Biiroo Barnoota Oromiyaa(Oromia Education Bureau)
Dhaloota Beekumsaan qaroome Omishuudha kaayyoon keenya! Yaada keessaniif @BBO_Feedbackbot
نمایش بیشتر- مشترکین
- پوشش پست
- ER - نسبت تعامل
در حال بارگیری داده...
در حال بارگیری داده...
Check out:- Amazing New Ethiopian Oromo Music with its Lyrics By Our Young Artist Andualem Gosa. G. U. M. G. U. M. E. ¶ By ANDU'ALEM GOSA Lyrics By:- Sisay Asefa (Oromsiis Abbaa Biyyaa) Melody: Andu'alem & Yosan Getahun Composer: TEDMOS STUDIO (Tedros Moges) Dhugaa Ganamaa Dhugeeffannaa Oromummaa Waloo Uumaa....(2) Seertuu Seera Namoomaa. Walooma Waliin Gadaan Galti Namaa......Waloo-Uumaa [ Walooma Walooma Waloomaa] Gurree Gurraan Galu Gurraacha Gurra Lootii Dafoo Hadan-Dafii Ayyaana Warra Kootii Qomoon Mariin Murtu Qormaata Mara Mootii Gadaan Waloon Galtu Dhugaan Walaba Baatii [Gurree Gurraan Galu, Gurraacha Gurra Lootii] Yaayyaa- Ba-YYaayyaa Yaa Ilmaan Aayyaa Ilaaf-Ilaamee Tokkoomuu Wayyaa Sagaltama Si Taajjabee.....Gumgume Ijji Moggaa Moggaa Moggaatti wal-Laaluu Shimbir Laga Lagaa Mormorii Marmaaruu Kormi karraa karraa Karratti walwaalu Walbeekan WaliiGaluu Harki Harka Harkaa Hidhee wal Sakaalu Arrabni Dhugaa Diigee Waan-Dharaa Daldalu Seera Uumaa Dabsee Uumaman wal-lolu [Lakkii-Lakkiisii Lakkiboo] Dafoo Dafimee Waaqa Waaqaa Waloomaa Waan Afriiqaa Koyyaa Sooreekoo Yaa Sorooraakoo Waloon wal Faanaa Waliin Dhugaa Wal'aanaa [ Walooma Walooma Waloomaa] Gurree Gurraan Galu Gurraacha Gurra Lootii Korjoo Kormaan kormu Korrommiin Warra Kootii Lammii Lammiin Yaatu Lammachi Luba Yaatii Bokkuun Gadaa Galu Adunyaa Mara Mootii [Gurree Gurraan Galu, Gurraacha Gurra Lootii Yaayyaa- Ba-YYaayyaa Yaa Ilmaan Aayyaa Ilaaf-Ilaamee Tokkoomuu Wayyaa Tabbaan Tabba Tabbaa....Gumgume Tabbatti Ol Yaabuu Lagaan Laga Lagaa Lagatt-Achi Darbuu Qomoon Qomoo Qabuu Qomatti Wal Qabuu Qomoon Gamtaa Qabu Mataa Gadi Hin Qabuu Harki Harka Harkaa Hidhee wal Sakaalu Arrabni Dhugaa Diigee Waan-Dharaa Daldalu Seera Uumaa Dabsee Uumaman wal-lolu [Lakki Lakkiisii Lakkiboo] Dafoo Dafimee Waaqa Waaqaa Waloomaa Waan Afriiqaa Koyyaa Sooreekoo Yaa Sorooraakoo Waloon wal Faanaa Waliin Dhugaa Wal'aanaa [ Walooma Walooma Waloomaa] #OromoDJ #andualemgosa #Gumgume #like #lyrics #ethiopianmusic #oromomusic #viral #New #viral #andualem_gumguma #oromo #ethiopia #vision #Menawshewa #hope #thisweek #oromia #sirba #oromiyaa
#oromodj #AliBirra #like #ethiopianmusic #oromomusic #lyrics #viral #foryou
#BaraBaraan #Like #lyrics #OromoDJ #TadeleGemechu Sirba Taddalaa Gammachuu Bara Baraan jedhu Walaloo isaa waliin qubee fi Jechoota dogogora qaban kan sirreessine ilaaluuf linkii armaan gaadii kana cuqasuun dawwadhaa 👇
https://youtu.be/k8FVacTKWw4Social Media Youtube:- Https://youtube.com/c/OromoDJmusic Tiktok:-
https://tiktok.com/@OromoDJTelegram:-
https://t.me/Oromodj#NewOromomusic22 #oromomusic #ethiopianmusic #Ethiopialyrics #thisweek #vira l
