fa
Feedback
ODAA Electronics N1

ODAA Electronics N1

رفتن به کانال در Telegram

Dinagdeen Jabaachuuf Wal Barbaaduu Qabna 👉Laptops Haaraa fi Kan Hojjete(Used) Bilbiloota, Camera fi kkf Gatii Bareedaan argattu 👉 Fifinnee Boolee Gamoo Oromiyaa 1st flr @Odaa_Electronics Bilb ✆ +251911430007 📩 @odaaSmart

نمایش بیشتر

📈 تحلیل کانال تلگرام ODAA Electronics N1

کانال ODAA Electronics N1 (@odaa_electronics) بازیگری فعال است. در حال حاضر جامعه شامل 10 443 مشترک است و جایگاه 11 658 را در دسته فناوری و برنامه‌ها و رتبه 3 193 را در منطقه أثيوبيا دارد.

📊 شاخص‌های مخاطب و پویایی

از زمان ایجاد در невідомо، پروژه رشد سریعی داشته و 10 443 مشترک جذب کرده است.

بر اساس آخرین داده‌ها در تاریخ 10 ژوئیه, 2026، کانال فعالیت پایداری دارد. در ۳۰ روز گذشته تغییر اعضا برابر -167 و در ۲۴ ساعت گذشته برابر -4 بوده و همچنان دسترسی گسترده‌ای حفظ شده است.

  • وضعیت تأیید: تأیید نشده
  • نرخ تعامل (ER): میانگین تعامل مخاطب 8.88% است و در ۲۴ ساعت نخست پس از انتشار، محتوا معمولاً 2.66% واکنش نسبت به کل مشترکان کسب می‌کند.
  • دسترسی پست‌ها: هر پست به طور میانگین 928 بازدید دریافت می‌کند. در اولین روز معمولاً 278 بازدید جمع‌آوری می‌شود.
  • واکنش‌ها و تعامل: مخاطبان به‌طور فعال حمایت می‌کنند؛ میانگین واکنش به هر پست 0 است.
  • علایق موضوعی: محتوا بر موضوعات کلیدی مانند storage, odaa, itti, odaatrading.com, battery تمرکز دارد.

📝 توضیح و سیاست محتوایی

نویسنده این فضا را محل بیان دیدگاه‌های شخصی توصیف می‌کند:
Dinagdeen Jabaachuuf Wal Barbaaduu Qabna 👉Laptops Haaraa fi Kan Hojjete(Used) Bilbiloota, Camera fi kkf Gatii Bareedaan argattu 👉 Fifinnee Boolee Gamoo Oromiyaa 1st flr @Odaa_Electronics Bilb ✆ +251911430007 📩 @odaaSmart

به لطف به‌روزرسانی‌های پرتکرار (آخرین داده در تاریخ 11 ژوئیه, 2026)، کانال همواره به‌روز و دارای دسترسی بالاست. تحلیل‌ها نشان می‌دهد مخاطبان به‌طور فعال با محتوا تعامل دارند و آن را به نقطه اثرگذاری مهم در دسته فناوری و برنامه‌ها تبدیل کرده‌اند.

10 443
مشترکین
-424 ساعت
-217 روز
-16730 روز
آرشیو پست ها
Jaalala Oromummaatiin KANUMA kana Hiriyyoota kee Nama Lamaaf 2f qofa yoo Sitti tolemmoo Nama 20f Dabarsi Dinagdee Oromoo Finfinneetti Cimsuuf Wal Haa Barbaannu Channel keenya Makami (Join Godhi), Dabarsi ( Forward Godhi) 👉👉 @Odaa_electronics 👍👍

Slightly Used Mac desktop iMac 27 retina display Core i5 Hdd 1TB Ram 16GB NVIDIA 1GB Price 48,000 Call 0911430007 0929320481
+1
Slightly Used Mac desktop iMac 27 retina display Core i5 Hdd 1TB Ram 16GB NVIDIA 1GB Price 48,000 Call 0911430007 0929320481 @Odaa_electronics

Yai gulele casting agent Contact ;- @obsii28 @yai_gulele
Yai gulele casting agent Contact ;- @obsii28 @yai_gulele

Yai gulele casting agent Contact ;- @obsii28 @yai_gulele
Yai gulele casting agent Contact ;- @obsii28 @yai_gulele

