cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

DAMBALII JAALALAA

In this channel we get👇 ❤️Touching love quotes... ❤️Bible Love quotes... ❤️Love proverbs... ❤️Romantic Movie quotes... ❤️wedding phrases... ❤️Miss You! ❤️Sorry! ❤️Breaking up.... ❤️sensual poems... for questions https://t.me/dambaliijaalalaa_bz

نمایش بیشتر
کشور مشخص نشده استزبان مشخص نشده استدسته بندی مشخص نشده است
پست‌های تبلیغاتی
447
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
اطلاعاتی وجود ندارد30 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

00:33
Video unavailableShow in Telegram
Miira kaayoof tokkoome gumaacha isaa Marssaa 1ffaa
نمایش همه...
Fuula facebook keenyas Link Armaan gadiin Arggachuun Nu hordofuu Dandeessu! ‼️https://facebook.com/groups/254965619954830/
نمایش همه...
MIIRRI KAAYYOOF TOKKOOOME HOJII ISAA MARSSA JALQABAA(1FFAA) MOORAA MANA BARUMSSA SADARKKAA LAMMAFFA FI QOPHA'INAA BURAAYUU DIRREE GAFARSSA KEESSATTI GABAASUUDHAAF QOPHII XUMUREE JIRA.HAA TA'UYYU MALEE HALOOTA GARAA GARATIN WAL QABATE YEROO DHERAAF ISIN JALAA TURUU KEENYAAF DHIFAMA GUDDA ISIN GAAFANNA🙏 COMING SOON! COMING SOON! COMING SOON! COMING SOON! COMING SOON! COMING SOON! ‼️‼️‼️https://t.me/miirakayyooftokkoome‼️‼️‼️ ‼️‼️‼️https://t.me/miirakayyooftokkoome‼️‼️‼️ ‼️‼️‼️https://t.me/miirakayyooftokkoome‼️‼️‼️ ‼️‼️‼️https://t.me/miirakayyooftokkoome‼️‼️‼️ ‼️‼️‼️https://t.me/miirakayyooftokkoome‼️‼️‼️ ‼️‼️‼️https://t.me/miirakayyooftokkoome‼️‼️‼️ SHARE! ‼️‼️‼️https://t.me/miirakayyooftokkoome‼️‼️‼️ ‼️‼️‼️https://t.me/miirakayyooftokkoome‼️‼️‼️ ‼️‼️‼️https://t.me/miirakayyooftokkoome‼️‼️‼️
نمایش همه...
https://t.me/miirakaayyoo join godhaa achiratti qormaanni hojjetama jira
نمایش همه...
Qormaatni Biyyaalessaa Bakka Buusuu Kutaa 12ffaa 2013 Qophaa'e Qormaatni kutaa 12ffaa bara 2013 sababa nageenyaatiin bakka bakkitti hinkennamin hafe Amajji 24 hanga 27, 2014tti kennamuuf qophii hundi xumuramee, meeshaaleen qormaataa buufataalee qormaataa ga'anii jiru. Godinaalee Qellem Wallaggaa, Wallagga Lixaa, Wallagga Bahaafi Shawaa Lixaa keessatti Manneen Barnootaa 55, aanota 17 keessatti sababa nageenaatiin barattootni keenya qormaata fudhachuuf danqaa guddaan isaan quunnamee ture. Barattootni keenya hanga ammaa obsa guddaadhaan eeggachaa turuu keessaniif BBOn kabaja guddaa isiniif qaba. Qormaata kana naamusa eegamuu qabu kabajuun akka fudhattan gaafachaa caasaan barnootaa, bulchiinsaafi qaamoleen nageenyaa qophii barbaachisu hunda xumuruu isaanii beeksisaa milkii gaarii isiniif hawwina. Carraadhuma kanaan, barattootni warri kana dura qormaata kana fudhattan hanga ammaa obboleewwan keessan hinqoramin obsa guddaan eegaa turtanillee kabaja guddaa qabdu. Barataan akkuma qorameen bu'aa hojii isaa arguuf akka muddamu ni beekama. Hata'u malee, warra sababa nageenyaan danqaman eeguun murteessaa ture. Akka Oromiyaatti barattootni kuma 21 caalan hinqoramin jiru. Naannoo Amaaraafi Afaar illee haalumti walfakkaatu waan jiruuf obsaan nu eegdanii jirtu. Lakkoofsi barattoota qormaata bakka buusii kana fudhatan xiqqaa waan ta'eef sororsuun teekinooloojiin waan hojjetamuuf hinturu jennee amanna. Bu'aan waliin yeroo gabaabaa keessatti waan ba'uuf isin illee obsaan akka nu eegdan kabajaan isin gaafanna. Hawaasni hundi, maatiifi caasaaleen dhimmi ilaallatu milkaa'ina qormaata kanaaf akka tumsitan gaafachaa, obsi maatii, qoramtootaafi barattoota keenya kutaa 12ffaa bara 2013 guddaa ta'uu isaaf kabajni keenya ol-aanaadha. Nutis dhimmicha haalaan hordofuudhan wantoota nu bira jiraniifi wantoota isin bira jiran walitti kurfeessinee fedhii barattoota keenya gargaaruuf qabnu Agarsiisudhaf ykn Barattoota keenya gargaarudhaf Qophii nurra eegamu Mara Xumurrerra Maarree Barattotni qormaaticha fudhachuuf Qophii xumurtanii Jirttan Carraa Arggattan mara Fayyadamtani Kara Channel Kana Qormaanni Durssee yoo isin Bira Gahee fi Carraa Suura Kaasu Yoo Arggatan Hunda Fayyadamtanii Akka Nuun Dhaqqabsiisttan Kabajaan Isin Gaafanna. Carra Gaarii isiniif Hawwina odeeffanoo nu bira jirummo Amma Danda'ametti isin Biraan Gahuu Yaalla.Kanaafu Hiriyoota kessan Kallatti Biraarra Qormaaticha Fudhatan Gara Channel Kanaatti Afferaa.https://t.me/Dambalii_jaalalaa_bz
نمایش همه...
DAMBALII JAALALAA

In this channel we get👇 ❤️Touching love quotes... ❤️Bible Love quotes... ❤️Love proverbs... ❤️Romantic Movie quotes... ❤️wedding phrases... ❤️Miss You! ❤️Sorry! ❤️Breaking up.... ❤️sensual poems... for questions

https://t.me/dambaliijaalalaa_bz

نمایش همه...
WE ARE CHICOLOGIST😂😂👍❤️❤️❤️https://t.me/Dambalii_jaalalaa_bz❤️❤️❤️
نمایش همه...
💍💍💍weeding Phrases...❤️❤️❤️https://t.me/Dambalii_jaalalaa_bz❤️❤️❤️
نمایش همه...
Boys Vs Girls🙈🙈🙈❤️❤️❤️https://t.me/Dambalii_jaalalaa_bz❤️❤️❤️
نمایش همه...
Break up😭😭😭& Distance Love😍😍❤️❤️❤️https://t.me/Dambalii_jaalalaa_bz❤️❤️❤️
نمایش همه...