Oro Tech Tips
رفتن به کانال در Telegram
Chaanaalii kanarraa👇 ■Games ■APPS ■Programming ■Tech news ■Tech tips argattu! Buy ads: https://telega.io/c/Oro_Tech_Tipz 📥 @OroTechTipsBot
نمایش بیشترکشور مشخص نشده استفناوری و برنامهها18 805
4 791
مشترکین
-424 ساعت
-257 روز
-6230 روز
آرشیو پست ها
4 791
Yeroon nun kessaa jiruuu kan teeknolojiiti marree egaa nunis kana ilaaludhan afaan oromootin :-
Odeffanno teeknoloji garagaraa🚀
wa'ee koompiitara💻🖥
free internet🌍🌐
appota barbachisoo garagaraa⚙️
money making💸💰 fi Wantoota garagaraa channel isin irraa barachuu dandessan qabannee dhufnerra🔥
@Ella_Tech1 @Ella_Tech1
4 791
karaalle Itiyoopiyaa keessatti TikTok irraa mallaqa ittin ..
Amma Ethiopia keessatti TikTok irraa dhugumaan maallaqa argachuuf karaa gurguddoo lama qofatu jira:
1️⃣TikTok Live Gifts (Diamonds) Yoo TikTok live ( Vedio Tammsasa kallatti yeroo namoonni si ilaalu) qopheessite, namoonni si hordofan gift virtual siif ergu danda’u. Gift sun TikTok irratti “diamond” tti jijjiirama.
Diamond san immoo TikTok irraa PayPal ykn bank account biyya tokko irratti jijjiiruun maallaqa argachuu dandeessa.- Ethiopia keessatti PayPal ykn bankii biyya keessaa hin jiruuf, namoonni hedduun bankii biyya alaa ykn maatii biyya alaa jiran fayyadamu.
2️⃣Sponsorship / Brand Deals(bekksiisaa)
Yoo followers kee baay’ate (kuma tokkoo ol, hedduun immoo 50K+ fi oli), companies fi brands sitti dhufu, akka product isaanii beekksiisftuuf siif kaffalu.
⚠️ Wanti amma hin jirre Ethiopia keessatti:
- TikTok Creator Fund (like tokkoon kaffalu)
- Ad Revenue Share (akka YouTube Partner Program)
@abbi_tech4 791
📚Kitaabota garagaraa:
📕Xin-sammuu
📓Qoosaa
📘Asoosama
📙Afoolaa fi kanneen biroo Afaan Oromoon argachuuf #channel kana #join gochuun argachuu dandeessu👇
👉 https://t.me/Oro_Books_Store
4 791
ODUU:
Qajeelfama Haaraa YouTube Itoophiyaa
Hamle 8, 2017 irraa kaasee, YouTube qajeelfama haaraa baasee jira. Qajeelfamni kun namoota YouTube irraa galii argatan irratti xiyyeeffata.
Qajeelfamni maal jedha?
• Amma booda YouTube irraa galii argachuun vidiyoo haaraa fi ofiin hojjetame qofarra murtaa’a.
Vidiyoon dhugaa fi hojii nama dhuunfaa irratti hundaa’e qofa galii argata.
• Vidiyoon AI (Artificial Intelligence) qofaan hojjetame galii hin argatu.
• Vidiyoon sagalee xiqqoo qofa itti dabaluudhaan ykn hojii nama birootti reaction kennuun dhihaatu galii hin argatu.
• Vidiyoo nama biro irraa funaananii dhiheessuun galii ala ta’a.
Haa ta’u malee, YouTube yeroo ammaa 1,000 subscribers fi 4,000 sa’aatii ilaalchaa waggaa tokko keessatti guutuun akka dirqama ta’e hima.
YouTube qajeelfama kana baaseef, namoonni akka hojii isaanii ofiin hojjetanii fi hojii haaraa uumaniif kakaasuu barbaadeti.
@Abbi_Tech
4 791
Repost from ABBI TECH
ODUU:
Qajeelfama Haaraa YouTube Itoophiyaa
Hamle 8, 2017 irraa kaasee, YouTube qajeelfama haaraa baasee jira. Qajeelfamni kun namoota YouTube irraa galii argatan irratti xiyyeeffata.
Qajeelfamni maal jedha?
• Amma booda YouTube irraa galii argachuun vidiyoo haaraa fi ofiin hojjetame qofarra murtaa’a.
Vidiyoon dhugaa fi hojii nama dhuunfaa irratti hundaa’e qofa galii argata.
• Vidiyoon AI (Artificial Intelligence) qofaan hojjetame galii hin argatu.
• Vidiyoon sagalee xiqqoo qofa itti dabaluudhaan ykn hojii nama birootti reaction kennuun dhihaatu galii hin argatu.
• Vidiyoo nama biro irraa funaananii dhiheessuun galii ala ta’a.
Haa ta’u malee, YouTube yeroo ammaa 1,000 subscribers fi 4,000 sa’aatii ilaalchaa waggaa tokko keessatti guutuun akka dirqama ta’e hima.
