cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Sodere Photography

🌌sodere photography💃 🔖for videography /video woraabuuf 🔖for weeding / ciidhaaf 🔖for berithday /bara dhalootaaf 🔖for graduation / eebbaaf 🔖Address A/A/G Hojiidhaaf @soodaree Yaadaaf gaaffii yoo qabatan @Sabboonaaf gaaffadha Galatoomaa!!

نمایش بیشتر
کشور مشخص نشده استزبان مشخص نشده استدسته بندی مشخص نشده است
پست‌های تبلیغاتی
181
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
اطلاعاتی وجود ندارد30 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

As wr wb namoonni chaaneelii keessan beeksifachuu barbaaddan ykn miseensa/member keessan ol guddisuu barbaaddan kaffaltii tokko malee karaa @leenca_islaam tiin na qunnamuu dandeessu Chanelii beeksifachuuf👇 @leenca_islaam Yoo karaa @leenca_islaam iin isin dide ykn spam yoo taatan👇 @gaddisa_comment_bot tiin nu qunnamaa
نمایش همه...
As wr wb Namni chaaneelii islaamaa kan miseensa kuma 6 (6k,member)ol qabu promotionii kan nu woliin dalaguu barbaadu karaa @leenca_islaam tiin nu dubbisuu danda'a @gaaddisa_dhugaa irraa 👇👇👇👇 @Leenca_islaam
نمایش همه...
Assalamu aleykum worahmatullahi wobarakatu obboleewwan muslimaa bakkuma jirtanutti muslimoota biyya filisxeeniitiif du'aa'ii gochuu hin dagatinaa muslimoota filisxeeniitiif bilisummaa hawwina Ana Ahdi alaa diini Ana ahdi alaa diini Linkii armaan gadii tuquudhaan follow godhaa like godhaa 👇 https://vm.tiktok.com/ZMesWSbo4/
نمایش همه...
Suuraa keessan namoonni nuuf ergitan biyya keessaniifi maqaa keessan wojjin nuuf ergaa namoonni hin ergine hamma saatii 11:30 tti nuuf erguu dandeessu sana booda kan hunda keessanii maqaa keessaniifi biyya keessan wojjin asirratti gadidhiifama (post) godhama suuraa keessaniifi maqaa akkasumas biyya keessan karaa @gaddisa_comment_bot irratti nuuf erguu dandeessu erguuf👇 @gaddisa_comment_bot
نمایش همه...
🌟 Obboleewwaniifi Obboleettowwan keenya 🌷kan wol beeknuufi kan wol hin beekne hundi keessan🌷 🌹Baga Rabbiin Iida Alfaxrii Kan bara 1442 tiin Nagaadhaan Isin gahe 🌹 💫EID MUBARAK💫 Kullu aammin wa'antum bikhayir @gaaddisa_dhugaa irraa
نمایش همه...
BARNOOTA SEERA IIDAA kutaa 3ffaa Naamusa yeroo iida salaatuuf bahanii Yeroo iida salaatuuf deeman naamusoonni asii gadii kun eegamuu barbaachisa. • Qaama dhiqachuu, uffata bareeda uffachuu, namni dhiiraa qoftiin shittoo godhachuu, (dubartiin yeroo manarraa gadi baatu shittoo godhachuun dhoowwaadha). • Guyyaa iida fixrii osoo salaatatti hindeemne waa nyaachuu, guyyaa iida adahaa ammoo hanga salaatarraa deebi’anii nyaatarraa turuu fii yogguu salaatanii galan uduhiyyaa isaarraa nyaachuu. • Ganamaan gama dirree iidaa bahuufi yoo dandayame miilaan deemanii dhaquu. • Karaa tokkoon salaata dhaqanii karaa birootiin galuu. • Namni dhiiraa sagalee ol fuudhee waliiwajjiin takbiiraa jechuu nidandaya. Abdallaah ibnu umar irraa inni sagalee olkaasee takbiirtaa jedha, warri masgiidaatis jalaa dhagayeeti takbiiraa jedha jechaatu odeeffamee jira waan taheef. Insha'allah mata duree AKKAATAA TAKBIIRAAN ITTI GODHAMTU jedhu qabannee itti fufna ammas nufaana turaa Join ➪︎ t.me/gaaddisa_dhugaa
نمایش همه...
Gaaddisa Dhugaa

