cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Orto post ወንጌል በአፋን ኦሮሞ✟✥✞🔊kan afaaniin bade afaan keenyaan deebisna!

[Nuy garuu Kiristoos isa Fannisame lallabna 1ffaa Qor. 1:23] ❤ ⚫⚫⚫⚫⚫ 🔜["Nuy kan dhageenyee fi kan Argine dubbachuurraa callisu❤ 🔴🔴🔴🔴🔴 ትክክለኛ ኦርቶዶክሳዊ ትምህርቶች የሚተላለፍበት መድረክ ነው! Dirree Barumsa wangeelaa ishii taliilaa fi dhugaa itti darbudha.🌹 ⚪⚪⚪⚪⚪

نمایش بیشتر
کشور مشخص نشده استزبان مشخص نشده استدسته بندی مشخص نشده است
پست‌های تبلیغاتی
287
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
اطلاعاتی وجود ندارد30 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

نمایش همه...
Waldaa Ijoollee Dubroo Maariyaam የድንግል ማርያም ልጆች መንፈሳዊ ማህበር

Cuuphaa Inni gara Yoordaanoos deeme eenyu?

نمایش همه...
Log in to Facebook

Log in to Facebook to start sharing and connecting with your friends, family and people you know.

نمایش همه...
Waldaa Ijoollee Dubroo Maariyaam የድንግል ማርያም ልጆች መንፈሳዊ ማህበር

Happy Ephiphany(joyfull Timket) mathew 3:15 Share it more.

