cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Shamil N Mohammed Officials

Chaanaaliin kun Sammuukeef si fayyada Itti dhihaadhaa qabaa Bashannanaafi barnoota Hunda isaatu qabaa. Facebook: https://www.facebook.com/shamilnmohammed?mibextid=ZbWKwL Yaadaaf: @Gurrachicha

نمایش بیشتر
پست‌های تبلیغاتی
8 653
مشترکین
+1224 ساعت
+1887 روز
+1 02530 روز
توزیع زمان ارسال

در حال بارگیری داده...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
تجزیه و تحلیل انتشار
پست هابازدید ها
به اشتراک گذاشته شده
ديناميک بازديد ها
01
Channel keessaan akka gara 3k, 5k,10k,15k tti akka isiniif guddaatu yoo barbaaddan      👇  Na Quunnami 👉 @BrakeIt 👉 @BrakeIt
190Loading...
02
❤️Jaalallen kee inni sirriin gara fulduratti wajin jiraattu baruu barbaaddamoo❓❓ Onnee halluu Kelloo qabu irratti Gadi tuquudhaan nama siif bahu ilaali!👇 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌒🌕🌕🌘🌑🌒🌕🌕🌘🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌑🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌒🌕🌕🌕🧡🌕🌕🌕🌘🌑 🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑🌑 🌑🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌘🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌒🌕🌘🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌒🌕🌕🌘🌑🌒🌕🌕🌘🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌑🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌑 🌑🌔🌕🌕🌕💛🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑 🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑🌑 🌑💛🌑🌒🌕🌕🌕🌘🌑💛🌑 🌑🌑🌑🌑🌒🌕🌘🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 👆👆👆👆 Go Click the Heart Waver 👉 @BrakeIt
280Loading...
03
DUBARTII QORQODAAN (DOYNUMMAAN) BEEKKAMTE; Dubartiin tun bara 1835 Ameerkatti dureessa ajaawe tokkorraa dhalatte, maqaan isii Heetii Giriin yoo ja'amti. Heeti giriin qabeenyi isiin horatte waliigala doolaara Biliyoona 2.3 ol akka tahu tilmaamama. Heetiin Abbaa isiirraa doolaara miiliyoona 7.5tti qabeenya tilmaamamu dhaalte. umriin isii yeroo waggaa 21 taatu, maallaqa isii Wall Street keessatti invast godhuuf gara New York deemtee ichi jiraachuu jalqabde, yeroo san maqaan Wicked Witch of Wall Street jedhamu moggaafameef. Ichumattiis miliyenara akkasii heerumte. Qabeenya walirrattiis haatuullattu malee amalli qorqodummaa isii hindhiifne. Saree isiitiif haftee nyaataa manneen soorataarraa funaantiif, guyya guyya guyyaan lafee bilaashiifii lifcaacni akka kennamuuf falmuufii turte, akkasuma keekii hafe fii buskuta caccabe manneen itti gurguramu keessa barbaaddatti. Heetii Giriin dubartii hedduu doqnaati turte. Umrii isii waggaa 16tti butaantaa (paantii) jalaa tolfatte, paantii tana hanga guyyaa duututti hin jijjiirranne tabiraatiis hin bitanne turte. Maallaqa baasuu diddaaf takkaa bishaan ho'atti fayyadamtee hin beektu, uffata gurraacha hanga dulloomutti hin jijjiirranne uffatte, kafaltii saantima lama qofa baasu nyaachuun akka jiraattu himama ture. Heetii, ilma isii miilli cabee wal'aansa bilaash osoo barbaadduu harkifattee osoo isiin maallaqa humaan baasin miillisaa akka irraa muramu tahe. Heetii Giriin bara 1916 umrii isaa waggaa 81tti magaalaa Niiwu Yoorkitti sababaa hojjattuun isii mindaa naaf ida'i jatteen aartee dhiigni matatti yaa'uun 'stroke' taatee du'aan boqotte. Akkasitti galmee dinqisiisoo addunyaa Giinis book keessatti “nama addunyaarraa qorqodaa” ja'amuun galmooyte. Garuu yeroo duute qabeenya akkasitti qorqodaa turte san dhiifteetuma awwaalamte, Joolleen isii doqnummaa irraa hindhaalle, fuggisoo isii arjummaan garsiisan, Qabeenya guddaa isiin dhiiftee deemte saniin hospitaala bilisaa ijaaraanii akka ummanni itti tajaajilamu godhan. Mee dubbisaa waa irraa baradhaa!! Seenaa kana waaniin dubbiseerraahin isiniif qoode. @sammuukeef
1201Loading...
