Biiroo Lafa Oromiyaatti /Fuula Seerota Lafaa
رفتن به کانال در Telegram
Oromia Land Bureau Legal Directorate Telegram channel, for the purpose of knowledge transfer & awareness creation spatially on Rural and Urban land rules and regulations.
نمایش بیشتر7 219
مشترکین
+1024 ساعت
+1947 روز
+79830 روز
آرشیو پست ها
Kenniinsa_Waraqaa_Ragaa_Mirkaneessa_Abbaa_Qabiyyummaa_Kaartaa_magaalota.PDF2.36 KB
QAJEELFAMA_kA'UMSA_GATII_LIIZII_FOYYEESSUU_FI_MAGALOOTA_HAARA_SIRNA.PDF6.61 MB
Qajeelfama Ragga’e isiniif magaaloota 23 erguu ilaala.PDF1.25 MB
Share Dambii_Kaffaltii_Ittifayyadama_Lafa_Baadiyyaa_Dhaabbileefi_Investerootaa.pdf
Muudama Haaraa BLO
~~~~~~
Mootummaan jijjiirama akka biyyaatti eegalame caalmaatti itti fufsiisuuf riifoormii hoggansaa gaggeessun beekamaadha.
Haaluma kanaan:-
Obbo Kadir Maammoo Hogganaa BLO
Obbo Isaa Guyyee I/A/Hogganaa Biiroo fi I/G/ Damee Misooma Lafaa
Enj.Damee Birhaanuu I/A/Hogganaa Biiroo fi I/G/Damee Kaadaastara Lafaa
Obbo.Biyyaa Raayyaa I/A/ Hogganaa Biiroo fi I/G/Damee Tajaajila Seeraa Biiroo Lafaa ta'uun muudamaniiru.
Lafa bulchuun eenyuummaafi seenaa ofii itti fufsiisuudha!
Yeroo hojii gaarii fi milkaa'ina isiniif hawwina!
Hiika Labsii hojjataafi hojjachiisa 1156.pdf5.25 KB
Labsii Hojjataa fi Hojjachiisa Lakk. 1156/2011
(Afaan Oromootti kan hiikame)
Join and share
https://t.me/binimoslawyer
Dambii Dhaabbilee Misoomaa Lak. 247-2016.pdf5.10 MB
Dambii Dhimmoota Hariiroo Hawaasaa Lak. 243-2016.pdf7.20 MB
Dambii Bulchiinsa Hojiiiwwan Misooma Albuudaa Oromiyaa.pdf14.72 MB
Share Dambii_kaffalttii_Itti_Fayyadama_Lafaa_Baaddiyaa_Dhaabbilee_Inveestarootaa.pdf
Aangoo bakka bu'insa kennuu ilaalchisee Qajeelfa kanaan dura darbee qajeelfama kanaan ka'ee jira.
