو پست ها
Siitolii (Asoosama) Ujummoolee funyaaniifi qoma isiirratti maxxanfamanii jiran ofirratti ilaalaa, “kuni maali?” jette sagalee
Siitolii (Asoosama) Ujummoolee funyaaniifi qoma isiirratti maxxanfamanii jiran ofirratti ilaalaa, “kuni maali?” jette sagalee hafuurri keessa hin jirreen. “Kun akka ati daftee fayyituuf waan sigargaaruudha. Ammaa naaf fayyita. Anaafi Tokkeen si eegaa jirra,” jedhee harka isii dhungate. Imimmaan bitaafi mirgaan irra lola’ee, boqoo isii coollessee morma jalatti wal-gahe. “Meeshaalee kanneeniin hidhamee ani siree kanarratti du’uu hin barbaadu. Na baasi wanti fedhellee yoo dhufe waadaa keenya hin dagatin. Ilma keenya immoo atumti guddisi!” jettee osoo dubbataa jirtu afaan qabee, “hanga hafuurri sikeessa jiru ati jiraatuuf abdii qabda. Kanaaf hanga dhumaatti jiraachuuf qabsaayi, situ na barsiisee mitii jabina qormaata jiruu biyya lafaa kana?” jedheen. [Kitaaba keessaa fudhatame] Bar. Kadiir Sh/Abdullaxiif

Seensa Namni hidda isaa beeku of beeka. Namni seenaa isaa yaadatu eenyummaa isaa eega. Kitaabni “Goonni Gosa Dhaala” gaaffiiw
Seensa Namni hidda isaa beeku of beeka. Namni seenaa isaa yaadatu eenyummaa isaa eega. Kitaabni “Goonni Gosa Dhaala” gaaffiiwwan kanneen irraa dhalate. Walaloo qofaa miti. Sagalee yaadannoo, calaqqee aadaa fi waamicha dhalootaati. Seenaa, aadaa, duudhaa, afaanii fi eenyummaa Oromoo jechoota keessatti kuusuuf yaalii taasifameedha. Kitaabni kun haala mijataa keessatti hin dhalanne. Biyya ormaa, jireenya baqaa fi qormaata garaagaraa keessatti, yaada qalbii koo keessa ture gara barruutti jijjiiruuf tattaaffii guddaan taasifameera. Yeroo tokko daandiin natti dhiphate; yaadni garuu hin dhaabbanne. Sababni isaas, waan dhalootaaf hambisuu barbaadu qaba ture. Ka’umsi yaada kitaabichaa seenaa fi gootummaa qabsoo warraaqsaa, akkasumas xumura gabrummaa Oromoo irraa madde. Mata-duree: Goonni Gosa Dhaala Barreessaa: Kadiir Abdullaxiif Hajjii Akaakuu: Kuusaa Walaloo Maxxansa: 2ffaa Bara: 2026 Gatii: 500 ETB Raabsaa: Bokkuu Media https://kadiir.com/goonni-gosa-dhaala/

Who's Winning the of Ethiopian 🇪🇹 and Eritrean 🇪🇷 Wars?

Has Isaias Overplayed His Hand? Jawar Mohammed 👉👇👈 https://bokkuumedia.com/has-isaias-overplayed-his-hand-jawar-mohammed/

YouTube Automation course, Chapter 1 - Bokkuu Media https://bokkuumedia.com/youtube-automation-course-chapter-1/

Buufanni Xiyyaaraa Idil-addunyaa Bishooftuu imaltoota hanga keessummeessuu danda'a? #airport #airplane #Bishoftu
Buufanni Xiyyaaraa Idil-addunyaa Bishooftuu imaltoota hanga keessummeessuu danda'a? #airport #airplane #Bishoftu