04
Media files
1000Loading...
05
𝐆𝐀𝐀𝐅𝐅𝐈𝐈 𝐀𝐑𝐌𝐀𝐀𝐍 𝐆𝐀𝐃𝐈𝐈 𝐈𝐑𝐑𝐀𝐓𝐓𝐈 𝐇𝐈𝐑𝐌𝐀𝐀𝐃𝐇𝐀𝐀!! 𝐍𝐚𝐛𝐢𝐲𝐲𝐢𝐜𝐡𝐢 (𝐀𝐥𝐚𝐲𝐢𝐡𝐢𝐬𝐬𝐚𝐥𝐚𝐚𝐦) 𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢𝐧 𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐚 𝐈𝐧𝐣𝐢𝐢𝐥 (𝐖𝐨𝐧𝐠𝐞𝐞𝐥𝐚) 𝐈𝐬𝐚𝐚𝐟 𝐊𝐞𝐧𝐧𝐞𝐞𝐟 𝐄𝐞𝐧𝐲𝐮𝐮?
20Loading...
06
Akkuma nyaanni foon keenya irraa waantota baayyee ittisu, nyaanni sammuu keenya waantota baayyee ittisa. Kanaaf nyaata sammuu keef ta'u argachuuf channalii kana join godhachuun sammuukeef soorata taasisi. 🤜🤛👇🤜🤛
70Loading...
07
DIRMAMMUU GANAMAA hiika jireenya kee ganamaa hubachuuf join godhaa 👇👇👇👇👇
660Loading...
08
Channel keessaan akka gara 2k,3k,4k,5k tti akka isiniif guddaatu yoo barbaaddan      👇  Na Quunnami 👉 @BrakeIt 👉 @BrakeIt
580Loading...
09
❤️Jaalallen kee inni sirriin gara fulduratti wajin jiraattu baruu barbaaddamoo❓❓ Onnee halluu Kelloo qabu irratti Gadi tuquudhaan nama siif bahu ilaali!👇 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌒🌕🌕🌘🌑🌒🌕🌕🌘🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌑🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌒🌕🌕🌕🧡🌕🌕🌕🌘🌑 🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑🌑 🌑🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌘🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌒🌕🌘🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌒🌕🌕🌘🌑🌒🌕🌕🌘🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌑🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌑 🌑🌔🌕🌕🌕💛🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑 🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑🌑 🌑💛🌑🌒🌕🌕🌕🌘🌑💛🌑 🌑🌑🌑🌑🌒🌕🌘🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 👆👆👆👆 Go Click the Heart Waver 👉 @BrakeIt
920Loading...
10
CHANNEL BARNOOTA GUDDAA DABARSAA JIRU ISIN AFFEERRE JIRRA JOIN GODHACHUUN ITTI FAYYADAMAA. 👇👇👇👇👇
1410Loading...
11

1290Loading...
12
Rammis Bank Vacancy Announcement ====== We are hiring 1. Managers 2. Senior Officer and Officers 3. Graduate Trainee Interested applicants who only fulfill the set requirements are invited to apply via link: https://forms.gle/CgwhKmq3Zrif8qFZ7 •The bank has full right to cancel or take any other alternative with regards to the vacancy announcement. •Only shortlisted applicants will be communicated for interview or exam. @sammuukeef
1 6015Loading...
