fa
Feedback
♡ Mohammed Amiin ♡

♡ Mohammed Amiin ♡

رفتن به کانال در Telegram
212
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
اطلاعاتی وجود ندارد30 روز
آرشیو پست ها
"Wanti hundinuu yeroo isaa eeggatee siif dhufa ,Atumman Obsa Qabaadhu .
"Wanti hundinuu yeroo isaa eeggatee siif dhufa ,Atumman Obsa Qabaadhu .

Gaaffii kana of gaafadhu mee Ati ilma namaa hunda ni jaalattaa?? Hin jaalattu nin beekaa.. Duuba ati maalif nama hunda biratt
Gaaffii kana of gaafadhu mee Ati ilma namaa hunda ni jaalattaa?? Hin jaalattu nin beekaa.. Duuba ati maalif nama hunda biratti jaalatamuuf cinqii of keessa. Hanga feete dhamaatus Na amani Kun waanuma ta'uufillee hin teenye hundaan jaalatamuu hin dandeessu. Ammas ammoo Namoonni gariin si jaalachuu dhaban jechuun ati rakkoo qabda jechuu miti. Gaafa jaalala namaa argachuuf jattee eenyummaa fi amala ke dhistee nama biraa fakkaachuu egalte jaalala barbaaddu san qofaa miti kabajalle dhabda. Santu rakkoo guddaadha jaalala namaa barbaaduu dhiisii off ta'ii jiraadhu .

ما تيسر من سورة البقرة بصوت القارئ الشيخ سعود الشريم ❤️❤️

"لا تعطي سرك حتي لي إمام المسجد لأنه سيفضح سرك بطريقة لولابية ،ويقول:- حدثني أحد الاخوه 🤭
"لا تعطي سرك حتي لي إمام المسجد لأنه سيفضح سرك بطريقة لولابية ،ويقول:- حدثني أحد الاخوه 🤭

"ذهب للمسجد ليشتكي لربه عن الذين ظلموه فوجدهم يصلون في الصف الأول .😑
"ذهب للمسجد ليشتكي لربه عن الذين ظلموه فوجدهم يصلون في الصف الأول .😑

Repost from HAMZA HASSEN
Jiruu teenya keessatti barakhaa arkachuuf gammachuun jiraachuf wantoota godhu qabnu. Dhaamsa bareeda hedduu sifayyaduudha dhageeffadhu obboleenyan keetiif share godhi jzkl. https://youtu.be/9Lgy32tK3Ms?si=gbJWRJujmEl_aQfX

"Namni hundinuu akka ati kuftu si eegaa jira, garuu RABBIIn kee akka Gama isaa deebitu si eegaa jira . Gama RABBII deebi'i .�
"Namni hundinuu akka ati kuftu si eegaa jira, garuu RABBIIn kee akka Gama isaa deebitu si eegaa jira . Gama RABBII deebi'i .🥹

"Namni hundinuu akka ati kuftu si eegaa jira, garuu RABBIIn kee akka Gama isaa deebitu si eegaa jira . Gama RABBII deebi'i .🥹

Sab'r 🌼
Sab'r 🌼

‏"سيدبرها الله لاتقلق"
‏"سيدبرها الله لاتقلق"

Repost from ذِكر
telegram_audio.ogg2.01 KB

ثلاثة أمور يومية لا تتنازل عنها أبدا: ❶- الصلوات الخمس في وقتها، لأنها الفرائض، والفرائض أحب ما يتقرب به العبد إلى ربه، وأثقل
ثلاثة أمور يومية لا تتنازل عنها أبدا: ❶- الصلوات الخمس في وقتها، لأنها الفرائض، والفرائض أحب ما يتقرب به العبد إلى ربه، وأثقل ما يوضَع في ميزانه، ويا حبذا في المسجد، لتقطع صلتك القلبية بالدنيا خمس مرات، وتفرِّغه للآخرة. ❷- أذكار الصباح والمساء.. المعوذتان وآية الكرسي وآخر آيتين من سورة البقرة واستغفار مائة والصلاة على النبي عشر مرات، وهذه لا تأخذ منك سوى دقائق، لكنها تحفظ عليك حيوية قلبك. ❸ - وِرْد ثابت من القرآن في وقت ثابت من اليوم، ولا تتخل عنه أبدا مهما كانت أشغالك..

- Kitaaba Allaahi haffazii ergasii isa qabadhu, Beekumsa jennaan wanni marti qur'aana keessa jiraa. . "‏وَاحْفَظْ كِتَابَ الل
- Kitaaba Allaahi haffazii ergasii isa qabadhu, Beekumsa jennaan wanni marti qur'aana keessa jiraa. . "‏وَاحْفَظْ كِتَابَ اللّـهِ وَاسْتَمْسِكْ بِه فَالعِلْمُ كُلُّ العلمِ فِي القُرْآن!" @AL_FURQAAN1 @AL_FURQAAN1

