cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Students Funny, Fact & News

Never giveup!!

نمایش بیشتر
فنلندة2 630زبان مشخص نشده استآموزش75 737
پست‌های تبلیغاتی
204
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
-27 روز
-1130 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Photo unavailableShow in Telegram
Onnee nama hin cabsin⚠️ Namni onnee sababa keetin cabxeen du'uu dandaha.💯 #Takotsubo#cardiomyopathy dhukkubni ja'amu dhukkuba maashaaleen onnee dhiphina miiraa ykn qaamaa akka malee irraa kan ka’e itti dadhabani. Dhukkubni kun dhukkuba fokkotaadha. Onnee nama si jaalatu eeggadhu. 👌❤️
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
Hiriyoota keeysan gaggaarii waliin wal arkitanii waliin haasawun fayyaa keessaniif hedduu gaarii dha. Namuma sitti tolu waliin yeroo haasooytu hunda hammi piroojeestiroonii (progesterone)qaama kee keeysatti arkamuu ni dabala, kunis xiin-sammuu keetif boqonnaa kan kennuu fi sadarkaa dhiphina keeti kan sirra hir'isu taha. Eegas booda Sirni narvii(nervous system)kee si galateeffata.
نمایش همه...
Mark Zuckerberg fi Bill Gates pirofeesarumma hin qaban. Garuu, qabeenya biliyoonaan lakkawamu qaban. Sun maal nutti hima? "Digrii qofa irratti hirkatanii jiraachuun hiyyummaa waliin gamtaa uumu isaati."❤️
نمایش همه...
Namana, Miskiinumma keeysatti hafta yoo... 1ffaa, Jaarsa dubartoota hedduu taate. Dhalaa waliin naannoytee rafuuf baasi guddaa baafta taanan. Dhalaan akka ATM isiitti si laalti affeerraa fi kennaa lakkoofsa hin qabnen kiisha kee dhaabbata si duwwifti. 2ffaa, Nama Alkoolii fayyadamu taate. Namoonni Alkoolii dhugan harki caalaan isaanii galaana hiyyummaa hamaa keessa jiraatan. 3ffaa, Araada qumaaraa qabda tahe. Abbootiin qabeenyaa dhaabbilee qumaaraa jireenya qananii keeysa jiraatan. Maaliifi beeytaa? Maallaqa gowwaa nyaatu ga. 4ffaa, Saahibban kee hundi hiyyummaa keeysa jiran tahe. Namoonni naannoo kee jiran hundi hiyyeessa yoo tahan hiyyeessa tahuun waanuma jiru jette amanta. Sadarkaan tee Afooshaa keeysa jirtu ol gonkumaa hin dabru. 5ffaa, Sammuu hiyyummaa qabdu qabaatte. Taajira tahuu gonkuma hin eeydu. Taajira hunda malaammaltumaadhaan maqaa itti moggaafta. Liqii keeysa jiraatta - haala keeysa jirtu dhoysuuf wantoota humna teeti olii bitattaa. Dr. K. N. Jacob 🙏
نمایش همه...
Android Application
نمایش همه...
Android Application
نمایش همه...
😁🙌Jecha professor Mugaabee Afrikaa keessatti dhalachuu keetiif 1-0 dhaan durfamaa jirta. Afrikaa keessatti dhalatte, yoo ilmoo hiyyeessaa taate 2-0 dhaan durfamaa jirta. Afrikaa keessatti dhalattee, ilmoo hiyyeessaa taate, hin baranne taanaan 3-0 dhan durfamaa jirta. Afrikaa keessatti dhalattee, ilmoo hiyyeessaa taate, hin barannees, hojiis hin hojjattu taanaan 4-0 dhaan durfamaa jirta. Afrikaa keessatti dhalattee, ilmoo hiyyeessaa taate, osoo hin baratin, osoo hin hojjetin, aradaan qabamnaan /Suuseenyaa taanaan 5-0 dhan durfamaa jirta. Xoophiyaa jijjirradhaa yoo feetaniis🤣
نمایش همه...
Kana Beeytuu Dhiiroo‼️ Qaamni namaa dhukkubbii hanga 45 del qofa baachuu dandaha. Garuu, yeroo dahumsaa dubartii takkatti dhukkubbii hanga 57 del itti dhagahama. Kunis yeroo takkatti akka lafee 20 ta caccabuu wajjiin wal fakkaata. Laal haati teenya nu dahuu qofaafu dhukkubbii hamaa kana dhandhamte. We should have to Love & Respect our Mom guys❤️ I Love you my Mom.❤️
نمایش همه...
Botiin haalan saffisa qaba kana fayyadamaa laalladhaa 👇👇 @ChatGPTetbot
نمایش همه...
یک طرح متفاوت انتخاب کنید

طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.