13
Akkuma nyaanni foon keenya irraa waantota baayyee ittisu, nyaanni sammuu keenya waantota baayyee ittisa. Kanaaf nyaata sammuu keef ta'u argachuuf channalii kana join godhachuun sammuukeef soorata taasisi. 🤜🤛👇🤜🤛
2100Loading...
14
❤️Jaalallen kee inni sirriin gara fulduratti wajin jiraattu baruu barbaaddamoo❓❓ Onnee halluu Kelloo qabu irratti Gadi tuquudhaan nama siif bahu ilaali!👇 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌒🌕🌕🌘🌑🌒🌕🌕🌘🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌑🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌒🌕🌕🌕🧡🌕🌕🌕🌘🌑 🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑🌑 🌑🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌘🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌒🌕🌘🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌒🌕🌕🌘🌑🌒🌕🌕🌘🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌑🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌑 🌑🌔🌕🌕🌕💛🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑 🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑🌑 🌑💛🌑🌒🌕🌕🌕🌘🌑💛🌑 🌑🌑🌑🌑🌒🌕🌘🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 👆👆👆👆 Go Click the Heart Waver 👉 @BrakeIt
2011Loading...
15
Channel keessaan akka gara 2k,3k,4k,5k tti akka isiniif guddaatu yoo barbaaddan      👇  Na Quunnami 👉 @BrakeIt 👉 @BrakeIt
2610Loading...
16

2500Loading...
17
Akkuma nyaanni foon keenya irraa waantota baayyee ittisu, nyaanni sammuu keenya waantota baayyee ittisa. Kanaaf nyaata sammuu keef ta'u argachuuf channalii kana join godhachuun sammuukeef soorata taasisi. 🤜🤛👇🤜🤛
1760Loading...
18

1741Loading...
19

260Loading...
20
Harargee Lixaa Weedduu Dikkoo - Aanaa Gammachiisitti **** Ummata Oromoo Harargee biratti afwalaloowwan yeroo hojii weeddifaman hedduutu jira. Isaan keessaa shoobdoo,mirrisa(mirriga),darassii, uruursa daa'immaniifi dikkoon isaan beekkamoodha. Afwalaloowwan yookiin weedduuwwan yeroo hojii ummata Oromoo aanaa Gammachiis biratti beekaman keessaa dikkoon isa tokko. Nutis weedduu yeroo hojii dubartoota aanichaa biratti beekamu dikkoo irratti dubartoota waa'ee dikkoo irratti muuxannoofi hubannoo qaban irraa odeeffanne qindeessuun akka armaan gaditti isiniif dhiheessineerra. Dikkoon gosoota afwalaloo hojii keessaa tokko ta’ee kan dubartoonni yeroo mooyyeetti midhaan tumaniifi dhagaa irratti daakan weeddisaniidha. Weedduun dikkoo dubartoonni yeroo hojiiwwan adda addaa hojjetan weeddisan dadhabbiin akka isaanitti hindhaga'amne gochuuf gargaara. Akkasumas dubartoonni dikkoo akka madda bohaartiitti ittigargaaramuun qaamaafi sammuu isaanii ittiin boqachiisu; wantoota naannoo, dhimmoota hawaasummaa, jaalalaafi diddaa kan ittiin ibsatan ta'uu dubartoonni waa'ee dikkoo irratti hubannoo qaban nutti himaniiru. Afwalaloon dikkoo jaalalaa, arrabsoo, balaaleffannaa gowwaa, ibsa waliin jireenyaa, hariiroo hawaasummaa, faaruu