cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

ODUU NEWS AFAAN OROMOO

Channel kun oduuf odeeyfannoo oromiyaa channelota akka bbc afaan oromoo voa fbc obn omn onn fii kush media hunda ifjalaa Qabaa join godhaa namaa fiis share godhaa Waliin taanee afaan keenya haa guddifnuun dhaamsa keenyaa

نمایش بیشتر
کشور مشخص نشده استزبان مشخص نشده استدسته بندی مشخص نشده است
پست‌های تبلیغاتی
558
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
اطلاعاتی وجود ندارد30 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

#ODUU_AMMEE Ergaa Ministeera Sayiinsii fi Barnoota Ola'noo irraa Beeksisa kanaan dura manxansineen Baratoonni Bara kana Ebbifamtan hundi Fuulbana 23--30tii Waamicha Isiniif gochuun keenya ni yaadatama, Haata'uuti garuu taatee Akka biyyaatti umameen Biyyatti keessa Nageenyi Amansiisaan wan hin jirreef, Baratoonni Bara kana Ebbifamtaniifi Baratoonni Yunivarsitii hundi bara kana Waan Isin waamnu Nutti hin fakkaatu kanaafuu Hundi keessan Iddoo jirtanitti Carraalee armaan gaadii kana keessaa Akka Filattan Isin beeksiisna. 1:- Hojii Yoo argattan barbaadadha. 2:- Bultii ijarrachuu warri barbaaddan ijaaradha 3:- Baqachuu warri barbaaddan baqadhaa 4:- Activists tahudhan Otuu dadhabne hifannee hin jedhin Nama Siyaasaa Cimaa tahun Hojii keessan itti fufaa 5:- Gara Moora Ykn Gibbii ni deebinaa jettanii xiqqollee hin shakkinaa 6:- Turtii Hanga ammaa nu waliin gootaniif Galatooma🙏🙏🙏. SHARE & JOIN:- @Orosarcasm @Orosarcasm
نمایش همه...
Haasaa Pr. Mararaa Guddinaa keessa! Kabajamoo Mummicha ministeera uummata keessa baatan gantanii fixaa jirtu, uummata Oromootin akka hin araarmneetti Walitti-buutanii akka Teediroos "gaggeessaa jijirama ijo-dhabee" taatanii jirtu. Guyyaa gadheen dhufuu isaa hin oolu waan taheef gaafa sana uummata na dhaqqaba jettuun hin qabdu! Uummata Oromoo waliin akka hin araaramnetti wal loltee jirta. Kan ati itti maxxante tuuta gantootati waan gahe gaafa guyyaan gadheen dhufe bakka lamanuu birmachuu dhabda. Gaggeessaan ummata gane dhumni isaa hin bareedu! Pirofeesar Mararaa Guddinaa!
نمایش همه...
Oduu Ammee ============ Pirezidaantii Yuunivarsitii Adaamaa Kan ta'e Dr.Lammii Guutaa irraatti nafxanyonni garee Abbush galgala kana yaali ajjeecha rawwatanii jiraachuu odeessi keessoon nu dhaqqabe ni ibsa.
نمایش همه...
Awol Allo on Al Jazeera
نمایش همه...
Is Ethiopia on the verge of civil war? Awol Allo, senior law lecturer at Keele University and expert on the Horn of Africa, offers his analysis on Addis Ababa's latest moves on the Tigray region. #Ethiopia
نمایش همه...
#Lola_Tigraay Naannoo magaalaa Maqaleetti dilbata kaleessaa xayyaarri haleellaaf ergame farra xayyaaraatiin rukutamee kufe jechuudhaan mootummaan naannoo Tigraay beeksisee jira. Xayyaarri kun waaree dura gara naannoo shanii gara naannoo Maqalee dhufuu isaa waajjirri kominikeeshinii naannoo sanaa ibsa baaseen beeksiseera. Xayyaarri waraanaa sun fixiinsa sanyiif kan ergame ture jedha ibsichi. Miseensi koree hoji raawwachiistuu ABUT Geetaachoo Reddaa xayyaarattiin waraanaa sun kaleessa misaa’ilaan haleelamtee kuftee caccabde jechuu dhaan TV naannoof ibsaniiru. Kaleessaa fi dheengadda Maqalee akkasumas magaalaa Addigraat keessatti haleellaan samii irraan raawwatamu yaalamee ture, yaaliin sunis uummata irratti kan qiyyaafate ture jedhan. Balaliisaan xayyaara naannoo Maqaleetti rukutamee kufee lubbuun haa jiraatuu fi dhiisuun hin beekamu kan jedhan obbo Geetaachoo Reddaa, lubbuun jiraate yoo ta’e bakka xayyaarri sun itti kufe naannoo Indertaatti barbaachi geggeessamaa jira garuu misaaylaan waan haleelameef carraan irraa ooluu xiqqoo dha jedhan. Magaalaa Meqelee keessa kaleessa dargaggoonni caccabaa xayyaaraati kan jedhan qabatanii dhaadachaa turan. Magaalaa Maqalee kaab gama bahaa naannoo Araaguree jedhamutti xayyaarattiin rukutamtee kufuun ibsameera. Mootummaa Federaalaan garuu ibsa karaa Raayyaa Ittisa Biyyaatin baaseen haleellaa jedhame kana haaleera. Xayyaara na jalaa rukutamees hin jiru jedheera. Maddi :voa
نمایش همه...
Barreessituu Waajjira Adda Biliisummaa Oromoo kan taate, Aadde Meetii Milkoo qaamolee nageenya mootummaatiin to'atamuu, Dubbi himaan ABO Obbo Battee Urgeessaa ibsan. #Al_jazeeraa_Afaan_Oromoo November 9,2020 Obbo Battee Urgeessaa toora marsaa hawaasummaa isaaniirratti akka ibsanitti, Aadde Meetii Milkoo barreessituu Waajjira Adda Biliisummaa Oromoo kan taate, Onkoloolessa 29 qaamolee nageenyaa mootummaatiin magaalaa Finfinnee keessaa butamteetti. Yeroo amma kana Meetiin Buraayyuutti geeffamuun mana hidhaa buufata poolisii 3ffaatti hidhaamte jirti. Akka hiriyoonni ishee jedhanitti, Bulchiinsa magaalaa Finfinnee naannoo Saansus jedhamu keessatti qabamuu ishee kan himan, sababa qabamuu ishee garuu hanga yoonaatti wanti adda baafatan kan hin jirre ta'uu dubbatu. Aadde Meetiin hirmaannaa siyaasaan alatti ogeettii fayyaa ta'uun, ogummaa baratteen hawaasa ishee tajaajilaa nama jirtudha. @buliqero @bULgOdHI
نمایش همه...
Dhugaa dubbachuuf gidduu kana wanti akka xiinxala dubbii Ferhan Abdulselam naaf ta'e hinjiru. Wanti namni kun dubbatu baay'en yeroo fi bakka kan eeggate haamilee diinaa kan caccabse, alagaa fi gantuutti yaaddoo uumaa kan jirudha. Yeroo hamtuu kanatti nama akkanaa of fuulduraa qabaachun hedduu nama boonsa. Eeyyee nuti warra dubbannee amansiifachuudhan waan barbaadne san fudhachuu fi kabachiifachuu danda'udha. Kana nuuf mirkaneessaa jirta. Oromoon si jaalata, si kabaja galata siif qaba, jajjabaadhu JIRRA, JIRTA! Ferhan! ODuUf ODeEYfAnnOO biYyAa arGachuuF HtTpS://TElegRAm.ME/bulgOdhI @BUliqERo @huumee @AbIYmOStgO
نمایش همه...
🤺ⒷⓊⓛ ⒼⓄⓓⒽⒾ ⓠⒺⓔⓡⓡⓞⓞ🏹

