cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

✎ Seyf Al-Islɑɑm official 🇵🇸

Kaayyoon Channel kanaa Kaleessa Wal Yaadachisaa Boruuf wal Qopheessuudha. https://t.me/seyfal_islaam

نمایش بیشتر
پست‌های تبلیغاتی
7 469
مشترکین
+324 ساعت
+487 روز
+18630 روز
توزیع زمان ارسال

در حال بارگیری داده...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
تجزیه و تحلیل انتشار
پست هابازدید ها
به اشتراک گذاشته شده
ديناميک بازديد ها
01
🌴Soora Qalbii 🌴 JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam ♡
8991Loading...
02
🌴Soora Qalbii 🌴 JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam ♡
10Loading...
03
🌴Soora Qalbii 🌴 JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam ♡
10Loading...
04
Maqaa kee yoo kaasan Onneen koo na hollata Habiibii Yaa Rasuul Yaa Abbaa Rahmataa 💚 Sin jaalladha An Hadhaaf kaleessallee Maqaa keen dagadhu Tasuma Yoomillee 💚 Nagaaf Rahmanni Dhuma-n qabne Dachaa Sirraa haa jiraatu Yaa ergamaa Rabbichaa 💚 . #صلى_الله_عليه_وسلم 🌴Soora Qalbii 🌴 JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam ♡
2321Loading...
05
Sirna eebba Yuunivarsiitii lamaan kana ilaala, Viidiyoon jalqaba irra jiru sirna eebba Yuunivarsiitii Malik Kaalid (Sawud Arabiyaa) dha, Viidiyoon gara gadiitti argamu ammoo sirna eebba Yuunivarsiitii Harvard (Ameerikaa) dha. Garaagarummaa namoomaa gidduu isaanii jiruun warri Yun. Malik Kaalid akka waan Milkii jabduu goonfataniitti hir'ina tokko maleetti gammachuu isaanii ibsatu, Warri Yun. Harvard ammoo kunoo gammachuun isaanii Falasxiinotaan alatti hir'uu ta'uu isaa haala kanaan ibsaa jiru.
2990Loading...
06
🌿 💚 Yaa Ergamaa Rabbii Hedduun SI Jaaladha Jaalalaan Siif Qabu Maaliiniin Ibsadha Atiis Na Jaalatta Habiibii Na Caalaa Ergamaa Rahmataa Yaa Bareedaa Haalaa 💚🌴 💚 🌴Soora Qalbii 🌴 JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam ♡
4 54017Loading...
07
አትቅና፣ አብዝተህ አትጨነቅ፣ በቀላሉ ኑር፣ ብዙ ስጥ ትንሽ ጠብቅ!
3 7742Loading...
08
በህይወትህ ውስጥ ጨካኝ ቀናትና ፈታኝ ጊዜያት ይኖራሉ። አንተን የሚሰሩህም እነርሱ ናቸው። በየትኛውም ከባድ የህይወት አጋጣሚ ውስጥ ስታልፍ ትልቅ ትምህርት ትማራለህ። ትምህርቱ ደግሞ አንተን ይቀይርሃል። ቢያንስ ቢያንስ "ሁሉም ነገር ያልፋል" የሚል የህይወት እውነትን ትረዳለህ።
8540Loading...
09
Bareedaa Aalamaa Nabi Muhammad ♡صلوات ربي وسلامه عليه♡
1 4966Loading...
10
#Yaadannoo_seenaa. Waggaa 571 dura. Guyyaa akka har'aa may,29 sulxaan Muhammad al-faatih magaalaa seena qabeettii magaalaa istaanbuul/koonistaant-nooppil to'ate. Seenaan barayyuu ni yaadata. @tulu_dawo @tulu_dawo @tulu_dawo 👆👆👆👆 tuquun #join gochuu hin dagatinaa.
1 5234Loading...
11
Iccitiin Milkaa'ina keetii gocha Ati irra daddeebin guyyarraa gootu keessa Jira.
5 50913Loading...
12
ለወንድ ልጅ ከእስልምናው ቀጥሎ አሏህ ከሰጠው ፀጋ ትልቁ ነገር ሷሊህ ና አፍቃሪ ሚስት ናት....ጀሊሉ ይወፍቃችሁ .... 🤲
1 4423Loading...
13
ፊቶቻቸውን እንደ ልብሶቻቸው የሚቀያይሩ ሰዎችን ወዳጅ አድርገህ አትየዝ። እነሱ ሲፈልጉህ የሚያገኙህ ስትፈልጋቸው ግን የማታገኛቸው ናቸው።
1 6062Loading...
14
*|[ Milkiin Waan hunda argachuu Miti. Milkiidha jechuun Rabbiinﷻ Waan siif kenneen si gammachiisee wanticha siif kenne Si jaalachiisuudha. 💛
1 6409Loading...
15
Media files
1 8571Loading...
16
صفحة┆٢٩٩ .
1 9402Loading...
