cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Naaf Yaadii Dhekkamaa

نمایش بیشتر
کشور مشخص نشده استزبان مشخص نشده استدسته بندی مشخص نشده است
پست‌های تبلیغاتی
319
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
اطلاعاتی وجود ندارد30 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

نمایش همه...
Log in or sign up to view

See posts, photos and more on Facebook.

ARKAANNI SALAATAA MEEQA AKKA TAHE NI BEEYTAA ? •••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••• Abshir humaa hin yaaddawin yoo amma dura beekhu baattees anaatu amma si barsiisaa, ati barreeffamuma kana dubbistee irraa barachuu hin Dadhabin. Arkaana jechuun utubaa jechuudha, akkuma manni utubaa qabutti salaanni Rabbiitiis utubaa ittiin dhaabbatu qaba. Arkaanni waan salaatni Isaan dhaabbatu, tanaafuu arkaana Kana guuttannu malee salaanni keenya Salaata hin ja’amu. Arkaanni Salaataa 14, Isaaniis 1: Yoo Dandahan Dhaabbatanii Salaatuu 2: Takbiiraa Hidhannaa tan Jalqabaa “Allaahu Akbar” 3: Suuraa Faatihaa Qara’uu 4: Rukuu’a : Gadi Ja’anii jilba Qabachuu 5: Rukuu’arraa ol deebi’uu 6: Erga Ol deebi’an booda diriiranii dhaabbachuu 7: Sujuuda : Addaan lafa Tuquu 8: Sujuudarraa ol deebi’uu 9: Sujuuda lamaan jiddutti xiqqo taa’uu 10: Tasgabbii : Waan kana Hunda Tasgabbiin godhuu 11: Tashahhuda Xumuraa ykn Attahiyyaatuu Lammaffaa 12: Tashahhudaa fii Salaamtaa Baafachuuf Taa’uu 13: Salaamtaa Baafachuu 14: Tartiiba ; Wantoota Armaan olii kana hunda wal duraa duubaan Raawwachuu. Arkaanni Salaataa kudha afuran kunoo akka Armaan olii kana fakkaata. Dubbisaa irraa baradhaa waliif share godhaatii nama hin beeynellee barsiisaa. Waan Dubbistaniif Galatoomaa : Jazaakumullaahu Kheeyran https://t.me/joinchat/AAAAAEXORUcBJg8LR-iR4g
نمایش همه...

https://t.me/joinchat/AAAAAEXORUcBJg8LR-iR4gSOBA ABIY GURGURDAA NU SOBE '25' -Yeroon Rwanda kigali jiru Intalli Faransay sii fudheen gala sin jaaladha jennaniin nugusan ta’a jedhee Boohee dide. -Biqiltuu Bara darbe dhaabneen Haroon Haromayaa deebi’ee guute. -Arabootan islaamummaan isin jalaa badeera Nutu isiin Barsiisan jedheen. -Osoo hin qoratiin hin hiinu. Qulqulleessinee hiina. -Tigrayitti Maskii tokko malee Rasaasa tokko hin erginu. Rasaasa bira kutee Tankii hunda ergee Uummata fixee! -An Filannoon Dheerachuu hin qabu jennaan Durbee Burtukaan Midhaksaa bilbila Gurra irratti na cufte. -Umrii koo waggaa 14 irraa jalqabeen Oromoof qabsaa’e. -Walgahii Mootummaa hundayyuu Uummataaf kallattiin tamsaasna. -Ijoollummaa kiyyatti Yeroo Haati koo sukkara bittaa na ergitu, Konkolaata koo kaafadhee burrrr godheen fiigee bitee dhufa. -Miidiyaa Cufanii, Dorgomtoota hidhanii, yaada ugguranii, Mootii mandaraa ta’uun yoo danda’ame malee Biyya hin bulchan. -Otoo Homtuu hin beekin Hacaaluu wajjin waggaa 10f wal qunnamaa turre. -Anaaf Lammaa kan gargar baasu du’a qofa. -Muslimni Suffii fi Salafii waliin salaatuu kan jalqaban eegan an dhufee. -Wallagga yoon deeme na ajjeesu. Jimmi fi Wallaggi walitti bu’a. -Filannoo Dimokiratawaa fi Haqa qabeessi akka jiraatu nan taasisa. -Ani ilma Mallasati. Korojoo galabbaxuun Natti hin ulfaatu. -waggaa lama keessatti Oromiyaa qofatti mana barumsaa 28000 ijaarreerra. -Waggaa 7 yeroon ta’u akkan nugusa ta’u beekame jechaadha. Haadha kiyyattu Natti hime. -Bombiin ni dhukahe. Hiriyoonni koo dhumanii Ana qofatu hafe. Lola Eritiraa. -Ajjeesuun Mo’amuudha. -Jaartii koo fi Ijoolleen koo baqattummaarra turan. -Atsamminoo tsiggee Hidhaa kan baase anadha. -Akkan Muummicha Ministeraa ta’u Mallas Zeenawwiiyyu ni beeka ture. - Daa’ima ta’ee, Bashaashaatti Hiriyoonni koo Mummicha Ministeraa taata naan jedhu ture. https://t.me/joinchat/AAAAAEXORUcBJg8LR-iR4g

