Yaada waliif
✍...jireenya baratamoo hawaasummaa keessatti laaqamnee, ulaagaalee hawaasni nuf kaa'en, sarara naannoon keenya nuf sararteen dandeettii keenya daangessinee hanga Yoom Jiraanna.
نمایش بیشتر210
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
-17 روز
-330 روز
- مشترکین
- پوشش پست
- ER - نسبت تعامل
در حال بارگیری داده...
معدل نمو المشتركين
در حال بارگیری داده...
Hedduu wanin sii jalaadheef nan jibbu jattee dogogara fokkota hin hojjatin akkuma bayee jalatamanitti wantii dogogoraa jalaala baleessu. hojachuun caalattii jibba fiddii jibamuuf if hin mudiin
Na jibbuun kee ana hin aarsu
sababnisaa hiikaa jaalalaatu
siif hin galle.
#QABIYYEE_JIREENYA
Jireenyi walitti makama bal'dhinnaa fi rakkinnaa gammachuu fi gaddaa,nageyaa fi jeequmsaa, milkaayinnaa fi kufaatii jaalalaa fi jibbaa akkuma ta'e dhuma irratti jiruu fi du'aatti.
Dacheen ilma namaa maraafuu ganda keessummaati malee,Jireenya bara baraatii miti.Jireenyi qabbiyyee adda addaa qabdi
FKN.
☑️Jireenyi yaaliidha -~Callistee hin taa'in.
☑️Abdiidha ~Obsaan eeggadhu
Kennaadha~Hin tuffatan
☑️Bu'aa ba'iidha ~Seexaa/Qalbii godhadhu
☑️Daawitidha ~Keessatti of ilaali.
☑️Addeemsaa ~Akka har'aa qofa miti ni jijjiirama.
☑️Rakkinnaa~Danda'ii dabarsi
Suutaa~Itti hin ariifatin
☑️Gumaachaa~Itti gammadi.
☑️Yaaddoodhaa ~Obsii dabarsi.
☑️Dirree qabsoti ~Wal'aansoo kee itti fuufi.
☑️Al_tokko qofaadha~Of eeggadhu.
☑️Kan boriiti~qophaayi ykn har'a itti hojjadhu
☑️Kan dhuunfaati ~Kan kee namni biroo fudhatuu hin danda'u.
☑️Qormaata~Jabaadhuu keessa darbi.
☑️Galaana ~Ni darban.
☑️Burreedha~Itti hin dhiphatin
Dorgommiidha ~Moo'ichaaf tattaafadhu.
☑️Ni darba ~Ittiin of hin tuulin
☑️Ba'aadha ~Ni ulfaata malaan baadhu.
Maddii isa kitaaba icciitii Jireenyaa irraa.
@yada_walif
Sammuun keenya lama keessaa tokko. Yookii Sammuu Jijjiramaaf Guddinaaf Qophaawaa tahe. Kanaan Growth Mindset Jennaan. Inni lammataa immoo Fixed mindset jennaan. Kunimmoo sammuu jijjiirama jibbuudha.
Namni sammuu jijjiiramaaf qophaawaa qabu, carraa of jijjiirudhaaf qabu sirriitti itti fayyadama. Ofirraahis namarraahis barachuuf qophaawadha. Inni kuun immoo hamma dandahameen waanuma ofii itti amane qofa akka namni biraa mirkaneessuf barbaada. Jijjiiramaaf hin hojjatu. Wanti hundis dhalootaan wal qabata jedhee yaada.
Ati walii kami?!
Kanuma
Keenyas Oluma
@yada_walif
Abdii kuti,
Eyyee abdii kuti!
Muka guddaa hin taatu
Xaxamtuun coqorsaa
Abdii hin kutiin jedhee
Maalittan si gorsaa?
Ol joortee - gad joortee
Of hin dhorkiin fayyaa
Abdii kutii dhiisi
Abdii kutuu wayyaa!
Waan bu’aa sii hin taanetti
Maal gochuuf dadhabdaa?
Jibbaafi inaaffaarraa
Abdii kutuu qabda!
Abdii kuti maaloo
Of hin cabsiin ceekuu
Jaalala lagatee namni jibba abdate
Galma ga’ee hin beeku!
Lataa Qana'ii
@yada_walif
✍ Karaan bareedaan ati dhugaa itti dhoksuu dandeeasuun yoo jiraate.... dhugaa bifa qoosaa gootee namatti himuudha.
@yada_walif
☘🖊. Meeshaan hundi Wanta isii keessa kaa'amurraan kan ka'e ni dhippatti. Garuu Meeshaan ilmii keessa kaa'atan bal'ataa Deema malee akka Meeshaalee biraa hin dhiphatu"🌼
•••══✿🍃🌷🍃✿══•••
Hundi keessanuu bakka itti
Godaantan Barbaaddadhaa.
Maaliif yoo jettan....
.
.
.
.
.
Jaalallee kootifan Addunyaa Guutuu kennaara 😍
@yada_walif
✍"Addunyaa kana irratti namni akka isaa caaltee argamtu siif hawwu Abbaa kee qofaa"
Gaafa dhiibbaa garagaraa sirratti godhu
Yeroo siin lolu si jibbee osoo hin taane akka ati fagaattee mul'attuufi.
Yaadni isaa yeroo hundaa fuuldura keetiif
Gaafa yaaddahee dhiphatus jiruu keetiif
♡
#Abbaa keenyaaf Umrii Dheeraa ✌️
@yada_walif
یک طرح متفاوت انتخاب کنید
طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.