cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Oromoon1

tokkumman kenya hirre kenya 💪 👬👭👬👭

نمایش بیشتر
پست‌های تبلیغاتی
308
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
-17 روز
-330 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

نمایش همه...
Yosan getahun

Yosan getahun. 15 likes · 6 talking about this. Musician/Band

Yooyyaa harka fuune 👋 ilmaan oromoo 👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿 https://vm.tiktok.com/ZGe1txErS 👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆 Hundi keessan Account kana Report godhaa 👉 Hate speech dhan Accountichi kan mamar dha ❗️ Kanaafuu hundi keessan liinkii isiniif kayameen ol seenaa Report godhaa wal faanaa. Akeekkachiisa ❗️ 👉Chanaalii kana keessatti wa biraa hojjechuufi wal arrabsuun dhoorkadha. 👉Akkasuma beeksisa as kessatti fidanii beeksisuun hin danda’amu 👉 Dhimmaa Amantaan waan wal qabatu hin barreffamu Yoo kan seera kana cabsitan taatan blockdhan baatu 👌. Share godhaa namoota nuuf baayyisaa asitti Oromoon tokko 💪 Oromummaa 🔥💪
نمایش همه...
👍 3😁 1
00:43
Video unavailableShow in Telegram
Yooyyaa akkam jirtu Ijoollee Oromoo 👋Warri akka itti report godhan hin beekne vedio kanaa ol Jiru  daawwadha 👌 Harra Mamar kan ittin kasasnu Umurii ishee waggaa 13 gad tau danda’a kan jedhuudha jechuudha 👌 Linki isin dhaqtanii wal faanaa ittin report gootan kunooti👇🏿👇🏿 👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿 https://www.tiktok.com/@memar.a?_t=8hNUD6j5TQv&_r=1 👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆 Ituu adda hin faca’in haalaa wal fakkatun report godhaa 👌. Chanali kana share gochuudhanis namoota nuuf bayyisaa 🙏 Oromummaan Haa lalisu 🌴 Oromiyaan biyya 🌳💪💪
نمایش همه...
👍 5
01:41
Video unavailableShow in Telegram
Yooyyaa akkam jirtu 👋 Hundumti keessan group kana keessatti dura nama bayyee fidaa b/c bayyiinni murtessaadha wan taef 👌 Akeekkachiisa ❗️ Namooti comment jelatti Wal arrabsitaniifi wal caqacaqtan blockdhan ba’a jirtu 👌 Akkasuma beeksisa biraa as keessatti maxxansuun dhorkaadha  ni bollokamtu 👌 Namoonni harruma Report gochuu eegaltanii maaf hin gubanne jettanii abdii hin murinaa irra deddebin yoo godhan malee gubachuu dhiisu danda’a 👌. Jabaadha wal jabeessaa 💪 Oromummaan Haa lalisu 🌴 Oromiyaan Biyya 🌴🌳💪
نمایش همه...
👍 3
نمایش همه...
👍 6 4
Inni barii taa'u Asrii hin milkaa'uu Inni barii ka'u Kan birrii lakkaa'uu Harki waa olkaa'u Rakkatuus hin taa'uu Harki usee taa'u Argatuus hin kaa'uu Gurriis hin dhaga'uu Deemees bira hin ga'uu Namni usee taa'u Sheenaa haa milkaa'uu! Carraaqqiifi carraa Maaliin adda barraa Sammii moo lafarraa Waaqa moo namarraa Gamanaaf gamarraa Walitti dammaraa Boru waliin garraa Deebii gaaffii arraa! Isinitti tollaan Naaf ga'aa mee ollaan!
نمایش همه...
👍 3
نمایش همه...
Akkamitti report gona warri jechaa jirttan kuno
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram

👍 5 2