cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

QEERROO FI QAARREE OROMIYA

Tooftaa Fi Tarsiimoo dhaloota hubachiisuu Fi Odeeffannoo qulqulluu ni Argattan yoomiyyuu. . Kaayoo Oromoo Fi Oromian Qaabdu Gaalman Nigeenyaa. @QEERROO_FI_QAARREE_OROMIYA

نمایش بیشتر
فنلندة1 394زبان مشخص نشده استدسته بندی مشخص نشده است
پست‌های تبلیغاتی
1 459
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
-47 روز
-2830 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Repost from freedom
እነዚህ ሁለት ሰዎች ከረጅም ጊዜ ጥሞና በኋላ ተመልሰን መጥተናል ሁሉንም ነገር እናፈርጠዋለን እያሉን ነው። እኛም በጣም ጓጉተናል 😋😋 በተለይ የሚያፈርጡት ሚስጥር ስለ ሸገር ምስረታ ጉዳይ ከሆነ ብዙ የማናውቀውን ብዥታዎች ጥርት ያደርጉታል ተብሎ ይጠበቃል። በተለይ ሀንጋሳ በምርቃና ሙድ live ከገባ ምንም የሚያስቀረው መንግስታዊ ሚስጥር አይኖርም ስለዚህ ጫት ስፖንሰር ልንሆነው ይገባል 😃 @my_oromia
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
"ከተቻለ አብረን እንኖራለን፣ ካልሆነልንም ጥሩ ጎረቤት እንሆናለን፣ እሄንኛውንም ለመሆን አድካሚ ከሆነ ግን እንዴት በራችንን እንደምዘጋ እናውቅበታለን" " Yoo danda'ame waliin jiraanna; yoo ta'uu baate ollaa gaarii waliif taana; innumtuu yoo dadhabame ammoo akkatti balbala keenya cufannu beekna." የኦሮሞ ነፃነት ሰራዊት ዋና አዛዥ #Jaal_Marroo https://t.me/MameOromoo
نمایش همه...
Boruu miti, hardhuma dubbannee wal hubachiifna! ....................... "Maddi-Walaabuu Handhuura Baaleetii" jedhanii dubbachuun, qe'een ofii akka hin tuqamne tikfachuu fi seenaan gootota ofii akka hin dabne eeggachuun gandummaa miti. . Dhugaadha. Oromiyaan bal’oodha. Akkuma bal’ina ishee hundi keenya deemnee deemnee abbaa irraa dhalanne, mana itti guddanne, gosa keessaa baanee fi kkf qabna. Kuni waan har’a dhalate miti. Dhugaadhuma Adduunyaa kanaati! Garuummoo nuti kaleessaa fi hardhas akka sabaatti qabsoofne! Gaafa lollus, Gaafa falmannus, gaafa wareegamnus Ajandaa oromummaa qabanneeti! Takkaa qe'etti gadi hin deebine. Hoxxee teenyaaf hin falmine. Gosa keenyaaf hin dhaabbanne. Ganda keessaa baaneef hin iyyine. Osoo akkas goonee jirra ta'ee as hin geenyu ture. Adeemsi akkasii humnas hin qabu. Eessaanuu nun ga’u! Kana tolchinee beekna! . Garuummoo Waan tokko hubachuun gaariidha. Gaafa waan lafa Oromiyaa dubbannuu fi seenaa gootota oromoo kaasnu,Maqaa Oromummaatiin Eenyummaan kutaa kamiituu hamma balbala isaatti akka dhiitamuuf hin qabsoofne! Walqixxummaan shakkii tokkoon maletti kabajamuu danda'uu qaba. Kunimmoo gama hundaanuu, waan hunda keessatti calaqqisuu qaba. Gaafa walqixxummaan ilaalamuun hafee Oromummaa keessaan ajandaan biraa burquu eegale, "maalif Oromummaadhaa gadi bu’amee waan birootiin falmiin eegalama" jechuun tasuma fudhatama hin qabu. Qaamni kamiyyuu waan hunda ija madaaloftuudhaan ilaaluu danda'uutu irra jiraata. Oromiyaan maqaa Oromummaatiin eenyuyyuu dhiibdu akka hin jiraanneef qabsaa'uu malee gaafa qaamni tokko sababa itti amaneef falmuu eegale dura dhaabbachuu fi gandummaa jedhanii akka waan oromoo fi oromiyaa addaan qoodanitti fudhachuun sirrii miti. . Akkasuma seenaa kaleessaa jijjiiruu fi Dhaloota boru dhufu burjaajjessuuf hardha dhakaa bu'uuraa kaa'uun waan hin taaneedha. Taaddasaa Birruu fuudhanii harargetti galchuun, Waaqoo Guutuu fuudhanii booranatti galchuu fi Elemoo Qilxuu fuudhanii Shawaatti galchuun waan hin fakkaanneedha. Eeyyen Waan hin mallee fi osoo barbaachiseyyuu hin bareedneedha! . Kanuma nuti ajandaa gandummaa hin qabnu.Akka sabaatitti oromoof dhaabbanne, Kanumaafis tuttuqaa seenaa jibbinee "Maddi Walaabuu handhuura baaleet,hin tuqinaa" jennee falmine! . Shira siyaasaa ni mormina Daba seenaa ni falmina Harka dabaas ni cabsina! QEERROO BAALEE Sikkoo fi Mandoo! https://t.me/MameOromoo

