cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

OroIspoortii™️

🔯Isportii Jalalaafi🔯 ⚽ Oduu isportii yeroo isaa eggatee 💶 Jijjirraa taphatotaa 📒 Seenaa taphatotaa 🖥️ Tamsasaa kallattii 🔊 Oduu bashanasisaa 📳 Yaada qabdanif Fi Naman Cross gochuu bardananii👉 @Abdii1222

نمایش بیشتر
أثيوبيا1 447زبان مشخص نشده استورزش5 017
پست‌های تبلیغاتی
14 764
مشترکین
-724 ساعت
-117 روز
+3130 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Photo unavailableShow in Telegram
BREAKING Maanchistar Yunaayitid bakka bu'oota leenjisaa Ipswich Kiiraan Makkeenaa waliin mari'ataniiru. 🏴󠁧󠁢󠁷󠁬󠁿 sky sport
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
✅ Deeggaraa kilabicha guddaa Awurooppaa Riyaal Maadriid fi jaallataa kubbaa miilaa taatee Chaanalii kana Join osoo hin godhin jirta taanaan qaaniidha. maal eegdare Join gochuun maatii chaanali keenya ta'i. 👇👇👇😍😍😍 @NEW_ORO_REAL_MADRID @NEW_ORO_REAL_MADRID
نمایش همه...
⚪NEW ORO REAL MADRID ⚪
💥JOIN💥
Photo unavailableShow in Telegram
Kilaboota Pirimer Ligii Ingilaand kessaa kilaba kam deggartu??
نمایش همه...
ARSENAL 🔴
MAN UNITED 🔴
LIVERPOOL 🔴
CHELSEA 🔵
MAN.CITY 🔵
KILAABOTA BIROO....
Photo unavailableShow in Telegram
ARGUUN AMANUUDHA!! Namoonni hedduun keenya waanti Kun sobadha jechuun bira darbaa turre. Anis ofiikoo adda baasuuf kunoo akkuma suuraa armaan olii irraa argitaniin naaf galee jira. Ammas carraan Kun akka isin hin darbine dafaa fayyadamaa tahaa🙏🙏 EEGALUUF 👇👇 https://t.me/preton_drop_bot?start=21bac86a-9763-426b-a1b9-fce5c4416e34
نمایش همه...
👍 2
Photo unavailableShow in Telegram
Daaloot Taphataa cimaa Maanchistar yuunaayitid waggaa kanaa tahuun filatameera
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
Antooniyoo Ruudiger taphataa cimaa Riyaal Maadriid ji'a Eblaa ta'uun badhaafameera. 👏🗿
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
Baayermuunik Viinsent Koompaanii leenjisaa isaanii taasisanii qacaruuf waliigalteerra ga'aniiru,Baayern amma kaffaltii beenyaa Barnileeyiif kaffaluuf wal qunnamanii jiru. [Faabriiziyoo Roomaanoo]        
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
✅️90 minute taphattoota Piriimiyerliigii Ingilaand bara dorgommii kana gahumsa gaarii iddoo isaanii irratti agarsiisan 11 ifoomsaniiru.            
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
Kilbotaa Hangaa Guyyaa Kallessatti Awuropaa liigii fudhatanii
نمایش همه...
👍 2
Photo unavailableShow in Telegram
Kaleessa Atalantaan Waancaa Yuuroppaa Liigii injifachuu isaanii hordofee Seeriye Itaaliin sadarkaa 6ffaan kan xumuran Roomaan bara dorgommii itti aanu Shaampiyoons Liigii Awuroppaa irratti kan hirmaatan tahu. Bara dhufu kilaboonni Xaaliyaan 6 Shaampiyoons Liigii Awuroppaa irratti kan hirmaatan tahu.         
نمایش همه...