17
Abdallaah ibnu haaris (رضي الله عنه) akkana jedhe:"Nama tokko kan Rasuula Rabbii caalaa seeqqatu argee hin beeku". ﷺ
1 5774Loading...
18
መልካም የዒባዳ ለይል🥀 ሶሉ ዓላ ረሱሊላህ ✨✨
1 6044Loading...
19
Yeroo tokko tokko, namni tokko tokko, iddoo takka takkatti, sababa tokko tokkoof si jaalatan, sababni san Sababa tokko qofa, tokkichi saniis waan isaan nu fayyada ja'anii yaadan qabattee waan jirtuufi. Waanta san sirraa gaafa dhaban si dhiisanii deemu ! 💪Jabaa yoo taate deemicha isaanii kana irraa hafta, bakka si dhiisanii deemanitti akka sitti hin deebineef halkaniif guyyaa hojjatta. Dadhabaa namaa yoo taate garuu odoo waan isaan sirratti hojjatan himaa ooltuuti amatuu gad deemta.           Jabaa tahi.  🎋❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥 :¨·.·¨:   `·.   @Jaalala_qulqulluu
1 3846Loading...
20
صفحة┆٢٩٨ .
1 7131Loading...
21
Media files
1 6211Loading...
22
✍ "Gosoonni hiyyummaa hamaan afuri..!! 1️⃣Hiyyummaa amantii, 2️⃣ Hiyyummaa aqlii, 3️⃣Hiyyummaa obsaa 4️⃣ Hiyyummaa namummaati." " Ilaalan argan dhaggefatan dhagahan dubbisan dubbatan ...!!Hiyyummaa afranuu Rabbi isinirraa haa qabu...!!
1 51413Loading...
23
صفحة┆٢٩٧ .
1 5570Loading...
24
Media files
1 5560Loading...
25
Her şeyi açıklamak zorunda değilim😭 Beni konuşmadan anlayan birini istiyorum💔 Sirqama waan hunda isin hubachiisuu hin qabu isiniif gakeera jedheen yaada. ☺️
80Loading...
26
و عندما سألوه عن صفاتها قال : أُريد أن أتزوج فتاة عندما أُرتل القرآن في غرفتنا فأسمعها تقول لقد أخطأت مُدّ الكلمة 6 حركات فأُرتلها مرة أخرى ثم تبتسم لي وأقول لها : لقد فُزت بكِ فوزاً عظيماً.. أُريد فتاة توقظني لقيام الليل ، وتقول لي : لا أريد أن أسبقك درجة في الجنة ثم أُصلي بها فتاة لا تخاف إلا الله! ف ارزقنا اللهم الحلال الطيب المبارك يالله.💛
1 6201Loading...
27
Innaa lillaahi wa innaa ileyhi raaji'un...! Oduu Gaddaa. Xiyyaara tokkoon imalaa kan turan Pirezidaantii Iraan Ibraahim Ra'iisii dabalatee Ministeerri Haajaa alaa Iraan Amiir Abdullahi, Bulchaa Baha Azarbaajaan Maliik Rahamati, Imaama Baha Azarbaajaan Imaam Muhammad Alii Al-Haashimi fi namoonni Xiyyaara sana keessa turan hundi isaanii lubbuun isaanii darbuu mirkanaa'ee jira. Iraan seenaa ishee keessatti gadda ulfaataa akka kanaa keessummeessitee kan hin beekne yoo ta'u taateen kun guddittii Iraan gadda ulfaataaf kaadhimee jira.
1 0644Loading...
28
Haati manaa Abbaa manaa irraa wanti isiin feetu guddaan tokko yoo jiraate  yeroodha. Yeroo kannaaf, taphachiisaa, yaada gaarii isii irraa dhageeyfadhaa kana goonaan haalaan booji'uu dandeessan. 🎋❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥 :¨·.·¨:   `·.   @Jaalala_qulqulluu
1 2036Loading...