daa'immanii, miira keessoo, qeeqaafi kanneen biroo kan ittiin ibsamuudha. Ummata Oromoo biratti gowwummaan ni balaaleeffatama yookiin hinjaalatamu. Shamarranis kanarraa ka'uun dhiirti gowwaan akka isaan qaadhimatu hinbarbaadan. Sababni isas gurbaan gowwaan safuufi safeeffannaa waan hinbeekneef isheefi maatii isheellee tuquu mala jedhanii waan yaadaniif. Hiriyoota isaanii keessaa akka tasaa ishee gurbaa goowwaan qaadhimate dikkootti fayyadamuun akka armaan gadii kanatti qeequ: Mataqomaa lagaa Bubbeen walaawwaltee Kan kaadhimaa doofaa Dachiin garaangaltee. Weedduu armaan olii kanarraa wanti hubatamu shamarreen qaadhimaa gowwaan qaadhimate hiriyoota isiitiin kan balaaleffatamtu ta'uu agarsiisa. Hamartii gowwaa Taguugattiin naqee Hamartii haaqilaa Qubattiin naqadhee. Afwalaloo armaan olii kana keessatti shamarran jibbansa dargaggeessa gowwaa qaban ibsuuf kennaa gowwaafi gamnaa waliin dorgomsiisuun ibsu. Shamarran kennaa gurbaa abshaala irraa kennamuuf malee kan gowwaa irraa kennamuuf akka hinfudhanne agarsiisa. Aalaa ooyruu teenyaa, Wajjiin nyaannaan se’ee Takkittii baranaa Wajjiin baanaan se’ee. Afwalaloo kana irraa kan hubannu shamarran yeroo ijoollummaa isaanii jaalalaan waliin guddatan yoo gargar bahan marartee waliif qaban dikkootti fayyadamuun ibsatu. Shamarran haala jiruufi jireenyaa hawaasaa keessatti mul’atu irraa muuxannoofi beekumsa argatan bu’uura godhachuun dikkootti fayyadamuun gorsa hiriyummaa waliif dabarsu. Yeroo Ciroo buutu, Nibraa timaantimii, Goofaree hinilaalinii, Hin qabu saantimii. Afwalaloon armaan olii kun shamarran dargaggeessa haalaafi amala isaa hinbeekne miidhagina isaa qofa ilaalanii jaalachuun booddee rakkoof akka hin saaxilamne hiriyoota isaaniif hubannoo kennuuf. Dubartoonni wantoota baay'ee jaalataniifi ittiin boonan keessaa miidhagina isaaniiti. Isaanis dikkootti fayyadamuun miidhagina hiriyoota isaanii faarsu. Gaafan dur ijoollee, Dirree loon tiksee. Hangaasuun kaarruu keetii, Dukkanallee ibsee. Walaloo armaan olii kanarraa kan hubatamu shamarran wal jaalatan bareedina(miidhagina) hiriyoota isaanii waliif dinqisifachuusaanii agarsiisa. Dubartoonni waliin jiraachaa turan sababa garaagraan gargar kan bahan yoo ta'e dubartiin isaan irraa addaan baate sababa hiriyoota isaanii yaadachuu dhabdeef weedduu dikkootti fayyadamuun komii isaanii ibsatu. Dhagaan kan waa daakuu, Dhagaan waa hindaakne maali? Garaan kan waa yaaduu Garaan waa hin yaadne maali? Qeeqa dhihaateef sababoonni dhiyaatu kamuu fudhatama kan hinqabne ta'uu afwalaloodhuma dikkootti fayyadamuun deebi'ii itti kennu. Dhagaan numa daakaa Siitu itti hindaakinii Garaan numa yaadaa Siitu itti hinyaadinii jechuun sababoota dhihaatu kamiyyuu kufaa taasisu jechuudha. Gama biraatiin weedduun dikkoo kun bakka baay'etti bifa waljalaa qabuutiinis ni weeddifama.
6144Loading...
