cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

AL-MIFTAH DAWAA GROUP :-👉Official

Chanala kheenya khana keessa Gorsaa fi Da'awale adda addaa akkasuma Nashiidale harawa irra arkachu ni dandeessan.'"JOIN"

نمایش بیشتر
فنلندة2 568زبان مشخص نشده استدین و مذهبی93 874
پست‌های تبلیغاتی
215
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
+17 روز
+130 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Repost from KENNAA
Areeda Ifirraa Ciree Fatanaa Ajaa’ibaa Keessa Seene ••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••• Nama Gammachiisuuf Jettee Rabbii Kee Hin Dallansiisin Shamarreen biyya Ameerikaa keessa jiraattu takka maatii ishee ziyaaruuf jecha gara biyya warra isheetti dhufte. Karaadhuma sanaan dargaggeessa iimaanaa fii akhlaaqa gaarii qabutti heerumuu akka barbaaddu adeera isheetti himuun nama gaarii barbaachifachuu eegalti. Adeeraan ishees bifa isatti himame irratti hundaa'uun dargaggeessa diinii isaa irratti jabaa dha jedhee yaadu eega yaadaa ture booda dargaggeessa masjiida keessatti beekuun tokko ofitti yaamuun yaada kana mari'achiise. Dargaggeessichi yaada eega dhageeffatee booda marhabaa jedhee fudhate. Abbeeraan shamarree kunis dargaggeessa kanaa fii mucayyoo walitti fidee walbarsiiseen. Mucayyoonis gurbicha yeroo dheeraaf eega haasofsiiftee booda gurbaa sirna qabuu fii bareedaa tahuu isaa barte jaalatteen. Guyyaa tokko maatii ishee biratti affeerraa laaqana qopheessitee gurbaa jaalatte kana manatti waamte. Eega laaqana nyaatanii xumuranii booda isa geggeessuuf jecha gurbaa wajji gara alatti gadi baate. Gurbaan areedni isaa sunnaa dha. Areeda dheeraa qaba. "Maashaa Allah" kan nama jechisiisuu dha. Isheenis areeda isaa kana ilaaltee akkana isaan jette. "Ani akkaataa fii haala kee hunda jaaladhee jira. Yeroo dhihoo keessattis nikaaha ni hidhanna. Haa tahuu garuu areedni kee kun jaarsa si fakkeessee jira." jetteen. Dargaggeessichis "kuni si hin yaachisin..." jechuun guyyaa itti aanu areeda isaa guutumaan guututti haadatee dhufe. Mucayyoonis gurbaa areeda isaa haaddatee dhufe kana ilaalteetiin ni dallante malee hin gammadne. Akkanas jetteen "Ati ajaja kootiif jettee ajaja Nabiyyii ﷺ kan diigduu gonkumaa jaarsa kan koo tahuu hin dandeessu!" Jechuun kophatti isa gattee biraa kutte. Allahu Akbar! Mee wollaahi dhugaa dubbachuuf meeqa keenyatu nama gammachiisuuf jecha ajaja Rabbii fii Ergamaa Rabbii ﷺ diigeetiin bira dabraa jira? Mannumti nu haa laakkawuu! Ilaalaa Xiinxallaa, Dargaggeessi kun sunnaa irraa tahee sunnaa irraa hin taane. Mucayyoo irraa tahee mucayyoo irraa hin taane. Bilaasha lafatti hafe. Rabbiin nu haa tiksu! Allahumma arinal haqqa haqqan warzuqnaa ittibaa'a, wa arinal baaxilaa baaxilan warzuqnaa ijtinaaba, Yaa Allah! Haqa haqa tahuu ishee nu beeksisi ishee hordofuu nu waffaqi, Yaa Allah! Baaxila baaxila tahuu ishee nu beeksisi ishee irraa of tiksuus nu waffaqi! Aamiin Yaa Rabbi! @Kennaapost @Kennaapost T.me/Kennaapost
نمایش همه...
KENNAA

KENNAA Dhaloota Qubeetiif!! Walbarsiisaa wal bashannansiisuuf Chaanaalii keenyaaf miseensa tahaa!! Chaanaalii kana irraa👇 👉DA'AWAA 👉ODEEYFANNOO 👉WALALOO 👉ASOOSAMA 👉SEENAA fi kkf argachuu dandeessu!! ✍yaadaaf👇 @AbdiiBiyyaa iraan nu biraan gahaa!!

