1 028
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
اطلاعاتی وجود ندارد30 روز
آرشیو پست ها
1 028
seenaa dawwaadhaa dorgommii dha share like comment gochuun na tumsaa
https://youtu.be/Qg8yuwnVD2Y?si=ax4BW-uEjeZwsgRD
1 028
Oduu Gaddaa
Qondaalli Adda Bilisummaa Oromoo Jaal Battee
Jaal Batteen waggoota hedduuf miseensa Adda Bilisummaa Oromoo ta'uun gaheewwan garaagaraa irratti dhaabichaa tajaajilaa turan.
Lubbuun keessan ha boqottu
1 028
Poolisiin Magalaa Finfinnee Shakkamtoota eenyummaan isaanii hin beekamneefi dargaggoo Sofoniyaas Asiraatiin ajjeesanii, konkolaataa isaas saamanii miliqan sa’atii 48 keessatti konkolaataa waliin to’atee qorannoo qulqulleessaa akka jiru beekiseera.
Dargaggoon kun Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Aqaaqii Qaallittii Aanaa 5tti namoota eenyummaan isaanii hin beekamneen ajjeeffamuun ni yaadatama.
join gochuun oduuwwaan haaraawwa dhaan wal argaa!
1 028
Lookoo fashion namaaf qooduu dhaan badhafamaa namoota 5 ni badhaafna..
Ulagaan badhaasaa jalqaba join gochuu dha... sana booda hiriyaa kessanif qooddu.. amumma irraa eegalaa!
1 028
Ajajadhaa!
👉 Damma nyaataa (Nadhii Adii, Nadhii diimaa fi gurraacha)
👉 Damma Eebichaa (Qorichummaaf)
👉 Damma daamuu
👉 Damma Qixxaa ( Xegee)
👉 Damma Bookaa (Birziif, daadhiif)
👉 Dhadhaa Qulqulluu
👉 Buna qulqulluu
0929212572
0962444216
1 028
LOOKOO tube yeroo dhiyoo kana hojii comedy eegale... Amma Subscribe gara 14.7 qaba ... kun gaha miti kanaaf namni maxxansa kana argu hunduu seenee subscribe ha godhuun dhaamsa kooti...
link gadii kanaan seenaa subscribe godhaa!🙏😘
https://www.youtube.com/@Lookoomedia1
