Jecha beektotaa!
رفتن به کانال در Telegram
Channali keenya kana irraa walaloo Afaan oromoo, asoosamoota, odeeffannoowwan wayitawo, beekumsa waliigalaa argachuu ni dandeessu @BedasaDerejeBeyene
نمایش بیشتر919
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
-27 روز
-830 روز
آرشیو پست ها
Namtichi kun Brian Decon jedhama. Lammii British yeroo ta'u Film beekamaa waa'ee seenaa dhalachuu du'uu fi du'aa ka'uu Yesuus Kiristoos irratti dalageera...
Bal'ina isaaf na eegaa....!
NAGAATTI TURI
Ati dogoggora uumtee badii dalagde tokkollee hin qabdu turte
Na gaddisiiftee akkan sitti mufadhuuf sitti diniinnadhu takkaa gootee hin beektu
Akkan si jaalladhuuf Amman si jaalladhuu olitti na jaallachuukee natti agarsiifteetta
Siifan jiraadha jettee naaf jiraachuu hin hanqanne
Jaalala naaf qabdu naaf jiraattee natti mulliste
Har'as boris yoomiyyuu ati nama jaalalaati
An garuu sitti balleesseera si gaddisiiseera sababa badii kootii Amma na jaallattu deebitee na jaallachuu hanqatte!
Amman si jaalladhu ergan sittii adda ba'een hubadhe an garuu akkati na jaallattu erga waliin jaalala jalqabneen beeka.
Hubadhu; Amma kanan dhufeef dhiifama si gaafachuuf araara si kadhachuuf miti
Jaalalli Hiree waaqaa akka ta'e Amma bareera!
Kanaafuu, erga adda fagaannee bubbullee gatiin jaalala keetii naaf hubatame anis 'utuu' jedhee gaabbuuf 'ayii' jedhee gadduu dhiiseera.
Ati na dursitee natti dhukkubsatte na dursitee natti gaddite na dursitee abdiis narraa muratte
Animmoo duubakeen akkumati goote godheera!
Obsakoo fixadhee haamilee jabaadhee suur-fakkiikee hundayyuu Gallery koo keessaa haxaa'eera! akkumati nagaa jiraachaa jirtu anis nagaa jiraachuuf nagaa argadheera. Miidhaman Si miidhe dandamattee anis miidhaman bulee sitti miidhameef wallaansarran jira. Akkuma atis bayyaannatte anis bayyaannachuufan jira.
Hiree koottin jiraadha
Atis
Hiree keetti jiraadhu!
Nagaatti turi!
Onkoloolessa 13/2023
Xiiqii dha!💙
😭Seenaa Gaddisiisaa 😭😢
●●●●●●●●●
Abbaa manaa fi Haadha manaa sirriitti wal jaallatan tokko Guyyaa wahii haati manaa yaada tokko dhiyeessite.
Yaadichis akkana ture :- "Guyyaa tokkoof osoo waliin hin dubbatin haa oollu mee, Ani mana Oolaa Ati bakka hojii kee deemi. Text naaf hin godhin, naafillee hin bilbilin, yoo ati kana goote sana booda Umriikoo guutuun si jaaladha"🫶🏻 jetteen.
Innis tole jedhee gara hojii isaa deeme. Guyyaa guutuu osoo hin bilbiliniif oole 😔
Garuu waan nama gaddisiisu 😢
Isiin dhukkuba kaansariitiin qabamtee turteetti. Mana yaalaa deemtee gaafa laalamtu Doktorri waan nama gaddisiisu itti hime. Innis :- Sa'atii 24 booda Addunyaa kanarraa ni deemta, yeroon kee dhumateera kan jedhu ture😭
Isiinis kanaaf jecha jaarsa isiitiin bakka hojii ooli jette
Jaarsi isii Akkuma walii galan Guyyaa guutuu ala turee yeroo mana galee Ooluu isaa itti himuuf jedhu, waan inni hin yaadintu ta'ee jira. Haala nama gaddisiisuun haati manaa isaa Duuteetti. 😭
Yeroo dhumaatiif Waraqaa irratti akkana jettee barreesitee uf bira keesse : " Jaallatamaa koo Akkam naaf oolte! Nagaa naaf ta'i! Hanga dhumaatti sin jaalladha, Obsa naaf Qabaadhu" kan jedhu ture.
😭😭😭😭😭
Yoo sitti tole Share Godhi
✍ Abďûssělam_Ěďrîš
☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆
Ergaa dabalataaf @Faana_beekumsaa join godhi
Kiw ching lang ping sha jong ji jette_Chaayinaan
Dhugaadha Amalli ilma namaa Akkanuma 😂
Qoosaa dabalataa argachuuf @Faana_beekumsaa join share godhaa
Namoonni si jaalatan hir'ina kee har'aa hin argan,
Sababni isaas guutuu kee boruu ilaaluu danda'an waan ta'eef.❤👌
Ergaa dabalataaf @Faana_beekumsaa join godhi
Sareen ati guddifte sitti dutuu
jalqabnaan🐕, Namni si caalaa
nyaata kennuuf akka jiru shakki
Jecha dubbii qabu.! 😎
Ergaa dabalataaf @Faana_beekumsaa join godhi
"Yeroo tokko tokko rakkoon si mudatu sababa waan hin taane hojjetteef osoo hin taane,
waan sirrii sababa hojjetteefi."
