cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

𝙆𝙐𝙐𝙎𝘼𝘼 𝙒𝘼𝙇𝘼𝙇𝙊𝙊!

Of bari! Eessaa akka kaate Seenaa fi eelaakee Keessaas isa baate Gidiraaf beelakee Walaloo hunda argattuu Share fi Join godhaa waliif qoodaa Yaadaaf 👇 @baahar_Umar

نمایش بیشتر
پست‌های تبلیغاتی
11 839
مشترکین
-324 ساعت
+327 روز
+56430 روز
توزیع زمان ارسال

در حال بارگیری داده...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
تجزیه و تحلیل انتشار
پست هابازدید ها
به اشتراک گذاشته شده
ديناميک بازديد ها
01
CHANNEL BARNOOTA GUDDAA DABARSAA JIRU ISIN AFFEERRE JIRRA JOIN GODHACHUUN ITTI FAYYADAMAA. 👇👇👇👇👇
2920Loading...
02
(•‿•) Suura kana irratti cuqaasuun, ol bahaa! Waan isiniif dhufu daawwadhaa! Affeerraa keenyatti gammadaa! 👇👇👇            🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴       🌑°  *   ° *. °☆ ★* • ○ ° ★● . ○ °° ☆     ★° °☆ 🌚 ★ ○☆ 👆 ClickOn Steps 😱 Waver : @BrakeIt
2930Loading...
03
Dilbii Walaloo Anaaf Hacee !                   Ana Akka simbira lagaa Barii barraaqa wacee Atoo hin dhageessu Maal naaf wayya Hacee             Hacee Shira natti shiranii Na jaamsani qaroo Jira jechuun dadhabe Akka durii Aroo          Ana Duutikee nu hubee Laphee nu madeessee Dhugaankee Utuun bahiin Waggaa Afur geessee           Hacee Inni dachee dhiqe Dhiignikoo akka lolaa Yeroo eeggata malee Dhiignikoo eenyuuf tolaa           Ana Kan du'e hin galu malee Tarii utuu kaatee Waan nutti himtu qabdaa Kan garaa si nyaate ?            Hacee Eeyyee waan baay'een qaba Waa'ee hiriyyaa dharaa Warra dhugaakoo dhoksee Ta'e warra abbaa garaa Dhiigakoorra dhaabatee Warra sirbee ragaduu Maqaakoo da'eeffatani Warra gabaa nagaduu Faallaa kanaammo jiru Kan naaf lafee cabani Haadha isaaniin iyyaafadha Warra naaf lubbuu dhabani         Ana Har'ayyuu dhalootni Kunoo siin dhaadataa Barri dhufee darbus Seenaan si yaadataa Guddaa Guddattuun deesse Kan onneen gaara caaluu Yoo ergaa qabaatte Nuuf dhaami Haacaaluu           Hacee Baqxanii akkan dhumne Akka ibsaa shaamaa Tokko ta'aa hunduu Kanuma siniif dhaamaa           Ana Gamaaf gamana goree Hunduu wal diba cilee Afaan tokko dubbachaa Wal buusaa oola qilee ~egaa Hanqina qofaa himee Sin aarsu yaa Haacaaluu Jajjaboo hedduu qabna Gootummaakee kan dhaaluu Qaxxisa dhugaa oromoo Haacaaluu agartuukoo Yoomiyyuu si yaadanna Nagaatti marartuukoo !   Araarsaa Jabeessaa tiin. #Torban_Hacee... ✍️.. @Baahar_Umar Guddaa galatoomaa! tiktok keenya👇👇 https://www.tiktok.com/@bahar.umar
5770Loading...
04
Akkuma nyaanni foon keenya irraa waantota baayyee ittisu, nyaanni sammuu keenya waantota baayyee ittisa. Kanaaf nyaata sammuu keef ta'u argachuuf channalii kana join godhachuun sammuukeef soorata taasisi. 🤜🤛👇🤜🤛
6460Loading...