🎄

👉Finfinnee Boolee Jirra! GAMOO OROMIYAA darbii 1ffaa S-05 #ORIGINAL_PHONES_AND_LAPTOPS 💻LAPTOPS 👨‍💻 1)Hp core i5 New Elitebook 840 G3 (6th gen) Screen 14.5inch Hdd 1TB RAM 8GB....14,300 2)Hp core i5 New Elitebook 840 G3 (6th gen) Screen 14.5inch Hdd 500GB RAM 8GB....13,700 3)Hp core i7 New Elitebook 850 G3 (5th gen) Screen 15.6inch Hdd 1000GB RAM 8GB....16,500 4) Acer AmD Reaze 5 2500U = i5-8the gen Almost New) GAMING 15.6 HDD 1T, RAM 8GB & 1GB AMD Redeon Graphics..... 13,500 5) Hp Notebook core i5 8th gen (New) Screen 15.6inch Hdd 1000GB RAM 8GB...... 20,700 6) Hp Notebook core i3 15.6 (Very slightly Used) 500GB by ....9500br 7) Hp elitbook core i5 (New) Screen 15.6inch Hdd 500GB RAM 8GB...... 14,000 8) Dell Core i3 (New) 15.6inch Hdd 1T Ram 4GB....13,700 9)Hp Elitebook i5 (New G3) 14inch Silver color Hdd 1T, RAM 8GB....14,800 10) Dell Intel inside (Brand New) 13.7inch Radius(360° Kan ofirra Naanna'u) FULL TOUCH Ram 4GB Hdd 500GB....12,800br 11) Hp Core i5 5th gen 14inch (New) HDD 1TB RAM 8GB, with keyboard light... 13,000br 12) Hp Elitbook core i5 4th gen 14inch 1T 8GB... 12,500 12) Hp Elitbook core i5 4th gen 14inch 500GB by 8GB 11,900 14) Hp Elitbook core i5 4th gen 14inch 500GB by 4GB 11,400 15) Hp Probook core i5 4th gen 15.6inch 500GB by 8GB...13,000 16) Hp Probook core i5 4th gen 15.6inch 1T 8GB...13600br 17) Hp Probook core i7 4th gen 15.6inch 1T 8GB...15400 💻GAMING LAPTOPS💻 Kam feetu....? 1) Acer AmD Reaze 5 2500U = i5-8the gen (Almost New) GAMING 15.6 inch HDD 1T, RAM 8GB & 2GB AMD Redeon Graphics..... 13,700 2. hp core i5 (NEW) 6th generation with keyboard light 1tera by 8gb ram 4gb GTX 950 graphics card.....21200br 3. hp pavilion core i7 (NEW) 5th generation with keyboard light 1tera by 8gb ram 2gb graphics card.....21000br .... 📳 PHONES 📳 Model (2019) J2core--3900 A2core--4000 A10s(32GB by 2GB)...5900 M10(2019)--5800 M20(32GB By 3GB)--7000 A20(32GB by 3GB )--6900 A20s(32GB/64 by 3GB)...8200/ 8800 A30(64GB/32GB by 4GB )--8700 A30s(64GB by 4GB)...10,500 A50(64GB /128GB by 4GB)--11400/12500 A70(128GB by 6GB)....14500 📱 0911430007 📲 0917716557 Odeeffannoo HATATTAMAAN ARGACHUUF 👇👇👇👇👇👇👇👇👇 http://t.me/OdaaElectronics Google Map location 👉https://maps.google.com/?cid=16215396250095185794

Gaafa Dawwatan Subscribe Gochu Hin Dagatina https://youtu.be/K37gcqP4DpQ

Gaming Laptop Brand asus zenbook Processor core i7 8th generation 👉Full HD screen 13inch 👉Storage 2TB Ssd 👍 RAM 8gb Graphi
+1
Gaming Laptop Brand asus zenbook Processor core i7 8th generation 👉Full HD screen 13inch 👉Storage 2TB Ssd 👍 RAM 8gb Graphics NVIDIA 4GB Geforce 1050.GTX 👉Price 38,500br Call 0911430007 0917716557

Gaafa Dawwatan subscribe gochu hin dagatinaa https://youtu.be/TbcWagklU1I

Mee Al takkaa Sinan Rakkisa Jaalala Oromummaatiin KANUMA kana Hiriyyoota kee Nama Lamaaf 2f qofa yoo Sitti tolemmoo Nama 20f Dabarsi Dinagdee Oromoo Finfinneetti Cimsuuf Wal Haa Barbaannu Channel keenya Makami (Join Godhi), Dabarsi ( Forward Godhi) 👉👉 @Odaa_electronics 👍👍