21
Afwalaloon hojii bifa waljalaa qabuutiin sirbamu kun walhubannaafi hariiroo gaarii miseensota jiddutti uumuu bira darbee dubartoonni hojii isaanii si’aa'ina olaanaan yeroo gabaabaa keessatti akka raawwataniif isaan gargaara jechuudh. Isaanis akkana jechuun weedduu dikkoon ibsu: Burjaanni hindulloomu_Dikkoo ga Citee baduu malee____Dikkoo ga Cite sirraa hinhafuu ___Hiriyaa Du’ee baduu malee ___Dikkoo ga jechuun waljalaa qabuun sirbu jechuudha. Walaloon armaan olii kun dubartoonni hariiroo hiriyummaa cimaa waliin qabaachuusaanii namatti agarsiisa. Afwalaloon dikkoo hojii gamtaan hojjechuu dagaagsuu keessatti shoora olaanaa taphata. Dubartoonni gamtaan yeroo hojii hojjetan dikkootti fayyadamuun muuxannoofi beekumsa qaban waliif qoodu. Kan baasu Kan jalaa qabu Dikkoo ga -----------------Dikkoo ga Sa mooyyeen maali na seete?---Dikkoo ga.Sa mooyyeen maali na seete?---Dikkoo ga. Tan nyaattee hindhugne na seete ----Dikkoo ga. Tan tumtee hin baasne na seete ------Dikkoo ga. Tan bulleessuu hinbeekne na seete----Dikkoo ga. Tan jiistee hinganaanne na seete----Dikkoo ga. Tan buddeena tolchuu hinbeekne na seete----- Dikkoo ga. Tan nyaattee hindhugne na seete ----Dikkoo ga. Afwalaloo dikkoo armaan olii kanarraa kan hubatamu dubartoonni buleeyyiin (adeemsa ) mooyyee tumaa irraa eegalee hanga buddeena tolchutti hordofamuu qaburratti shamarran isaan jala jiraniif bifa dikkootiin hubannoo uumuu. Afwalaloon yookiin weedduun dikkoo kun dandeettii kalaka aartii dubartootaa cimsuu keessattis gahee guddaa qaba. Dubartoonni gamtaan hojiilee garagaraa hojjetan keessatti dikkootti yeroo fayyadaman miidhagina sagalee, filannoo jechootaafi kanneen biroo irratti muuxannoo horatanii dandeettii ofii akka cimsatan gargaara. Aadaafi duudhaa dubartootaa kan ta’e afwalaloon dikkoo kun yeroo ammaa namoota buleeyyii muraasa malee haadholiifi shamarran hedduu biratti kan dagatamaa jiraachuu ragaan dubartoota buleeyyii irraa arganne nimul'isa. Akka dubartoonni kunneen jedhanitti yeroo ammaa dubartoonni gamtaan hojii yeroo hojjetan weedduu dikkootti fayyadamaa hin jiran.Sababni isas ilaalchi ammayyummaa babal'achaa waan dhufeef dubartoonni dikkoo akka aadaa duubatti hafaa ta'etti ilaalaa jiru. Kun ammoo dhaloonni har'aa aadaa ofii akka dagatu taasisa jedhan. Kanaafuu dikkoon dagatamee akka hin hafneefi dhalootarraa dhalootatti akka dabru gochuuf dubartoonni buleeyyii weedduu dikkoo irratti muuxannoo qabaniifi namootni quuqama aadaa qaban sirnaan irratti hojjechuu qabu jechuun dhaamaniiru. #Waajjira Kominikeeshinii Aanaa Gammachiis. @sammuukeef
6205Loading...
22
Media files
5612Loading...
23
DIRMAMMUU GANAMAA hiika jireenya kee ganamaa hubachuuf join godhaa 👇👇👇👇👇
510Loading...
24
Channel keessaan akka gara 2k,3k,4k,5k tti akka isiniif guddaatu yoo barbaaddan      👇  Na Quunnami 👉 @BrakeIt 👉 @BrakeIt
640Loading...
25
Akkuma nyaanni foon keenya irraa waantota baayyee ittisu, nyaanni sammuu keenya waantota baayyee ittisa. Kanaaf nyaata sammuu keef ta'u argachuuf channalii kana join godhachuun sammuukeef soorata taasisi. 🤜🤛👇🤜🤛
770Loading...
