cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Kullee Channel

نمایش بیشتر
کشور مشخص نشده استزبان مشخص نشده استدسته بندی مشخص نشده است
پست‌های تبلیغاتی
468
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
اطلاعاتی وجود ندارد30 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

FIASS 188 ONLINE BUSINESS!: VIP1 QARSHII 750 QOFAAAN AKKAMITTAN BITADHA? Akkuma beektanu #FIAS erga biyya kana keessatti hojii eegalee guyyoota lakkoofsisee jira. Ana dabalatee namoonni hedduun guyyaadha guyyaatti qarshii hedduu ittiin argachaa jirra ,ani akka carraa ta'ee hojii online gaafa naan jedhan wanta baayyee ulfaata fi dhugumatti karaa qarshiin ittiin hojjetamuu hin danda'amnedha jedheen amana ture,garu ergan FIAS irratti hojjechuu eegalee yaadni koo completely ni jijjirame. Jalqaba hiriyaa kankoo tokkotu link naaf ergee hojii onlinetii hojjedhu naan jedhe, anis gaaffii kiyya ittan fufe; ANA: maalinni wantichi? ,eessa dhufe?,akkamittis qarshii irraa hojjechuun danda'ama? Jedheen gaafadhe ISA: "Dhabatichi Fias jedhama teesson isaa alarraa ta'us biyya keenya keessa seene erga hojii eegalee bubbuleera, akkamitti qarshii irraa dalaga isa jetteef immoo dhaabbatichi garee WPP(world's largest advertising communications group) jalatti kan argamu yoo ta'uu miidiyaalee hawwaasaa kan akka fb,YT,tiktok,Twitter fi kkf faana waliigalteedhan hojjeta, qarshii miidiyaalee hawaasa kana irraa argatu siif immoo akka gulaanta VIP keetti siif kaffala" ANA: Abboo wanti kun 666 sana ta'innaa, akkamitti callisee naaf kaffala? Jedheen gaaffii koo itti fufe ISA: "kkkkk... warri 666 akkasumatti qoosadhumatti qarshii siif kaffaluu?, isaanirraa qarshii argachuuf ulaagaa hedduu keessa dabartaam yoo xiqqaate qaaman deemtee mallatteesita,baayyina namoota isaan si ajajan miseensota isaanii taasifta, sirna waaqeffannaa isaanii raawwatta,waada galtaaf.....kana qofa miti wanta baayyee rawwattaaf ,qarshiin akkasitti tola siif kennamu hin jiru lubbuu kee qabsiiftee maallaqa fudhatta." naan jedhe, jalqaba qarshii kee kiishaa baaste invest goota, hojii guyyaatti siiif kennamuun immoo maallaqa walitti qabatta. ANA:galmeef maaltu na barbaachisa?, akkamittan galmaa'asi?, jedheen gaaffadhe ISA: "galmeef wanti si barbaachisu bilbila harkaa fi lakk. bilbilaa qofa, galmaa'uf immoo link siifan erga ,isarraan seente galmoofta haalli galmees salphaadha, erga galmooftee booda qarshii 1000 irraa eegaltee haga 30000tti VIP bitatta ,sana booda haguma level VIP keetitiin taskn siif kennama fknf qar.1000n VIP1 yoo bitte guyyatti qarshii 24 task afur hojjechuun ,ji'atti immoo 720 hojjetta kan VIP2 ,VIP3,VIP4,VIP5 akkuma kanaa kaffaltiini fi baayyinni task ati hojjettuu dabalaa deema" naan jedhe Tole jedheen link inni naaf ergerran seene nan galmaaye, sana booda mee abbaa 1000 kanan bitee ilaala ,na nyaattus haa nyaattu jedheen itti of kute ,sana booda nan bite hojjechuus nan eegale, hangan kaffaltii koo jalqabaa argadhutti garuu hin amannen ture, guyyaa muraasa ergan hojjedheen booda VIP1 Irratti