cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Gorsa Akka Qorsaa

Gorsa Akka Qorsaa , Jechoota Bashannansiisoo fi Akkaataa itti 💚💘Jaalala Halaalaa iti Tikfatan💞 kafaltii tokko malee Nabiraa ni argattu Yaada fi Gaafi yoo qabaatte @michuukoo_bot irraan Naaf Barreessi

نمایش بیشتر
کشور مشخص نشده استزبان مشخص نشده استدسته بندی مشخص نشده است
پست‌های تبلیغاتی
958
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
اطلاعاتی وجود ندارد30 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Hubattee jirtaa 💘 Jaalalaa fi Biqiltuun Kunuunsuu barbaaddi yoo hin kunuunsin xoolagdee baduu dandeeasi Kana beeki bultii tee cimsadha @KunisGorsa
نمایش همه...
💚 15
👎 6
1.21 MB
As wr wb Nageenni Rabbii Isin haa dhaqqabu jechaa Turtii yeroo muraasaa booda walitti deebinee jirra Maarre Gorsa Akka Qorsaa isin biraan gahuuf qophiidha Fedha Rabbiitin @KunisGorsa
نمایش همه...
#Guyyaan_Ima_fiigaa! ➾Guyyoonni osoo dafanii dhumanii jedhee hawwaan ture, garuu guyyoonni sun umrii kankoo keessatti akka lakkaa’aman dagachuu kankoottu na ajaa'ibe. Join👉 @KunisGorsa
نمایش همه...
Dhaamsa Gabaabduu Ani Siif Qabu 📄 As wr wb ✔️ Yeroo Wudu'attu akka Dargaggeessa tahii mirqaanaan wudu'adhu. ✔️ Yeroo salaattu akka manguddoo tahii Suuta tasgabbiin salaati ✔️ Yeroo Du'aa'ii godhattu akka Daa'imaa tahi, Ammaa amma booyii Rabbii kee kadahadhu. waan kadhatte hin dhabduu ✔ Galma Yaade Gahuuf Abdii hin muratin ✔ waan lubbuun tee feetu hojjatuu caalaa diduu baay'isi ✔ Fedhii lubbuu teetii argachuuf akka feetetti duumu osoo hin taane akka Rabbi fedhutti deemi ✔ Bareedina yoo feete Sunnaa Rasuulaa hordofi ✔ Waa hundaa hojjatuu ni dandeetta uf hin tuffatin ✔ Jecha koo keessatti yoo dogongorri jiraate Naaf sirreessi malee na hin komatin ✔ Yoo sitti dheeresse dhiifama Naaf godhi ✔ Yoo sitti tole Du'aa'ii Naaf godhi اللهم أعنا على ذكرك وشكرك وحسن عبادتك!
نمایش همه...
𝐁𝐑𝐄𝐀𝐊𝐈𝐍𝐆 𝐍𝐄𝐖𝐒:- 𝐃𝐀𝐀𝐑𝐄𝐊𝐓𝐀𝐑𝐑𝐈 𝐌𝐈𝐈𝐃𝐈𝐘𝐀𝐀 𝐍𝐔𝐔𝐑𝐀𝐋𝐇𝐔𝐃𝐀𝐀 𝐅𝐈 𝐇𝐔𝐍𝐃𝐄𝐄𝐒𝐒𝐀𝐀𝐍 𝐆𝐀𝐑𝐄𝐄 𝐒𝐔𝐌𝐀𝐘𝐘𝐎𝐎𝐓𝐀𝐀 𝐅𝐈 𝐁𝐈𝐋𝐀𝐀𝐋𝐎𝐓𝐀𝐀 𝐇𝐈𝐃𝐇𝐀𝐀 𝐈𝐑𝐑𝐀𝐀 𝐇𝐈𝐈𝐊𝐊𝐀𝐌𝐄. Daarektarri miidiyaa guddicha hawaasa Oromoo Muslimaa Nuuralhudaa fi hundeessaan garee Sumayyootaa fi Bilaalotaa Ustaaz 𝐗𝐚𝐚𝐥𝐢𝐛𝐮𝐫𝐢𝐝𝐚𝐥𝐥𝐚𝐚𝐡 𝐇𝐮𝐬𝐞𝐞𝐧 guyyaa hardhaa Ammajjii 𝟏𝟐,𝟐𝟎𝟐𝟐tti bilisaan mana hidhaa irraa hiikkamuun isaa dhagahamee jira. Ustaaz 𝐗𝐚𝐚𝐥𝐢𝐛𝐮𝐫𝐢𝐝𝐚𝐥𝐥𝐚𝐚𝐡 𝐇𝐮𝐬𝐞𝐞𝐧 Muddee 𝟑𝟎,𝟐𝟎𝟐𝟏tti magaalaa Adaamaa keessatti waahila isaa Obbo 𝐀𝐛𝐝𝐢𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐌𝐨𝐡𝐚𝐦𝐦𝐞𝐝 wajjiin shiraan kan hidhamanii turan yoo tau, hidhamuu isaaniitiin hawaasni muslimaa