26
❤️Jaalallen kee inni sirriin gara fulduratti wajin jiraattu baruu barbaaddamoo❓❓ Onnee halluu Kelloo qabu irratti Gadi tuquudhaan nama siif bahu ilaali!👇 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌒🌕🌕🌘🌑🌒🌕🌕🌘🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌑🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌒🌕🌕🌕🧡🌕🌕🌕🌘🌑 🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑🌑 🌑🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌘🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌒🌕🌘🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌒🌕🌕🌘🌑🌒🌕🌕🌘🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌑🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌑 🌑🌔🌕🌕🌕💛🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑 🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑🌑 🌑💛🌑🌒🌕🌕🌕🌘🌑💛🌑 🌑🌑🌑🌑🌒🌕🌘🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 👆👆👆👆 Go Click the Heart Waver 👉 @BrakeIt
770Loading...
27
Channel keessaan akka gara 2k,3k,4k,5k tti akka isiniif guddaatu yoo barbaaddan      👇  Na Quunnami 👉 @BrakeIt 👉 @BrakeIt
570Loading...
28
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐𝒇𝒊𝒊 𝑩𝒂𝒔𝒉𝒂𝒏𝒏𝒂𝒏𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒅𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂. 𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚: 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒊𝒊 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 3𝑲 𝒇𝒊 𝑰𝒔𝒂𝒂 𝑾𝒐𝒍𝒊𝒊𝒏 𝑲𝒂𝒏 𝑯𝒐𝒋𝒋𝒂𝒏𝒏𝒖 𝑻𝒂'𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑵𝒖𝒕𝒕𝒊 𝑫𝒂𝒃𝒂𝒍𝒂𝒎𝒖𝒖 𝑭𝒆𝒆𝒕𝒂𝒏 𝑨𝒔𝒊𝒊𝒏 𝑵𝒖 𝑸𝒖𝒏𝒏𝒂𝒎𝒂𝒂 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐐𝐨𝐟𝐚 3𝐊+ 𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝐫: @Rafiiqul_Islaam2
470Loading...
29
Channel keessaan akka gara 2k,3k,4k,5k tti akka isiniif guddaatu yoo barbaaddan      👇  Na Quunnami 👉 @BrakeIt 👉 @BrakeIt
1170Loading...
30
❤️Jaalallen kee inni sirriin gara fulduratti wajin jiraattu baruu barbaaddamoo❓❓ Onnee halluu Kelloo qabu irratti Gadi tuquudhaan nama siif bahu ilaali!👇 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌒🌕🌕🌘🌑🌒🌕🌕🌘🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌑🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌒🌕🌕🌕🧡🌕🌕🌕🌘🌑 🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑🌑 🌑🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌘🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌒🌕🌘🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌒🌕🌕🌘🌑🌒🌕🌕🌘🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌑🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌑 🌑🌔🌕🌕🌕💛🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑 🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑🌑 🌑💛🌑🌒🌕🌕🌕🌘🌑💛🌑 🌑🌑🌑🌑🌒🌕🌘🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 👆👆👆👆 Go Click the Heart Waver 👉 @BrakeIt
1380Loading...
31
Akkuma nyaanni foon keenya irraa waantota baayyee ittisu, nyaanni sammuu keenya waantota baayyee ittisa. Kanaaf nyaata sammuu keef ta'u argachuuf channalii kana join godhachuun sammuukeef soorata taasisi. 🤜🤛👇🤜🤛
1340Loading...
32

1490Loading...
33
DIRMAMMUU GANAMAA hiika jireenya kee ganamaa hubachuuf join godhaa 👇👇👇👇👇
1750Loading...
34
CHANNEL BARNOOTA GUDDAA DABARSAA JIRU ISIN AFFEERRE JIRRA JOIN GODHACHUUN ITTI FAYYADAMAA. 👇👇👇👇👇
1570Loading...