ODuUf ODeEYfAnnOO biYyAa arGachuuF HtTpS://TElegRAm.ME/bulgOdhI @BUliqERo @huumee @AbIYmOStgO

Namoonni ABIY AHMED biyya ittiin ijaaruf qopheeffate namoota gosa sadidha! #1ffaan :-Hattootaa,sobdoota, yakkamtootaa fi gantoota dantaa sabaa fi biyyaa hinqabne kan garaa isaanif qofa jiraatan, kan uummata hacuucuu fi nyaachutti muuxannoo qaban! #2ffaa :- Wallaalota hubannoo fi barnoota hinqabne kan sababaa fi ragaadhan adeemuu hinbeekne, warra akka meeshatti yaada isaa qofaaf tajaajilan! #3ffaa :-,Sodaattotaa fi Abdii kutattoota! Namoota kaleessa saba fuulduratti dhageettii qaban hayyoota, artistootaa fi gootota doorsisa qawwee Abiyyiitif ykn bu'aa maallaqa inni isaanif dhiyeessen akka salphaatti jilbiinfatan. Kun hundi garuu abjuudha. Abjuu qofa otoo hintaane diinummaa fi doofummaadha. Itoophiyaa keessatti qofa miti aaddunyaarrattillee wallaalaa fi gantuudhan biyya diigamtee, qabeenyi fi lubbuun namaa itti manca'e malee biyyi ijaaramte inuma hinjirre. ODuUf ODeEYfAnnOO biYyAa arGachuuF HtTpS://TElegRAm.ME/bulgOdhI @BUliqERo @huumee @AbIYmOStgO
نمایش همه...
🤺ⒷⓊⓛ ⒼⓄⓓⒽⒾ ⓠⒺⓔⓡⓡⓞⓞ🏹

ODuUf ODeEYfAnnOO biYyAa arGachuuF HtTpS://TElegRAm.ME/bulgOdhI @BUliqERo @huumee @AbIYmOStgO