Ergaa dabalataaf @Faana_beekumsaa join godhi
Jaalallee lamaan
Isa: "hii... Bareeddu koo."
Ishee: "kkkk"
Isa: "Nagaa keetii?"
Ishee: "kkkk!"
Isa: "Maalif badde gidduu kana?"
Ishee: "kkkk👎
Isa: "Maaliif hin dubbattu bareedduuko..maal taate?"
Ishee: "kkkkk👎"
Isa: "Tole akkuma barbaadde haa ta'u; an garuu baayyeen si jaalladha!"
Ishee: "👎kkkk"
Isa: "Anillee Makiinaa bitachuu koo sitti himuufin ture.. dhageesseetta moo hin dhageenye garuu?"
.
Ishee: "Maal jette bareedaakoo.. ani bari takkan si taphachiisa jedheen siif deebisuu dhiisee callisee sitti kolfaam.. dhuguma
Makiinaa bittee lubbuuko..?"
Yeroo isiin jettuun, innimmoo yoo maal jedhe gaariidha. sitti fakkaate...?
.
Isa: kkkk👎kkkk😂 kottu hin ooftaa😜
. Yaaboo maal eegda ree share godhikaa hiriyoonni kees haa kolfanii
Join Share...
Qoosaa dabalataaf @Faana_beekumsaa join godhi
📯Eeyyee dhiifama naaf godhi🙏🤍
😍 Humnaa ol si jaallachuu kootiif 🙏 Dhiifama naaf godhi!
nama hunda caalaa si waliin jiraachuu barbaaduu kootiif🙏 Dhiifama naaf godhi! ❤️
Nama hundarra caalchisee si filachuu kootiif 🙏 dhiifama naaf godhi
Jireenya kee keessatti bakka guddaa siif kennee waan si jaalladheef 🙏 Dhiifama naaf godhi!
Jaalalli koo waan siif hin galleef onnee koo keessaa bakka guddaa akka qabdu waan hin beekneef ykn akka waan hin beeknee waan gooteef 🙏 Dhiifama
Waan humna kootii yaaleera kana caala maal gochuun qaba akka waan badiin kiyya ta'eettin dhiifama si gaafadhe
Ergaa dabalataaf @Faana_beekumsaa join godhi akkasumas share godhi
Duuba koo ta'anii waa'ee koo worri dubbatan sababa an dura isaanii jiruufi
Text profaayilii ta'an argachuuf @Faana_beekumsaa join godhi
Mudannoo
Hiriyaa kootii waliin kaaffee deemnee aannan ajajannee osoo dhugaa jirruu hiriyaan kiyya keessummeessituu waamee akkas jedhe
Kuni maali aannan kanatti bishaan dabaltani moo maaliif akkas qallate jennaan
Keessummeessituun sunis
dhugaa rabbii nuti bishaanuma itti hin daballe bishaanitti aannan xiqqoosii naqne malee hin jettu seetanii😁😁😁😁😁
Qoosaa dabalataaf @Faana_beekumsaa join godhi
Haaromsarra waan jirruuf yeroodhaaf jaalala dhiifnee jirra
😁😁😜😜😜
Text profaayilii ta'an argachuuf @Faana_beekumsaa join godhi
QOOSAA
👍Abdii fi tolaa
Abdii: Tolaa uffata kee maaltu gube?
Tolaa: Bishaantu Gube
Abdii: maal akkamitti bishaan uffata guba?
Tolaa: Maaltu Gubaree?
Abdii: Ibiddatu Guba Malee
Tolaa: akka ibiddi uffata gubu erga beektee, maalif na gaafattaree.
kkkkkkk😁😁
👉haalli biyyi keenya keessa jirtu akka abdii fi tolaa kanadha.
Qoosaa dabalataaf @Faana_beekumsaa join share godhi
Join👇
@Faana_beekumsaa
Sijibbee nadhiisii
Fagaadhu nabiraa
Ammarraa eegalii
Jaaladhu kan biraa
Dhungoon si dhungadhe
Isa ammaan duraa 😘
Amma na dhungadhuu 😘
Naaf deebisi mara 💋
Kana ergoote "garuu"
Argaa ke hin fadhuu 🙈
Fagaadhu nabiraa ✋
😭😍__
Walaloo dabalataaf @Faana_beekumsaa join godhi
An akka birciqooti yoo na cabsan deebi'ee muruun koo hin oolu
Text profaayilii (pp) ta'an argachuuf @Faana_beekumsaa join godhi
Join👇
@Faana_beekumsaa
Yeroo hunda Onnee koo ❤️ keessa jirta jedhee waanin yaaduuf
..
..
Taaksii 🚙 keessattillee kophaa kiyya taa'een kan nama lamaan kaffala .😘😘
Ergaa dabalataa argachuuf
@Faana_beekumsaa join godhi
Join 👉 @Faana_beekumsaa
................................................
......❤.... JAALALA ...❤......
Jaalalli dhugaa...
Imimmaan qaba,
Lola qaba,
aarii qaba,
gadda qaba,
gammachuu qaba,
rakkinaa fi gidiraa hedduu qaba,
inaaffaa qaba,
Obsa qaba,
rifaatuu qaba,
dhukkubbii qaba,
Kana hunda caala immoo Jaalala dhugaa qaba♥️
Ergaa dabalataa argachuuf
@Faana_beekumsaa join godhi
Join 👉 @Faana_beekumsaa
.........................................................