35
#Update •Warri Telegram irratti coin funaanaa turtan nama isinitti qoosaa turee fi amma gaabbiin itti dhagahame yoo argitan ofirraa ari'uu dandeettu. #Notcoin osoma itti qoosanuu dhugaa tahe. Hedduu keenyatu sheenawe. #HamsterKombat nis kunoo gara dhugummaatti dhufuuf #TONblockchain @toncoin wajjiin hojjachuuf waliigaluu isaa har'a Channel isaa irratti ibsa baaseen ifoomsee jira. #TapSwap nis yeroo ji'a tokkoof dheeresse malee, itti aanee dhufuutti jira. Waan hundaafuu, akka carraan kun isin hin darbine, link armaan gadii tuquun gama business Telegram tti makamaa.👇👇👇👇👇👇 #Link 1ffaa👇👇👇 http://t.me/BlumCryptoBot/app?startapp=ref_XApJUMtgmG Play with me, become cryptoexchange CEO and get a token airdrop! 💸 2k Coins as a first-time gift 🔥 25k Coins if you have Telegram Premium #Link 2ffaa👇👇👇 https://t.me/hamster_kombAt_bot/start?startapp=kentId6865794652 🎁 #Link 3ffaa https://t.me/tapswap_mirror_2_bot?start=r_6865794652 Galatooma🙏 @sammuukeef
3870Loading...
36
Channel keessaan akka gara 2k,3k,4k,5k tti akka isiniif guddaatu yoo barbaaddan      👇  Na Quunnami 👉 @BrakeIt 👉 @BrakeIt
1461Loading...
37
Akkuma nyaanni foon keenya irraa waantota baayyee ittisu, nyaanni sammuu keenya waantota baayyee ittisa. Kanaaf nyaata sammuu keef ta'u argachuuf channalii kana join godhachuun sammuukeef soorata taasisi. 🤜🤛👇🤜🤛
1560Loading...
Channel keessaan akka gara 3k, 5k,10k,15k tti akka isiniif guddaatu yoo barbaaddan      👇  Na Quunnami 👉 @BrakeIt 👉 @BrakeIt
نمایش همه...
DUBARTII QORQODAAN (DOYNUMMAAN) BEEKKAMTE; Dubartiin tun bara 1835 Ameerkatti dureessa ajaawe tokkorraa dhalatte, maqaan isii Heetii Giriin yoo ja'amti. Heeti giriin qabeenyi isiin horatte waliigala doolaara Biliyoona 2.3 ol akka tahu tilmaamama. Heetiin Abbaa isiirraa doolaara miiliyoona 7.5tti qabeenya tilmaamamu dhaalte. umriin isii yeroo waggaa 21 taatu, maallaqa isii Wall Street keessatti invast godhuuf gara New York deemtee ichi jiraachuu jalqabde, yeroo san maqaan Wicked Witch of Wall Street jedhamu moggaafameef. Ichumattiis miliyenara akkasii heerumte. Qabeenya walirrattiis haatuullattu malee amalli qorqodummaa isii hindhiifne. Saree isiitiif haftee nyaataa manneen soorataarraa funaantiif, guyya guyya guyyaan lafee bilaashiifii lifcaacni akka kennamuuf falmuufii turte, akkasuma keekii hafe fii buskuta caccabe manneen itti gurguramu keessa barbaaddatti. Heetii Giriin dubartii hedduu doqnaati turte. Umrii isii waggaa 16tti butaantaa (paantii) jalaa tolfatte, paantii tana hanga guyyaa duututti hin jijjiirranne tabiraatiis hin bitanne turte. Maallaqa baasuu diddaaf takkaa bishaan ho'atti fayyadamtee hin beektu, uffata gurraacha hanga dulloomutti hin jijjiirranne uffatte, kafaltii saantima lama qofa baasu nyaachuun akka jiraattu himama ture. Heetii, ilma isii miilli cabee wal'aansa bilaash osoo barbaadduu harkifattee osoo isiin maallaqa humaan baasin miillisaa akka irraa muramu tahe. Heetii Giriin bara 1916 umrii isaa waggaa 81tti magaalaa Niiwu Yoorkitti sababaa hojjattuun isii mindaa naaf ida'i jatteen aartee dhiigni matatti yaa'uun 'stroke' taatee du'aan boqotte. Akkasitti galmee dinqisiisoo addunyaa Giinis book keessatti “nama addunyaarraa qorqodaa” ja'amuun galmooyte. Garuu yeroo duute qabeenya akkasitti qorqodaa turte san dhiifteetuma awwaalamte, Joolleen isii doqnummaa irraa hindhaalle, fuggisoo isii arjummaan garsiisan, Qabeenya guddaa isiin dhiiftee deemte saniin hospitaala bilisaa ijaaraanii akka ummanni itti tajaajilamu godhan. Mee dubbisaa waa irraa baradhaa!! Seenaa kana waaniin dubbiseerraahin isiniif qoode. @sammuukeef
نمایش همه...