Boruu miti, hardhuma dubbannee wal hubachiifna! ....................... https://t.me/MameOromoo
نمایش همه...
Repost from Daniel 🕊🕊🕊
Photo unavailableShow in Telegram
በኦሮሚያ ውስጥ ከሆቴል ጀምሮ በየትኛውም የኢንቨስትመንት ሥራ ተሰማርቶ ያለው የትኛውም አካል ፥ የኦሮሞ አንጋፋ ለሆነው ለቦረና ሕዝብ ችግር በሚችለው ሁሉ አስተዋፆ የማድረግ የውዴታ ግዴታ አለበት ‼️ በዚህ ሰባዊ ተግባር የመሳተፍ ሃላፊነት እንዲወጡ በመላው ኦሮሚያ እነማን የት ፋብሪካ ሆቴል እንዳላቸው ከእነ ስማቸው ዝርዝር እየወጣ በጎ ጫና የሚደረግ ሃላፊነት መወጣት የሁላችን ሃላፊነት መሆን አለበት ።
نمایش همه...
03:48
Video unavailableShow in Telegram
Bara Nafxanyaan Xobbiyaa of harkaa qabdu yoo Xiqqaate warri Afaanuma Amaaraan Minilik Farsiti; Bara Wayyaanee ammoo Maqaa Minilik Nafxanyaan onnattee lafaa kaaftulle hin turre. Bara OPDO garuu ittuu caalee Afaanuma ati beektuun Diinakee sirratti farsu. Diqaalonni Afaan Barte maal fidda jedhaa jirti. Qaanii dha. https://t.me/MameOromoo
نمایش همه...
ወንድማችንን አመስግኑልን🙏🙏 በአርቲስት ሃጫሉ ሁንዴሳ ቦንሳ ስም በወንድማች አብዲ ፍቃዱ Abdi #Fekadu_Benti ለቦረና ህዝብ በጨረታ 60 ,000 ብር ያሸነፈው የቦረናን ህዝብ ባህል እሴት ታሪክ የያዘውን ታሪካዊ መጽሃፍ ገንዘቡን ለቦረና ህዝብ ድጋፍ ገቢ አድርጓል ። ወንድማችን አብዲን በገሞራው ሃጫሉና በቦረና ህዝብ ስም ከፍ ያለ የክብር ምስጋና እናቀርባለን። ሁላችሁም ይህንን ወንድማችን አክብሩልኝ አመስግኑልኝ። . ወንድሜ ክበርልኝ እድሜና ጤና : ቤተሰቦችን ፈጣሪ ይባርክ : ለአርቲስት ሃጫሉ ሁንዴሳ ያለህ የማያወላዳ ልዩ ተፈጥሮዊ ፍቅርና ክብርህን በግልጽ እንዲህ በአደባባይ አሳይተሃልና ልዩ ክብርና ምስጋና ይገባሃል : ይህ ተግባርህ አንድ የታሪክ አካል ሁኗል 🙏 https://t.me/MameOromoo
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
Hojii qabsoo xiqqaa hojjetanii bilisummaa sabaa fiduun hin danda'amu! https://t.me/MameOromoo
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
ATI ADII UFFADHU GURRAACHA UFFACHIISI!!! Warri dur siboochisan Haaboo'an keessaaf alaa Waankee kaleessa bade Hunduuni gala jala jalaa ... Isa argatte jabeessii Manakee olkaawwadhu Kan hafes boru dhufa Obsiituma eeggadhu ... Ofii adii uffadhu Isaan gurraacha uffachiisi Osoo namatti hin darbiin Aadaaf Afaankee kabachiisi ... Wal hin bubbuusiin waltumsi Garuu shakki gaaddidduukee Hadhaa qopheessa jirti ta'a Yoonammoo hinaaftuunkee ... Ati kankee gadi hin dhiisiin Harkakeetti qabadhu Boojuunkee badee hin hafu Rabbumakee kadhadhu! JABAAN WAAQA!! https://t.me/MameOromoo
نمایش همه...