Rasuulli sallallaahu aleeyhi wasallam biyya Isaa Makkaa kheeysaa osoo hin jaalatin baafame, roorroo gara jabeenyaan guuttamteetu biyya Isaatii Isa baase. Eega biyya Isaatii ari'anis bakka qubsumaa argatuun waan Isaan dallansiiseef lolli Isarratti baname hin dhaabbanne. Madiinaatti dhaqanii Isaan lolanii, Sahaaboota akkaan Isa biratti jaalataman, firoota Isaa warra akka adeera Isaa Hamzaa jalaa ajjeesan. Nabiyyii Rahmataa ajjeesuuf waan hin godhin hin qaban. Eega biyya Isaatii baafame booda amata 8 turee Makkaatti deebi'e. Injifannoon Fathi Makkaa lola tokkoon malee argamte. Warri Makkaa kan biyyaa isa baase, kan Isa ajjeesuuf yaalii hunda godhe, kan firoota Isaa, Sahaaboota isaa meeqaatam ajjeesan walitti qabamanii fuul duree Isaatti dhihaatan. Maal godhe seeta? Biyyaa baasan, irraa ajjeesan, hanga mohamanitti isa ajjeesuuf waan dandahan hunda godhaa turan! Rahmanni Alamaa sallallaahu aleeyhi wasallam jara isa duratti walitti qabame adawwii isaa warra turaniin "Maal waanin isinitti dalagu seetan? Murtii akkam narraa eeydan?" je'een. Jarri balaa meeqaatama Isarratti dalagaa turan: "Ati ilma gaarii, ilma obboleeysa gaariiti!" ja'aniin. Rasuulli sallallaahu aleeyhi wasallam, Rahmanni Alamaa: "Deemaa Isin bilisa, deemaa Isinitti hin jajjabeeysu! deemaa Isin bilisa qixaaxaa jala, Isinirraa hijaa hin kafalannu" je'een. Allaahu Akbar! Maali Rahmanni Akkanaa! Gara Laafina akkanaa eenyu qaba? Rahmata Alamaa Sallallaahu Aleeyhi wasallam kana seenaan Isaa! T.me/AbduljalilRedwan
نمایش همه...
♡ Abduljalil Redwan ♡

👥 Nutti dhuhaadha :- Barachu:-Booharuf:- wantota dinqisoof Nashida, Da'waale garagaraa.... 🙏 @AbduljalilRedwan 🙏 👇 SUBSCRIBE 👇YouTube

https://youtube.com/channel/UCEP1CQsDo_4TUJspM0l

📼YAADA YOO QABAATTAN 🎤 @Abdulj14 @AbduljBot

Repost from Dhaloota Haaraya
https://youtu.be/mvcXE9K5qZY?si=Yxf5CAviESxX8Y1v #Nashiidaa Dubartootaa dhalota haarayaa kan hawwiin Eegaa turtan gadhiifamte jirti! Seenaa daawwadha #Dhalota_haaraya #yeroo_mara_waan_haaraya
نمایش همه...
#DUBARTIIN●□□HAADHA♡GOOTOTAA 2016 #New nashiid 2023

#dhaloota-haaraya #Dubartii_fi_jaarraa_21ffaa #New #nasheeds

💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞 💞#Biqiltuu_Kunuunsi_Tole💞 💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞 #Asoosama gabaabaa ♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡ ✍by Abdul-Aziz Ahmedin ♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤ @kennaapost @kennaapost Caaltuun dhalootaan godina wallaggaa bahaa magaalaa naqamteet. Maatiin ishee ilma dhiiraa waan hin qabneef Caaltuun akka ilma hangafaatti ilaalamti malee akka intalaattii miti. Caaltuun barnoota ammayyaa fi amantii islaamaatiinis akkaan cimtuu fi jabduu namaati. Bilchina sammuu kanas haadhaa fi abbaa ishee irraa waan dhaalte fakkaatti. Qormaanni dargaggummaa fi haalli jireenyaa, akkasumas dubartummaan gonkumaa ishee hin gufachiifne. Qaruuxummaa isii kanaaf abbaa fi haati ishee gahee leencaa taphatu..... Guutuu asoosama kanaa dubbisuuf linkii armaan gadii kana xuqi👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
نمایش همه...
Jalqaba irraa dubbisuuf✅
Kutaa 5ffaa ol
Audio isaa dhageeffachuuf▶️
⚫️Guutuu isaa argachuuf✔️
━━━━▣━━◤◢━━▣━━━━━ 🎤 Chanalin khun chanali akkan barsiiso fi dinqisiiso taheedha. Wantoonni inni nuuf dhiheessu :- Nashida harawa, Walaloole adda addaa akkasuma Nashidale cover, tahe san qofa miti Gorsaa gaggababo barsiiso fi dinqisiisoSEAMORE.... ╔━━━━━━━━━━━━━╗ 🎤 ABDULJELIL REDWAN ╚━━━━━━━━━━━━━╝ Kunooti Join Godhaa Itti dabalamaa 👇👇👇👇 █▓▒►JOIN ►▒▓█ █▓▒►JOIN ►▒▓█ █▓▒►JOIN ►▒▓█ ━━━━▣━━◤◢━━▣━━━━━ ─╔╗╔═╗╔══╗╔═╦╗ ─║║║║║╚║║╝║║║║ ╔╣║║║║╔║║╗║║║║ ╚═╝╚═╝╚══╝╚╩═╝ ━━━━▣━━◤◢━━▣━━━━━
نمایش همه...
♡ Abduljalil Redwan ♡

