𝑫𝒉𝒂𝒈𝒂𝒂 𝒋𝒊𝒓𝒂𝒂𝒕𝒂𝒂
🌎channalii kanaaratii Ergaa sagaalee waaqayyoo karaa ittin arganuu,Barsiisa gara garaa akkasumaas faarfannaa haaraafi durii karaa ittiin arganuudha 🎼🎼🎼🎼🎧🎤🎶🎹 👉Nuyi garuu kristos isa fannifame in lallabna 1Qor1:23 Nu qunnamuuf 👉 @Dhaga_J_bot
نمایش بیشتر- مشترکین
- پوشش پست
- ER - نسبت تعامل
در حال بارگیری داده...
در حال بارگیری داده...
#FaarfannaaAfaanOromoo #Oromogospelsong #DawitMorka Singer: Dawit Morka Title: AN DADHABAMEERA! Director: Gutu Bikila Director of Photography: Lalisa Getaneh Editing: Lalisa Getaneh Color: Abenezer Abera Music Arrangement : Dasse Megersa (Sonan studio) Graphics: Brook Emiru (Harmee Graphics) Production: Hooqubaa Films Follow Dawit Morka: Facebook: / davemorka Instagram: / dawit_morka #DawitMorka #AnDadhabameera #FaarfannaaAfaanOromoo #Oromogospelsong DAWIT MORKA - AN DADHABAMEERA!(Official Music Video) Warning: Unauthorized distribution and re-upload of this content is strictly prohibited
Yaa Waaqayyo Gooftaa,
Yaa abdii namootaa,
Ijoollee kee hin gattu,
Isaan in marsita,
Dhaala Mootumma keetti,
Isaan in galchita
👇👇👇👇👇👇👇
🍓 @Dhaga_jirata🍓Egaa angafa lubootaa isa guddicha bantiiwwan waaqaa keessa darbe, Yesus ilma Waaqayyoo erga qabaannee, beeksisa amantii keenyaa jabeessinee in qabanna.
Cubbuutu irraa dhabame malee, angafa lubootaa isa karaa hundumaan akka keenya qorame qabna; isa dadhabbiin keenya garaa isaa hin rukunne garuu hin qabnu.
➚➘➚➘➚➘➚➘➚➘➚➘➚➚➘➚
Share Or Forward⚠️
🍓 @Dhaga_jirata🍓
🍓 @Dhaga_jirata🍓
⚠️JOIN⚠️طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.