نمایش همه...
Waldaa Ijoollee Dubroo Maariyaam የድንግል ማርያም ልጆች መንፈሳዊ ማህበር

ትምህርተ ጥምቀት በአማርኛ ኤፌ 4:4-5 አንዲት ጥምቀት

نمایش همه...
Waldaa Ijoollee Dubroo Maariyaam የድንግል ማርያም ልጆች መንፈሳዊ ማህበር

Baga geessan! Ayyaana cuuphaa Mat.3:15

𝙘𝙪𝙪𝙥𝙝𝙖𝙖 𝙞𝙮𝙮𝙚𝙨𝙪𝙪𝙨 𝙠𝙞𝙧𝙞𝙨𝙩𝙤𝙤𝙨 𝑘𝑢𝑡𝑎𝑎 2𝑓𝑓𝑎𝑎 (The baptism of Jesus Christ) ◆◆◆◆◆◆◆◎◎◎◉◉◉◆◆◆◆◆◆ 𝙢𝙖𝙦𝙖𝙖 𝙖𝙗𝙗𝙖𝙖 𝙠𝙖𝙣 𝙞𝙡𝙢𝙖𝙖 𝙠𝙖𝙣 𝙖𝙛𝙪𝙪𝙧𝙖 𝙦𝙪𝙡𝙦𝙪𝙡𝙡𝙪𝙪 𝙬𝙖𝙖𝙦𝙖 𝙩𝙤𝙠𝙠𝙤 𝙖𝙢𝙚𝙚𝙣! # ◈𝑔𝑜𝑜𝑓𝑡𝑎𝑎𝑛 𝑜𝑡𝑜𝑜 𝑤𝑎𝑎𝑞𝑎 𝑡𝑎'𝑒𝑒 𝑗𝑖𝑟𝑢𝑢 𝑚𝑎𝑎𝑙𝑖𝑖𝑓 𝑐𝑢𝑢𝑝ℎ𝑎𝑚𝑒? ◈𝑔𝑜𝑜𝑓𝑡𝑎𝑎𝑛 𝑚𝑎𝑎𝑙𝑖𝑖𝑓 𝑤𝑎𝑔𝑔𝑎𝑎 𝑠𝑜𝑑𝑑𝑜𝑚𝑎𝑡𝑡𝑖 𝑐𝑢𝑢𝑝ℎ𝑎𝑚𝑒? ◈𝑦𝑜𝑜𝑟𝑑𝑎𝑎𝑛𝑜𝑠𝑖𝑡𝑡𝑖𝑠 𝑚𝑎𝑎𝑙𝑖𝑖𝑓 𝑐𝑢𝑢𝑝ℎ𝑎𝑚𝑒? ---------------------------------------------------------------------- 𝙙𝙪𝙗𝙗𝙞𝙨𝙪𝙪𝙣 𝙗𝙚𝙚𝙠𝙪𝙪𝙛,𝙗𝙚𝙚𝙠𝙪𝙪𝙣 𝙞𝙢𝙢𝙤𝙤 𝙖𝙢𝙖𝙣𝙪𝙪𝙛 𝙝𝙖𝙖 𝙩𝙖'𝙪! #𝙨𝙝𝙖𝙧𝙚 #𝙨𝙝𝙖𝙧𝙚 𝙜𝙤𝙙𝙝𝙖𝙖! Waamicha maqaasaaf galanni haata'uutii gooftaan keenyi fayyisaan keenyi Iyyesuus kiristoos Bara 5531tti jabana Maatiyoos Amajjii 10 guyyaa kibxataa halkan sa'aatii 10 irratta harka qulqulluu yohabnnisitti akkuma raajiin dubbatameefiitti gara laga yoordaanositti cuuphamuuf deeme! Yeroo gooftaan gara laga yoordaanoos cuuphamuuf seenu bishaan yordaanos gara fuulduraatti deemaa ture gara duubaatti deebi'ee dhangala'uu eegale, gonka dinqiitu itti ta'e waan ta'eef..."𝙢𝙖𝙖𝙡𝙤𝙤 𝙗𝙞𝙨𝙝𝙖𝙖𝙣𝙤𝙩𝙣𝙞 𝙨𝙞 𝙖𝙧𝙜𝙖𝙣𝙞,𝙗𝙞𝙨𝙝𝙖𝙖𝙣𝙤𝙩𝙣𝙞 𝙨𝙞 𝙖𝙧𝙜𝙖𝙣𝙞𝙞𝙨 𝙨𝙤𝙙𝙖𝙖𝙩𝙖𝙣 𝙦𝙞𝙡𝙚𝙚𝙬𝙬𝙖𝙣𝙞𝙨 𝙣𝙞 𝙝𝙪𝙣𝙠𝙪𝙧𝙖𝙢𝙖𝙣𝙞 𝙗𝙞𝙨𝙝𝙖𝙖𝙣𝙤𝙩𝙣𝙞𝙨 𝙣𝙞 𝙞𝙮𝙮𝙖𝙣𝙞 "akkuma jedhu qulqullichi Daawit (𝙛𝙖𝙧. 77:16) dubbiin raajiisaa ni xumurame. Akkasumallee Daawit "𝙜𝙖𝙡𝙖𝙖𝙣𝙣𝙞 𝙨𝙞 𝙖𝙧𝙜𝙞𝙩𝙚 𝙨𝙞 𝙗𝙖𝙦𝙖𝙩𝙩𝙚𝙨 𝙮𝙤𝙤𝙧𝙙𝙖𝙖𝙣𝙤𝙨𝙞𝙨 𝙜𝙖𝙧𝙖 𝙙𝙪𝙪𝙗𝙖𝙩𝙩𝙞 𝙙𝙚𝙚𝙗𝙞'𝙚" (𝙛𝙖𝙧.113:3) akkuma jedhu raajnisaa xumarameera. Qulqulluu 𝙦𝙚𝙚𝙧𝙡𝙤𝙤𝙨 yeroo dinqii yordaanisitti ta'e ibsu, 𝙗𝙞𝙨𝙝𝙖𝙖𝙣𝙤𝙩𝙣𝙞 𝙖𝙠𝙠𝙖 𝙗𝙞𝙨𝙝𝙖𝙖𝙣 𝙝𝙤'𝙖𝙖 𝙙𝙖𝙣𝙛𝙖𝙣𝙞 (ወፌልሑ ማያት ከመ ዘሞቁ" jechuun dinqisiifateera. GOOFTAAN MAALIIF CUUPHAMUUN BARBAACHISE? 