OICT Solutions
رفتن به کانال در Telegram
[ICT Traning/Consulting, Web&App Design and Hosting, Software development, Digital marketing Consultanting, as General ICT Services
نمایش بیشترکشور مشخص نشده استدسته بندی مشخص نشده است
3 103
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
اطلاعاتی وجود ندارد30 روز
آرشیو پست ها
3 103
Repost from Abdisa Bancha Jara
Turtii VOA Afaan Oromoo waliin taasise irratti, Waa'ee Dureessa Addunyaa kanaa #ElonMusk, #Twitter, Ijaarsa Addunyaa-waloomtee(Globalization), marsaalee Hawaasaa, Guddina tekinoolojii fi Barbaachisummaa...)👇
https://fb.watch/cKpUl74jzq/
3 103
Repost from Goshoo Online
#Yaadachiisa - Kabajamoo Miseensotni G o s h o o hundaaf:
- Erga Galmee raawwattan booda hojiin keessan jalqabaa #Odeeffannoo keessan, Danaa(Profile) keessa seentanii Hunduma Guutuu qabdu.
- Account keessan irratti #Suuraan Danaa (Profile) suuraa #Dhuunfaa keessanii tahuu qaba.
- Odeeffannoo sobaa guutanii fayyadamuun #adabii hanga deebitanii akka hin fayyadamne Ugguramuu adabsiisuu mala.
- Suuraalee dhuunfaa keessanii hanga 5 yoo olfe'attan, Suuraan hundi kan abbaa tokkoo tahuu System erga mirkaneeffate booda Account keessan #verify(Blue tick) isiniif taasisee mirkaneessa
#Hub: Marsariitii keenyarratti tajaajilli kennamu kanneen akka #Chat, video call, audio call, profile visiting, Likes, Dislikes, block, add friend, Gifts, packages, credits, finding matches, messages, calls.... fikkf hunduu #Sirnaan kan icciitaye(Fully Encrypted) waan taheef qaamni ykn namni biraa arguu danda'a jettanii hin shakkinaa.
Namootni hin galmaayin link kanaan galmaayaa
https://goshoo-online.com/register
@goshoo_online
3 103
"FIAS 777" Dhaabbata Dhugaa moo Sobaati?
- Dhaabbatichi Itoophiyaa keessa akka hin sochoone ugguramee
- Account Baankii Dhaabbatichaa dhaabbata " Ethiopian Financial Intellignece" jedhamuun too'atamuu
- 'Dhaabbatichi Itoophiyaa keessaa Galmee Daldalaas tahee Biiroo hin qabu, Qabeenyummaa eenyuutiin akka jiru wanti beekkamu hin jiru, Caasaa Bulchiinsaas tahee Hooggansa olaanaa hin beeknu..."
Odeeffannoo guutuu Geessii(link) gadii kanarraa dubbisaa
https://bit.ly/36Vq6ke
#Share godhaa ummatni keenya saamamaa jiru akka ofeeggatu waliif dabarsaa
Galatoomaa
@oict.solutions
3 103
Repost from Goshoo Online
O D U U G A A R I I
*********
G o s h o o AFaan Oromootiin tajaajila eegaleera.
Ji'a tokko darbetti Jaalatamummaa horachaa kan dhufe #Goshoonline Miseensota hedduu horachaa dhufaa jira.
Kaayyoon keenya Qeerroo/Qarree ykn kanneen fuudhanii hiikan Jaalala Dhugaa akka argatan walitti fiduu yommuu tahu Namootni keenya bakkuma jiranii Jaalallee dhugaa akka walbaran haala mijeessuudha.
Goshoo Online tti Miseensa hin taane yoo tahe, Geessituu kana cuqaasuudhaan Galmaayaa:👇
https://goshoo-online.com/register
@goshoonline #follow #like fi #share godhaa waliin gahaa
Goshoo Online | Gola Jaalala Dhugaa
Web: https://www.goshoo-online.com
https://www.facebook.com/goshoonline
https://www.twitter.com/goshoo_online
www.instagram.com/goshoo.online
Telegram t.me/goshoo_online
3 103
ULAAGAA GALMEE
Leenjiin keenya Eegaluuf Galmeen Jalqabee jira.