qarshii 2000 dabaluun VIP2tti oldarbe,amma VIP4 irran jira. Business jechuun immoo yoo risk jiru fudhattee itti of galchuu baatte osuma ilaaltuu carraa guddaan siif dhufe dura keeti tara, kanaaf yeroon hojii har'a ,har'a keessayyuu hammadha. Gara dubbii ijootti yoon deebiyu, akkamittan qar. 750n VIP1 bitadha kan jedhuuf jalqaba link kanaan galmoofta👇👇 https://fias777.com/#/pages/register?invite_code=uRWia6Jv&t=1651829360032 Akkuma galmooften invite bonus qarshii 50 ni argatta, isa booda guyyoota kudhaniif VIP0'dhaan(kaffatii malee) guyyoota kudhan waliitti aananiif guyyatti qar. 15 fudhatta ,kunimmoo qarshii 150 ta'a. Invite bonus 50 +150=200.kana jechuun ati osoo qarshii tokko hin kaffalin qarshii 200 hojjette jechuudha isa booda gaafa guyyaa 11ffaa qarshii 800 (1000❌) qofa kaffaluun VIP1 salphaadhumatti bitatta. Sababni isaa 200 durumaanuu hojjettee qabda kaa. Jalqabarratti 750 jette mitii jechuun kee hin oolu, eeyyen dhugaadha 750nis danda'ama, inni ammoo akkasi ;yoo linkii gubbaatti siif kaa'en seentee galmooftee gaafa VIP1 bittu komishinii naaf kaffalamu irraa qar.50 kallattiinan siif galcha. Kana jechuun qar. 800 VIP 1 bituuf baaste irraa 50 yoo hir'iftu 750 ta'a jechuudha. Kanaaf namoonni haala kanaan salphaadhumatti qar.750n VIP1 bitachuu barbaaddan yoo jiraate osoo carraan kun isin hin darbin ammuma eegalaa
نمایش همه...
FIASS 188 ONLINE BUSINESS!: VIP1 QARSHII 750 QOFAAAN AKKAMITTAN BITADHA? Akkuma beektanu #FIAS erga biyya kana keessatti hojii eegalee guyyoota lakkoofsisee jira. Ana dabalatee namoonni hedduun guyyaadha guyyaatti qarshii hedduu ittiin argachaa jirra ,ani akka carraa ta'ee hojii online gaafa naan jedhan wanta baayyee ulfaata fi dhugumatti karaa qarshiin ittiin hojjetamuu hin danda'amnedha jedheen amana ture,garu ergan FIAS irratti hojjechuu eegalee yaadni koo completely ni jijjirame. Jalqaba hiriyaa kankoo tokkotu link naaf ergee hojii onlinetii hojjedhu naan jedhe, anis gaaffii kiyya ittan fufe; ANA: maalinni wantichi? ,eessa dhufe?,akkamittis qarshii irraa hojjechuun danda'ama? Jedheen gaafadhe ISA: "Dhabatichi Fias jedhama teesson isaa alarraa ta'us biyya keenya keessa seene erga hojii eegalee bubbuleera, akkamitti qarshii irraa dalaga isa jetteef immoo dhaabbatichi garee WPP(world's largest advertising communications group) jalatti kan argamu yoo ta'uu miidiyaalee hawwaasaa kan akka fb,YT,tiktok,Twitter fi kkf faana waliigalteedhan hojjeta, qarshii miidiyaalee hawaasa kana irraa argatu siif immoo akka gulaanta VIP keetti siif kaffala" ANA: Abboo wanti kun 666 sana ta'innaa, akkamitti callisee naaf kaffala? Jedheen gaaffii koo itti fufe ISA: "kkkkk... warri 666 akkasumatti qoosadhumatti qarshii siif kaffaluu?, isaanirraa qarshii argachuuf ulaagaa hedduu keessa dabartaam yoo xiqqaate qaaman deemtee mallatteesita,baayyina namoota isaan si ajajan miseensota isaanii taasifta, sirna waaqeffannaa isaanii raawwatta,waada galtaaf.....kana qofa miti wanta baayyee rawwattaaf ,qarshiin akkasitti tola siif kennamu hin jiru