👉Gooftaan akka amaleeffata warra Ayihuudotaa cubbuurraa ykn lamxiirraa qulqullaa'uuf(s.le.15:18) kan cuuphame miti. 👉Qulqullummaan amalummaa isaati inni akka warra cubbamootaa cuuphaa gaabbii ykn qalbii jijjiirrannaaf (mat.3:5-6) kan cuuphame miti yoo ta'e maaliif cuuphameree? 1. Nuyiif sirna cuuphaa (lammata dhalachuu) nuu hojjechuuf nuu laachuuf. 2. Gad of qabummaa nu barsiisuuf (inni uumaa ta'ee otoo jiruu harka uumamaatti cuuphamuunsaa) gad ofqabummaa daangaa hin qabne nutti agarsiisuufi. 3. Bishaanicha eebbisuuf (cuuphaaf mucummaa deebisee akka kennuuf humnasaa irra bulche) 4. Tokkummaa isaa fi sadummaa isaa dhala namaaf ifa gochuudhaaf cuuphame. 𝙢𝙖𝙖𝙡𝙞𝙞𝙛 𝙮𝙤𝙤𝙙𝙖𝙖𝙣𝙤𝙨𝙞𝙞𝙣 𝙛𝙞𝙡𝙖𝙩𝙚 𝙘𝙪𝙪𝙥𝙝𝙖𝙖𝙨𝙖𝙖𝙛? 1. Dubbii raajotaa kan armaan oliitti ilaalle sana xumuruudhaaf yordaanositti cuuphame. 2.xalayaa gabrummaa Diyaabiloos Addaamiifi Hewaanirratti barreessee (hewaan garbittiikoo Addaamis garbichakooti ) jedhee tokko si'ool keessa tokko Laga yoordaanps keessa kaa'ee ture sana jalaa fashaleessuuf yookaan diiguudhaafi gara bilisummaa mucummaa isaanii isa jalqabaatti deebisuuf yoordaanos keessatti cuuphame. 𝙢𝙖𝙖𝙡𝙞𝙞𝙛 𝙬𝙖𝙜𝙜𝙖𝙖 30𝙩𝙩𝙞 𝙘𝙪𝙪𝙥𝙝𝙖𝙢𝙚? 👉sirna kakuu durii keessatti namni tokko lubummaaf kan muudamu waggaa soddommaffaasaattidha ture.lubummaa isaan booda tajaajila kamuu eegaluu danda'a. (𝙨𝙚𝙚𝙧𝙖 𝙡𝙚𝙬𝙤𝙤𝙩𝙖𝙖 4':3) garuu waanti dirqisiisaa yoo jiraate waggaa 20 ol yoo ta'anillee lubummaaf akka filaman macaafni raajii Iziraa nutti hima. (Izra 3:8) Bu'uura kanaan gooftaan mataa mana kiristaanaa fi hangafa lubootaa kakuu haaraa waan ta'eef waggaa 30tti cuuphame. 