Fuula asiin gadii irraa Garee Barbaaddan Filattanii galmaayuu dandeessu
Barnoota Garee A muraasa(Kafaltiin Jalqabarratti):
https://bit.ly/3vcVYdE
Barnoota Garee B muraasa(Kafaltiin Jalqabaafi Gidduurratti):
https://bit.ly/3xQl0kh
Barnoota Garee C(Kafalatiin Jalqaba Seensa Gareeleeti:
Barnoota Garee A fi B walitti qabatee
Galmaayuudhaaf ammoo
https://hayuacademy.com/register/
tuquudhaan Garee Feetan filachuu dandeessu
Odeeffannoo dabalataatiif:
Facebook: Facebook.com/hayu.academy/
Telegram: t.me/oict_solutions
Email: hayuacademy.online@gmail.com
3 103
Repost from OICT Solutions
#GoshooOnline | Hojii eegaleera!
Marsariitiin Jaalalaa - G o s h o o 🧑🏾🦯👨🏾🦯🏃🏾♀️👨❤️👨👩❤️👩
Goshoo Online is a 100% Ethiopia Free Dating Service that are prepared for helping singles ....
#Marsariitii Jaalalaa, Marsariitii Qeerroowwanii fi Qarreewwan bakkuma jiranii, biyyuma jiranii, amantii fi naannoo fedhani irratti hundaayuudhaan kan Walbarsiisudha. Marsariitiin keenya Yaalii dhaaf kan Gadi lakkifame tahus #App Mobile dabalatee dhiyootti hojii kan eegaluudha
Goshoo Online tti Miseensa hin taane yoo tahe, Geessituu kana cuqaasuudhaan Galmaayaa:👇
https://www.goshoo-online.com/
#valentines2022 #valentinesday2022 #valentinesdaygift #valentinesgift #valentinegift #happyvalentinesday
@goshoonline #follow #like fi #share godhaa waliin gahaa
Goshoo Online | Gola Jaalala Dhugaa
Email: goshoo.online@gmail.com
Web: https://www.goshoo-online.com
https://www.facebook.com/goshoonline
https://www.twitter.com/goshoo.online
https://www.instagram.com/goshoo.online
https://t.me/goshoo_online
3 103
Repost from Goshoo Online
Marsariitiin keenya hojii eegaleera
#Goshoo - Marsariitii keenya irratti nama barbaaddaniin walbaruu qofa osoo hin taane #Suursagalee dhaan walii bilbiltanii gara fuulduraa jireenya waliin ijaarachuu dhaaf yoo waliigaltanillee mirga keessan.
G o s h o o hojiin isaa ijoon ilmaan Oromoo biyya keessaaf biyya alaa jireenya ijaarachuu barbaadan walqunnamsiisuudha.
Galmaayuu dhaaf:
https://goshoo-online.com/register
#share godhaa waliif dabarsaa
Galatoomaa
3 103
Seenaa Imala Abdiisaa Bancaa, Imala Tekinoolojii, Guddina Afaan Oromoo, Google' Afaan Oromoo yeroo ammaa Maali akka jiru irratti Ogeessa ICT Abdiisaa Bancaa waliin
https://youtu.be/QfBH-s1hK9U
3 103
Lᴇᴇɴᴊɪɪ Sɪʀɴᴀ Jᴏʀɴᴀᴀʟɪɪ ʜᴀᴀʀᴀᴀ⁽Nᴇᴡ Jᴏᴜʀɴᴀʟ Sʏsᴛᴇᴍ⁾ Yᴜᴜɴɪᴠᴀʀsɪɪᴛɪɪ Wᴀʟʟᴀɢɢᴀᴀᴛɪɪꜰ ᴋᴇɴɴᴀᴍᴇ
Gareen OICT Solutions Leenjii Sirna too'ataa Jornaalii(Journals Managament System) torbaanota darban lamaan darbaniif Hayyoota Yuunivarsiitii Wallaggaatiif kennaa ture xumureera.