Asirratti barnoota garagaraa fi seenaa ajaa'ibaa gabaabinaan ni argattu karaa Tiktok tiin nu hordofuuf👉

https://vm.tiktok.com/ZMeg9akw5/

yaada yoo qabaattan karaa @Gaddisa_comment_bot tiin nuun gahuu dandeessu

Linkii armaan gadii tuquudhaan ORJINAL VIDEO ilaalaa Tiktok keenya follow godhaa 👇👇👇👇 https://vm.tiktok.com/ZMeg5GcP5/
نمایش همه...
6.15 MB
BARNOOTA SEERA IIDAA 1ffaa Kabajaa ayyaana iidaa. Akkuma beekamutti ummata islaamaa biratti iida lamaatu jira. Isaanis iida fixrii (soomana furaa) fii iidul adihaa (iida arafaa) ti. Isaan kuni lameen waggaa waggaan deddeebi’u.Salaanni iidaa waggaa 1ffaa hijraati seeramte eegalamte. املدينة ولهم عيدان يلعبون فيهما، فقال: روى أبو داود عن أنس قال: قدم رسول الله املدينة ولهم عيدان يلعبون فيهما، فقال:»ما هذان اليومان؟«، قالوا: كنا نلعب فيهما فياجلاهلية. فقال رسول الله « :إن الله ً قد أبدلكم بهما خيرا منهما: يوم األضحى، ويوم الفطر«. Abuu dawuud anasirraa odeesse-nabiin s a w madiinatti gale (dhufe) warra madiinaa kan guyyaa lama kan iidaa ayyaaneffatanii taphatan qaban “guyyaan kabajdan kun lameen maali?” jedhee gaafannaan, zamana wallaalummaa kabajuu turree. Jedhaniin, nabiin s a w akki jedheen. Kana lameen ufirraa dhiisaa ayyaana isaan kana caalu lama rabbiin bakka isinii buusee jira guyyaa adihaatiifi guyyaa fixrii. jedheen. Insha'allah Mata duree YEROO SALAATA IIDAA jedhu qabannee itti fufna ammas nufaana turaa Join ➪︎ t.me/gaaddisa_dhugaa
نمایش همه...
Gaaddisa Dhugaa

Asirratti barnoota garagaraa fi seenaa ajaa'ibaa gabaabinaan ni argattu karaa Tiktok tiin nu hordofuuf👉

https://vm.tiktok.com/ZMeg9akw5/

yaada yoo qabaattan karaa @Gaddisa_comment_bot tiin nuun gahuu dandeessu

Mata dureewwan lama irratti hundaa'uun barnoota isin fayyadu gaggabaabsinee isiniif qopheessineerra @gaaddisa_dhugaa irraa 1ffaa«BARNOOTA SEERA ZAKAA FIXRII» *ZAKAAN FIXRIIDHAA MUSLIMA HUNDARRATTI DIRQAMA Tahuu *HIKMAAN (FAAYDAAN) ISIIN DIRQAMA GODHAMTEEF maaliif? *YEROO ZAKAA FIXRII 2ffaa BARNOOTA SEERA IIDAA *YEROO SALAATA IIDAA *NAAMUSA YEROO IIDA SALAATUUF BAHANII *AKKAATAA TAKBIIRAAN ITTI GODHAMTU *AKKAATAA SALAATA IIDAA *IIDARRATTI WALEEBBISUU mataduree armaan olii irratti hundaa'uun gabaabsinee barnoota isiniif qopheessineerra isinis waan baay'ee isin fayyaduuf namoonni chanelii @gaaddisa_dhugaa hin qabne join godhattanii akka nu hordoftan dhaamsa keenya isiniif dabarsina Join and share t.me/gaaddisa_dhugaa
نمایش همه...
Gaaddisa Dhugaa

Asirratti barnoota garagaraa fi seenaa ajaa'ibaa gabaabinaan ni argattu karaa youtube tiin nu hordofuuf

https://youtu.be/63DczhCeW5I

yaada yoo qabaattan karaa @Gaddisa_comment_bot nuun gahuu dandeessu

Tiktok nashiidaa oromiffaa fi amaariffaan isin bohaarsu kana Like follow godhaa https://vm.tiktok.com/ZMebFMt3n/
نمایش همه...
Muslimoota jechuun akka qaama tokko #foryou #foryoupage #sallah_visionary #muazhabibabulfatih #ethio_islamic_dawa #hamzalencaislama #minber #asmiamna

user6589652671593 (@akmalgatira) has created a short video on TikTok with music original sound. | Muslimoota jechuun akka qaama tokko #foryou #foryoupage #sallah_visionary #muazhabibabulfatih #ethio_islamic_dawa #hamzalencaislama #minber #asmiamna

یک طرح متفاوت انتخاب کنید

طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.