lubbuu kee qabsiiftee maallaqa fudhatta." naan jedhe, jalqaba qarshii kee kiishaa baaste invest goota, hojii guyyaatti siiif kennamuun immoo maallaqa walitti qabatta. ANA:galmeef maaltu na barbaachisa?, akkamittan galmaa'asi?, jedheen gaaffadhe ISA: "galmeef wanti si barbaachisu bilbila harkaa fi lakk. bilbilaa qofa, galmaa'uf immoo link siifan erga ,isarraan seente galmoofta haalli galmees salphaadha, erga galmooftee booda qarshii 1000 irraa eegaltee haga 30000tti VIP bitatta ,sana booda haguma level VIP keetitiin taskn siif kennama fknf qar.1000n VIP1 yoo bitte guyyatti qarshii 24 task afur hojjechuun ,ji'atti immoo 720 hojjetta kan VIP2 ,VIP3,VIP4,VIP5 akkuma kanaa kaffaltiini fi baayyinni task ati hojjettuu dabalaa deema" naan jedhe Tole jedheen link inni naaf ergerran seene nan galmaaye, sana booda mee abbaa 1000 kanan bitee ilaala ,na nyaattus haa nyaattu jedheen itti of kute ,sana booda nan bite hojjechuus nan eegale, hangan kaffaltii koo jalqabaa argadhutti garuu hin amannen ture, guyyaa muraasa ergan hojjedheen booda VIP1 Irratti qarshii 2000 dabaluun VIP2tti oldarbe,amma VIP4 irran jira. Business jechuun immoo yoo risk jiru fudhattee itti of galchuu baatte osuma ilaaltuu carraa guddaan siif dhufe dura keeti tara, kanaaf yeroon hojii har'a ,har'a keessayyuu hammadha. Gara dubbii ijootti yoon deebiyu, akkamittan qar. 750n VIP1 bitadha kan jedhuuf jalqaba link kanaan galmoofta👇👇 https://fias777.com/#/pages/register?invite_code=Y1TdSsRV&t=1651430337608 Akkuma galmooften invite bonus qarshii 50 ni argatta, isa booda guyyoota kudhaniif VIP0'dhaan(kaffatii malee) guyyoota kudhan waliitti aananiif guyyatti qar. 15 fudhatta ,kunimmoo qarshii 150 ta'a. Invite bonus 50 +150=200.kana jechuun ati osoo qarshii tokko hin kaffalin qarshii 200 hojjette jechuudha isa booda gaafa guyyaa 11ffaa qarshii 800 (1000❌) qofa kaffaluun VIP1 salphaadhumatti bitatta. Sababni isaa 200 durumaanuu hojjettee qabda kaa. Jalqabarratti 750 jette mitii jechuun kee hin oolu, eeyyen dhugaadha 750nis danda'ama, inni ammoo akkasi ;yoo linkii gubbaatti siif kaa'en seentee galmooftee gaafa VIP1 bittu komishinii naaf kaffalamu irraa qar.50 kallattiinan siif galcha. Kana jechuun qar. 800 VIP 1 bituuf baaste irraa 50 yoo hir'iftu 750 ta'a jechuudha. Kanaaf namoonni haala kanaan salphaadhumatti qar.750n VIP1 bitachuu barbaaddan yoo jiraate osoo carraan kun isin hin darbin ammuma eegalaa
نمایش همه...
Hordoftoota amantaa Isiliimaa maraaf baga geessan! EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARA EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK @baacoowwan EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK EID MUBARAK
نمایش همه...
Dhaabbata fias jedhamu waliin hajjachuun maallaqa argachuun ni dandiyama. isiniis seena fayyadamaa ta'aa https://fias777.com/#/pages/register?invite_code=uRWia6Jv&t=1651317177059
نمایش همه...
Uffatawwan mimmidhagoo argachuuf gara BRAND ZONE kootta chaanalii armaan gadii kana join godhaa! https://t.me/NBrandZone
نمایش همه...