komii fi dallansuu isaa dhageessisuudhaan qaamota dhimmi ilaallatu hundatti iyyataa turan. Dhimma hidhamuu isaaniitiin wal qabatee hayyoonni, ulamaaonnii fi hawaasni muslimaa hedduun caldhisuu Majlisa Oromiyaatti mufachuu isaanii erga ibsatanii booda, Majlisni Oromiyaatis sagalee hawaasa isaa dhagahuudhaan dhimma kana hordofee hanga xumuraatti akka fala argatu taasisee jira. Yeroo ammaa kanas hidhaa irraa bilisaan hiikkamuu Ustaaz 𝐗𝐚𝐚𝐥𝐢𝐛𝐮𝐫𝐢𝐝𝐚𝐥𝐥𝐚𝐚𝐡 𝐇𝐮𝐬𝐞𝐞𝐧iitiif hawaasni gammachuu qabu ibsataa jira. dabalataanis namoota adda durummaadhaan dhimma kana hordofaa turanii fi kanniin sagalee ta`aafii turan hundas galatoomfatee jira. @KunisGorsa
نمایش همه...
Dhugaan Mo'ateera ! Baatii 18 Oliif Mana Hidhaa balleessaa tokko malee Kan Turan Hayyoota Oromoo Fii Hidhamttoonni Siyaasaa Biyyatti Hundu Guyyaa Harraa Hiikaman Jedha Ibsi Mootummaa ! Mootummaan Kana Haa Jedhu Malee Dhiibbaan Alaa Fii Keessa Irra Gahaa Ture Dandamachuuf Rakkachuun Isaa Ifa ! Jaalalaanis Tanee Jibbaan Hayyoonni Haqaa Hiikamaniiru!!!! Namoota amma Ala Jiran Keessa HoggansA KFO olaanaa Kan Tahe Dajanee Xaafaa fii Eegdita Jawaar Dabalatee Shamsuddiin Xaha Faan muraasa ! Nageenya IsaaniiF Eegdota Qofa Osoo Hin Taanee Oromoon Hundi Eegdota Hayyoota Isaa Tahuun Dirqama !! Hundi bahaniiru !!! ---------- Baga Gammaddan @KunisGorsa
نمایش همه...
➾#Maaliif_nuun Awwatamne_laata? 𝐃𝐔𝐁𝐁𝐈𝐒𝐀𝐀 𝐈𝐑𝐑𝐀𝐀 𝐅𝐀𝐘𝐘𝐀𝐃𝐀𝐌𝐀𝐀 ✔Nutuu Rabbiin beeknee haqa isaa geessuu dinne. ✔Qur’aana Qaraanee itti dalaguu dinne. ✔Rasuula jaalanna jechaa sunnaa isaa gannee!. ✔Sheeyxaanni Aduwwii keenya jechaa, harka garaa jalaatiin itti firoomnee!. ✔Hawwi Jannataa qabna jechaa,...dalagaan achi hanqannee!. ✔Azaaba sodaanna jechaa...,irraa dheessuu dhabnee!. ✔Duuti dhugaadha jechaa,....Siinqii homaa dhabnee!. ✔Hanqinna mataa keenyaa dagannee...,kan ormaa haasa'utti seennee!. ✔Rabbii nu qananiiseef galata galchuu wallaallee!. ✔Du'aa keenya awwaalaa irraa gorfamuu dadhabnee!. #Eessaan_Sila!? @KunisGorsa
نمایش همه...
#Ethio-Telecome maamiltoota isaatiif Tajaajila intarneet broadbandii irratti fooyyee taasisuu ibse. Dabalataanis, maamiltootaaf gatii hirisuu hordofuun, saffisa tajaajila dabaluun, gatii hirisuu daangaa saffisaa muraasa irratti sirreessinee jirra jedhe. Suuraawwan maxxanfaman irratti ibsa isaa barbaada! Odeeffannoo dabalataaf. https://www.facebook.com/634961036620853/posts/4594816173968633/?app=fbl
نمایش همه...
یک طرح متفاوت انتخاب کنید

طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.