cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Jemal K. Jarra

نمایش بیشتر
کشور مشخص نشده استزبان مشخص نشده استدسته بندی مشخص نشده است
پست‌های تبلیغاتی
178
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
اطلاعاتی وجود ندارد30 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

نمایش همه...
funyee8 on TikTok

funyee8's short video with ♬ original sound

Breaking/OduuCabsaa/ Hayyoonni keenya Jawaariin Baqalaa, Hamzaa Booranaa kanneen biroo hafan dabalatee yeroo ammaa kana hidhaa irraa bahanii jiru! AlhamduLILLAHI!
نمایش همه...
"Ye Burkaa zimmitaa" callisuu burqaa ✍Tasfaayee Gabra'ab Barreessaa fi gaaxessaa ogeessa beekama Tasfaayee(Gadaa) Gabra'ab tu barreesse lammii biyya Eertiraa ta'ee seenaa Oromoo dhokate ifa baasee barreessee. #Nagaan haa boqatu Mee dhugaa kitaaba kana keessa jiru mee seenaatii dubbisaa waan ajaa'ibaa Argituu. Join for additinal books👇👇 @milkaainajireenyaa @milkaainajireenyaa
نمایش همه...
የቡርቃ_ዝምታ.pdf47.40 MB
نمایش همه...
ረሂማ ሲራጅ ኢስላም ነውህይወቴአላህ አንድነው☝️ on TikTok

#ሀገሬ እናቴ ነሽ ! ኢስላም ነው ሂወቴ ☝️#🕌💞🕋💖🕌💞🕋💞🕌💖🕋💞 👌❤️🕌🕌🕌🕋🕋🕋 💞☝️☝️☝️🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹#ሀበሻ🇪🇹🇪🇹🇪🇹tiktok #ሀበሻ🇪🇹🇪🇹🇪🇹tiktok

نمایش همه...
Baharaden on TikTok

Artistoota Oromoo Qaqaldhiwan like gochuun kaan itti anu eegadhaa.

Manni Maree Mirgoota Namoomaa UN walgahii addaa Jimaata Jenevaatti taa'een sarbama mirgoota namoomaa Itoophiyaa keessatti raawwate qorachuuf komiishiniin eksipartootaa idil-addunyaa akka hundaa'u sagalee caalmaan murteesse. via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3seu9Ah
نمایش همه...
Waraana Kaaba Itoophiyaa: Manni Maree Mirgoota namoomaa UN dhimma Itoophiyaa irratti murtee dabarse

Manni Maree Mirgoota Namoomaa UN walgahii addaa Jimaata Jenevaatti taa'een sarbama mirgoota namoomaa Itoophiyaa keessatti qaamolee hundaan raawwataman qorachuuf komiishiniin eksipartootaa idil-addunyaa akka hundaa'u sagalee caalmaan murteesse.