#HUBACHIISA UMMATA OROMOO MARAAF Sagantaan hayyoonni Oromoo muddee 21-22/ 2012tti qopheessanii turan kan haqame qaama qopheessen osoo hin taane mootummaa biyyattii bulchaa jirutu fedhe kiyyaan ala jechuun haqe. Sagantaan kun fooramii sabaa yoo ta'u, kan abbummaan qopheesse abbaa qabeenyaa obbo Dinquu Dayyaasaati. Kaayyoon fooramii kanaa qabsaa'otafi namoota Oromoof gumaata gurguddaa godhan galateeffachuufi beekkamtii kennuufi ture. Kunumti maaf godhamaaf qophii qabeenyi hunduu itti bahee kana haqsiisan. keessummoonni affeeramanis manaa bahanii bakka karaa walakkaa gahanitti haa hafu jechuun, abbaa sagantichaa qofa osoo hin taane Saba Oromoo guutuu tuffachuu argisiisa. Ilmaan Oromoo sabasaanif gatii baasaniif beekkamtiifi galata galchuun cubbuu maalii qaba garuu? Namni tokko qabeenya qabuun nama maluuf yoo waan fedhe godhe cubbuunsaa maali? #Ummanni Oromoo guutun akka kana hubatu feena. Beeksifni gaafa 19/4/2012 galgala OBN irratti darbes fedha Korichaatin ala. Wanti ta'e hunduu humnaani.

Rogeessiifi xinxalaan Siyaasaa beekamaa Obbo Jawaar Mohaammad paartii Kongaransii Federaalistii Oromoo (KFO)tti dabalamu, dura taa'aan paartichaa BBC'tti himan. Dura Ta'aan KFO Pirofesor Mararaa Guddinaa BBC'tti akka himanitti, Obbo Jawaar torbee darbe miseensa paartii KFO ta'uun galmaa'aniiru. Obbo Jawaar yeroo biyya Ameerikaa turerraa kaasee waliin mari'achaa turre kan jedhan Pirofesar Mararaan, fulduratti mari'annee dhaaba keessatti dirqama kamirra akka hojjetu murteessina jedhan. Kanas yoo ibsan, "Waggaa lama dura yeroo Ameerikaa deemanitti Obbo Jawaar, Dr. Birhaanuu Naggaafi miidiyaalee ESAT fi OMN waliin walarguukoof kanin waggaa tokko mootummaan na hidhe," jedhu Pirofessor Mararaan. Hariiroofi waliin hojjechuu yeroos eegalametu cimee amma waliin qabsaa'uuf dhaaba tokko jalatti hiriirres jedhaniiru. Obbo Jawaar filannoo baranaa irratti akka dorgomu ibsuun isaas niyaadatama. Xiinxalaa Siyaasaafi Direektara OMN Obbo Jawaar Mohaammad mormii waggoota afran darbaniif Itoophiyaa keessatti adeemaa tureefi jijjiirama amma biyyattii keessatti mul'ataa jiru waliin yeroo mara maqaan isaanii ni ka'a. Turtii waggoota 14 booda gara biyyaatti erga biyyatti deebi'ee paartiileen Oromoo waliin hojechaa kan turan Obbo Jawaar, Gaaddisa Hoogansa Oromoo kan dhimma waloo jalatti mariyataniifi dantaa Oromoo ittiin jabeessan tolchuu keessatttis shoora jabaa qabu. Obbo Jawaar Mohaammad sochii 'Oromo First' irraa eegalee hanga har'aatti siyaasa Itoophiyaa keessumaa kan oromoo keessatti gurra guddaa horataniiru.

Gaafa Dawwatan subscribe gochu hin dagatinaa https://youtu.be/TbcWagklU1I

Asoosama ajaayibaa SI-MALEE kutaa 1ffaa. Asoosama seenaa namatti toluuf nama hawwatu qabudha daawwadhaa hamma dhumaatti hordofaa. 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://youtu.be/P7z6OxtA-1s

Asoosama ajaayibaa SI-MALEE kutaa 1ffaa. Asoosama seenaa namatti toluuf nama hawwatu qabudha daawwadhaa hamma dhumaatti hordofaa. 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://youtu.be/P7z6OxtA-1s