05
(•‿•) Suura kana irratti cuqaasuun, ol bahaa! Waan isiniif dhufu daawwadhaa! Affeerraa keenyatti gammadaa! 👇👇👇            🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴       🌑°  *   ° *. °☆ ★* • ○ ° ★● . ○ °° ☆     ★° °☆ 🌚 ★ ○☆ 👆 ClickOn Steps 😱 Waver : @BrakeIt
6130Loading...
06
#𝗝𝗮𝗮𝗹𝗮𝗹𝗮 𝗚𝗮𝗿-𝘁𝗼𝗸𝗸𝗲𝗲 Si jibbeera jedhee Jaalalattin qoosu Siin jaaladha jedhees Garaa sin booreessu. Feesbuukiirra taa'een Footoo tantee eega Osoo tokko hin argin Laayikii tuquuf fiiga. Koomantii ol seeneen Waa hedduu barreessa Dhugaa seeta jedheen Deebi'ee balleessa. Abjuudhaan si argeen Si hammadha utaalee Dhunguu takka booda Dhabamta ammallee. Jiraachuu kiyyaahuu Ati quba hin qabduu Eenyu na gargaara Ibidda na waaduu. ✍️.. @Baahar_Umar Guddaa galatooma.. tiktok keenya.. 👇👇 https://www.tiktok.com/@bahar.umar
1 2230Loading...
07
Channel keessaan akka gara 3k, 5k,10k,15k tti akka isiniif guddaatu yoo barbaaddan      👇  Na Quunnami 👉 @BrakeIt 👉 @BrakeIt
1230Loading...
08
CHANNEL BARNOOTA GUDDAA DABARSAA JIRU ISIN AFFEERRE JIRRA JOIN GODHACHUUN ITTI FAYYADAMAA. 👇👇👇👇👇
2300Loading...
09
(•‿•) Suura kana irratti cuqaasuun, ol bahaa! Waan isiniif dhufu daawwadhaa! Affeerraa keenyatti gammadaa! 👇👇👇            🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴       🌑°  *   ° *. °☆ ★* • ○ ° ★● . ○ °° ☆     ★° °☆ 🌚 ★ ○☆ 👆 ClickOn Steps 😱 Waver : @BrakeIt
1 1570Loading...
10
Dafaa koottaa dhaqqabadhaa live jirraa https://vm.tiktok.com/ZMrYU5GMF/
10Loading...
11
https://vm.tiktok.com/ZMrYU9pWU/
850Loading...
12
Akkuma nyaanni foon keenya irraa waantota baayyee ittisu, nyaanni sammuu keenya waantota baayyee ittisa. Kanaaf nyaata sammuu keef ta'u argachuuf channalii kana join godhachuun sammuukeef soorata taasisi. 🤜🤛👇🤜🤛
1350Loading...
13
(•‿•) Suura kana irratti cuqaasuun, ol bahaa! Waan isiniif dhufu daawwadhaa! Affeerraa keenyatti gammadaa! 👇👇👇            🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴       🌑°  *   ° *. °☆ ★* • ○ ° ★● . ○ °° ☆     ★° °☆ 🌚 ★ ○☆ 👆 ClickOn Steps 😱 Waver : @BrakeIt
7570Loading...
14
Odeeffannoo wayitaawaa waa'ee Airdrop Cyrpto currency argachuu feetuu?
1050Loading...
15
Otuun mixii ta'ee Namaan of jijjiire Gandummaaf gabrummaa Hidda ishee micciiree ☝️☝️ Jachoota gaggabaabo akkanaa barbaannaan koottaa ammuma tuquun Follow godhaa... 👇👇👇👇
1 4700Loading...
16
CHANNEL BARNOOTA GUDDAA DABARSAA JIRU ISIN AFFEERRE JIRRA JOIN GODHACHUUN ITTI FAYYADAMAA. 👇👇👇👇👇
800Loading...
17
(•‿•) Suura kana irratti cuqaasuun, ol bahaa! Waan isiniif dhufu daawwadhaa! Affeerraa keenyatti gammadaa! 👇👇👇            🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴       🌑°  *   ° *. °☆ ★* • ○ ° ★● . ○ °° ☆     ★° °☆ 🌚 ★ ○☆ 👆 ClickOn Steps 😱 Waver : @BrakeIt
970Loading...