#Hedduun namaa hin beeku waan jedhamu salaatul janaazaa Keessatti Barumsa akkaan sirritti yaachisaa faayidaaf 1- #takbiiraan_duraa :.. Suuratul faatihaa qara'uu 2- #takbiiraa_lammafaa : .. assalaatul ibraahimiyyaa ( salawaata buusudha) allaahumma salli alaa muhammad wa'alaa aali muhammad kamaa salleyta alaa ibraahiima wa'alaa aali ibraahiim . Wabaarik alaa muhammad wa'alaa aali muhammad kamaa baarakta alaa ibraahiima wa'alaa aali ibraahiim fil aalamina innaka hamiidun majiid 3- #takbiiraa_sadaffaa :... du'aa'ii kadhatuudha namticha du'eef waan dhufe du'aa'ii irraa sanirraa akkana jedhii kadhadhuuf ((Allaahumma ighfir lahuu warhamhu , wa'aafih wa'afu anhu , wanaqqih minal khaxaayaa kamaa yunaqqi assowbul abyadu minaddanas , wa'abdilhu daaran keyran min daarih, wa'ahlan keyran min ahlih wazowjan keyran min zowjihii, wa'adkhilhul jannah, wa'aizhu min azaabil qabri wamin azaabinnaar )) Hiikkaa ⬇️ Yaa rabbi isaaf araarami isaafis rahmati , badii isaatis irra dabriif, isa qulqulleessi dilii irraa akkuma uffanni adiin qulqullaahu xurii irraa , isaaf jijjiiri ganda ganda isaarra keyrii (caalu) warras warra isaarra caalu , jannata isa seensisi , isa tiysi azaaba qabrii irraa fi azaaba ibiddaa irraa . 4- #takbiiraa_afraffaa : "Allaahumma laa tuharrimnaa ajrahuu walaa taftinnaa ba'adahuu " Hiikkaa ⬇️ Yaa rabbi nu hin dhoowwatin ajrii isaa nus hin fatanin eega isaatii Eegasii du'aa'ii kadhata nama du'ee fi muslimoota hundaaf eegasii ni xumura salaata isaa salaamtaan. Xumura salaataa Keessatti salaamtaa takka qofa jihaa mirgaatti Beeytaa maaliif dirqama sirratti taha share godhuun !? Sababaan namni ilmii diinii takka beekee isii nama hin barsiisin guyyaa qiyaamaa ni gaafatama Simalee namni biraa beekuu barbaada garuu ? hin beeku eessa akka deemu !? Gariin namaa ni saalfata !....? Carraaqadhu ajrii isaa . @Alrisala1 @Alrisala1
نمایش همه...
Yeroo aduwwiin diin:" Dubartiin muslimaa hijaabaan of xaxxee deemti..." jettee sii arrabsitu: Ati ammoo jaalalaa fii kabaja Diin keetiif qabdu kan durii daraan uffadhuu ittii garsiisii garaa gubi! " Hijaabni kee: kabaja fi ulfina keeti. Isaa uffachuun wanni sirraa hir'atu ibidda azaabaa qofa! Hijaaba uffachuu keetiin ija munaafiqa fi najasa hundarraa tikfamta. Kan gatii hijaaba keetii beekee sii jaalatuu fi sii kabaju: warra RABBIIN sodaatuu (mu'umintoota) fi namoota gaggaarii qofa. Gatiin intala Islaamaa qaalidha!Bareedina qaama keetii ija munaafiqaa fi ija duriyyee hundarraa Hijaaba keetiin tikfamtee, yoo Abbaa manaa keetiin wal gesse: Ati isa biratti Modeleestiidha Abbaa feete caalta! Hogguu namootni wollaaltotni:" maaliif carqiin Of xaaxxee Of dhoksitaa..?" Siin jedhan: Atimmoo akkana jedhiin:" Bareedinni dhugaa ajaja Rabbii fi Rasuulaa (ﷺ)godhuu keessatti argama! Salphinaafi xiqqeenyi faallaa isaanii deemuudhaan nama mudata! Ati yeroo kamuu Hijaaba kee ni jabeffatta tanaan: Irraa bareedduu, irraa qaalii intaalaatii. Osoo bifa hin qabaannellee qalbii qabaattee hijaaba kee uffatuun jaalatamtu,kabajamtuu fi barbaadamtuudha. Warra Qullaa deemaa nuu arrabsuun Akkii jettu:" Osoo qullaa deemuun qaroominaa tahee: beyladotaa fi bineensataatu qarooma ture. Qullaa deemuun beyloodatayyu qalmaaf saaxile !!" Ani irraa qaroomtuu Intala Islaamaa gorsaa Hayyicha addunya Nabii muhammad (ﷺ) dhagaha guddatteedha jedhiin. Warra ajaja RABBII godhee hijaaba jabeeffatee Aduwwii diin garaa gubee Addunyaa fi Ahkirattii milkaahu RAHMAAN nuha tasiisu ©Raahaa Sheik Yaassiin
