cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

ŤŰÚJÍÌ ÕŔŐ ŤŰßÊ

Channel kana keessatti @ haala yeroo @ Seenaawwan ajaa'ibsiisoo @ technology @ jechoota hayyootaa fi kan biroos keessatti argattu Itti dhiyaadhaa obboleewwan keessanis affeeraa Waan nu filattanii nu hordoftaniif galatoomaa You can solve it

نمایش بیشتر
کشور مشخص نشده استزبان مشخص نشده استدسته بندی مشخص نشده است
پست‌های تبلیغاتی
207
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
اطلاعاتی وجود ندارد30 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

◉Imaamu Salamata ibn Diinaar R.H Akkana jedhu ◈Duniyaan xiqqoon kun aakiraa kee guddaa sanarraa akka si hinshaagalle ◈Ati Waan aakiraakee siif tolchu ilaaliitii hanga dandeessuun hojjadhu 👌Utuma namni hundi waan sana erraa baqatee hojjachuu dhiiseellee ◈Waan aakiraakee sijalaa balleessummoo ofirraa ilaaliitii erraa fagaadhu utuu namni hundi waan sana hojjateellee jedhu سِيَرُ أعلَامِ النُّبَلاء 📚 Waan aakiraa keenyaaf olkaa'annu ofirraa ha'ilaallu eega asirraa godaannee booda deebinee sirreeffachuu waan hin dandeenyeef jecha
نمایش همه...
Kitaaba dubbisuu hin hifatin Dubbistoonni har'aa Hoggantoota boruuti
نمایش همه...
Eysa jira Namni hundi😏 Mee Namni hundi yeroo hunda "Eysa badde?" Ja'ee wal gaafata. Namni hundi eysa bade ja'ee hoggaan yaadu kan bade kun nama Osoo hin taane wal yaaduu waan ja'an saniitu hafe naffakaata. Osoo wal yaaduun san jiraatte Namni eysa bada wal barbaada malee😞
نمایش همه...
Assalaamu Aleykum warahmatullaahi wabarakaatuh Kaayyoo kee irraa of duuba hin deebi'in haga galmaan geettutti malee
نمایش همه...
Asssalaamu aleykum warahmatullah wabarakaatuh obboleewwan kiyya qaqqaalii hundinuu dubbistu malee bira hin tarin si fayyaduu hin oolu ,,barumsa barattee akka qoramtu.. ,,duniyaa immoo akka qoramtee barattu hin irraanfatin.. ,,kaayyoo kee galmaan gahuuf obsa qabaadhu .. ,,obsinaan hunduu ni dabraa hin ariifatin.. ,,takka jedhan malee lama hin jedhan dursitee lama hin jedhin.. ,,ofin ajaa'ibin ati namni si haa ajaa'ibu malee.. ,,addeenna ruuza nyaattuu laaltee of adii hin sehin.. Tuujii Tuujii Tuujii Tuujii
نمایش همه...
Assalaamu aleykum warahmatullaah wabarakaatuh Obboleewwan kiyya qaqqaalii hundinuu baga jiraattan
نمایش همه...
Waggaa 100 har'aa: irra hedduun keenya bifa kanaan jirra ta'a! Nu hunduu guyyaa tokko raammoo qabriitiif ciree ta'uuf jirra! Cufti keenya reeffa awwaalchi isaa hin gahin tahuu baraa! Kan nama nyaatus kan nyaatamus qabriin nyaatuuf deemti! Yoo wal duubatti hanfe Araarama RABBIITIIN wal haa yaadannuu!
نمایش همه...
🌴Gorsa Salafaa ▪️ Hayyichi Ibnu Abdil Barri jedhamu (Rahimahullaahu ) akkana jedhan `; •Namni jaha 6 yoo xiqqeeffaman of malee nama biraa akka hin komanne-; °°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°° 1-Nama nyaata itti hin affeeramin nyaate . 2-Nama nama bu'aa hin qabne irraa kabajaa barbaade . 3-Nama dubbii namaa keessa hayyama malee seene 4-Nama nama Angoo qabu xiqqeesse 5-Nama teessuma isaan hin malle keessa taa'e 6-Nama nama oduu isaa hin dhageeffanneef ykn hin hordofneefitti haasa'e [Al-Aadabul-Shar'iyyah, fuula (347) ] @Alrisala1 By @Alrisala1
نمایش همه...
Ani si tahuu hin dandahu Atis Na ahuu hin dandeettu Jireenyaa koo keessattii wanta 5 Aragee Beeka 1ffaa rakkadhee 2ffaa jaaladhee 3ffaa hamtuu fi toltuu argee 4ffaa nama naaf yaaduu 5ffaa nama nattii yaaduu !!! Wantaa sadis beekee Jira 1ffaa rabbii tokkichaa tahuu 2ffaa Amantiin dhugaa Islaamummaa tahuu 3ffaa waan Ani Jaaladhu namni hundi akka hin jaalanne !!!!!
نمایش همه...
یک طرح متفاوت انتخاب کنید

طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.