cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

NASHIIDA HAARA™️🎧

Baga Nagahan gara channel keenyaa Nashiida Haaratti Dhuftan!! Kabajamtoota keenyaa Barnoota Adda adda #Nashida Haara #Nashida Haala Yeroo #Nashida Durii Odeeffanno Haala Yeroo Ni Argattu kanaaf isiinis Channel teenya share join godha👇👇 @nashiida_haara

نمایش بیشتر
فنلندة2 094زبان مشخص نشده استدین و مذهبی40 189
پست‌های تبلیغاتی
2 104
مشترکین
+924 ساعت
+197 روز
+1230 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Photo unavailableShow in Telegram
Dhiira yoo taate dubara gaafa ati sadarkaa takka irra hin gahin siifiin jira siin jatte hin dagatin. Dubartiin hiyyummaafii laafina keetii wajjiin si qeebalte warqiidha. :¨·.·¨:  `·.   @jamiyye1
نمایش همه...
12💯 1
#Ramadaana_booda_hoo? ✍ Ramadaanni keessaa bahee guyyaa muraasa lakkoofsisee jira. haala keenya kan Ramadaana keessaatiin Wal bira qabnee yoo ilaallu... mee Ramadaana booda akkam jirra ? Aaah lubbuu koo...! guyyaa ajaa'ibaa keessa turte; salaata, dhaabbata, qaraatii qur'aanaa, sooma, zikrii, du'aa'ii, sadaqaa, tola ooltummaa fi firoottan koo jajjabeessuudhaan ibaadaa gaarii dabarsaa ture...! ✍ Mi'aa Iimaanaa dhandhamnee, maalummaa soomaa hubannee, mi'aan imimmaanii nutti muldhatee, obboroo yeroo suhuuraa Rabbitti warwaachuun aadaa keenya tahee ture. ✍ Salaanni keenya salaata nama gammachuun isaa fi jireenyi isaa hundi salaata keessa jirtuu fakkaata ture. Soomni keenya sooma nama gatii isaa beekee fi mi'aa isaa dhandhamee baree fakkaata. yeroo sadaqannu sadaqaa nama hiyyummaa hin sodaannee kennataa turre.... akkas turree... akkas turree....Ramadaana keessa akka hedduu turre. akkasitti balbala keeyrii hunda keessa gangalachaa turre... hanga hedduun keenya... osoo duuti keenya Ramadaana booda taatee hoo jennee hawwinu takka ture.... 😢 ✍ Ramadaanni nurraa fe'atee jira... erga Ramadaanni nurraa fe'atee guyyaa xiqqoodha... baatii takkaahuu hin guunne... garuu namni qara hin salaanne kan Ramadaana keessa salaataa ture.. kan bakka durii sanatti deebi'ee meeqa...! kan dhala nyaachaa ture, yeroof uf qusate amma dhala eegale meeqa...!, kan Haraama laaluu aadeffate, kan Ramadaanaaf irraa cite, amma eegale meeqa.. kan sigaaraa aarsuuf dhiise, Ramadaanni baanaan aarsaa jiru meeqa kam...! ✍ Nuti akkuma yeroo Ramadaanaa turtan San, Ramadaana boodas addaan hin citinaa jechuu baannus... garuu yoo xiqqaate dalagaa gaggaarii tana: Sooma, dhaabbata halkanii, sadaqaa fii keeyrii dalagannu sana osoo itti jabaannee jechuu barbaade... Join👇━━━━━❍✰ ✰❍━━━━━━    @nashiida_afaan_oromoo ━━━━━❍✰ ✰❍━━━━━━
نمایش همه...
👍 2
#Eenyummaa..... ✍ Waa lamatu eenyummaa kee ibsa...: Yeroo dhabde obsa ati qabduu fi gaafa waan barbaaddu argatte amala ati muldhistu....! . 👇 ━━━━━❍✰ ✰❍━━━━━━    @nashiida_afaan_oromoo ━━━━━❍✰ ✰❍━━━━━━
نمایش همه...
🥰 5👍 4 2
✍ Europe kana keessatti namoota hedduu Ramadaana keessa fayyaan jedhee abdii irratti horadhee ture.... barii guyyaa Iidaa sana mana dhugdoo fi shiishaatti arge. Ani kan na dhibe namni Shawarii seenee qaama qulqulleeffate tokko... gadi bahe yeroma sana akkamitti dhoqqee keessa gangalata!? Rabbiin isaan haa qajeelchu...! Qaama qulqulleeffatte hin xureessinaa...! 👇 ━━━━━❍✰ ✰❍━━━━━━    @nashiida_afaan_oromoo ━━━━━❍✰ ✰❍━━━━━━
نمایش همه...
👍 1
Soomana finnee mitii? Dandeenyu shawwaala soomanna dadhabnu leenjii leenjine itti fufsiisuuf yaalla. Ramadaana keessa juuza sadii ol guyyatti qara'aa turree mii, yoo xiqqaate guyyatti saffaa sadii qara'uun nutti hin ulfaattu. Ramadaana keessa Salaata taraawihaa fi tahajjuda salaataa baanee mitii, yoo xiqqaate amma salaata rawaatibaa salaatuu hin dadhabnu. Ramadaana keessa....! Leenjii jechuun kana. Leenjii tee bilaash if jalaa goota taanaan ifuma miite. #Khalaas
نمایش همه...
1😁 1
Ayyaana Sooma Hiikaa (Iid-Al-Faxirii) Kan Waggaa 1445ffaa Baga Waliin Nu Gahe! ----------- Hordoftoota Amantaa Musliimaa biyya keessaafi ala jiraattan hundaan, Ji’a Ramadaanaa. xumuurtanii ayyaana sooma hiikaa Eid Al-Faxirii kan bara 1445ffaan baga isin gahe, warra baranaa, kan bara hegeree nu haa taasisu jechaa, ayyaanni kun kan nagaa, gammachuu, milkii, jaalalaafi Tokkummaa hunda keenyaaf akka ta'u hawwiin qabu ibsa. Eid Mubarak Baga Ittiin nu gehe تقبل الله منا ومنكم صالح الأعمال ____ | __/ | |__ | __ID | |__ |_____| |'''''"\_/'''"| | |\_/| UBARAK
نمایش همه...
👍 5 5
#Halkan_29ffaa... ✍ Rabbiin warra hoongoo keessaa galuu mitii, warra boojuu guddaadhaan galu isin haa taasisu.... Aamiin jedhi 🤲
نمایش همه...
👍 14
👍 12 2
━━━━━❍✰ ✰❍━━━━━━    @nashiida_afaan_oromoo ━━━━━❍✰ ✰❍━━━━━━
نمایش همه...
👍 4
Jawaar Muhammad fi Giifti Duree isaa Dr. ILILII 💚
نمایش همه...
👍 18