18
#𝙄𝙧𝙧𝙚𝙚 𝙛𝙞 𝙃𝙞𝙧𝙚𝙚... Irree ta'ees hiree Lachuu anaf diinaa Irreen naa ajeessa Hireen natti fiina Irreen na ukkamsee Hafuurako dhoksaa Hireen namiskinsee Jiruukoo maqsaa Laata irree moo? Hiree Oro kan nagaa dhoorke Irree mitii hiree mitiis Numaatu ofii sokkee. #Eegaa... Osoon ka'ee gamtaan Akka tuuta kanniisaa Balfee nun tutuffaatu Kan mandarri tiisisaa. Otuun mixii ta'ee Namaan of jijjiire Gandummaa fi gabrummaa Hidda ishee micciiree ❤️💚❤️hidda dhugaa Hirriiba nagaa gatnee Ofii biraa mugaa....😔 ✍️..by @Baahar_Umar Guddaa galatoomaa.. Tiktok keenya..👇 Https://www.tiktok.com/@bahar.umar Telegraam keenya👇 https://t.me/baharOrotelegram
1 3480Loading...
19
DIRMAMMUU GANAMAA hiika jireenya kee ganamaa hubachuuf join godhaa 👇👇👇👇👇
1690Loading...
20
Akkuma nyaanni foon keenya irraa waantota baayyee ittisu, nyaanni sammuu keenya waantota baayyee ittisa. Kanaaf nyaata sammuu keef ta'u argachuuf channalii kana join godhachuun sammuukeef soorata taasisi. 🤜🤛👇🤜🤛
2580Loading...
21
(•‿•) Suura kana irratti cuqaasuun, ol bahaa! Waan isiniif dhufu daawwadhaa! Affeerraa keenyatti gammadaa! 👇👇👇            🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴       🌑°  *   ° *. °☆ ★* • ○ ° ★● . ○ °° ☆     ★° °☆ 🌚 ★ ○☆ 👆 ClickOn Steps 😱 Waver : @BrakeIt
5280Loading...
22

3900Loading...
23
Aaruuf Aarsuu        Irra Faarsuuf Farrisuutu     Wayyaa janneeti. Namni akkakoo sitti tole Like tuqi fixadhe khalaas🤷‍♂️
1 6270Loading...
24
(•‿•) Suura kana irratti cuqaasuun, ol bahaa! Waan isiniif dhufu daawwadhaa! Affeerraa keenyatti gammadaa! 👇👇👇            🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴       🌑°  *   ° *. °☆ ★* • ○ ° ★● . ○ °° ☆     ★° °☆ 🌚 ★ ○☆ 👆 ClickOn Steps 😱 Waver : @BrakeIt
3580Loading...
25
ASW WR WB EID-MUBAARAK🙌🌹 Baga jala bultii geessan geenye ... Erga jannee Anaafis Du'aa'i kadhaamee Xiqqo nadhukkubaa Oro...koo🥰
1 8050Loading...
26
Daily cheaper kan guyyaa har'aa fi pixelverse tap bonus combat viidiyoo gabaabaadhaan ilaalaa hojjedhaa. https://youtu.be/w-eQSJte8-I?si=Q430bVlqtKBOZdRY
920Loading...
27

1940Loading...
28
Akkuma nyaanni foon keenya irraa waantota baayyee ittisu, nyaanni sammuu keenya waantota baayyee ittisa. Kanaaf nyaata sammuu keef ta'u argachuuf channalii kana join godhachuun sammuukeef soorata taasisi. 🤜🤛👇🤜🤛
990Loading...
29
#WBOtu_Gingilcha❤️💚❤️    Isa haqa awwaalee Teessumaan irra taa'e Seenaa sirrii hadheesse Shira biyyaaf kan kaa'e Kunniin mudhii hidhatee Waraanaaf yeroo duule Gariin asumaa taa'e Garaadhaaf warri bulee Yeroo dhalatan dide Gitabittaaf garbummaa Itti dhagahamuu dide Yeros miirri namummaa Kalee raawwachaa turee Gocha jiraatti gogsuu Har’a shaakalaa jira Soba keessee of dhoksuu Haqni beeki abbaa qabdi Kan kee ta'a yookin kiyya Lafeen cabee hin dhokatu Hin dagatin dhiigatu iyyaa Voolkaanoo riphef male Haqni ofiin of calalaa Guyyaaf bubbula malee Guyyaa eege dhugati gala Wa'en Oro... ana hin galchu Warra jedhu Xoophiya bicha Yeroo eeguun WBOtti fidaa Sichi iyyu WBOn  gingilchaa Yaada qabannaan.. 👇👇 @Baahar_Umar @Baahar_Umar nuqunnamaa.. Guddaa galatoomaa! tiktok keenya👇👇 https://www.tiktok.com/@bahar.umar
2 2920Loading...