DUBBIILEE HAYYOOTAA 21 | @Ifaa_Dhalootaa 💡 ▬▬▬▬▬▬▬▬ 1) Ati of daangesitee teenyaan eenyutu daangaa si ceesisa? 2) Osoo nama hin ta'in, namaaf ta'uun hin jiru! 3) Of beekuuf murtoo hin qabdu taanaan; of beektees murtoo hin murteessitu! 4) Barachuun beekuu miti. beekuun garuu barachuudha. 5)Gadaantummaa × Hirkattummaa × Of awwaaluu = Of wallaaluu! Of wallaaluun of awwaaluudha. 6) Qabeenyi bakka malee kufee fi dagatame ilma namaati! 7) Namni lakkoofsa guutuuf dhalate hin jiru. Lakkoofsa guutuu ta'ee dhalata malee. 8) Addunyaa keessa jirramoo addunyaatu nu keessa jira? 9) Yoo qophaa'aa taate guyyaan borii qabeenya ati qooddachuuf eeggattuudha! 10) Jaarraan kun jaarraa mul'ataan injifatan malee; jaarraa mufachuun injifatanii miti! 11) Addunyaan sammuu kee fi jecha ati waa'ee keef qabdu keessa jirti! 12) Nama jechuun bu'aa yaada isaati. Namni waanuma yaadu fakkaata. 13) Barrisuu kan dandeessu; hanga barrisuu dandeessu yoo amante qofa! 14) Of hin shakkin, inni namni biraa si shakku iyyuu si ga'aa! 15) Dirree injifatamtetti lubbuun jiraachuu caalaa; dirree injifatte keessatti duutee awwaalamuu wayya! 16) Meeshaa ammayyaa caalaa; sammuu injifannoo qabaadhuutii gara dirree seeni! 17) Tulluun ofiin beekee si duraa kufu hin jiru. Tulluun ati dhiibdee si duraa kufuu didus hin jiru! 18) Sammuu injifannoo malee hidhamee jiru qabaachuun rakkisaadha. 19) Sammuu hidhamaan addunyaa hiikamaa keessa jiraachuu irra qaamaan hidhamanii sammuu hiikkamaa qabaachuu wayya! 20) Rakkina kaleessa sirra ga'e har'as rakkina jettee dubbatta taanaan, har'a iyyuu namatu si hin argine malee ati rakkina kaleessa caalu keessa jirta! 21) Of booda hin ilaaliin! Borii kee namni siif ilaalu hin jiru. ♡   ❍ㅤ   ⎙       ⌲ ˡᶦᵏᵉ  ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ  ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ @Ifaa_Dhalootaa 💡

Ati Gaafa Iddoo Kee Malee Dhaabatu Rakaste!!! =============/============= ⌚⌚⌚⌚⌚ Manguddoo tokkotu dulloomee fiixee du'aarra yoo gahu ilma isaa ofiiti waamee, "yaa ilmakoo sa'aatii harkaa kana abbaa kootu naaf kenne isaaf ammoo abbaa isaatu laateefii ture amma sa'aatiin kun gara waggaa dhibba lamaa darbeera anis ilman qabuufii waan gati jabeessa dhaalchisu si waan ta'eef siifan laadha. Garuu, dursa deemiitii manneen daldalaarra naanna'ii hangamiin akka sirraa bitan gaafadhu" jedheen. Mucichis suuqii garaa garaa irra naanna'ee gaafachuu eegale. Daldaltoonnis 'sa'aatiin kun moofaadha, sanumaayyuu ammoo ligidii qaba qarshii shan caalaadhaan yoo binne nuuf hin baasu' jedhaniini. Daldaltoota jijiree biyyaa biyyatti deemee yoo gaafatus kan gadi hir'isu malee nama ol kaasuuf dhabe. Sana booda deebi'ee abbaa isaatiin "Abbaakoo daldaltoota hedduu suuqii qaban gaafadhee qarshii shanii oliin hin binnu jedhaniiru "jedheeni. Abbaanis "amma immoo gara god-hambaa yookan muuziyeemii biyyoolessaa dhaqitii gaafadhu" jedheen. Mucichis gaafa hoggantoota muuziyeemii biyyoolessaa dhaqee gaafatu qarshii miiliyoona lamaan sirraa binna jedhaniin, mucichis gammadaa gara abbaa isaatti deebi'ee, "abbaakoo kunoo reefan bakka ta'u deeme, isaan qarshii miliyoona lamaan sirraa binnaa fidi" naan jedhan jedhee itti hime, ➽, Abbaan isaa manguddoon beekaan kunis"Egaa argitee bakka siinmadaalle yoo dhaabbatte gatiikee gadi cabsa, si salphisa; bakka si madaalu yoo oolte garuu eebba qaba ulfina siif kenna. Kanaafuu Yoo namni si cabse si salphise hin rifatin, waan sin beekneefi. ati bakka simadaaluufi nama barbaachisummaa kee beeku biratti niikabajamta" jedhee gorse Ati gaafa iddoo kee malee dhaabbattu rakasta malee rakasa miti. 📢JOIN & 🔗SHARE $ waliif dabarsaa #share 🛒 @Oromoo_motivate 🔔 🛒 @Oromoo_motivate 🔔                     👆           JION👈👉 SHARE

photo content
+2