photo content

Qabxiilee Ameerikaa fi Iraan irratti waliigalan ****** Ameerikaa fi Iraan waraana dhaabuu fi Hulaan hormuuz akka deebi’ee banamu maal maalfaa irratti waliigalan? Akka Miidiyaaleen Iraan gabaasanitti, waliigalteen waraana dhaabuu Ameerikaa fi Iraan irratti walii galan kun: ✅ Libaanos dabalatee bakka hundatti dhukaasi ni dhaabbata ✅ Ameerikaan dhimma Iraan keessa hin galtu ✅ Ameerikaan guyyoota 30 keessatti uggura sochii galaanaa Iraan irraa ni kaasti ✅ Waraanni Ameerikaa Iraan gadhiisee ni ba'a ✅ Ulaan Hormuuz ''to'annoo Iraan jalatti'' guyyoota 30 keessatti ni banama ✅ Ameerikaa fi michuuwwan ishee karoora mancaatii mudate dandamachiisuu doolaara biiliyoona 300tti tilmaamamu ni dhiheessu ✅ Qoqqobbiin boba'aa fi oomishaalee anniisaa Iraan irra kaa'ame ni kaafama ✅ Iraan meeshaalee waraanaa nukilaraa akka hin oomishnu irra deebiin mirkaneessiteetti ✅ Ameerikaan baayyina loltoota Baha Giddugaleessaa keessaa qabduu hin dabaltu, qoqqobbii haaraas hin keessu. Kana malees ''qabeenyi Iraan uggurame walakkaan hanga gadhiifamutti, qoqqobbiin Boba'aa Iraan irra kaawwame hanga ka'utti akkasumas uggurri sochii galaanaa Iraan hanga ka'utti waliigaltee dhumaarra hin ga'amu jechuun Iraan ibsuu gabaase. Waliigalteen kan dhumaa Mana Marii Nageenyaa Dhaabbata Biyyoota Gamtoomaniin ragga'uu akka qabu Iraan gaafachuus gabaafameera. Maddi odeeffannoo kanaa BBCdha

Mammaaksa Afaan Oromoo Guutuusaa 👇👆👇 https://kadiir.com/mammaaksa-afaan-oromoo/
Mammaaksa Afaan Oromoo Guutuusaa 👇👆👇 https://kadiir.com/mammaaksa-afaan-oromoo/

Bokkuu Media - Your Digital Media Broadcasting Hub. Books, News & More. Bokkuu Media (BM) - 𝗬𝗼𝘂𝗿 𝗗𝗶𝗴𝗶𝘁𝗮𝗹 𝗠𝗲𝗱𝗶𝗮 𝗕𝗿𝗼𝗮𝗱𝗰𝗮𝘀𝘁𝗶𝗻𝗴 𝗛𝘂𝗯 Discover a world of digital content at your fingertips with Bokkuu Media, your premier destination for books, news, and media broadcasting. Whether you're an avid reader or news enthusiast, our app brings you the best of both worlds in one seamless experience. 𝙆𝙚𝙮 𝙁𝙚𝙖𝙩𝙪𝙧𝙚𝙨: 📚 𝗩𝗮𝘀𝘁 𝗟𝗶𝗯𝗿𝗮𝗿𝘆 𝗼𝗳 𝗕𝗼𝗼𝗸𝘀 Access thousands of books across multiple categories Read your favorite titles anytime, anywhere Build your personal reading collection with favorites Discover new arrivals and trending publications 📰 𝗡𝗲𝘄𝘀 & 𝗘𝘃𝗲𝗻𝘁𝘀 Stay updated with the latest news and events Curated content from trusted sources Share articles directly with friends and family Never miss important updates 🎯 𝗣𝗲𝗿𝘀𝗼𝗻𝗮𝗹𝗶𝘇𝗲𝗱 𝗘𝘅𝗽𝗲𝗿𝗶𝗲𝗻𝗰𝗲 Create your profile to track your reading history Save favorites for quick access Customizable categories to match your interests Smart search to find exactly what you need 🔒 𝗦𝗲𝗰𝘂𝗿𝗲 & 𝗘𝗮𝘀𝘆 𝗔𝗰𝗰𝗲𝘀𝘀 Quick login with Google Secure account management Seamless synchronization across devices Your data, protected 📱 𝗨𝘀𝗲𝗿-𝗙𝗿𝗶𝗲𝗻𝗱𝗹𝘆 𝗜𝗻𝘁𝗲𝗿𝗳𝗮𝗰𝗲 Clean, modern design optimized for mobile Smooth navigation and intuitive controls Fast loading times for uninterrupted reading Beautiful animations and transitions 𝗪𝗵𝘆 𝗖𝗵𝗼𝗼𝘀𝗲 𝗕𝗼𝗸𝗸𝘂𝘂 𝗠𝗲𝗱𝗶𝗮? Bokkuu Media is more than just an app—it's your gateway to knowledge and information. We combine the joy of reading with the convenience of digital access, all in one beautifully designed platform. Whether you're commuting, relaxing at home, or on the go, your library is always with you. 𝗣𝗲𝗿𝗳𝗲𝗰𝘁 𝗙𝗼𝗿: Book lovers who want digital access to their favorite reads News enthusiasts staying current with events Students and researchers seeking reliable content Anyone who values convenience and quality in one app Download Bokkuu Media today and transform how you consume digital content! Download apps: Check out Google Play: https://play.google.com/store/apps/details?id=com.rissa.bookstore Visit Website: https://BokkuuMedia.com Join Telegram: https://t.me/BokkuuMedia Follow Page: https://Facebook.com/BokkuuMedia