Mee Al takkaa Sinan Rakkisa Jaalala Oromummaatiin KANUMA kana Hiriyyoota kee Nama Lamaaf 2f qofa yoo Sitti tolemmoo Nama 20f Dabarsi Dinagdee Oromoo Finfinneetti Cimsuuf Wal Haa Barbaannu Channel keenya Makami (Join Godhi), Dabarsi ( Forward Godhi) 👉👉 @Odaa_electronics 👍👍

Finfinnee Boolee Jirra! GAMOO OROMIYAA darbii 1ffaa S-05 #ORIGINAL_PHONES_AND_LAPTOPS 📳 PHONES 📳 Model (2019) J2core--3900 A2core--4000 A10s(32GB by 2GB)...5900 M10(2019)--5800 M20(32GB By 3GB)--7000 A20(32GB by 3GB )--6900 A20s(32GB/64 by 3GB)...8200/ 8800 A30(64GB/32GB by 4GB )--8700 A30s(64GB by 4GB)...10,500 A50(64GB /128GB by 4GB)--11400/12500 A70(128GB by 6GB)....14500 💻LAPTOPS 👨‍💻 1) Acer AmD Reaze 5 2500U = i5-8the gen Almost New) GAMING 15.6 HDD 1T, RAM 8GB & 1GB AMD Redeon Graphics..... 13,500 3) Hp Notebook core i5 8th gen (New) Screen 15.6inch Hdd 1000GB RAM 8GB...... 20,700 5) Hp Notebook core i3 15.6 (Very slightly Used) 500GB by ....9500br 6) Hp elitbook core i5 (New) Screen 15.6inch Hdd 500GB RAM 8GB...... 14,000 7) Dell Core i3 (New) 15.6inch Hdd 1T Ram 4GB....13,700 8)Hp Elitebook i5 (New G3) 14inch Silver color Hdd 1T, RAM 8GB....14,800 10) Dell Intel inside (Brand New) 13.7inch Radius(360° Kan ofirra Naanna'u) FULL TOUCH Ram 4GB Hdd 500GB....12,800br 11) Hp Core i5 5th gen 14inch (New) HDD 1TB RAM 8GB, with keyboard light... 13,000br 12) Hp Elitbook core i5 4th gen 14inch 1T 8GB... 12,500 12) Hp Elitbook core i5 4th gen 14inch 500GB by 8GB 11,900 14) Hp Elitbook core i5 4th gen 14inch 500GB by 4GB 11,400 15) Hp Probook core i5 4th gen 15.6inch 500GB by 8GB...13,000 16) Hp Probook core i5 4th gen 15.6inch 1T 8GB...13600br 17) Hp Probook core i7 4th gen 15.6inch 1T 8GB...15400 💻GAMING LAPTOPS💻 Kam feetu....? 1) Acer AmD Reaze 5 2500U = i5-8the gen (Almost New) GAMING 15.6 inch HDD 1T, RAM 8GB & 2GB AMD Redeon Graphics..... 13,700 2. hp core i5 (NEW) 6th generation with keyboard light 1tera by 8gb ram 4gb GTX 950 graphics card.....21200br 3. hp pavilion core i7 (NEW) 5th generation with keyboard light 1tera by 8gb ram 2gb graphics card.....21000br .... 📱 0911430007 📲 0917716557 Odeeffannoo HATATTAMAAN ARGACHUUF 👇👇👇👇👇👇👇👇👇 http://t.me/OdaaElectronics Google Map location 👉https://maps.google.com/?cid=16215396250095185794

Gaafa Dawwatan subscribe gochu hin dagatinaa https://youtu.be/TbcWagklU1I

Oduu gammachisa jaalaltoota Artii Hundaaf Akkuma bekkamu film #Lafaaf_Lafee Gaafa guyyaa 5/4/2012 Galma Giddu Gala Addaa Oromoti Sirna Ho'atin Ebifamun Issa Ni Yaadatamaa Haa ta'u Male Gaafi Ummata Biraa Ka'en fi Wareen Galmii Gutte goddat Hafanif kan malessa Dhimmota adda addatin filmin kun Issin jala darbef Gaafa Guyyaa 19/4/2012 Giddu Gala Addaa Oromotii Irraa Debin Ni Agarsifamaa Irraa Akka Hin Haafine Filmin Kun Filmi Irraa Debi'ame Ilaalamu Qabudha Gutumaa Oromiyaati fi Biyyoota alaati yeroo dhihooti qaqabaa egadhaa @olaanoo_tube