➹IMALA KAAYYOO
YOURUBE KEENYA SUBSCRIBE GODHA https://youtube.com/channel/UCcqHHFpIBC41qFUCXDTCujA
نمایش بیشتر2 020
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
اطلاعاتی وجود ندارد30 روز
- مشترکین
- پوشش پست
- ER - نسبت تعامل
در حال بارگیری داده...
معدل نمو المشتركين
در حال بارگیری داده...
Repost from Mayk Inspire
ARRABNI LAFEE HIN QABU GARUU LAFEE NAMA CABSA 😔
𝙼𝚊𝚍𝚊𝚊𝚗 𝙰𝚛𝚛𝚊𝚋𝚊𝚊 𝚍𝚊𝚏𝚎𝚎 𝚗𝚊𝚖𝚊𝚊𝚗 𝚚𝚘𝚘𝚛𝚞
➾Jechi ati namaan waraantu akka fakkeenya 🔨mismaaraa mukatti dhahaniiti.
➾Dhiifamni ati boodarratti gaafattu akka mismaara mukarraa buqqisaniiti.
➾Mismaaratu buqqa'e malee, boolli mismaaraa inuma jirti. Dhiifama siif godhe malee bakki waraannamte sun fayyuuf xiqqoo inuma turti.
..
.....
Namni isinitti tole 𝐉𝐎𝐈𝐍👇godhaa👇👇
Join Godhun Matii Kenyaa ta'aa
JOIN JOIN JOIN JOIN JOIN
@Myk15king @Myk15king
@Myk15king @Myk15king
@Myk15king @Myk15king
Mayk Inspire
☆JECHAA Gorsaa fi Qorsa Qabuf ☆Ergaa Hayyootaaf ☆Imanaa Beektotaaf ☆Madda Beekkumsaf ☆Galaa Jireenyaaf ■Matii Chanala Kenyaa ta'aa
Repost from Mayk Inspire
Mayk Inspire
HIN BOONIIN
Hadaraa Namatii Hin Booniin
Nama Bekaa Ifiin Ja'uu Cufaa ol Bekaatu Jiraa Nama An Jabaadha Ifiin Ja'uu Oliis Jabaatu Jiraa Nama An Sooreessaa Ja'ee Dhadaatu Oliis Sooreessaatu Jiraa Cufaa Nama Sadarkaa Qabuutii Oliis Nama Sadarkaa Qabutuu Jiraa Khanafuu...
Bara Muraasa Jiranuu Khanaa Kheeysaati Asharaa Hammeenya Onee Nama irratti Khatabnee Akkaa Hin Deemne Mul'ataa Qabadhuu Khannen Olittii Hasa'ame Hundaraa Bilisa Ta'ii
Join Godhun Matii Kenyaa ta'aa
》》JOIN JOIN《《
》》JOIN JOIN《《
Repost from Mayk Inspire
DHAAMSAA
Yeroo Tuffatamtuu Fi Jiibamtu Abdii Hin Kutin!
● SABABINSAA Namoonni Iddoo Guddaa Ga'ani fi Milka'an Jalqaaba Tuffatamaniiru Namarraa Adda Bahaniiru Jibbamaniru Waan Ta'eef
● Jibbamuun Kee Fi Tuffatamuun Kee Humnaa Siif Tahuu Qaba
■ Tuffatamuun Kee Gara Milkaa'inaatti Sii Gesuu Qaba Malee Gonkumaa Abdii Kutuu Hin Qabdu Bekii!!
...
....
☆JECHAA Gorsaa fi Qorsa Qabuf
☆Ergaa Hayyootaaf
☆Imanaa Beektotaaf
☆Madda Beekkumsaf
☆Galaa Jireenyaaf
■Matii Chanala Kenyaa ta'aa
■ Mayk Inspire
□ JOIN
■ Mayk Inspire
█▓▒►JOIN ►▒▓█
█▓▒►JOIN ►▒▓█
Repost from Mayk Inspire
DHAAMSAA
Yeroo Tuffatamtuu Fi Jiibamtu Abdii Hin Kutin!
● SABABINSAA Namoonni Iddoo Guddaa Ga'ani fi Milka'an Jalqaaba Tuffatamaniiru Namarraa Adda Bahaniiru Jibbamaniru Waan Ta'eef
● Jibbamuun Kee Fi Tuffatamuun Kee Humnaa Siif Tahuu Qaba
■ Tuffatamuun Kee Gara Milkaa'inaatti Sii Gesuu Qaba Malee Gonkumaa Abdii Kutuu Hin Qabdu Bekii!!
...
....
☆JECHAA Gorsaa fi Qorsa Qabuf
☆Ergaa Hayyootaaf
☆Imanaa Beektotaaf
☆Madda Beekkumsaf
☆Galaa Jireenyaaf
■Matii Chanala Kenyaa ta'aa
■ Mayk Inspire
□ JOIN
■ Mayk Inspire
█▓▒►JOIN ►▒▓█
█▓▒►JOIN ►▒▓█
Repost from Mayk Inspire
◇Namotaa Si Duuba Wa'ee Khee Odeesaniif Bakka Hin Khaanin!