YouTube qajeelfama kana baaseef, namoonni akka hojii isaanii ofiin hojjetanii fi hojii haaraa uumaniif kakaasuu barbaadeti.
@Abbi_Tech
4 791
Galii YouTube, TikTok fi qabiyyee dijitaalaa biroo irratti gibirri dhibbeentaa 15 kaawwamuufi.
Wixineen labsii labsii gibira galii fooyyessuuf Itoophiyaatti waggoota 9f hojiirra kan ture yoo ta’u, galii qabiyyee dijitaalaa irraa argamu irratti gibirri dhibbeentaa 15 akka kaffalamu keewwati xiqqaan kaawwameera.
Akka wixinee fooyya’iinsa labsichaa yaadameen galiin miidiyaa hawaasaa kanneen akka:
- YouTube,
- Feesbuukii, .
- Inistaagiraamii,
- TikTok fi waltajjiiwwan biroo
- Odeeffannoo interneetii irratti raabsame
- Daldala interneetii irratti raawwatamu
- Galii ispoonsara irraa argamu fi kkf. irraa argamu, Hammatameera.
Wixineen labsii yeroo ammaa Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataatti mari'atamaa jira.
Haaluma kanaanis, namoonni Lakkoofsa Eenyummaa kaffalaa gibiraa (TIN) baafachuu, galii isaanii ibsuu fi dirqama gibiraa biroo ba’uuf qophii ta’uu qabu jedhameera.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 @abbi_tech
4 791
Repost from ABBI TECH
Galii YouTube, TikTok fi qabiyyee dijitaalaa biroo irratti gibirri dhibbeentaa 15 kaawwamuufi.
Wixineen labsii labsii gibira galii fooyyessuuf Itoophiyaatti waggoota 9f hojiirra kan ture yoo ta’u, galii qabiyyee dijitaalaa irraa argamu irratti gibirri dhibbeentaa 15 akka kaffalamu keewwati xiqqaan kaawwameera.
Akka wixinee fooyya’iinsa labsichaa yaadameen galiin miidiyaa hawaasaa kanneen akka:
- YouTube,
- Feesbuukii, .
- Inistaagiraamii,
- TikTok fi waltajjiiwwan biroo
- Odeeffannoo interneetii irratti raabsame
- Daldala interneetii irratti raawwatamu
- Galii ispoonsara irraa argamu fi kkf. irraa argamu, Hammatameera.
Wixineen labsii yeroo ammaa Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataatti mari'atamaa jira.
Haaluma kanaanis, namoonni Lakkoofsa Eenyummaa kaffalaa gibiraa (TIN) baafachuu, galii isaanii ibsuu fi dirqama gibiraa biroo ba’uuf qophii ta’uu qabu jedhameera.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 @abbi_tech
4 791
✅Dhaabbanni meta Facebook fi messenger irratti "passkey" fayyadamuu jalqabuuf jedha.🔐
Hanga ammanatti, Facebook fi messenger irratti seenuuf password qofa fayyadamaa turre. Amma garuu:-
🖌 Pin code
🖌 Fingerprint
🖌 face authentication
🖌 Authentication App
.... Fayyadamuu Akka daanda'amu *meta* beeksise jira.
Kun immoo nageenya account Facebook fi messenger keenyaa cimsuu fi accountin keenya saffisaa fi amansiisumaa dabalataa Akka qabaatu taasisa jechuudha
Odeeffannoon teeknooloojii faayidaa qabu kan biroo 👇 .
════❁✿❁═════════
Share & Join Us•
Channel •|| @Oro_Tech_Tipz
4 791
Addunyaa guutuutti odeeffannoon gara biliyoona 16tti dhiyaatu akka hack ta'e gabaafamaa jira. Apple, Google, Telegram, Facebook, fi Github miidhamtoota akka ta'an himama.
✍kaanfu maal gochuu qabdu amma .
1. Akkaawuntii keessan hundaaf jecha icciitii gartokkoon/guutumaan guutuutti jijjiiruu .
2. Jecha icciitii mirkaneessa tarkaanfii lamaa( 2FA ) sing up Godhu
3. Linkii hin beekamne hin cuqaasinaa ykn hin xuqqina .
══════❁✿❁═════════
Share & Join Us•
Channel •|| @Oro_Tech_Tipz
4 791
Kana jechuun:
Namoonni chaanaalii "Oro_Books" jedhamu bitachuu barbaaddan karaa telegiraamii "BetterParrot" jedhamuun nu qunnamuu dandeessu.
4 791
🔉Namni #channel - @Oro_Books kana bitachuu barbaaddan karaa @BetterParrot nu qunnamuu dandeessu.
4 791
Jechi kun kan agarsiisu namoonni "Oro_Books" jedhamu keessatti argaman, channel Telegram isaanii bitachuu barbaadu, kanaaf namoonni channelicha bitachuu barbaadan @BetterParrot irratti akka isaan qunnaman gargaarsa barbaadu.