👉 Addaam bara ga'eessummaasaatti yeroo waggaa 30 ta'u mucummaasaa dhabee gannata keessaa waan ari'ameef Addaam lammaffaa kan ta'ee dhalate gooftaan keenyi Addaamiif mucummaasaa deebisee gonfachiisuuf waggaa soddommaffaasaatti cuuphame. 𝙗𝙖𝙧𝙗𝙖𝙖𝙘𝙝𝙞𝙨𝙪𝙢𝙢𝙖𝙖𝙣 𝙘𝙪𝙪𝙥𝙝𝙖𝙖 𝙢𝙖𝙖𝙡𝙞𝙞𝙛𝙞? 1. Fayyinaaf. (𝙠𝙖𝙣 𝙖𝙢𝙖𝙣𝙚 𝙠𝙖𝙣 𝙘𝙪𝙪𝙥𝙝𝙖𝙢𝙚 𝙣𝙞 𝙛𝙖𝙮𝙮𝙖. (𝙢𝙖𝙧.16:16) 2. Lammata dhalachuuf. (𝙖𝙠𝙠𝙖 𝙙𝙝𝙞𝙞𝙛𝙖𝙢𝙖𝙨𝙖𝙖𝙩𝙩𝙞 𝙙𝙝𝙞𝙦𝙖𝙣𝙣𝙖𝙖(𝙘𝙪𝙪𝙥𝙝𝙖𝙖) 𝙙𝙝𝙖𝙡𝙖𝙣𝙣𝙖𝙖 𝙝𝙖𝙖𝙧𝙖𝙖𝙛 𝙠𝙖𝙣 𝙩𝙖'𝙪𝙪 𝙛𝙞 𝙝𝙖𝙛𝙪𝙪𝙧𝙖 𝙦𝙪𝙡𝙦𝙪𝙡𝙡𝙪𝙪𝙣 𝙝𝙖𝙖?
نمایش همه...
?𝙤𝙢𝙨𝙪𝙪𝙣 𝙣𝙪 𝙛𝙖𝙮𝙮𝙞𝙨𝙚". (Tito 3:5) kanaafidha ijoollee wabqayyoo kn jedhamnes. 3. Cubbuurraa dhiqamuuf.("𝙜𝙖𝙖𝙗𝙗𝙞𝙞 𝙜𝙖𝙡𝙖𝙖 𝙘𝙪𝙗𝙗𝙪𝙪𝙣 𝙠𝙚𝙚𝙨𝙨𝙖𝙣𝙞𝙨 𝙖𝙠𝙠𝙖 𝙨𝙞𝙣𝙞𝙞𝙛 𝙝𝙖𝙦𝙖𝙢𝙪𝙪𝙛 𝙩𝙤𝙠𝙠𝙤𝙤𝙣 𝙩𝙤𝙠𝙠𝙤𝙤 𝙠𝙚𝙚𝙨𝙨𝙖𝙣 𝙢𝙖𝙦𝙖𝙖 𝙞𝙮𝙮𝙚𝙨𝙪𝙪𝙨 𝙠𝙞𝙧𝙞𝙨𝙩𝙤𝙤𝙨𝙞𝙞𝙣 𝙘𝙪𝙪𝙥𝙝𝙖𝙢𝙖𝙖") (yoh.2:37). 4. Kiristoos faana tokko ta'uuf. ("𝙠𝙞𝙧𝙞𝙨𝙩𝙤𝙤𝙨 𝙛𝙖𝙖𝙣𝙖 𝙩𝙤𝙠𝙠𝙤 𝙖𝙠𝙠𝙖 𝙩𝙖𝙖𝙩𝙖𝙣𝙞𝙞𝙛 𝙠𝙖𝙣 𝙘𝙪𝙪𝙥𝙝𝙖𝙢𝙩𝙖𝙣 𝙝𝙪𝙣𝙙𝙪𝙪 𝙠𝙞𝙧𝙞𝙨𝙩𝙤𝙤𝙨𝙞𝙞𝙣 𝙪𝙛𝙛𝙖𝙩𝙩𝙖𝙣𝙞𝙞𝙩𝙩𝙪") (Galatiya 3:27) 5. Jireenya haaraa argachuuf. ("𝙚𝙜𝙖𝙖 𝙠𝙞𝙧𝙞𝙨𝙩𝙤𝙤𝙨 𝙠𝙖𝙗𝙖𝙟𝙖 𝙖𝙗𝙗𝙖𝙖𝙩𝙞𝙞𝙣 𝙙𝙪'𝙖𝙖𝙧𝙧𝙖𝙖 𝙖𝙠𝙠𝙪𝙢𝙖 𝙠𝙖'𝙚 𝙖𝙠𝙠𝙖𝙨𝙪𝙢𝙖 𝙣𝙪𝙮𝙞𝙨 𝙟𝙞𝙧𝙚𝙚𝙣𝙮𝙖 𝙝𝙖𝙖𝙧𝙖𝙖𝙣 𝙖𝙠𝙠𝙖 𝙙𝙚𝙙𝙙𝙚𝙚𝙗𝙞𝙣𝙪𝙪𝙛 𝙙𝙪'𝙖𝙨𝙖𝙖 𝙛𝙖𝙖𝙣𝙖 𝙩𝙤𝙠𝙠𝙤 𝙖𝙠𝙠𝙖 𝙩𝙖𝙖𝙣𝙪𝙪𝙛 𝙘𝙪𝙪𝙥𝙝𝙖𝙖𝙙𝙝𝙖𝙖𝙣 𝙞𝙨𝙖 𝙛𝙖𝙖𝙣𝙖 𝙤𝙬𝙬𝙖𝙖𝙡𝙖𝙢𝙣𝙚") [Roomee 6:4] 6. Miseensa mana kiristaanaa akka taanuuf.(𝙦𝙤𝙡. 2:11-13) Cuuphamuun nu barbaachiseera. Galanni wabqayyoof haata'u! Wangeelatti kan amantan hunduu baga ifa cuuphaa gooftaa keenya Iyyesuus kiristoosiin isin gahe! Yoo waaqayyo eeyyame kutaa 3ffaa irratti immoo gosoota cuuphaa irratti barsiisa hayyoota mana kiristaanaa siniifan barreessa! Obboleessa keessan Gemechis Hunduma Tadi irraa Amajjii 10/2013!
نمایش همه...
یک طرح متفاوت انتخاب کنید

طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.