cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Toofiq channel

Aadaa fi seenaa oromoo Asoosama gaggabaaboo pdf Waayee sirna gadaa fi kanneen kana fakkaatan isiniif dhiyeessina. Nu hordofaa@ https://t.me/+RZlonq3P0aqXq1Hu @Tofikbot Admin: @keebari

نمایش بیشتر
کشور مشخص نشده استزبان مشخص نشده استدسته بندی مشخص نشده است
پست‌های تبلیغاتی
194
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
اطلاعاتی وجود ندارد30 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

#callise Otuu naaf himuu qabduu Jibbas ta'u jaalala Sobdee ana sossobuun Maaliif ta'e fala? ~~~ Gaafadhee sitti dhiyaadhee Qoradhee si baradhee Lubbuu koof si filadhee Firoomaaf si kadhadhee Otuun torbee hin guutin Sobamuu mudadhe! ~~~~ Jaalalaafan si rakkise Bilbilee deddeebisee Yaadeen siif barreesse Jecha wal-simsiisee Dhugaa keessa kootii Onneerraa siif ibsee Akkan hin yaannetti Gurri koo dhageessee Bilbila koo sobnaan Cufadheen callise! Toofiq Ahmed @keebar
نمایش همه...
Uumamni isin Bareecheeraa Maal bittu Gabaarraa? Moo Uumama Keessan duraa Nam-tolcheetu jijjiira? ~~~ Kan keessan kun adduma Bifti keessan heddu jijjiiramaa Ariitiinis kuma guyyaa kuma ~~~ Reefuma shiita uffattee dhuftee Amma Surree dhiiraa Ganama Rifeensa hin qabdu Amma mudhii jira Kaleessa kan oromoo dubbatte Arra kan Amaaraa Dubbii kanatu na dhibee Maaloo na gargaaraa! Buttaaf Bubbutamu Moo Jira wanti biraa?🙎🙎🙎 Toofiq Ahimad @keebari
نمایش همه...
'As keessa' moo 'kheessa' - Afaan Oromoof qubeen dachaa dabalataa ni barbaachisaa? Odeessi 'khun' waa'ee Afaan Oromooti - kheessattuu waa'ee qubee dachaa haarayaati jedhamtu 'kh'. Maal jechuu keessan? Qubeen Afaan Oromoo amma dura nu beeknu jaha yookaan torba qofa, isa kana garuu takkaa hinagarre jechuu maltan. Dhuguma. Nutillee dhiyeenya khana agarre. -»@bbcAfaanOromoo .. ========Read more===⤵️l
نمایش همه...
'As keessa' moo 'kheessa' - Afaan Oromoof qubeen dachaa dabalataa ni barbaachisaa? - BBC News Afaan Oromoo

Eliyaas Mulugeetaa Hordofaa BBC Afaan Oromoo Sa'aatii 8 dura Madda suuraa, Getty Images Odeessi 'khun' waa'ee Afaan Oromooti - kheessattuu waa'ee qubee dachaa haarayaati jedhamtu 'kh'. Maal jechuu keessan? Qubeen Afaan Oromoo amma dura nu beeknu jaha yookaan torba qofa, isa kana garuu takkaa hinagarre jechuu maltan. Dhuguma. Nutillee dhiyeenya khana agarre. Keessattuu kitaabota dhiyeenya kana kibba Oromiyaa Godina Booranaa keessatti maxxanfaman kanneen akka 'Khulleessa', 'Qunceen Mukhoo Mukhaa', 'Abbaa…

Ni danda'ama jedhii ba'i Dandeettii kee faana bu'i Waa keessaa waa fuutaa Mana duwwaa guuttaa Abdii dhugoomsitaa ~~~ Hin danda'amuu dhiisii Danda'uu dandeessisi Ilaalcha kee sirreessii Dandeettii moosisi Atis akka Namaa, Namaa Rakkinni gamanaaf gamaa Ergas si baqachaa deemaa! @keebari
نمایش همه...
Imala Miir-lamee Kutaa 3ffaa Qormaata kana hunda sobee of dagachiisuuf kolfa kokkolfuun eegale. Boqonnaas argachuun shaakale. Ofin sobuu yaale. 'Ni bareeddi, garuu ani hin argine. Isheen dhagahe hin argine. Isheen arges hin dhageenye. homaa hin argines hin dhageenyes'. Waakkii.... Waakkata waakkachuu. Akkasuma akkas ta'aan oolee, galgala afadhee rafe. Sobus, of sossobus dagachaan dhufe. Eeyyeen isatu anaaf gaariidha. Akkamittan ani miira akkasii keessa gala? Isa kana booda dhufuuf mudhii koo hidhadhee falmachuu akkan qabun murteesse. "Hin ilaalu, hin dhageeffadhu". Jedheen jala muree ofitti hime. Garuu akkamitti? Eessa jiraachuuf?.... Gaaffiidha. Lakki lakki... miti hin ta'u jedheen deebiseef. Isa nagaa nagaa dhaga'i. Isa gaarii gaarii argi. Gaafa "Nagaa"? Siin jedhan, "Nagaa" Jedhiin. "Gaafa manaa baatu ija keen lafa ilaalaa imali". Tole jennee, ilaaf ilaameedhaan manatti nagaa buusne. Kuni waan gaariidha. Mana tasgabbii hin qabne keessa taa'anii dhuufuun nama akka koof ulfaataadha. Manni koo ammatti anaafuu guutuu miti. Kanaaf tasgabboofnee wal eebbifnee nagaa waliif dhaamnee, silas hojii maalii qabna mitii, namuma fakkaachuuf, Ana fi inni - Ana kan galgala tolfatee, tottolfatee afatee rafee fi inni jaalala sodaa, sodaa sodaate, lameen keenyayyuu walumaan hirribarraa kaane. Xumurame. Galatoomaa!! Barreessaan Toofiq Ahimad. Yaada keessaniif @keebari
نمایش همه...