👍 4
Photo unavailableShow in Telegram
𝐆𝐀𝐀𝐅𝐅𝐈𝐈 𝐀𝐑𝐌𝐀𝐀𝐍 𝐆𝐀𝐃𝐈𝐈 𝐈𝐑𝐑𝐀𝐓𝐓𝐈 𝐇𝐈𝐑𝐌𝐀𝐀𝐃𝐇𝐀𝐀!!
𝐍𝐚𝐛𝐢𝐲𝐲𝐢𝐜𝐡𝐢 (𝐀𝐥𝐚𝐲𝐢𝐡𝐢𝐬𝐬𝐚𝐥𝐚𝐚𝐦) 𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢𝐧 𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐚 𝐈𝐧𝐣𝐢𝐢𝐥 (𝐖𝐨𝐧𝐠𝐞𝐞𝐥𝐚) 𝐈𝐬𝐚𝐚𝐟 𝐊𝐞𝐧𝐧𝐞𝐞𝐟 𝐄𝐞𝐧𝐲𝐮𝐮?
نمایش همه...
𝐍𝐚𝐛𝐢 𝐃𝐚𝐚𝐰𝐮𝐝 (𝐀𝐥𝐚𝐲𝐢𝐡𝐢𝐬𝐬𝐚𝐥𝐚𝐚𝐦)
𝐍𝐚𝐛𝐢 𝐈𝐢𝐬𝐚𝐚 (𝐀𝐥𝐚𝐲𝐢𝐡𝐢𝐬𝐬𝐚𝐥𝐚𝐚𝐦)
𝐍𝐚𝐛𝐢 𝐈𝐛𝐫𝐚𝐚𝐡𝐢𝐦 (𝐀𝐥𝐚𝐲𝐢𝐡𝐢𝐬𝐬𝐚𝐥𝐚𝐚𝐦)
𝐍𝐚𝐛𝐢 𝐌𝐮𝐮𝐬𝐚𝐚 (𝐀𝐥𝐚𝐲𝐢𝐡𝐢𝐬𝐬𝐚𝐥𝐚𝐚𝐦)
Akkuma nyaanni foon keenya irraa waantota baayyee ittisu, nyaanni sammuu keenya waantota baayyee ittisa. Kanaaf nyaata sammuu keef ta'u argachuuf channalii kana join godhachuun sammuukeef soorata taasisi. 🤜🤛👇🤜🤛
نمایش همه...
Soorata sammuu
Leenjii walitti fufaa
Soorata fooniif
JOIN
DIRMAMMUU GANAMAA hiika jireenya kee ganamaa hubachuuf join godhaa 👇👇👇👇👇
نمایش همه...
Imimmaan ijoollummaa
Yaada ganamaa
Kolfa ijoollummaa
Tapha ijoollee
Qoosaa ijoollummaa
Hawwii fedha ijoollee
👆 Tokko filachuun dubbisaa
Repost from EMOTIONAL 🖋
Channel keessaan akka gara 2k,3k,4k,5k tti akka isiniif guddaatu yoo barbaaddan      👇  Na Quunnami 👉 @BrakeIt 👉 @BrakeIt
نمایش همه...
CHANNEL BARNOOTA GUDDAA DABARSAA JIRU ISIN AFFEERRE JIRRA JOIN GODHACHUUN ITTI FAYYADAMAA. 👇👇👇👇👇
نمایش همه...
Jechoota sammuu bohaarsan
Jechoota hayyootaa
Barnoota guddina dhuunfaa keenyaaf
Seenaa
Mudannoo
Walaloo jaalala
Bashannana Hundumaaf
Join godhachuun irraa baradha