Mujahid Habo Official
Keessoon nuqunnamtanii yaada nuuf kennuu yoo feetan liinkiin https://t.me/Bareedduu_kiyya tuqaa Lakk.Bilbilaa; +251953666750 nuuf bilbilaa. Direct Call.+251917752456 nuuf bilbilaa. Email 💌 [email protected] nuqunnamaa.
نمایش بیشتر1 483
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
اطلاعاتی وجود ندارد30 روز
- مشترکین
- پوشش پست
- ER - نسبت تعامل
در حال بارگیری داده...
معدل نمو المشتركين
در حال بارگیری داده...
Photo unavailable
#Iid_Mubaarak
#عيد_مبارك
➛Hordoftoota media Tafakkur hundaaf, Baga Rabbiin nagahaan ayyaana Iid Al-fixrii kan akka lakkoofsa hijraatti bara 1443ffaatiin isin gahe.
تقبل الله طاعتكم
Rabbiin ifaajee teessan fuulaan isin hin dhahin.
كل عام وأنتم بخير
Warra baranaa kan bara hegeree isiniin jenneen jirra.
✍@AlsadAbda
Follow Us👉
https://t.me/abbajifaar group
●Baguma Geessan●
°°°°°°••••••••••°°°°°
Kaleessi darbeera
Deebi'ee hin dhufu
Namni Abdii qabu
Kaayyoo maleen kufu
°°°°°°••••••••••°°°°°
Murtoon yoo jiraate
Murtii inni wal makaa
Muslimin Biyya diiga
Yoom jedhamee beeka.
°°°°°°••••••••••°°°°°
Jireenya har'aa miti
Kan boriitu caalaa
Baga lubbuun jiraattan
Numatu waliif dhaala!!
°°°°°°••••••••••°°°°°
Kaayyoodhaan adeemi
Akka nama beekaa
Baguma geessani
Waggo baran kana!!
°°°°°°°•••••••°°°°°°°
Baga geessan!!
@Abbajifaar
@Abbajifaar
39620
نمایش همه...
1 28720
Rakkinni haa rakkatu!!
Rakkoon qullaa buusee
Hunduu itti haa seequ
Kan rakkoon jeeqame
Dabaree isaa haa jeequ
Dhukkubsatee aadee
Sammuun haa dhuphatu
Waan godhu wallalee
Rakkkon haa maraatuu
Akkanaan burjaaja'ee
Nama hunda haa baqatu
Golli isaas duwwaa ta'ee
Rakkinni haa rakkatu
Lagni gad-yaa'uu
Huursee Isa haa nyaatu
Ammallee Nan jedha
Rakkinni haa rakkatu!!
@abbajifaar
@abbajifaar group
@abbajifaar
1 34250
Oddu haaraa guyyaa hara
rayya ittisaa biyyaa fi m.m
Abiy Ahmad wol seemore...
Open 😲
1 16500
نمایش همه...
Sagantaa yaalii!
Sagantaa gaaffi fii deebii bashannansiisaa
57110
Sansalattan jireenyaa
Wal-xaxaa akka hiddaa
Mataa gubbaatti baattee
Jireenya akka ibiddaa
Dawoo diina dhala kee
Ijibbaatummaan diigdaa
Booree keenya nuu baafta
Nu gammachiisuuf fiigdaa
Abdii sin kutachiifne
Rakkinni biyya lafaa
Adeemsa daandii jiruu
Akkamiin irraa hafaa?
Jettee halkaniif guyyaa
Deemta dadhabbii malee
Mudaa-muddiin si ka'ee
Taatus dhibamaa kalee
Ciniinnattee mormitee
Darbuuf jetta gidiraa
Madaa kee kulkulfataa
Dabbasaa dabaa ciraa
Seenaan gaafa roobaa
Seenaan yeroo Aduu
Turullee gonkumaa
Dagatamee-n baduu
Hin moofatu yoomuu
Jaalalli kee haaraa
Seenaa jabaa qabda
Guddaa akka gaaraa
Badii guyyaa baduu
Qabdee nu oolchitee
Dukkanaa nu baaftee
Ifa nuuf tolchitee
Argattu ofiif dhiiftee
Nuun dhsla kee soortaa
Sakaallaa kee hiikkattee
Of ijaaruuf joortaa!
Sanyiin kee baay'atanii
Buusuu dhabanus bu'aa
Hammati golaan-baneetti
Hamileetu nu du'aa!
✍️...Mujahid Habo
https://telegram.me/Eessa_jirra
Eessa Jirra?
Chaanelii beekkumsaafi dandeettii akkasumas Odeeffannoo qulqulluu maxxansu waan ta'eef maamilli keenya nutti gammade!
41910
یک طرح متفاوت انتخاب کنید
طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.