cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Afaan Oromoodhaan

Afaan kee jaaladhu, kunuunfadhu!

نمایش بیشتر
کشور مشخص نشده استزبان مشخص نشده استدسته بندی مشخص نشده است
پست‌های تبلیغاتی
203
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
اطلاعاتی وجود ندارد30 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Guyyaa gaarii!
نمایش همه...
Waan Hunduma waan dhabdee harka duwwaa kan hafte yoo sitti fakkaate guyyaa fooyya'aan in dhufaatii eegi! Mukkeen waggaa waggaadhaan baala isaanii harcaasanii haaraa biqilchu. Dhabuun dhimma yerooti malee seenaa hin geddaramne miti. @Afaanoromoodhaan @AfaanOromoodhaan
نمایش همه...
Jimaata gaarii! @Afaanoromoodhaan
نمایش همه...
Jireenya keessatti dhiphinni yoo sitti baay'ate abdii hin kutin! Miidhaginni Addeessaa dabalaa kan adeemu hammuma dukkanni naannoo ishiitti cimaa adeemu akka ta'e yaadadhu! Guyyaa gaarii! @AfaanOromoodhaan
نمایش همه...
Gorsa xiinsammuu tokko tokko 1 👉 Kan ati dinqisiifachuu qabdu yeroo namoonni si dhiisanii deeman otoo hin taane yeroo si waliin turanidha. 2 👉 Ciminni namaa nama waa balleessee Gonkumaa Dhiifama hin gaafanneef Dhiifama gochuu dha. 3 👉 Yeroo aartee jirtutti ariifattee hin murteessin, yeroo gammaddee jirtutti waadaa hin seenin! 4 👉 Yeroo baay'ee gorsa baay'ee bayeessa kan kennan namoota rakkina baay'ee keessa kan darbanidha. 5 👉 Namoota beeknu tokkoon tokkoon isaanirraa waan barannu hin dhabnu. 6 👉 Mallattoon Maraatummaan jalqabaa ofii wajjin haasa'uu dha. Inni lammaffaan haasaa keenyaaf Deebii laachuu dha. @AOKOO1 Share
نمایش همه...
Namoonni waan dhimma hin baasne irratti Amma amma walitti bu'an namoota sirriitti waliif yaadaniifi waliif dhiphatanidha. #xiinsammuu_12 @AOKOO1 Share for more
نمایش همه...
Yeroo kophaa jirtu warri cimdiidhaan jiran waan yeroo hunda gammadaa jiran sitti fakkaatu. Yeroo cimdiidhaan jirtu warri kophaa jiran waan yeroo hunda gammadaa jiran sitti fakkaatu. Kamtu sirriidha? #xiinsammuu_11 @AOKOO1 @AOKOO1
نمایش همه...
#Cacophobia_n rakkina xiinsammuu sodaa bifa nama FOKKISAAti. #Venustraphobia_n rakkina xiinsammuu sodaa shamarran bifa bareedduuti. #sodaa_cimaa_1 @AOKOO1 @AOKOO1
نمایش همه...
Nama sirrii wajjin yeroo wal bira jirtu nama gammade fakkaachuuf hin yaaltu, akkanumatti gammaduu eegalta. Nama sirrii wajjin yeroo wal bira jirtu isa ykn ishii gammachiisuuf yaaltee otoo hin taane, akkanumatti gammaduu itti fufa. #xiinsammuu_10 @AOKOO1 @AOKOO1
نمایش همه...
Karaa hin beekne irra yeroo deemtu saffisa ke hir'isi! Sababni isaa yoo badde akka hin fagaannef sii tola. #xiinsammuu_9 @AOKOO1
نمایش همه...