cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Shambu College of Teacher Education

نمایش بیشتر
فنلندة989زبان مشخص نشده استآموزش22 024
پست‌های تبلیغاتی
7 133
مشترکین
+4324 ساعت
+1487 روز
+33630 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

KBB Shaambuu.xlsx7.20 MB
Leenjii Gabaabaa Gannaaf 12+2,12+1,Afaan Amaaraa irratti kanneen BBO'n kolleejjii keenya irratti Isin ramadee maqaan keessan tarreeffama kana keessa jirtan Adoolessa 11 hanga 13 galmaa'uu Adoolessa 15/2016 leenjii akka eegaltan isin beeksifna.
نمایش همه...
Galmee kutaa 12ffaa Qulqulleessuuf KBBf ergamu. 2016.xlsx3.59 KB
Kanneen Calalliif maqaan keessan gara Kolleejjii Barnoota Barsiistotaa Shaambuutti ergamee jiru ragaa Barnoota keessanii originalaa Fi koppii qabanii hanga 01/11/2016tti qaamaan argamuun galmaa'uu keessan akka mirkaneeffattan haata'u!
نمایش همه...
MGO kanneen hin darbine.pdf3.85 KB
Barsiisota Kolleejjii Barnoota Barsiistotaa Shaambuu irraa eebbifamtanii qorumsa MGO fudhachuun hin milkaa'in haftan Keessaa sagantaa galgalaan kan xumurtan dubaraa Fi sagantaa idileen kan xumurtan immoo dhiira Ganna kana leenjii gabaabaan isiniif kennamee ramaddii akka argamtan BBO'n kallattii nuuf kenneen Jira. Bu'uuruma kanaan kanneen maqaan keessan tarreeffama kana Keessaa jiru Guyyaa 13/09/2016 irraa eegaltanii hangar 25/09/2016tti Kolleejjii Barnoota Barsiistotaa shaambuutti qaamaan argamtanii akka galmooftsn jechaa indoon leenjii Fi Guyyaan leenjii erga gamer xumuramee booda kan isin beeksifamu ta'a!
نمایش همه...
یک طرح متفاوت انتخاب کنید

طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.