Sirni haaraa kun ᵘˡᵃᵃᵍᵃᵃ ˢⁱʳⁿᵃ ᵗᵒᵒ'ᵃⁿⁿᵒᵒ ʲᵒʳⁿᵃᵃˡⁱⁱ ᵃᵏᵏᵃ ⁱᵈⁱˡ⁻ᵃᵈᵈᵘⁿʸᵃᵃᵗᵗⁱ ᵘˡᵃᵃᵍᵃᵃˡᵉᵉ ᵇᵃʳᵇᵃᵃᶜʰⁱˢᵒᵒ ʰᵘⁿᵈᵃ ᵒᶠᵏᵉᵉˢˢᵃᵃ ᑫᵃᵇᵘ ᵗᵃʰᵉᵉ⁽ᶠᵘˡˡ ᶠᵉᵃᵗᵘʳᵉᵈ ⁱⁿᵗᵉʳⁿᵃᵗⁱᵒⁿᵃˡ ʲᵒᵘʳⁿᵃˡ ᵐᵃⁿᵃᵍᵉᵐᵉⁿᵗ ˢʸˢᵗᵉᵐ⁾ tahuu Ogeeyyii Barnoota Sadarkaa Olaanaatiin kan mirkanaayeedha. 𝓢𝓲𝓻𝓷𝓲 𝓽𝓸𝓸'𝓪𝓷𝓷𝓸𝓸 𝓙𝓸𝓻𝓷𝓪𝓪𝓵𝓲𝓲(𝓙𝓸𝓾𝓻𝓷𝓪𝓵𝓼 𝓟𝓾𝓫𝓵𝓲𝓬𝓪𝓽𝓲𝓸𝓷 𝓜𝓪𝓷𝓪𝓰𝓪𝓶𝓮𝓷𝓽 𝓢𝔂𝓼𝓽𝓮𝓶).
We have delivered two weeks training for managing and publishing scholarly/locally developed journals for WU Staff.
Systems, ᶜʳᵉᵃᵗⁱⁿᵍ ᵃⁿᵈ ᶜᵒⁿᶠⁱᵍᵘʳᵉ ᵃ ⁿᵉʷ ʲᵒᵘʳⁿᵃˡ ᵃʳᵗⁱᶜˡᵉ, ᵐᵃⁿᵘˢᶜʳⁱᵖᵗ ᵗʳᵃᶜᵏⁱⁿᵍ ᵃⁿᵈ ᵉᵈⁱᵗᵒʳⁱᵃˡ ᵖʳᵒᶜᵉˢˢᵉˢ, ᶜʳᵉᵃᵗᵉ ᵃⁿ ⁱˢˢᵘᵉ, ᵉˢᵗᵃᵇˡⁱˢʰ ᵗʰᵉ ˢᵘᵇᵐⁱˢˢⁱᵒⁿ ᵖʳᵒᶜᵉˢˢ, ᵃⁿᵈ ʰᵒʷ ᵗᵒ ᵐᵃⁿᵃᵍᵉ ᵖᵘᵇˡⁱˢʰⁱⁿᵍ ᵖʳᵒᶜᵉˢˢᵉˢ https://www.facebook.com/oict.solutions/posts/1574666966236415
3 103
#GoshooOnline | Hojii eegaleera!
Marsariitiin Jaalalaa - G o s h o o 🧑🏾🦯👨🏾🦯🏃🏾♀️👨❤️👨👩❤️👩
Goshoo Online is a 100% Ethiopia Free Dating Service that are prepared for helping singles ....
#Marsariitii Jaalalaa, Marsariitii Qeerroowwanii fi Qarreewwan bakkuma jiranii, biyyuma jiranii, amantii fi naannoo fedhani irratti hundaayuudhaan kan Walbarsiisudha. Marsariitiin keenya Yaalii dhaaf kan Gadi lakkifame tahus #App Mobile dabalatee dhiyootti hojii kan eegaluudha
Goshoo Online tti Miseensa hin taane yoo tahe, Geessituu kana cuqaasuudhaan Galmaayaa:👇
https://www.goshoo-online.com/
#valentines2022 #valentinesday2022 #valentinesdaygift #valentinesgift #valentinegift #happyvalentinesday
@goshoonline #follow #like fi #share godhaa waliin gahaa
Goshoo Online | Gola Jaalala Dhugaa
Email: goshoo.online@gmail.com
Web: https://www.goshoo-online.com
https://www.facebook.com/goshoonline
https://www.twitter.com/goshoo.online
https://www.instagram.com/goshoo.online
https://t.me/goshoo_online
3 103
Dubbii #Gugilii_AfaanOromoo kanarratti Ba'aa guddotu nutti jira. hiriyyoota, Miidiyaalee fi keessaa alaan akka #hawaasatti Ummata Mil.70 olitu abdiin nu eeggachaa jira. #Afaan keenyatu Afaanota gurguddoo Idil-Addunyatti makamuuf adeema. #Hawaasa dhalanneef kanaaf waan guddoo akkasii baachuun kabaja, Ulfinas. Hirmaattotni kana sirritti beekuu qabu. Itti-gaafatamummaa akkasii fuulduratti tarkaanfachiisuun ammoo jabinaa fi aarsaa gaafaata.