4 791
4 791
#Barumsa
#itiifayyadamafifayyada
#GoogleDrive
Google Drive tajaajila kuusaa faayiloota kan kennuu kan qabenyum isaa Google ta'eedha, kan fayyadamtootaaf faayiloota isaanii online keessatti kuusuuf, faayiloota isaanii device garaagaraatti walitti fiduu, fi faayiloota waliin qooduu dandeessisudha .
Google Drive'n amaloota fi hojiiwwan ijoo muraasa:
1. Kuusaa(storage): Fayyadamtoonni faayiloota garaagaraa, kanneen akka suuraawwan, viidiyoo fi kkf, olka'uu fi kuusuu danda'u. Google Drive'n kuusaa (storage) bilisaa GB 15 kenna, kunis tajaajiloota Google biroo akka Gmail fi Google Photos waliin waal qabata.
2. Faayiloota waalif qooduu(File Sharing) : Fayyadamtoonni faayiloota fi faayiloota waliif qooduu ni danda'u, linkii waalif qooduu (link share) yookaan namoota addaa affeeruu dhaan. Ijaarsa qoodduu (permissions) fayyadamtootaaf ni qopheessa, isaaniif faayiloota ilaaluu, yaada kennuu, yookaan gulaaluuf hayyama kennaa.
3. Waliin Hojii(Collaboration) : Google Drive tajaajiloota Google biroo akka Google Docs, Sheets, fi Slides waliin walitti dhufeenya qaba, kunis dokumentoota irratti yeroo tokkotti waliinis hojjechuu dandeessisu. Namoonni hedduun faayila tokko irratti waliin hojjechuu ni danda'u.
4. Argamuu(Accessibility): Faayiloota Google Drive keessatti kuufaman meeshaa(device) kamiiyuu interneeta qabu irraatii argamuu danda'u, kanneen akka kompiitara, bilbila smart, fi tablet. App'oota bilisaa Android fi iOS'rratti argamuu irraatii.
5. Qindoomina(Organization) : Fayyadamtoonni faayiloota isaanii baafata keessa qindeessuu ni danda'u, kunis faayiloota sirriitti too'achuuf fi barbaaduuf salphaa taasisa. Faayiloota maqaa ykn qabiyyee isaanii irratti barbaaduu dandeessisa.
6. Olka’uu (Backup) : Google Drive'n faayiloota barbaachisummaa qaban Olka’uu fi eeggachuu keessatti ni gargaara
Walumaa galatti, Google Drive'n meeshaa (device) baay'ee gargaaraa fi hojiirra ooluudha, kuusaa faayiloota, qoodduu, fi waliinis hojjechuu keessatti haala salphaa ta'een gargaara.
══════❁✿❁═════════
Share & Join Us•
Channel •|| @Oro_Tech_Tipz
4 791
Notifications history jechuun maali
• Notification history jechuun bakka itti Notification kufamu jechuudha
• Fayyadan isaa maali yoo message tokko si jala haqamee tahee achii jalati argachuu dandeessa
Notifications history One UI keessatti banuuf , tarkaanfiiwwan kana hordofi:
1. Device Samsung keessan irratti appii Settings jedhu banadhaa.
2. Gadi bu'aatii "Apps and notifications" filadhaa.
3."Notifications" irratti tuqi.
4. Gara gadiitti and "notifications history" filadhu.
5. Notification history baani ykn turn on godhi.
Notification history erga turn on gotte booda, notification kee darbee kutaa notification history keessatti arguu dandeessa.
Hubadhaa, feature kun device Android 11 ykn isaa ol ta'an qofa irratti argama
══════❁✿❁═════════
Share & Join Us•
Channel •|| @Oro_Tech_Tipz
4 791
✨Channel Telegram kan members 5k(5000) - @Oro_Books ol qabu bitachuu yoo barbaaddan karaa @BetterParrot nu qunnamaa📥
4 791
Enjoy our content? Advertise on this channel and reach a highly engaged audience! 👉🏻
It's easy with Telega.io. As the leading platform for native ads and integrations on Telegram, it provides user-friendly and efficient tools for quick and automated ad launches.
⚡️ Place your ad here in three simple steps:
1 Sign up
2 Top up the balance in a convenient way
3 Create your advertising post
If your ad aligns with our content, we’ll gladly publish it.
Start your promotion journey now!
4 791
“Inni as hin jiru, akkuma jedhe ka'eera!”
— Mat. 28:6
Hordoftootni amantaa kiristaanaa marti baga ayyaana du'aa ka'uu gooftaa keenya Iyyasuus kiristoosiin isin gahe.♥
@Oro_Tech_Tipz
4 791
🟠 Social media garaagaraa kanneen akka #Tiktok, #Facebook, #Instagram, fi #YouTube (Shorts dabalatee) jarreen kana irraa video high quality dhaan #watermark malee download gochuuf website gargaarudha.
🟠 Itti fayyadamuuf #link video feetanii copy gochuun website kana irra galchitanii #download gochuu qofadha.
https://en1.savefrom.net/13RZ/
Share
@Oro_Tech_Tipz
