Afaan Online - AO
Afaan Online is an Afaan Oromo Language teaching portal across the globe. Our www.afaan-oromoo.com teaching portal is incleded Afaan Oromo tutorials for Beginers, Intermidiate & Advancing classes, Seerluga/grammar[Qubee, Sagalee, Jecha, Hima, Gaalee, ..
نمایش بیشترکشور مشخص نشده استزبان مشخص نشده استدسته بندی مشخص نشده است
605
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
اطلاعاتی وجود ندارد30 روز
- مشترکین
- پوشش پست
- ER - نسبت تعامل
در حال بارگیری داده...
معدل نمو المشتركين
در حال بارگیری داده...
#EebbaOromoo - Eebba Bara Haaraa
- #LalisaaIndirisAdam @abdisabancha #AbdisaBelachew #YoomiyyuuMuldhataaKitil, #LalistuTofik
https://www.afaan-oromoo.com/eebba-bara-haaraa/
Eebba bara Haaraa
Eebba bara Haaraa BARA HAARA 2010 tti: Ilma qilxuu ta'i - dagagi Coqorsa ta'i - lafa uwwisi Andoodee kormaa ta'i Bona gannaa lalisi Dubbi kee gamni hin qabi
#Looga(Loqoda) Booranaa Baradhaa
https://www.afaan-oromoo.com/loqoda-booranaa-oromoo-hundaa/
"#Afaan_Oromoo Addatti:- kan ABO miti, kan KFO miti, kan OPDO miti, ykn kan Waaqeffattootaa miti, kan kiristaanootaa miti, ykn kan Muslimootaa miti;
Afaan Oromoo kan Oromoota hundaati, kanaaf Afaan kana Guddisuun gahee hunda keenyaati malee, kan walitti ilaalluu ykn gamaagamana dhaabbannee quba walitti qabnuu miti!"
- Dar. Abdisa Bancha Jara @abdisabancha ti
Waltajjii Eebba Kitaaba @Abdisa Belachow A'aa jedhu irratti
- Guyyama sana suuraa kana kan kaase Gammadaa Olaanaa @gammadaaolaanaa ti
Odeeffannoo Dabalataatiif
t.me/oroict_com hordofaa
Barnoota Bu'uuraa K-2ffaa | #Seerluga
Afaan Oromoo keessatti ittifayyadama maxxantootaa fi Xumurtuu
https://www.afaan-oromoo.com/seerluga-afaan-oromoo-keessatti-ittifayyadama-maxxantootaa-fi-xumurtuu/
Afaan Online - Oromia
Odeeffannoo dabalataatiif #telegram keenya hordofaa
https://t.me/afaanonline
Barnoota Bu'uuraa K-2ffaa | #Seerluga
Afaan Oromoo keessatti ittifayyadama maxxantootaa fi Xumurtuu
https://www.afaan-oromoo.com/seerluga-afaan-oromoo-keessatti-ittifayyadama-maxxantootaa-fi-xumurtuu/
Afaan Online - Oromia
Odeeffannoo dabalataatiif #telegram keenya hordofaa
https://t.me/afaanonline
Hayyootni Afaanii, Seenaa fi Teekinikaa Qorannoo kanarratti Bilisaan Hirmaachuudhaan qooda keessan gumaachuu barbaaddan
Hirmaachuuf Geessii(link) asiin Gadii banuudhaan galmaayaa
https://www.afaan-oromoo.com/galmee-hayyoota-qorannoo-afaan-oromoo/
Galmee Hayyoota Qorannoo Afaan Oromoo - | Marsariitii Barnoota Afaan Oromoo
Galmee Gareen Tola-Ooltota Hayyoota Afaanii, Aadaa fi Seenaa akkasumas Teekinikaa kan Afaan Oromoo irratti Qorannoo gaggeessuuf Barbaadan
Eenyummeessaalee/accounts Feesbuukii Sobaan Ummata burjaajessan jedhee dhaabbatichi cufuu murkaneesse keessaa muraasni:
Feesbuukiin #Ethiopia irraa Eenyummeessaalee/accounts 176 ol akka cufe beeksisee ture, isaan keessaa hedduun isaanii kanneen dhaabbata Eegumsa Nageenya Interneeta biyyatti INSA waliin hidhata qabu akka tahes gabaasi dhaabbatichaa addee ture.
Gabaasa dhaabbatichaa keessatti Eenyummeessaalee/Accounts Dhaabbatni Eegumsa Nageenya Interneetaa(INSA) waliin hidhata qaban kanneen Olola sobaatiin hawaasa burjaajessan cufuu dhaabbatni Facebook ibse keessaa Addis Media Network-AMN, H Axumawit Info Tube, Ethio News, ETHIO FACT... isaan kunneen Muraasa yoo tahan, Maxxansaaleen isaanii kunneenis Afaan #English hiimakee Ibsa dhaabbatichi kenne irratti dhiyaateera.
Gabaasa qindaaye, @oroictsolutions
Odeeffannoolee dabalataatiif #telegram koo keenya @oroict_solutions hordofaa
Odeeffannoolee Tekinoolojii adda addaatiif #telegram @oroict_solutions hordofaa
Vacancies by #zHornICT_Solutions
If you know how to creatively handle various online marketing tools, like websites, podcasts, blogs, Social Media, and Digital Medias/Journalism, Digital Expert & similar fields this position is for you.
You will work with our 'Creative Maniacs!’ & gang of crazy young teams to coordinate our Digital marketing, advertising and promotional activities of zHorn ICT Solutions Team
Check it up the Details of the vacancies from below link 👇🏽
https://bit.ly/3fNkuKD
Details of the vacancies>>
https://www.facebook.com/jobs/job-opening/289784502839653/
#zHornICT Telegram»👇🏽
Facebook: https://facebook.com/zhorn.ict
Instagram: https://instagram.com/zhorn.ict
Telegram: https://t.me/zhornict
Linkedin: https://linkedin.com/company/zhorn-ict-solutions