BRAND ZONE🌷🌷💐💐🌸🌸

U can get everything occasionally and non occasional Contact 0923607886 0977869103 0900330409 Address: taywan, shop number 106 and 107 Shop(106) 0928171320 Shop(107) 0930179632 We can deliver home Order on https:@brandzone14

#DHUMA IRRATTI ISAS NI AJJEESAN❗ #Amma_dhumaatti_dubbisaa⁉️ 1. Callisuu Beektotaa:😓 Callisuu Waaqayyootti aansee addunyaa kanaaf wanti sodaachisaan callisuu beektota furmaata fiduu danda'anii warra Waaqayyo addunyaa kanaaf kennaa godhee isaan kennee ti. Miidhamni ulfaataanis kan jiru rakkoo kaasuu fi dubbii dubbatamuu hin qabne baayyee dubbachuu wallaalotaa keessa osoo hin taane callisuu beektotaa keessadha. Beektonni dubbachuufan carraa dhabe, wallalotatu dubbii na saame jechuun sababii kam illee yoo dhi'eessan rakkoo furuu danda'an furuu dhiisanii ilaaluu isaaniitiif ceephoo sammuu isaanii jalaa hin ba'an. Sababni isaa, ka'amuudhumti isaanii iyyuu guyyaa akkasiitiif ture waan ta'eef. Beekaan dubbii isaatiin rakkoo furu haa dubbatu malee hin callisin. Dhaloonnis, Waaqayyoos kanuma irraa eegaa jiru...!🙏 2. Hojjechuu Dhiisuu Qajeelotaa:😓 Baay'achuu jal'oota hojii jal'inaa hojjetanii osoo hin taane hojii hojjechuu qaban hojjechuu dhiisuu fi dhibaa'oo ta'uu qajeelotaatu balaa guddaa uuma. Dacheen qaaqattee akka aartuu fi dhiiga dhalootaa dhugdee akka isheen sanyii biqilchuu dhaabdu kan godhes sababni tokko isa kanaadha. Humni hojii qajeelota keessa jiru humna hojii jal'ootaa keessa jiru irra yommuu caalu; addunyaan kun bu'aa hojii qajeelotaa isa qajeelaa taatee ni jiraatti. Kanaaf qajeelonni hojii hojii jal'ootaa gara gaariitti deebisuu fi ijaarsa ijaarsa isaanii isa jal'inaan guute diigu hojjechuuf dirqama qabu malee filannoo hin qaban...!🙏 3. Ba'aa itti gaafatamummaa dhabuu:😓 Namoonni ajjeesoon dhaloota ajjeesan baayyachuu osoo hin taane, namoonni hojii dhaloota du'a oolchuu hojjetan hojii dhaabuutu du'a dhalootaatiif sababa guddaa ta'a. Dhugumaan ba'aan itti gaafatamummaa ba'aa ulfaataa waan ta'eef ba'aa baatanii taa'uun boqonnaa argatan miti. Baatanii ciisuunis kan hin danda’amne ba'aa ulfaataa sagaleen imaanaa keessaa dhaga'amuudha. Kanaaf itti gaafatamummaa nutti kenname ba'uuf dirqama malee filannoo hin qabnu. Ba'aan itti gaafatamummaa nutti kennamee jiruu; kabaja teessuma akka nuti irra teenyuuf nuuf dhaabbatee jiruu irra ni caala...!🙏 4. Ibsitoonni ifaa ifa kennuu dhiisuu:😓 Dukkana kan hammeessu humna dukkana keessa jiru osoo hin taane, ibsittoonni ifaa ifa kennuu dhiisuu isaanii ti. Ibsittoonni ifaa ibsuun ala hojii itti bobba'anii isaan kohoommachiisu kan biraa hin qaban. Ifuun ibsittoota ifaatiif eenyummaa isaanii malee amala isaanii akka ta'etti yaadamuu hin qabu. Ibsittoonni ifaa ifa isaanii yoo kennan dukkannidhaabbachaa turuuf humna hin qabu ni dhidhima...!🙏 😓#Mata_dureen_barreeffama_kanaa_isa_miti... #Baga_dubbiftan...😓 📚Madda: Fuula fb Waadaa B. ♻️Join & 🔗SHARE
نمایش همه...
Ed mubarak💝💝 Ed mubarak💝💝 Ed mubarak💝💝
نمایش همه...
"𝐍𝐚𝐦𝐨𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐠𝐚𝐥𝐚𝐚𝐧𝐚 𝐢𝐫𝐫𝐚 𝐦𝐢𝐢𝐥𝐥𝐚𝐚𝐧 𝐝𝐞𝐞𝐦𝐮𝐮𝐭𝐮 𝐝𝐢𝐧𝐪𝐢𝐢𝐝𝐡𝐚 𝐣𝐞𝐝𝐡𝐮, 𝐀𝐧𝐚𝐚𝐟 𝐠𝐚𝐫𝐮𝐮 𝐝𝐚𝐜𝐡𝐞𝐞 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐫𝐫𝐚 𝐧𝐚𝐠𝐚𝐚𝐧 𝐝𝐞𝐞𝐦𝐮𝐮𝐭𝐮 𝐝𝐢𝐧𝐪𝐢𝐢𝐝𝐡𝐚!"Anonymous voting
  • Thich Nhat Hanh
  • Albert einestain
  • Robert mugabe
  • Martin luter
0 votes
sticker.webp0.14 KB
GAAFFII "Harmaa fi mootummaan kufuun waan hafuu miti" Eenyuutu jedhe?Anonymous voting
  • Boss Jawaar mahammed
  • Haaji Aadam Saaddo
  • Husseen bune
  • Bahaaro Tumsaa
0 votes
یک طرح متفاوت انتخاب کنید

طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.