cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

HARO TUBE😁

Harovine coming soon!

نمایش بیشتر
کشور مشخص نشده استزبان مشخص نشده استدسته بندی مشخص نشده است
پست‌های تبلیغاتی
858
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
اطلاعاتی وجود ندارد30 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

02:00
Video unavailableShow in Telegram
16.45 MB
Watch "Saganta midhaaga Haftirsiisa Daandii gubbaa Magaala Haramaayaa" on YouTube https://youtu.be/ytg5x0FcQY8
نمایش همه...

Watch "Siin Jaaladha Yaa Rasuulallaah Ammaar Sh/ Zakariyyaa Al Ikhlaas Concert" on YouTube https://youtu.be/pcbTSPQabEQ
نمایش همه...
Siin Jaaladha Yaa Rasuulallaah Ammaar Sh/ Zakariyyaa Al Ikhlaas Concert

Siin jaaladha! Sagantaan kun deddeebi'ee yoon caqasu cufa deddeebiseeti na boochisa. Keeysattuu daa'ima xiqqaa afaan oromoo dubbatu kanaan tahuun isaa haalaan na booji'e. Sagantaa galma guutuu boochise Ammaar qofaa mitii aniis siin jaaladha😰 Saganticha link kanaan banaa qooda irraa fudhaa

https://www.youtube.com/channel/UCU4gk91EMd5uKRqr_5CSLkQ

Watch "Sagantaa Dawaanaa Gola Artiistotaa Oromoo #Roras_Tube #Dire_wood #Haro_wood" on YouTube https://youtu.be/-lZC3V5IAdk
نمایش همه...
Sagantaa Dawaanaa Gola Artiistotaa Oromoo #Roras_Tube #Dire_wood #Haro_wood

4_5945092820590136048.mp35.34 MB
Bara Baraan! Tadele Gemechu (2022) _ Si yaa ifa mootii dukkanaa Sona jireenya gammachuu Kan kee si'achi si'ana Yeroon ulfinakee galchuu Si yaa - Oromiyaa Si yaa - biyya tiyya Si yaa - Oromiyaa Si yaa - biyya tiyya Hammaattees hingarre Arjoomakee maleessa Iddoon irraa si dhabe Iddoon sii hin malle eessa Arjaa harka kaamettii Dugda haadha kopheessaa Dachii badhaadha quufaa Godoo ilmaan hiyyeessaa Bara baraan (7) Kabajakeef Ulfinakeef Nuti ilmaankee jirra! Hin hiraartu Hin shenooytu Sichi ilmaan keetu jira! Biyya Taaddee Birruu - Oromiyaa Biyya Abishee Garbaa - Oromiyaa Biyya Elemoo Qilxuu - Oromiyaa Biyya Alii Birraa - Oromiyaa Dirree galmee seenaa Godambaa abaabilee Abdii Afrikaanotaa Wiirtuu malkaa gurraalee Gadaankee goobanee Samiirraa mul'ata Urjii ardilee torbaa Biyya hayyuu hayyootaa! Bara baraan (7) Biyya Jaallee Nadhii - Oromiyaa Biyya Hayilee Fidaa - Oromiyaa Biyya Bakar Waaree - Oromiyaa Jaarraa Abbaa Gadaa - Oromiyaa Biyya Laggee Wagii - Oromiyaa Biyya Jaal Jaatanii - Oromiyaa Biyya Baaroo Tumsaa - Oromiyaa Biyya Hacaaluu Hundeessaa - Oromiyaa!
نمایش همه...
Watch "Cidhaa Bareeda Lensa fi Mame by #Maya_Studio #Roras_Tube #Direwood #Dr_Nafyada_Getu" on YouTube https://youtu.be/jPuD85gsW0A
نمایش همه...
Cidhaa Bareeda Lensa fi Mame by #Maya_Studio #Roras_Tube #Direwood #Dr_Nafyada_Getu

Watch "Gaadii Hiree Fiilmii Afaan Oromoo Haaraa ] DireWood Roras Tube" on YouTube https://youtu.be/jawNM2TGjjM
نمایش همه...
Gaadii Hiree Fiilmii Afaan Oromoo Haaraa ] DireWood Roras Tube

نمایش همه...
Hana Fantahun - Various artists Mashup ( New Ethiopian Afaan Oromoo Music )

Hana Fantahun Hojii bareedaa sadarkaa isaa eeggate sagalee ajaayibaan viidiyoo bareedaa qabattee dhuftee jirti daawwadhaa.

https://youtu.be/22602l3lsIk

Production - Motessa Studio Artist - Hana Fantahun Music - Natinael Ejigu Cinematographer Moti Robale Editor/Colorist - Moti Robale ass Cinematographer Hinsee HD

https://youtu.be/q8jYNNumOr4

#HanaFantahun #OromoMusic #MotessaStudio #hawitemam #Jabeeffadhu #GelanaGaromsa #WalAgarra #GalaanaaGaaromsaa #CaalaaGaaromsaa #YaaNamaKoo #Qondaalaa #TamirGizaw #OolmaanKee #HaacaaluuHundeessaa #maalmallisaa #HachaluHundessa #IlmaNamaa #Galatoomaa

Watch "Akru Abdi Jalaalan sif... New Ethiopian Oromic Music 2021 (Officiall video)" on YouTube https://youtu.be/YL9ASjXi-dk
نمایش همه...
Akru Abdi Jalaalan sif... New Ethiopian Oromic Music 2021 (Officiall video) [Roras Tube]