👥 Nutti dhuhaadha :- Barachu:-Booharuf:- wantota dinqisoof Nashida, Da'waale garagaraa.... 🙏 @AbduljalilRedwan 🙏 👇 SUBSCRIBE 👇YouTube

https://youtube.com/channel/UCEP1CQsDo_4TUJspM0l

📼YAADA YOO QABAATTAN 🎤 @Abdulj14 @AbduljBot

#KANA BEEKTUU LAATA? ~Namni yeroo duraatiif saamunaa dalage/uume"Nabiyyallaahi Suleeyman" ~Namni yeroo duraatiif ciftii/tuqaa huruufa hijaa'aa irra kaahe "Abul-Aswad Al-ddualii" ~Namni yeroo jalqabaaf أمابعدjedhe,"Nabiyyallaahi Daawud." ~Namni yeroo duraatiif qura'aana walitti qabe"Abuu bakri." ~Durri wanni rabbiin keenna uumee"Qalama." ~Namni barnoota chemistry yeroo jalqabaatiif argate"Jaabir binu Hayyaan". ~Foormulaa algebra namni yeroo jalqabaatiif fide Al-kawaarizimii/الخوارزمي. ~Dubartiin islaamummaa keessatti yeroo jalqabaaf shahiiddee,Sumayyaa haadha Ammaar binu Yaasir. ~Awwalli ilmaan Aadam"Qaabil" ~Namni yeroo duraatiif Afaan Arabaa dubbate"Ismaa'il." ~Namni yeroo duraatiif Islaamummaa keessatti Azaane"Bilaal Al-habashii." ~Namni yeroo duraatiif Ka'aabaa keessatti dhalate"Aliyyi binu Abii-xaalib." @AbduljalilRedwan @AbduljalilRedwan @AbduljalilRedwan
نمایش همه...
Ammee...!! Injifannoo Haamaas! Weerartuun Israa'iil humna lafoo isheetiin Gaazaa seenuuf lola ijibbaataa isheen taasisaa jirtu Injifannoo Gooticha Hamaasiin goolabamuun waraanni lafoo Israa'iil kan Magaalaa Gaazaa seenuuf ture of duuba deebi'ee jira. Lola ijibbaachisaa Hamaasii fi Waraanni Israa'iil taasisaa turan haalaan ulfaataa kan ture yoo ta'u yeroo ammaa kana Hamaas weerartuu Israa'iil qolachuun of duuba kan deebise yoo ta'u Waraanni lafoo Israa'iilis gara duubaatti deebi'uuf dirqamee jira. Odeeffannoo saffisaaf toora Telegram keenya Join godhaa,  Telegram keenya Share gochuun waliif qooduu hin dagatinaa. https://t.me/AbduljalilRedwan
نمایش همه...
Ammee..!! Huutiin Yaman lolichatti makamee jira...!! Yaman keessa kan socho'u humni Ansaarullahi Huutii yeroo ammaa magaalaa Israa'iil kan Iliyaat jedhamtu Misaa'ila Baalistikiin haleelee jira. Humni Huutii kun kaleessas kallattii Galaana Diimaa irraan Israa'iil irratti Misaa'ila furguggisee kan ture yoo ta'u Ameerikaan Misaa'ilicha rukuttee qolachuuf ishee ibsitee turte! Haleellaan ammaa garuu galma isaa argachuun bulchiinsa Israa'iil kana barbadeessee jira. Odeeffannoo saffisaaf toora Telegram keenya Join godhaa, Toora Telegram keenya Share gochuun waliif qooduu hin dagatinaa. https://t.me/AbduljalilRedwan
نمایش همه...
Repost from KENNAA
Bara bulchinsa keetii Nama taate dubartiin Erga Rabbiin si filee Kan qixxaatte dhiiratti Diin keetiin kabajamee Hiyyeessa qalbiin ciise Humna qabeessaa fi laafaa Situ wal nuuf qixxeesse!! Bakka bu'aa kee dhabnee Har'a Roorroon gubannaa Sabni qomoon wal-qoodee Wal-balleessaa jiraannaa!!! Rabbiin nuuf haa kennu Hogganaa akka kee Kan hamma danda'uun Hordofu faana kee Yaa Rabbi sin kadha Nuuf buusi nagaa kee Afaan wal taasisi Hunda Uumama kee Akkaanan jaaladha Ani ergamaa kee Irratti naaf buusi Nagaa fi Rahmata kee صلى الله عليه وسلم ♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡ Jum'aa Kheeyrii qabaadhaa!!! ✍@AbdiiBiyyaa @Kennaapost @Kennaapost T.me/Kennaapost
نمایش همه...
KENNAA

KENNAA Dhaloota Qubeetiif!! Walbarsiisaa wal bashannansiisuuf Chaanaalii keenyaaf miseensa tahaa!! Chaanaalii kana irraa👇 👉DA'AWAA 👉ODEEYFANNOO 👉WALALOO 👉ASOOSAMA 👉SEENAA fi kkf argachuu dandeessu!! ✍yaadaaf👇 @AbdiiBiyyaa iraan nu biraan gahaa!!

یک طرح متفاوت انتخاب کنید

طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.