Fayyaa Yeroo Ulfaa Read more at: https://bokkuumedia.com/fayyaa-yeroo-ulfaa/
Fayyaa Yeroo Ulfaa  Read more at: https://bokkuumedia.com/fayyaa-yeroo-ulfaa/

The History of Theatre: From Ancient Stages to Modern Oromo Expression Read more at: https://bokkuumedia.com/the-history-of-t
The History of Theatre: From Ancient Stages to Modern Oromo Expression Read more at: https://bokkuumedia.com/the-history-of-theatre-from-ancient-stages-to-modern-oromo-expression/

Kantiibaa Adaanech Abeebeen hojiiwwan magaalaa Baakuu daawwatan Read more at: https://bokkuumedia.com/kantiibaa-adaanech-abee
Kantiibaa Adaanech Abeebeen hojiiwwan magaalaa Baakuu daawwatan Read more at: https://bokkuumedia.com/kantiibaa-adaanech-abeebeen-hojiiwwan-magaalaa-baakuu-daawwatan/

*Bokkuu Media* [Your Digital Media Broadcasting Hub] *Bokkuu Media* is a Digital Media Broadcasting Platform (Online, Podcasts, Events) established to promote authentic information, culture, education, and entertainment. *Our Vision* To be Africa’s leading digital media hub that empowers creativity, transforms storytelling, and connects communities across the globe. *Our Mission* Our mission defines our purpose in the digital media landscape. Bokkuu Media is committed to delivering creative, high-quality, and community-driven content. *Our Core Values* *Integrity* We uphold honesty, transparency, and professionalism in our services. *Innovation* We embrace new ideas, technologies, and creative storytelling. *Excellence* We strive for the highest quality in every production and service. *Diversity & Inclusion* We amplify voices from all backgrounds and cultures. *Community Impact* We are committed to using media as a force for positive social change. *Sustainability* We adopt responsible practices that contribute to long-term growth and resilience. *Follow, Join, Download & Subscribe Your Media’s* Application: https://play.google.com/store/apps/details?id=com.rissa.bookstore Website: https://www.BokkuuMedia.com YouTube: https://youtube.com/@bokkuumedia Facebook: https://www.facebook.com/share/1CyfJHrWsd/ Telegram: https://t.me/BokkuuMedia TikTok: https://www.tiktok.com/@bokkuumedia4

photo content

Bokkuu Media - Your Digital Media Broadcasting Hub. Books, News & More. Bokkuu Media - Your Digital Media Broadcasting Hub Di
Bokkuu Media - Your Digital Media Broadcasting Hub. Books, News & More. Bokkuu Media - Your Digital Media Broadcasting Hub Discover a world of digital content at your fingertips with Bokkuu Media, your premier destination for books, news, and media broadcasting. Whether you're an avid reader or news enthusiast, our app brings you the best of both worlds in one seamless experience. Key Features: 📚 Vast Library of Books Access thousands of books across multiple categories Read your favorite titles anytime, anywhere Build your personal reading collection with favorites Discover new arrivals and trending publications 📰 News & Events Stay updated with the latest news and events Curated content from trusted sources Share articles directly with friends and family Never miss important updates 🎯 Personalized Experience Create your profile to track your reading history Download Bokkuu Media today https://play.google.com/store/apps/details?id=com.rissa.bookstore

