cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Dhugoo_Dhugoomsa

🇨 🇭 🇦 🇳 🇳 🇪 🇱 🇰 🇪 🇪 🇳 🇾 🇦 🇯 🇴 🇮 🇳 🇬 🇴 🇩 🇭 🇦 🇦 👇👇👇👇 Youtube kenyas Asuman subscribe godha https://youtube.com/channel/UC4R4B2jJsEjtCZZ5foj6lzQ Yaada fi Gaafiif or cross promotion yoo barbaaddan 👇👇👇👇👇👇👇 @Dhugoobot

نمایش بیشتر
فنلندة2 150زبان مشخص نشده استآموزش69 170
پست‌های تبلیغاتی
297
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
-17 روز
-1230 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Yaamicha Sagantaa Eebba kitaaba #Biiftuu_Bahaa Kabajamtoota Obboloowwan koo Ilmaan Oromoo kan Biyya keessatti argamtanii fi Biyyoota Alaa Iddoolee garagaraa jiraattan, akkasumaas jaalattootaa fi Dinqisiifattoota Aartii fi Og-barruu Oromoo taatan hundi keessanuu, Nageenyi koo kan kabajaa fi jaalalaa gaaraaf laga cahee, qilleensaas  yaabbatee, iddoo isin jirtan maratti isin haa dhaqqabuun isiniin jedha. Itti Aansuudhaan akkuma kanaan dura wa'ada isiniif galee ture kunootuu arra wa'ada koo guutee Gumaata Og-barruufi guddinna Aartii Oromoo, kan dhaloota barsiisu #Kitaaba koo isa jalqabaa #Biiftuu_Bahaa kan jedhu  #Qaammee 4/2015 tti Sagantaalee mimmiidhagoo, booharsoo, barsiisoo fi bashannansiisoodhaan dabaalamee harka keessaniin gahuuf qophiin hundi xumuramee jira! Kabajamtoota Qaqqaalii ijoollee Oromoo fi Dinqisiifattoonni Aartii Oromoo kan biyya keesaatii fi biyya Alaatti argamtan, kanneen sagantaa teenyarratti argamuu dandeessan marti keessanuu Sagantaa kanarratti hirmaattanii dhalotaaf seenaa gaarii gumaachuudhaan qooda akka irraa fudhattan Afeerraa kabajaa fi obbolummaatiin isin Afeereera! Nurraa hin hafinaa! #Guyyaa_Eebbaa Qaammee 4/2015 ALI  Sa'aa 2:30 irraa eegala. #Iddoo_Eebbaa M/Qobboo M/Barumsa Sadarkaa 2ffaatti. Namoonni seenaa hojjetanii dhalootaaf waan gaarii dabarsan yeroo hunda jiraatoodha. Waliin taanee hojii gaarii galaa dhalootaaf haa goonuu! Aartii ofiitiif tumsuun ofiif tumsuudha! Galatoomaa! Obboleessa keessan Baharuddiin Aliyyii ( Bahar A Haji)irraa✍️
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
BAGA GAMMADDAANII BAGA GAMMADDANNE hiriyoota koo kan Jema'a hundii keessanuu!!!! Yaadachiisa #hubachiisa Obboleessa kiyya obboleetti tiyya jireenyi bu'aa bahii baayyaata haalli ati hin eegin si mudachuu mala garuu #gaaffii 100n Jireenya kee hin maadalin ati gaaffii dhibbaa ol akka taatee hin dagatin. #Dhugaadha waan gaarii qofa hawwuun ilma namaatiif waan harayaa miti tahuus garuu yoo wannii ati eegde tahuu dhabe hin dagatiin waan hawwan dhabuun sirraan hin eegallee. Guyyaan kun akka dabru yaadadhu waa hunda yeroo yeroof dhiisi haalli kun ni dabraa. #Risqiin ilma namaa gaafa dhalate muramteefi dabruu fi dhiisun risqii siif hin tahu Obboleeyyan kiyya Isin dadhabdanii miti kan dabruu dhabdan murtii rabbii waan taheef Obsaa #Kheeyrumaafi Inshaa Allah Exit Exam ጥሩ ውጤት ያመጣችሁ እህት ወንድሞቻችን እንኳንም ደስ አላችሁ : ደስ አለን !! ውጤቱን ለወደፊት ጉዟችሁ መነቃቃትን የሚፈጥር ያደርግላችሁ ዘንድ ምኞቴ ነው :: የወደቃችሁም እህት ወንድሞቻችን አላህ ብርታቱን ይለግሳችሁ :: ለአዲስ ፈተና አዲስ ሞራል የምትሰንቁበት እና እንድትዘጋጁ የሚያነሳሳ እንዲሆን ዱዓዬ ነው :: ለሁላችሁም መልካሙን ይግጠማችሁ !!
نمایش همه...
alahmdillah for every things ! injjiiffaanne jiraa qormaata bahumsa kayyoon birahanu hin milkoofne !
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
#Barataan hunduu ni #eebbifama. Barattoonni bara kana eebbifamanu kan qormaata bahuumsaa fudhaataa jiran, kan fudhaauuf deemanus, Walumaagalatti barataan qormaata bahuumsaa milkaa'ees, barataan hin milkoofnes ni eebbifama.
نمایش همه...
نمایش همه...
Gamtaa Barattoota Baddannoo Dhaabbilee Barnoota Olaanoo

Kaayyoon keenya:odeeffannoo haqa qabeessa miseensa gamtaa Kenyaaf tamsaasuudha. Odeeffannoo hin barbaachifne group kana irratti tamsaasuu irraa haa of qusannuu.

Photo unavailableShow in Telegram
𝙅𝙪𝙢𝙢𝙖𝙖 𝙂𝙖𝙧𝙧𝙞 𝙌𝙖𝙗𝙖𝙙𝙝𝙖𝙖 𝙐𝙢𝙖𝙩𝙩𝙖 𝙌𝙖𝙨𝙝𝙭𝙞♥i♥
نمایش همه...
یک طرح متفاوت انتخاب کنید

طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.