Ever Great Oromo Music With Lyrics 2021 #like #lyrics #oromodj #TadeleGammachu #oromomusic #ethiopianmusic #new2021 @Oromo DJ Provide your Favourite songs with Lyrics #subscribe and #supportus #thisweek #New #Oromo #Oromia #viral #trending #Walaloo(Lyrics) Ummm Margi margaa margi margi margu seete Margi marga Barri hin darba Barri hin darbu seete Barri hin darba Margi qaloo margi margu seete margi qaloo Barri hin darba barri hin darbu seete obsi fanno Lafti Oromiyaa hurufa chee jedhi farda yaabadhu 2× Anis hin hafu nan dhufa mee taa’ii na gaggafadhu mee taa’ii na gaggafadhu Kormsi burreen ha dhalu annaan goromsaati ulanna callisi dubbiin haa bultu bara dabarre dubbanna bara dabarree dubanna Yookan ajjeesisi yaa goota koo yookan ajjeesi yaa Goota koo Akka citaan mana gubbatti hin haphanne Yookan haleeli yaa Goota koo Yookan na leenjisi yaa goota koo akka yartuu nama ofii hin taphanne Toltu shimalaan lixanii yoo ta’uu didde qawwee bitanii Shimala malee qabadhu an simalee nama biraa hin abdadhu 2× Aduun nama gubaa yaa walee too aduun biyya ormaa yaa walee too silaa barri bannaani yaa walee too Yartuudhuma korma yaa walee too The End¡ Our Social media Youtube:- Https://Youtube.com/c/OromoDJmusic Telegram:-
https://t.me/OromoDJTiktok:- Https://Tiktok.com/@OromoDJ #ethiopianmusic #oromomusic #share #tedy_afro #subscribe #thisweek #viral #views #oromo #Adualem_gosa #OromoDJ #galanagaromsa #oromotiktok #yosangetahun #Lovemusic #Sirbajaalala #Oromia #Ethiopia #new2021 Uploading and Distributing this content strictly prohibited. Copyrighted Reserved ©️ @Oromo DJ 2022
@Oromo DJ Provide Your Favourite Songs with Lyrics Video. Check out:- Shukri Jamal Released Single Music Lyrics Watch full Video and Enjoy it. #lyrics(Walaloo) Deemuus ta'uus an yaadan badaa Of miliqeen an of barbaada Akka hin baanetti seene Rakkoo Mala dhabe kankeef kankoo An nan dhiisne yaadni kee hoggayyuu Yaadaan si faana bada An goodaanniisa Seena natti taate si dhabuun Garaan jaalate gowwaa hin fayyisu sossobuun Natti hin laalin jaalala teeti wa na miite Arraaf boru dhufta osoon eegu natti dhiite Huulaan manakoo takkaa hin cufamne siif dheebotte Mee maalumaan siif godha maaf yaaditan gadditee na hiraarsita Yaadaafi yaaddoo kee kanatu ruhii tiyyatti ulfaate Harqoota jaalala tee akka taane na fiite The End! #Like #Shukrijamal #Godaannisa #oromolyrics #oromomusic #ethiopianmusic #Andualem #yosangetahun #lovesongs #Sirbajaalala #new2021 Uploading or duplicating this content Strictly prohibited by YouTube Copyright policy. Copyright ©️ @Oromo DJ 2022
#AfanOromoSubtitles #like #kuchkuchhotahai #lyrics
We Provide Your Favourite Music with Lyrics. Check out:- Kadir Martuu Music with Lyrics (Official Video 2021) #like #oromomusic #kadirmartuu #share #Lyrics(Walaloo) Mallaaleerraan imimmaan gad yaa'a na garraani na garraani mee jaalalaa rabbii Hiyyummaa tee laale sitti hin boonu, sitti hin boonu, si hin tuffadhu, bar si hin jibbu anii, Addee muumintittii Oromtittii gar meeqaan miidhamtee Wahalle niin obsee tee obsuu dadhabee . Rakkoo sii naaf himtee boochee na boochiftee Jaalala sii qabaa nattuu dabarsitee Rakkoo sii naaf himtee boochee na boochiftee jaalala sii qabaa nattuu dabarsitee Eysumaan oolee bula jettee Arke shimbirroo kophaa yaaddooytuu Eysumaan if geeysa yaa gooftaa kariimaa Mee malaa naa dhahii ani malaan dhabee Jetteeti waywaattii firooma dharraatee Jetteeti waywaatti firooma dharraatee. Anaa karaarra deemuu na gartee ijaanii Arkaa teen dheebodhee naan jette, mee natti as gorii jiruu tiyya laalii, jiruu tiyya laalii. Arke waan mara jaalala biyya fiiti tartuunii Firii…