fa
Feedback
Kirkos Afaan Oromo General Education Curriculum And Supervision

Kirkos Afaan Oromo General Education Curriculum And Supervision

رفتن به کانال در Telegram

Barnoota Afaan Oromoon Ni Baranna Daa'imman Keenya Ni Barsiisna. Afaan Keenya Ni Dhalchisna

نمایش بیشتر
383
مشترکین
+124 ساعت
+307 روز
+9930 روز

در حال بارگیری داده...

ابر برچسب‌ها
هیچ داده‌ای
مشکلی وجود دارد؟ لطفاً صفحه را تازه کنید یا با مدیر پشتیبانی ما تماس بگیرید.
اشارات ورودی و خروجی
---
---
---
---
---
---
جذب مشترکین
دسامبر '24
دسامبر '24
+90
در 0 کانال‌ها
نوامبر '24
+139
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اکتبر '24
+148
در 1 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '24
+106
در 1 کانال‌ها
Get PRO
اوت '24
+86
در 1 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '24
+1
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '24
+7
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مه '24
+17
در 0 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '24
+11
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مارس '24
+11
در 0 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '24
+58
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '24
+134
در 0 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '23
+348
در 0 کانال‌ها
تاریخ
رشد مشترکین
اشارات
کانال‌ها
21 دسامبر+3
20 دسامبر+3
19 دسامبر+4
18 دسامبر+5
17 دسامبر+4
16 دسامبر+4
15 دسامبر+7
14 دسامبر+5
13 دسامبر+1
12 دسامبر+2
11 دسامبر+6
10 دسامبر+4
09 دسامبر+5
08 دسامبر+4
07 دسامبر+3
06 دسامبر+7
05 دسامبر+4
04 دسامبر+1
03 دسامبر+5
02 دسامبر+7
01 دسامبر+6
پست‌های کانال
2
Maqaan barattoota kanaas 1.Siifan Lammaa 1ffa 2.seenaa Zinaabuu 2ffaa 3yordaanoos Dirribaa 3ffaa
231
3
+3
بدون متن...
218
4
Guyyaa 12/04/2016 wal dorgommii gaaffiifi deebii barattoota kutaa 8ffaa Qopheessummaa wiirtuu Natsaannat Birihaaniin qopha'e irratti barattoonni mana barumsaa Fallagee yordaanos sadarkaa1ffaa hanga 3ffaa bahuun geeba argataniiru በቀን 12/04/2016 በነፃነት ጉድኝት ማዕከል አዘጋጅነት በአፋን ኦሮሞ ስርዓት ትምህርት የ8ኛ ክፍል ጥያቄና መልስ ውድድር የፈለገ ዮርዳኖስ ተማሪዎች ከ1ኛ_3ኛ ደረጃ በመውጣት ዋንጫ ወስደዋል ።
204
5
BPR Afaan Oromoo final.docx
1 128
6
+5
بدون متن...
798
7
Guyyaa 22/03/2016 Guyyaa Harraa Barsiisota Dura Bu'ootaa Suppervaayzarootaafi Ogeeyyin Barnootaa Bakka Argamanitti Adeemsa Baruuf Barsii Ilaachisee Argannoo Argaman Irraatti Sanadi Qophaa'ee Mariif Dhiyaatee Mariin Baldhaa Geggessuun qaawwa Muldhataniif Ciminni Argame Itti Fufsiisuun Akka Qabuufi Hanqinaalee Jiran Ittu Ciccuun Hojjannee Qulqullina Barnootaa mirkaneessuun Nurra Akka Eegamuufi Muuxannoon Mana Barumsaa Felegeyoordaanoos Barsiisaa Heenookiin Dhiyaate Kan Waloo Gochuun dhimma ka'an Irratti Walii Galuun Kallattiin Walii Galaa Obbo Baqqalaa Tulluun Kennamee Xumurameera.
687
8
بدون متن...
448
9
final_22_12_2015_የውድድር_አፈፃፀም_መመሪያ_LAST_34_2_2.docx
759
10
+1
የትምህት ቢሮ ደብዳቤ1 (2).pdf
889
11
ቀን 18/03/2016 አዲስ በበባ ትምህርት ቢሮ አፋን ኦሮሞ እንደ 2ኛ ቋንቋ ለሚማሩ አጋዥ መጽሃፍት ከኮቴቤ ትምህርት ዩኒቨርሲቲ ስለተዘጋጅ የመንግስትና የግል ትምህት ቤቶች ከ3ኛ እስከ 10ኛ ክፍል ተማሪዎች እንደ አጋዥ ስለሚያገለግል በመግዛት እንዲትጠቀሙበት ትምርት ቢሮ በደብዳቤ አሳዉቆናል፡፡ ቂርቆስ ክ/ከተማ ትምህርት ፅ/ቤት
849
12
Guyyaa 14/03/2016 1. Xeenineet/crc netsaaneet birhaan 2. Bashiir/ crc netsaaneet birhaan 3. Kennesaa/crc uraa’eel/ 4. Akliiluu crc netsaaneet birhaan 5. Kumarraa crc uraa’eel/ 6. Mebraatee /crc warahaa yakkaatiit unka ergameef hanga harratti xalayaan galii waan hingooneef galii akka godhan hubachiisa
471
13
የመምህርነት_የስራ_ቅጥር_ማስታወቂያ.docx
696
14
