fa
Feedback
Faarfannaa Haaraa 🎶

Faarfannaa Haaraa 🎶

رفتن به کانال در Telegram
2 306
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
+137 روز
+5430 روز
آرشیو پست ها
Ayyaanasaan 🔥🔥🔥 #Amanuel_Etana Faarfannaa haaraa argachuuf👇" Join us https://t.me/Faarfaannana

Isan Boo'ee Itti Himadhe 🔥🔥🔥 #Selamu_Kedir Created For Worship Faarfannaa haaraa argachuuf👇" Join us https://t.me/Faarfaannana

#Dawit_Girma 🔥🔥🔥 Garaa kee Kuti Faarfannaa haaraa argachuuf👇" Join us https://t.me/Faarfaannana

#Faarfataan tokko Hojii kooti jedhe qooda kadhachuu fi Macaafa Qulqulluu dubbisuu #Sirba dhaggeeffachu, fi qodaa hafuuraan of guddisuu #view video isaa guddisuu fi beekamti barbaachaaf #sirba irraa yeedaloo fi shubbisaa  yeroo copy  godhan yeroo amma baay'ina mul'acha jiraa. #Yeroo amma Faarfannaa afaan oromoo garamitti akka deema jiruu baay'ee yaadessa ta'aa dhufeera jiraa.  #Sadarka Faarfaanna fi sirba gargar basuun isaa Ulfatuu irraa geenye jiraa.  linki kana tuqaadha dhageeffadha gutuumma isaa 👇👇 Fafakkeessitu Eenyuu ?🤔 GIRMA OLJIRA          Ibsa far. Solomon Adugna... https://youtube.com/watch?v=fxRuqHgD-Tc&si=4DZoZ05hjrzzJxGw 🔴 Fafakkeessitu Eenyuu ?🤔 GIRMA OLJIRA Ibsa far. Solomon Adugna... https://youtube.com/watch?v=fxRuqHgD-Tc&si=gWxtlIHdzALSRXW-

#Gaddisa_Kee 🔥🔥🔥 Gammachuu Alamaayyoo Faarfannaa haaraa argachuuf👇" Join us https://t.me/Faarfaannana

#Haadha manaa isaatu bakka inni rafutti Zayitii danfistee itti naqxe😪 Sanuu irra deddeebiin. Zayitii qofa osoo hin taane meeshaa waraanaa ( Shugguxii) illee itti qabdeetti jedhame. 🔴Abdii Raggaasaa Ni Salphaatte😭 Garaa Waldaa Araara Deemuu Qaba🤔 Ijoolle... https://youtube.com/watch?v=eocr1eIof7I&si=FlLe6sTsFC3uq9FV

Welcome #Dawit_Girma 😍🙏🏾.
Welcome #Dawit_Girma 😍🙏🏾.

#Hamma_Yoonaa 🔥🔥🔥 Abraham Tarree Faarfannaa haaraa argachuuf👇" Join us https://t.me/Faarfaannana

#Waaqayyootti_Amane_Bara koo - 🔥🔥🔥🔥 Mintesnot Gemechu || Live Worship Faarfannaa haaraa argachuuf👇" Join us https://t.me/Faarfaanna

#Abbaa_Jaalalaa 🔥🔥🔥 Heaven Voice Faarfannaa haaraa argachuuf👇" Join us https://t.me/Faarfaanna

#Baay'ee nama gaddisa 😭. Sababa mana amanta kannenii biroo irraa  mormiin isaa muddateef digamee 🤔 #Dhima kana irraatti Dhabbani oromoo Bible society  ibsa gaha akka kennu kabaja guddaadhan gaafanna. #Kristaanoonni siidaa Abbaa gammachis fi Aster ganno magalaa nekemte tti akka  dhabbatuf sagalee Keenya haa Dhaggeessifannu . Dhimma kana irraatti video hojettame linki kana tuqaadha dhageeffadha 👇👇 https://youtube.com/watch?v=zCIyzcdK0bc&si=9n4ZEkbP9YCx3j_4 https://youtube.com/watch?v=zCIyzcdK0bc&si=9n4ZEkbP9YCx3j_4 Magalaa Naqamteetti  Siidaan OnesmoosFi Aster Ganno Ijaarsa Jalqabe Ture... https://youtube.com/watch?v=zCIyzcdK0bc&si=9n4ZEkbP9YCx3j_4