30

31
Hidhattoota haqaa❤️💚❤️
1 9650Loading...
32
Channel keessaan akka gara 3k, 5k,10k,15k tti akka isiniif guddaatu yoo barbaaddan      👇  Na Quunnami 👉 @BrakeIt 👉 @BrakeIt
4270Loading...
33
DIRMAMMUU GANAMAA hiika jireenya kee ganamaa hubachuuf join godhaa 👇👇👇👇👇
900Loading...
34
Channel keessaan akka gara 3k, 5k,10k,15k tti akka isiniif guddaatu yoo barbaaddan      👇  Na Quunnami 👉 @BrakeIt 👉 @BrakeIt
2120Loading...
35
❤️Jaalallen kee inni sirriin gara fulduratti wajin jiraattu baruu barbaaddamoo❓❓ Onnee halluu Kelloo qabu irratti Gadi tuquudhaan nama siif bahu ilaali!👇 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌒🌕🌕🌘🌑🌒🌕🌕🌘🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌑🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌒🌕🌕🌕🧡🌕🌕🌕🌘🌑 🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑🌑 🌑🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌘🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌒🌕🌘🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌒🌕🌕🌘🌑🌒🌕🌕🌘🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌑🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌑 🌑🌔🌕🌕🌕💛🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑 🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑🌑 🌑💛🌑🌒🌕🌕🌕🌘🌑💛🌑 🌑🌑🌑🌑🌒🌕🌘🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 👆👆👆👆 Go Click the Heart Waver 👉 @BrakeIt
6620Loading...
36
Kooddii Hamster daily cheaper fi akkaataa ittiin pixelverse hojjetan viidiyoo gabaabduu https://youtu.be/Xk1pYwUw5UY?si=tzSu3aa-v61QilgC
3430Loading...
37
Akkuma nyaanni foon keenya irraa waantota baayyee ittisu, nyaanni sammuu keenya waantota baayyee ittisa. Kanaaf nyaata sammuu keef ta'u argachuuf channalii kana join godhachuun sammuukeef soorata taasisi. 🤜🤛👇🤜🤛
4680Loading...
38
DIRMAMMUU GANAMAA hiika jireenya kee ganamaa hubachuuf join godhaa 👇👇👇👇👇
1960Loading...
39
Channel keessaan akka gara 2k,3k,4k,5k tti akka isiniif guddaatu yoo barbaaddan      👇  Na Quunnami 👉 @BrakeIt 👉 @BrakeIt
1600Loading...
CHANNEL BARNOOTA GUDDAA DABARSAA JIRU ISIN AFFEERRE JIRRA JOIN GODHACHUUN ITTI FAYYADAMAA. 👇👇👇👇👇
نمایش همه...