نمایش همه...
duutetti dhufe wajjiin wal fakkaata. Gurbaan kun gaabbee yoo samii yaabuu danda'ellee fala fiduu danda'u inqabu. Gochi akkasii isuma yeroo tokko jarri gamaa sun ,Yammaayiddaaggam irmijjaa" jette sanaan wal natti fakkaata. Kanaafuu wantoota salphisnee ilaaluu duukaa gochoota gaabbisiisoo akkasiitu tarkaanfata waan ta'eef hangam aariin nutti dhaga'amullee, bifa saayinsawaa ta'een furuu qabna malee bu'aa buusuu indandeenyu jechuudha. Waan itti inmilkaa'iin hafte tokko irra deebitee yoo yaalte milkaa'uu dandeessa. Al takka kufte jechuun kufaa hafte jechuu miti. Kufte jechuunis, waan irra deebitee sirreessuuf hubannoo dabalataa sibarbaadu, iddoo irratti xiyyeeffattee hojjattu argatteetta jechuu wajjin tokko natti fakkaata. Karaa jalqaba ittiin milkaa'ina beektu qofa amanachuun eessaanuu singahu, erga itti seentee karaan milkaa'inatti geessu baay'eedhahoo. Wanti guddaan sirraa eegamu kaka'umsa keessoo kee fi dalagaa keeti. Kanaafuu, balbala haaraa argachuudhaaf, karaa haaraa barbaaduu feesisa. Karaa haaraa barbaaduudhaaf immoo qoraattii, raammolee, dhagaa, waantota dandaa'aniifi kan kana fakkaatan fa'aatu si mudachuu danda'u. Yoo cichanii soqan osuma golollisuu bari'uu mala. Xaariidhaan malee, aariidhaan wanti uumamtu takkalleen injirtu. Ilaalcha mataa ofii gara teellaatti nama harkisu keessaa bahuun injifannoo jalqabaati. Ofbituun hundaa olwaan ulfaatuuf. Kufaatiifi milkaa'ina yaada morkataa qabaachuun kufaatii laamshessanii milkaa'ina moosisuunis copha guddaa karaa milkaa'inaati. Macaafni guddichis “Namni yeroo hundumaa rooba eeggatu sanyii infacaasu” jedha mitiiree? Hanga dandeessu qofaa inyaaliin, hanga danda'amutti malee. Sababni isaa, Karaan milkaa'ina keetii kallattii ati ittiin yaaltee dadhabde tahuu waandanda'uuf. Karan milkaa'ina keetii egaa filannoo mataa/sammuu keefi dandeettii ati waan fiixaan baasuu barbaadduuf qabdu irra jira. Duroomuun hamma milkaa'ina kee sitti fakkaatetti inrafiin hojjadhu. Barreessuus yoo ta'e dursii dubbisi. Isa kaanis akkuma kana godhi. Garuu, garuu, garuu, waanti amma ati jiraataa jirtu riqaa bor ittiin milkii ykn kufaatiitti baatudha. Yeroo balleessaa jirta yoo ta'eef, bara fiigdee in qaqqabsiifne garaftuu sammuu kee jala galuuf waan jirtuuf yaaluun amala kee idilee siif haa ta'u
نمایش همه...
Namootni danuun waan tokko gochuuf ka'anii, yeroo dadhabaniimmoo of duuba deebi'an sitti mul'atuu? Ati yeroo teessee ilaaltu jara kana akkamitti ilaalta? Akka natti fakkaatutti waan sitti tolu miti. Atis egaa yeroo waan tokko yaaltee osoo fiixaan hinbaasiin ofduuba deebitu kanuma fakkaatta. Oromoon yeroo mammaaku “Qeerransa eegee inqaban, qabnaan ingadhiisan!” jedha. Akkuma kana jabinni namaas kan beekamu gaafa waan dadhabe deebisee irbaata dandeettii isaa taasifatudha. Gootummaan nama tokkoos kan beekamu yeroo waan salphaa fiixaan baasu osoo hintaane, yeroo waan maqaa qabuufi sammuu namaa gararraa tahe hojjatee agarsiisudha. Akka beektonni jedhanitti waan fiixaan baasuu indandeenye jalqabuurra waan fixuu danda'an jalqabuu yookaanimmoo dhiisuu wayya jedhu. Namoonni nuti jaboodha jennee waamaa oolluufi namoonni Addunyaa kanaaf fakkeenya