◇Sababiinsaa Isaan Duubaa Khee Jiru Atii Amoo Deemsikee Fuulduraatti Haa Ta'uu
□ Isaan Dubaa Kheetii Wa'ee Kheetii Odeesan San....👇
● Wanta Ati Qabdu Hin Qaban
● Sadarkaa Tee Tanaa Irra Gahuu Hin Dandeenye
● Haala Khee Khanaa Shaakalanii Irra Gahuu Hin Dandeenye
■ Khanafuu Xiyyeefanoon Tee Duraa khee Haa Ta'uu
■ Tasumaa Ofduuba Hin Ilaaliin!
....
.......
☆JECHAA Gorsaa fi Qorsa Qabuf
☆Ergaa Hayyootaaf
☆Imanaa Beektotaaf
☆Madda Beekkumsaf
☆Galaa Jireenyaaf
■Matii Chanala Kenyaa ta'aa
■ Mayk Inspire
□ JOIN
■ Mayk Inspire
█▓▒►JOIN ►▒▓█
█▓▒►JOIN ►▒▓█
Repost from Mayk Inspire
❝𝑲𝑵𝑶𝑾𝑳𝑶𝑮𝑬❞
" Beekumsi waan namni tokkollee sirraa fagachuu hin dandeenye qofa jedheen amana . Barnoota idil addunyaa qabaachuun kaayyoo koo galmaan ga'uuf bu'uura cimaa naaf kenna . " 𝒃𝒚: Guilherme Badu da Silva
𝑱𝑶𝑰𝑵 𝑮𝑶𝑫𝑯𝑨𝑨 🙏🙏👇
@Myk15king @Myk15king
@Myk15king @Myk15king
Repost from Mayk Inspire
■MAYK INSPIRE
●Ofitti Deebi'i Of Keessaa Baddee Of Barbaachaaf Maaliif Gatii Kaffalta Ofitti Deebi'i Ofii Kee Fudhadhu Waa'ee kee Sirritti Yeroo Fudhadhuuti Ittii Yaadi!
•Hojiin Hojjatamu Ala Osoo Hin Ta'in Sumaa Kessaa Jira "Never Believe in Never" Jedhama. Hin Danda'amu Jecha Jedhutii Hin Amanin! Filannoon Sirrin Gatii Nama Kafalchiisu Galma Ni Ga'aatii
•Maal Gochuun Danda'aaree Hin Jedhiin. Maal Fa'an Gochuu Danda'aa Jedhii Malee!
Jirenyaa Filatani Jiraatu Malee Jiraachuf Hin Filatani!
•Yeroo Hundumaa Filannoo Sirii Qabaate Yoo Fiixaan Bahiinsa Dhabdellee Yaada Filannoo Sirrii San Hin Dhabin!
■MAYK INSPIRE ◇JOIN
JOIN Godhaa Gorsa Xinsammuu Adda Adda Argaatu
♡♡♡♡MAYK INSPIRE ♡♡♡♡
█▓▒►JOIN ►▒▓█
■■■■MAYK INSPIRE ■■■■
█▓▒►JOIN ►▒▓█
●●●●MAYK INSPIRE ●●●●
█▓▒►JOIN ►▒▓█
□□□□MAYK INSPIRE □□□□
█▓▒►JOIN ►▒▓█
♡♡♡♡MAYK INSPIRE ♡♡♡♡
Repost from Mayk Inspire
MILKAA'INAA
Milkaa'inii....
▪︎Khannaa Namni Namaf Khannuu Mitii
▪︎Meeshaa Gadii Baatee Suuqii Bitattuu Mitii
▪︎Waan Dhaalootaan Dabruu Mitii
MILKAA'INAA JECHUUN
▪︎Waan Halkaanif Guyyaa Lafaatee Argaatu Dha
▪︎Firii Ciminna Hojii Khetitii
▪︎Obsa Baredaa Boodaan Dhufaa
▪︎Yaaliidha!
...
...
...
☆JECHAA Gorsaa fi Qorsa Qabuf
☆Ergaa Hayyootaaf
☆Imanaa Beektotaaf
☆Madda Beekkumsaf
☆Galaa Jireenyaaf
■Matii Chanala Kenyaa ta'aa
■ Mayk Inspire
□ JOIN
■ Mayk Inspire
Repost from Mayk Inspire
نمایش همه...Repost from Mayk Inspire
Photo unavailableShow in Telegram
Nama Gatii Miizaana Nama Hin Beekne Birati Hin Madaalamin Ulfina Khee Gad Buusa! Waan Ta'eef
....
.....
.......
☆JECHAA Gorsaa fi Qorsa Qabuf
☆Ergaa Hayyootaaf
☆Imanaa Beektotaaf
☆Madda Beekkumsaf
☆Galaa Jireenyaaf
■Matii Chanala Kenyaa ta'aa
■ Mayk Inspire
□ JOIN
■ Mayk Inspire