👍 1
Jechoota sammuu bohaarsan
Jechoota hayyootaa
Barnoota guddina dhuunfaa keenyaaf
Seenaa
Mudannoo
Walaloo jaalala
Bashannana Hundumaaf
Join godhachuun irraa baradha
Dilbii Walaloo Anaaf Hacee !                   Ana Akka simbira lagaa Barii barraaqa wacee Atoo hin dhageessu Maal naaf wayya Hacee             Hacee Shira natti shiranii Na jaamsani qaroo Jira jechuun dadhabe Akka durii Aroo          Ana Duutikee nu hubee Laphee nu madeessee Dhugaankee Utuun bahiin Waggaa Afur geessee           Hacee Inni dachee dhiqe Dhiignikoo akka lolaa Yeroo eeggata malee Dhiignikoo eenyuuf tolaa           Ana Kan du'e hin galu malee Tarii utuu kaatee Waan nutti himtu qabdaa Kan garaa si nyaate ?            Hacee Eeyyee waan baay'een qaba Waa'ee hiriyyaa dharaa Warra dhugaakoo dhoksee Ta'e warra abbaa garaa Dhiigakoorra dhaabatee Warra sirbee ragaduu Maqaakoo da'eeffatani Warra gabaa nagaduu Faallaa kanaammo jiru Kan naaf lafee cabani Haadha isaaniin iyyaafadha Warra naaf lubbuu dhabani         Ana Har'ayyuu dhalootni Kunoo siin dhaadataa Barri dhufee darbus Seenaan si yaadataa Guddaa Guddattuun deesse Kan onneen gaara caaluu Yoo ergaa qabaatte Nuuf dhaami Haacaaluu           Hacee Baqxanii akkan dhumne Akka ibsaa shaamaa Tokko ta'aa hunduu Kanuma siniif dhaamaa           Ana Gamaaf gamana goree Hunduu wal diba cilee Afaan tokko dubbachaa Wal buusaa oola qilee ~egaa Hanqina qofaa himee Sin aarsu yaa Haacaaluu Jajjaboo hedduu qabna Gootummaakee kan dhaaluu Qaxxisa dhugaa oromoo Haacaaluu agartuukoo Yoomiyyuu si yaadanna Nagaatti marartuukoo !   Araarsaa Jabeessaa tiin. #Torban_Hacee... ✍️.. @Baahar_Umar Guddaa galatoomaa! tiktok keenya👇👇 https://www.tiktok.com/@bahar.umar
نمایش همه...
5😢 3👍 1
Akkuma nyaanni foon keenya irraa waantota baayyee ittisu, nyaanni sammuu keenya waantota baayyee ittisa. Kanaaf nyaata sammuu keef ta'u argachuuf channalii kana join godhachuun sammuukeef soorata taasisi. 🤜🤛👇🤜🤛
نمایش همه...
👍 2
Soorata sammuu
Leenjii walitti fufaa
Soorata fooniif
JOIN
Photo unavailableShow in Telegram
#𝗝𝗮𝗮𝗹𝗮𝗹𝗮 𝗚𝗮𝗿-𝘁𝗼𝗸𝗸𝗲𝗲 Si jibbeera jedhee Jaalalattin qoosu Siin jaaladha jedhees Garaa sin booreessu. Feesbuukiirra taa'een Footoo tantee eega Osoo tokko hin argin Laayikii tuquuf fiiga. Koomantii ol seeneen Waa hedduu barreessa Dhugaa seeta jedheen Deebi'ee balleessa. Abjuudhaan si argeen Si hammadha utaalee Dhunguu takka booda Dhabamta ammallee. Jiraachuu kiyyaahuu Ati quba hin qabduu Eenyu na gargaara Ibidda na waaduu. ✍️.. @Baahar_Umar Guddaa galatooma.. tiktok keenya.. 👇👇 https://www.tiktok.com/@bahar.umar
نمایش همه...
13👍 4🎉 3🙏 1
Channel keessaan akka gara 3k, 5k,10k,15k tti akka isiniif guddaatu yoo barbaaddan      👇  Na Quunnami 👉 @BrakeIt 👉 @BrakeIt
نمایش همه...
CHANNEL BARNOOTA GUDDAA DABARSAA JIRU ISIN AFFEERRE JIRRA JOIN GODHACHUUN ITTI FAYYADAMAA. 👇👇👇👇👇
نمایش همه...
Jechoota sammuu bohaarsan
Jechoota hayyootaa
Barnoota guddina dhuunfaa keenyaaf
Seenaa
Mudannoo
Walaloo jaalala
Bashannana Hundumaaf
Join godhachuun irraa baradha
Dafaa koottaa dhaqqabadhaa live jirraa https://vm.tiktok.com/ZMrYU5GMF/
نمایش همه...
وارد شوید و به اطلاعات مفصل دسترسی پیدا کنید

ما این گنجینه ها را پس از تأیید هویت به شما نشان خواهیم داد. ما وعده می‌دهیم که سریع است!