Guyyaa 12/03/2016 BEEKSISA Barsiisota,Dura bu`oota fi Itti Aantota Manneen barnootaa Sadarkaa 1ffaa fi Sadarkaa 2ffaa Kutaa Magaalla Qiirqoos keessatti argaman hundaaf Qajeelfama ramaddii Dura bu`oota fi Itti Aantota Manneen barnootaa Sadarkaa 1ffaa fi Sadarkaa 2ffaa Biiroon Paablik Sarvisiifi misooma Humana namaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee lakkofsa 147/2016 fayyessee nuuf erge bu`uureffachuun ramaddii Dura bu`oota fi Itti Aantota Manneen barnootaa Sadarkaa 1ffaa fi Sadarkaa 2ffaa geggeessuun barbaachiseera .Haaluma kanaan Barsiisonni ,Dura bu`oonnii fi Itti Aantinni Manneen barnootaa kutaa magaalaa keenya kessatti argamtan kanneen dorgomuu barbaaddaniifi ulaagaa barbaachisu guuttan Gaafa guyyaa 12/03/2016 – 20/03/2016 tti yeroo hojii guyyaa beeksisi kun bahee kaasee Guyoota 10 keessatti guca dorggommii(01) fudhachuun koree Ramaddii biratti galii gochuu kan dandeessan ta`uu nibeeksifna. Galmeef yeroo dhuftan wantoonni qabattanii dhiyaattan 1. Ragaa Barnootaa 2. Muuxannoo hojii 3. Madaallii hojii samisteera 3 walitti aanu. 4. Waraqaa Qulqillina naamusa irraa bilisa ta`uu M/B irraa barreeffame HUBACHIISA;- • Dorggomtonni gita lama irratti dorgomuu danda`u. • Iddoon Galmee Manneen barnootaa Sadarkaa 1ffaa tiif kanneen dorgoman Aanaalee tti Sadarkaa 2ffaa tiif Waajjira barnootaa Kutaa Magaalla Qiirqoos • Yeroon galmee sa`a 2:30 - 11:30 • Yeroo ta`een alattii galmeef dhufuun fudhatama in qabu
579
15
06/03/2016 Guyyaa harraa akka wiirtuu Afaan oromootti hojii serna barnoota afaan oromoo ilaachisee suppervaayzaroota Aanaalee ,fi kutaa magaalaa, Qindeessa garee sirna barnoota Afaan Oromoo fi Qindeessa misooma barsiisotaa waliin gamaggama geggessineera. Dhimmi xiyyeeffannoon yeroo itti aanutti hojjatamuu qabu 1. Mannen barnoota ragaa barbachisaa yeroo barbadamutti qaama gaafatuuf dabarsuu hin daandeenye adda baasuun deggersa kennuufi kanneen hin fooyyoofne qaajeelfama jiruun aboomu 2. Hojiilee keenya istandardiin raawwachuu 3. Gahumsaa barsiisotaa irratti xiyyeeffachuu 4. Human namaa haala barbadamuun sochoosanii hojiitti bobbaasuu 5. Hoggansi barnoota mana barumsaa hojii barauuf barsiisuu irratti xiyyeeffanno adda akka kennu 6. Barsiisota hanqina gahumsa barsiisuu qaban tajaajila supperviizyinii adda baasuun hojiin tarkaanfii sirreeffama qaamolee ilaallatu wajjin hojjachuu 7. Barsiisota haala barbadamuun barattoota hin deggereefi hojii isaaniif abbumman hin baane sirreessa deemuun barbaach akka ta’e gamaggama guyyaa harraa irratti gadifageenyaan marii’achuun irratti walii galameera
787
16
+3
የአጠቃላይ_ትምህርት_የተማሪዎች_ምዘና_እና_የክፍል_ክፍል_ዝውውር_መመሪያ_16_1_2016.pdf
4 712
17
አዲስ የአጠቃላይ ትምህርት የተማሪዎች ምዘና እና የክፍል ክፍል ዝውውር ረቂቅ መመሪያ 2016 ዓ/ም
538
18
Gabaasa naaf hin ergine sababa keessaniin harkifachaa jirra. / Wiirtuu Uraa'eel;nNetsaneet Birhaanii fi Warahaa Yakkatiiti
555
19
Guyyaa 21/02/2016 Kutaalee Magaalaa hundaaf : Galmee barattootaa kan bara 2016 A.L.I yeeroo garaagaratti guyyaa dheeressuun keenya ni yaadatama. Haata'u malee barattootni yeeroon kaalandarii barnootaa eegani mana narnootaatti argamuun barnoota isaanii akka hordofaniifi qulqullina barnootaa irrattis dhiibbaa waan qabuuf gaafaa 19/02/2016 booda galmeen kan hin jire ta'u akka biirooti xalayaa gadi bu'e bu'ura godhachuun gamee akka dhaabbatu manneen barnoota akka beeksiftan cimsinee beeksifina.
577
20
+1
G9F Amharic (FDL) STB.pdf
560