New nashida
رفتن به کانال در Telegram
4 298
مشترکین
+424 ساعت
+577 روز
+24130 روز
آرشیو پست ها
4 298
Obboleyyan Keenya AS_WR_WB اسلم عليكم ورحمة وبركاته
#Duniyaan Guyya Dalagaati #Aakira Guyya Gelatati Jabaadha #MADARSA #iFaa_iSlamati_Magala_Ciroo.Waliin Taane Haa Jajjabessinu Namoota Biyya Ala fi Kessatif Share Godha
Akkasumas Namoota #FOLLOWER Gudda Qabaniif Erga Haa Jajjabeffamu insha.Allah #MANA #Rabbi
Insha.Allah Nutis Akka #AMIIRROTA JEM'AA Godina Kana Fi Masjiidota Naanno Chiro Fi
JEM'AA Barattota UNIVERSITY #Rift_VUniversity Fi #ODA_BULTUM
Nuti Akka JEM'AA SELAAMitti isin Cina Jirra Hayyama Rabbitin
Obboleyyan Keenya #AS_WR_WB اسلم عليكم ورحمة وبركاته
#Duniyaan Guyya Dalagaati #Aakira Guyya Gelatati Jabaadha #MADARSA #iFaa_iSlamati_Magala_Ciroo.Waliin Taane Haa Jajjabessinu Namoota Biyya Ala fi Kessatif Share Godha
Akkasumas Namoota #FOLLOWER Gudda Qabaniif Erga Haa Jajjabeffamu insha.Allah #MANA #Rabbi
Insha.Allah Nutis Akka #AMIIRROTA JEM'AA Godina Kana Fi Masjiidota Naanno Chiro Fi
JEM'AA Barattota UNIVERSITY ift_VUniversity Fi #ODA_BULTUM
4 298
🍀 Obsaan dubbisi 🍀
Fayyadamuu 🚗 fi Jaallatamuu❤
🌹Namichi wayii osoo konkolaataa isaa miicuu, mucaansaa waggaa 6 dhagaa fuudhee cinaa konkolaataa hooqee sarara itti uume.
🌹Aareetu, harka mucaa qabee baay'isee reebe
🍀
🌹akka miidhaa jiru hin hubanne ture.❤
🌹Mucaa hospitaala geessanis qubni cacabuun, mucaan quboota harkaa hunda dhabe.❤
🌹Mucaan yommuu abbaasaa argu, ...❤
🌹ijasaa imimmaaniin guuteen,"qubnikoo yoom fayya?'' jedhee gaafate❤
🌹Namichi nahee waan dubbatu wallaalee;❤
🌹achi deebi'ee konkolaataasaa deddeebisee dhidhiite.❤
🌹Gochaasaatti baay'ee miidhame.....❤
🌹konkolaataasaa fuuldura taa'ee isa dhodhooqesse ilaale;❤
🌹Mucaansaa 'Abba sin jaalladha' jedhee barreesse.❤❤
🌹Guyyaa itti aanutti, namichi of ajjeese. . .❤
🌹Aarii fi jaalalli dhuma hin qaban;❤
🌹Jireenya bareedaa fi jaalalaa jiraachuuf isa lammaffaa filadhu....❤❤.
🌹Wantoonni ni fayyadamamu, namoonni ni jaallatamu.❤
🌹Garuu rakkoon biyya lafaa har'aa,❤
🌹Namoonni ni fayyadamamu, wantoonni ni jaallatamu.❤
🌹Bara kana, wantoota kanaaf iddoo haa laannu:❤
🌹Wantootatti haa fayyadamnu, garuu namoota haa jaallannu❤
🌹Yaadakee ilaali; isaantu jecha ta'a.❤
🌹Jechootakee ilaali; isaantu gochoota ta'a.❤
Gochootakee ilaali; isaantu bartee ta'a.❤
🌹Barteekee ilaali isaantu amala ta'a;❤
🌹Amalakee ilaali; isaantu dhuma jireenyakee ta'a.❤
🌹Kana hiriyaankoo yaadannoof naaf erguusaatti guddaan gammada.❤
🌹Waaqayyo si haa eebbisu.❤
🌹Kana yoo nama biraaf dabarsuu dhiifte badiin uumamu hin jiru;
🌹yoo dabarsite garuu jireenya nama tokkoo jijjiiruu dandeessa❤
🌹Hariiroo ijakee lamaanii beektaa?❤
🌹Wal faana libsatu, wal wajjin socho'u, wal faana boo'u, wal faana waa ilaalu, wal faana junuunfatu.❤
🌹Haa ta'u malee wal hin argan.❤
🌹Hiriyummaan akkana ta'uu qaba!
🌹Jireenyi Hiriyootaan alaa duwwaadha.
🌹Michuunkee eenyu? Kana hundumaa michuuwwankeef ergi. Anis isaan keessaa tokko yoon ta'e deebisii naaf ergi. Meeqatu akka siif deebise ilaali. Yoo 7 ol argatte, ati dhugumatti nama jaallatamudha!🌺🐾🌺