https://t.me/joinchat/AAAAAEXORUcBJg8LR-iR4gGorsa 1- Haadha warraa cimtuu filadhu, dhibbeentaa 90% isiin madda gammachuuti ykn madda yaaddoo waan taateef! 2-Gonkumaa jiruu tee keessatti wanta araadaa ykn suusii tahe irraa fagaadhu,gaafa isaan injifatamte sammuun tee waan si harkaa baatuuf! 3- Yeroo mana ijaarrattu ykn bitattu waa sadi 3 laalladhu; ollaa gaarii,ollaa gaarii ollaa gaarii haa tahu ! 4- Yeroon rafuu aadeffadhu,akka guyyaan kee bareedu yoo feete! 5- Waan tokko yeroo lama yoo kan namarraa ergifattu taate; bitadhu malee eergisatti hin deebi'in! 6- Hiriyyaa kee mallaqa liqeessuufi irra kennuufi yaali,yoo liqeessiteef lameenuu waan dhabduuf! 7- Sammuun kee hangam cimaa tahus hin amanin,waan dhageesseef argite kamuu barreessuu aadaa godhadhu,namni barreessu lama dubbisa waan ta'eef! 8- Eenyumayyuu taanaan hanga inni hojii kee siif xummurutti mindaa hin kenniniif! Yoo xummure ammoo osoo fuuraan/dafqi isaa irraa hin gogne haa tahu! 9- Nama tahee namni kabaja jibbu hin jiru,nama kamuu kabaji,akka kabajamtu yoo feete! 10- Of dhiiftee nama biraa taha hin jedhin,kan akka keetii amma duraafi amma boodas hin dhalanne,atumtuu haaraya! Erga burtukaana taatee dhalatte,muuzii tahuuf hin rakkatin! 11- Hiriyyaa keetis tahee nama biraas,yoo konkolaataa irraa ergifatte boba'aa guuttuuf malee hin galchin! Homa hundaa akkas godhi garaa koo! 12- Eessallee jiraattu waan gaarii gadi dhaabi! Mataa keenya caala maqatu umrii dheerata waan ta'eef! Qabriin lafeefii foon nyaatti malee: hojii gaggaarii hin nyaattu! 13- Salaata jabeessi salaata jabeessi! Furtuu milkaa'inaati waan ta'eef ! Horaa bulaa deebanaa! https://t.me/joinchat/AAAAAEXORUcBJg8LR-iR4g
نمایش همه...
Ramadaana ji’a SOORATAA osoo hin taane, Ji’a Soomana haa goonu #daqiiqa_3_qofa_dubbisa Mudannoo dhugaa takka isinii haa himu. Nama lamatu waliin haasawaa jira. Inni duraa ‘Qophiin ramadaanaa akkami?’ jedhee gaafate. Kan lammataatis, ‘Gaariidha, haga humni nu dandeetteen waan qabnuun, waa bitachaa jirra. Amma hawwii guddaan Ramadaana eegaa jirra’ jedhee deebiseef. Itti aansuun kan lammataa ‘Ati hoo akkamitti qophaayaa jirta?’ jedhee gaafate. Inni duraatis, ‘Ani onnee tiyya qopheessaa jira’ jedhee deebiseef. Inni lammataatis deebisee, ‘Hay manatti hoo homaa hin qopheeffannee?’ jedhee gaafate. Seenaa bakkuma kanatti isinirraa dhaaba. Yeroo heddu Ramadaanni dhufnaan, namuu soorata bifa haarawaan qopheeffata. Keessattuu sooranni Saa’aa ifxaaraaf qophaayu waan ajaa’ibaati. ALHAMDULILLAH! kun risqii Rabbi namaa hireedha. Namuu akka humna isaatiin osoo israafa hin godhin waan barbaade godhatuun mirga isaati. Haa ta’u malee ji’a ramadaanaa ji’a soomanaa godhuu qabna malee, ji’a soorataa godhuuf cinqamuun hin barbaachisu. Sooratas humnaa ol qopheessuun israafa godhuu hin qabnu. Ibaadaa heddummeessuuf tattaaffachuu qabna. Akkuma soorata qopheeffanne sanitti, qalbii keenyas qopheessuun barbaachisaadha. Soomanni ji’a ibaadaati. Rabbi ji’a kana kheeysa ibaadaa akka heddummeessunuuf, sheeyxaana nurraa hidhe. Soorataaf taatu, ji’oota biraa ni qabna. Ji’a kana kheeysa sheeyxaanni, akka ibaadaarraa nu hin dhoorkineefi malee, akka sooratarraa nu hin dhoorkineef hin hidhamne. Kanaafuu soorata caala, ibaadaaf bakka haa kenninu. Soorata qopheessinus kophaa nyaachuurraa haa of qusannu. Haga humna teenyaatiin rakkataa ittiin haa yaadannu. Waan qabnu haa sadaqannu. Yoos soorata qopheessine sanirraallee ajrii argachuu dandeenya. Rabbi Ittiin Nuhaa Gahu____
نمایش همه...
https://t.me/joinchat/AAAAAEXORUcBJg8LR-iR4g Hayii Baraa! " Baraa Kormii Bokkisuu" Akkanatii Midhamee Gantuuf Galtuu Gudeedaa Malee Dhalttee Farffamttee Keessaa Teenye Oromummaa Wolitii Qabna Jenne Dubbannuu Malee Maaltuu Namaa Qanneessa Yaa Oromoo!!!!!!!! # Hub: Biyyaa Akksumas Sabaa Ufitif Jechaa Malee Garaaf Jechaa Akkana Tanee ' Yaa Gantuuf Ololtuu tan Sabaa kessaa Marattuu Tan Garaaf Jette Hadhaaf Ilmoo Guddeduu Guyyaa Dhufuu Jiraa Tan Atii Qillee Irraa qarituu Sabaa Oromoo Bal'aa Kan Atii Xiqqessituu Guddedaa Hin Dhalannee Kanaaf Kan Biyyaa Baraxesituu ....https://t.me/joinchat/AAAAAEXORUcBJg8LR-iR4g #freejawar_muhamad #freebaqala_Garba #Free_hamza_borna
نمایش همه...
https://t.me/joinchat/AAAAAEXORUcBJg8LR-iR4g " Abiyii Deegaraa Alabaa ABO Farsuu Iddoo Horiin Hin Ollee Faltii Barbaaduudha" " Oromoo Dhumaa Jirtuu Argaa Lammaa Deegaruun Gabarummaaf Ufii Kadhimuu" Ngh olaa yaa oromoohttps://t.me/joinchat/AAAAAEXORUcBJg8LR-iR4g
نمایش همه...
یک طرح متفاوت انتخاب کنید

طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.