Innaalillaahi wa’innaa Ilayhi Raaji’uun Aanaan Sirkaa nama jabaa dhabde Nama beekaafi abba barreessa kitaaba hayyuu cima nama Aanaa hanga biyyatti beekaamuu Haajii Ahmad gara fuula gara Ganda eenyuu irra hafuun hin jirre deemaan Rabbiin Raahmata haa godhuufi itti nuuf aararamu ummata keenyaaf Aanaa isanittifi jajabina hawwani “Hayyuu Oromiyaan nuuf biqilchite ❤️ fakkeenya gaarii, nama Waaqoo gutuu ❤️ Haajii Ahmad Haajii Muhaammad (Ijaaroo) jedhamuun beekamu, abbaa isaanii Haajii Muhaammad (Ijaaroo) fi haadha isaanii Aaddee Xuubaa Amaan irraa bara 1942 A.L.I (ykn 1950 G.C) Godina Arsii, Aanaa Sirkaa, iddoo Haanfote jedhamutti dhalatan. Jireenya isaanii baay’een isaanii Godina Arsii, Magaalaa Gobessaatti dabarsan. Tajaajila ummata Islaamaa keessatti bara 1964 hanga 2003 A.L.Itti, yeroo torbaaf sadarkaa dura taa’aa fi itti aanaa koree ta’uun, akkasumas yeroo lamaaf barreessaa fi too’ataa koree ta’uun tajaajila guddaa gumaachaniiru. Akkasumas koree misooma aanichaa keessatti dura taa’aa ta’uun filatamanii, sarara anniisaa ifaa fi bilbila otomaatikaa babal’isuun gahee olaanaa taphataniiru. Hayyuu guddaan kun umrii isaanii waggaa 75–76 keessatti hojii guddaa hojjetanii amma du’aan addunyaa kana irraa boqotan. Du’uun isaanii gadda guddaa nu irratti fideera. Garuu hojii fi fakkeenyi isaanii yeroo hunda qalbii keenya keessatti ni jiraata. Rabbiin lubbuu isaanii haa araaruu, Jannata ol’aanaa haa kennu. Maatii isaanii fi ummata isaanii hundaaf jajjabinaa fi obsaa haa kennu. Aamiin 🤲❤️”

Innaalillaahi wa’innaa Ilayhi Raaji’uun Aanaan Sirkaa nama jabaa dhabde Nama beekaafi abba barreessa kitaaba hayyuu cima nama
Innaalillaahi wa’innaa Ilayhi Raaji’uun Aanaan Sirkaa nama jabaa dhabde Nama beekaafi abba barreessa kitaaba hayyuu cima nama Aanaa hanga biyyatti beekaamuu Haajii Ahmad gara fuula gara Ganda eenyuu irra hafuun hin jirre deemaan Rabbiin Raahmata haa godhuufi itti nuuf aararamu ummata keenyaaf Aanaa isanittifi jajabina hawwani “Hayyuu Oromiyaan nuuf biqilchite ❤️ fakkeenya gaarii, nama Waaqoo gutuu ❤️ Haajii Ahmad Haajii Muhaammad (Ijaaroo) jedhamuun beekamu, abbaa isaanii Haajii Muhaammad (Ijaaroo) fi haadha isaanii Aaddee Xuubaa Amaan irraa bara 1942 A.L.I (ykn 1950 G.C) Godina Arsii, Aanaa Sirkaa, iddoo Haanfote jedhamutti dhalatan. Jireenya isaanii baay’een isaanii Godina Arsii, Magaalaa Gobessaatti dabarsan. Tajaajila ummata Islaamaa keessatti bara 1964 hanga 2003 A.L.Itti, yeroo torbaaf sadarkaa dura taa’aa fi itti aanaa koree ta’uun, akkasumas yeroo lamaaf barreessaa fi too’ataa koree ta’uun tajaajila guddaa gumaachaniiru. Akkasumas koree misooma aanichaa keessatti dura taa’aa ta’uun...