ta'anii waantota adda addaa hojjatanii lafa kaa'an baay'een isaanii namoota kufaatiin michuu taasifatee turedha. Hammuma kufan dogoggora ofiirraa barataa adeemu. Jireenyimmoo mana barnootaa gaariidha waan ta'eef, haala gaariidhaan nama barsiifti. Osoo kufaatiin hinjirree jireenyi hinjiru. Qorteetu nama qoraafti. Qoraaftees gaara nama baafti. Qormaanni qoraasuma milkiiti. Kufaatiinimmoo yaaliirraa dhufa. Sammuun teessu gidiraa qofa yaaddi. Namni taa'uu guddisus huuba lafaa fuudhee ka'a jedhama mitiiree? Akka dhaabbilee barnootaafi dhaabbilee hojii adda addaatti qoramaniitu qormaaticha darbu yookaan kufu. Akka yaaliifi boqonnaalee Addunyaa jireenyaattimmoo kufaniitu baratu; kufaatiirraas baratu. Namoonni tokko tokko yoo waan irra deebiin yaaluu kaafteef abdii kutannaa sitti himu. Sanaafimmoo furmaanni irra deebiin yaaduufi irra deebiin yaaluu qofadha. Yaaltee waanti ati bira hingeenye hadiida kaayyoo keessa hinjiru. Dadhabbiin kee hammuma waan si dadhabsiisu sanaa gaha. Waan xiqqaa tokkotu ifaajjii keeti taanaan argannoon kees waanuma salphaadha. Waan jabaa tokkotu ifaajjee keeti taanaanis akkuma kanadha. Macaafni guddichis “Jabina rabbi naaf kennuun waan hundumaa gochuu nan danda'a” jedha. Rabbis nama jabaatu barbaada. Haatillee dhibaa'aa hinjaalattu jedhama. Kaayyootti cichuuf immoo jalqabuma gaafa ka'umsaa kufaatiin yoo dhufehoo jedhanii sodaachuu caalaa akkamittan kufaatii keessummeessa jedhanii ofqopheessuudha. Yoos ciicata kufaatii kuufatu. Namni kufaatii sodaatu intarkaanfatu. Miira isaa keessas sodaa kufaatiitu gangalata; siidaa kufaatiitu keessaa cululuqa. Kanaafuu, kufaatii ilaalaa waan hojjatuuf ija mul'ataafi gubbee mul'ataa ilaalu hinqabaatu. Ija ittiin milkaa'ina ilaaluun kufaatii ilaala waan ta'eef. Atis yaa jaala koo waan ani irra deebiidhaan siif dhaamu, karaa sodaan kee jiruun milkaa’ina qabda; karuma sana buuta; karuma sana baata; karuma sana kufta, karuma sana kaata. Yoos ija kaayyoo keetii qulqulleeffadhu; hurrii ofduraa haxaa'i. “karaan dhaben argadha; Kufeen baradha” jedhi. Kufaatiif inkaroorfatiin. Garuu, waan dhufuuf ofqopheessaa deemi. “Yaallaan nan milkaa'aa” jedhi. Namoonni jajjaboon Addunyaa kana jijjiiran hedduun isaanii tokkichumaan waan addunyaa kanaaf bu'aa ta'e lafa hinkeenye. Yaalii adda addaa gaggeessaniitu, ofxaarsaniitu, ofaarsaniitus. Yoo dafqan nyaannillee namatti mi'oofti. Yoo dafqan waan dafqaniif dafaqatu1. Wanti dadhabbii malee dhufu dachee kanarra hinjiru. Qilleensumallee hargananiitu fudhatu. Bishaan rabbi uumes waraaban malee hindhugan. Hirribumtillee yoo gadi ciisan yookaan hirkatan nama fudhatti. Adeemaa hinmugan waan ta'eefi. Wanti dadhabbii malee argamu, midhaan rakasaa hinjiru. Duutiyyuu salphaatti hinargamtu. Waa ta'uuf, waa ta'uu gaafata. Waa nyaachuuf waa kaachuu gaafata. Abdiin jiraadhu. Xiiqiin sin xiqqeessiin xinqishaa taasisii dhiiga isaa keessaa xuuxxadhu malee. Yaaluu indadhabiin yaaltee dadhabuu siif wayya. Akkuma konkolaataan gaara sigigaachuuf boba'aa barbaadu, atis hojii kee keessatti abdii inqabdu taanaan taakkuu tokko tarkaanfachuu indandeessu. Gufuulee si mudataniifi aartee banbanuu inqabdu. Obsumaan tarkaanfatuu qabda. Obsi dhagaa affeela jedhama mitiiree?
نمایش همه...
یک طرح متفاوت انتخاب کنید

طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.