Caalmattu ammoo Ilmaan #saba kanaaf nu... Dabalataan Ilaali👇👇
https://www.facebook.com/photo/?fbid=333881835295395&set=a.106887334661514
3 103
#EebbaOromoo - Eebba Bara Haaraa
- #LalisaaIndirisAdam @abdisabancha #AbdisaBelachew #YoomiyyuuMuldhataaKitil, #LalistuTofik
https://www.afaan-oromoo.com/eebba-bara-haaraa/
3 103
Namootni baay'een #Qubee miilaan irra deemaa oolu. Qubee dhiigaan as geette garuu callifnee wal ilaaluun hin jiru.
Namoota #Qubee barreessuu hin dandeenne irratti #tarkaanfii fudhachuu keenya dura dursinee haala mijataa isaan barachuu danda'aniin uumuun dirqama waan taheef obsine.
Marsariitii keenya #AfaanOromoo irraa waan hunda argachuu dandeessu waan taheef - Kunoo warri qubeen, seerri barreeffamaa fi sirni barreessuu isin rakkisu baradhaa. #Diddan Tarkaanfii Cululuqaa walitti fudhanna✍️
https://www.afaan-oromoo.com/seera-sagalee-fi-qubee-afaan-oromoo/
3 103
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo – Afaan oromoo Computers Terminologies
- OICT Solutions
https://oroict.info/afaan-oromoo/jechoota-koompitaraa-afaan-oromo/jechoota-koompitaraa-afaan-oromoo-afaan-oromoo-computers-terminologies/
Odeeffannoo dabalataaf t.me/oictsolutions
3 103
FiB:'Google' Afaan Oromoo yeroo ammaa Maali akka jiru irratti Ogeessa IC... https://youtu.be/dCN4rFN45os
3 103
Hayyoota Oromoo lubbuu qaalii kennanii Afaan keenya asiin gahan hin qaanessinu.
Dhaloota Dandeettii fi Qabeenya qabu Afaan kana irraa hin hambifanne keechatti galmaahuuf qooda keenya ni bahanna. Isin hoo?
Ogeeyyii fi Hayyootni ilmaan Oromoo biyya keessaa fi alaa gahee isin irraa eegamu bahachaa jirtan hundi Kabajaa fi Ulfina argadhaa.
Afaan keenya Afaanota gurguddoo laga qaxxaamuran dhaabbilee gurduggoo Idil-Addunyaa irratti akka afaan hojii tahuuf tajaajilli hiikkaa #GugiliiAfaanOromoo cimee itti fufeera.
Kun Afaan keenyaaf Boqonnaa haaraa afaan keenya kan waggootaaf dhiibamaa turee yoo tahu, caalatti cimnee seenaa dhalootaaf darbu kanarratti qooda keenya haa baanuun dhaamsa Garee @oictsolutions
Tartiiba hiikkaa Gugilii Afaan Oromoo >> 👇https://www.afaan-oromoo.com/tartiiba-hiikkaa-gugilii-afaan-oromoo/
#Afaan #AfaanOromoo #africanlanguages #Oromia #gugiliiafaanoromo #abdisabancha
#share godhaa waliif qoodaa, Galatoomaa
@abdisabancha
3 103
#Hiikkaa Gugilii Afaan Oromoo #Mobile dhaan salphatti hiikuudhaaf link kanaa gadii banudhaan #tartiiba guutuu hordofaa
#Share godhaa waliif dabarsaa - OICT Solutions
https://www.afaan-oromoo.com/tartiiba-hiikkaa-gugilii-afaan-oromoo-on-beta-version-and-google-crowdsource/
3 103
"Addunyaan ganda tokko tahuuf deemti, Abbaa jabaatetu waan ofii qabatee itti dabalama waan taheef, Nutis #Afaan keenya cimsannee Hawaasni keenya Aadaa, duudhaa fi seenaa isaa qabatee addunyatti akka dabalamuuf gahee nurraa eegamu gumaachutti jirra." - @abdisabancha