29
Share godhaa baadiyyaa fi bakka fagoo odeeffannoon hin geenye akka gahutti..jzk 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 Barri Muslimootaa fi Kiristaanota itti adda baasuu hin dandeenye (identity theft) dhufeera. 🤔🤔🤔🤔🤔🤔 Dalagaa Miishinarootaa 👇👇👇👇👇👇😁😁😁 ❄️ Islaamummaan wajji dorgomanii dadhabnaan 👉"Hijaabnis Nu irraa fudhatame malee keenya ture,"😁😁" 👉Areedaa fi Maqaanis keenya ture" jedhanii dheeressuu fi fafakkeessuu jalqabanii jiru. 👉 Akeekkachhisa Muslimoota hundaaf 👉nama hin beekne kan areeda dheeressee ykn dubartii jalbaaba fi niqaaba godhattee waa'ee islaamaa isinitti haasayu/haasoftu hanga qorattanii maalummaa isaa/ishee bartanitti iccitii keessan itti hin haasayinaa ykn hin bulchinaa👇👇👇👇👇👇👇 ❄️ Wallaahi waan fedhanis tahan waan fedhanis godhan abadan islaamummaa hin moo'an. Rabbitu akkana jedha. ❤ Qura'aana suuraa al imraan 3:139 وَلَا تَهِنُوا۟ وَلَا تَحْزَنُوا۟ وَأَنتُمُ ٱلْأَعْلَوْنَ إِن كُنتُم مُّؤْمِنِينَ "Yoo mu’uminoota taataniif isintu irra aanaa hin laafinaa; hin gaddinaas." ❤ Qur'aana suuraa saff 61:9 هُوَ ٱلَّذِىٓ أَرْسَلَ رَسُولَهُۥ بِٱلْهُدَىٰ وَدِينِ ٱلْحَقِّ لِيُظْهِرَهُۥ عَلَى ٱلدِّينِ كُلِّهِۦ وَلَوْ كَرِهَ ٱلْمُشْرِكُونَ "Inni Isa odoo mushrikoonni jibbanuu, amantiiwwan biraa hunda irratti ol taasisuuf jecha ergamaa Isaa qajeelfamaafi amantii haqaatiin ergeedha" ❤ Qur'aana suuraa al imrabn 3:120 إِن تَمْسَسْكُمْ حَسَنَةٌۭ تَسُؤْهُمْ وَإِن تُصِبْكُمْ سَيِّئَةٌۭ يَفْرَحُوا۟ بِهَا ۖ وَإِن تَصْبِرُوا۟ وَتَتَّقُوا۟ لَا يَضُرُّكُمْ كَيْدُهُمْ شَيْـًٔا ۗ إِنَّ ٱللَّهَ بِمَا يَعْمَلُونَ مُحِيطٌۭ . "Yoo toltuun wahii isin tuqe, isaan gaddisiisa.Yoo hamtuun isin tuqe immoo isheetti gammadu.Yoo isin obsitanii (Rabbiin) sodaattaniif malli isaanii homaa isin hin miidhu.Dhugumatti Rabbiin waan isaan dalagan (beekumsa Isaatiin) marsaadha." Yes👉Waan fedhanis dalagan sharrii fedhanis shiran abadan isaanii hin milkaa'u, yoo akkana jennu ammoo nutis ni rafna jechuu miti haqa nama haqa barbaaduun gahuu fi tattaaffachuun dirqama taati.Insha Allah! ❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️
1 7448Loading...
30
Media files
1 2580Loading...
31
Gariin namaa fakkeenya haxxishooti wayituma jireenya kee keessaa ba'an. ati alhamdulillah jechuun dirqama..! JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam ♡
1 3448Loading...
32
"Sababoota lamaaf kitaaba dubbifna: tokkoffaa itti bohaaruuf, lammaffaa ammoo ittiin of tuuluuf." #𝐵𝑒𝑟𝑡𝑟𝑎𝑛𝑑_𝑅𝑢𝑠𝑠𝑒𝑙𝑙 'Sadaffaan ammoo irraa barachuuf' jedheellee itti hin daballe, falaasaa rukutamaan kun. Iccitii keenya bakkee baase!
1 7486Loading...
Photo unavailableShow in Telegram
🌴Soora Qalbii 🌴 JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam
نمایش همه...
🥰 6
Photo unavailableShow in Telegram
🌴Soora Qalbii 🌴 JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
🌴Soora Qalbii 🌴 JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam
نمایش همه...
Maqaa kee yoo kaasan Onneen koo na hollata Habiibii Yaa Rasuul Yaa Abbaa Rahmataa 💚 Sin jaalladha An Hadhaaf kaleessallee Maqaa keen dagadhu Tasuma Yoomillee 💚 Nagaaf Rahmanni Dhuma-n qabne Dachaa Sirraa haa jiraatu Yaa ergamaa Rabbichaa 💚 . #صلى_الله_عليه_وسلم 🌴Soora Qalbii 🌴 JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam
نمایش همه...
00:27
Video unavailableShow in Telegram
Sirna eebba Yuunivarsiitii lamaan kana ilaala, Viidiyoon jalqaba irra jiru sirna eebba Yuunivarsiitii Malik Kaalid (Sawud Arabiyaa) dha, Viidiyoon gara gadiitti argamu ammoo sirna eebba Yuunivarsiitii Harvard (Ameerikaa) dha. Garaagarummaa namoomaa gidduu isaanii jiruun warri Yun. Malik Kaalid akka waan Milkii jabduu goonfataniitti hir'ina tokko maleetti gammachuu isaanii ibsatu, Warri Yun. Harvard ammoo kunoo gammachuun isaanii Falasxiinotaan alatti hir'uu ta'uu isaa haala kanaan ibsaa jiru.
نمایش همه...
2.62 MB
👍 12
🌿 💚 Yaa Ergamaa Rabbii Hedduun SI Jaaladha Jaalalaan Siif Qabu Maaliiniin Ibsadha Atiis Na Jaalatta Habiibii Na Caalaa Ergamaa Rahmataa Yaa Bareedaa Haalaa 💚🌴 💚 🌴Soora Qalbii 🌴 JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam
نمایش همه...
20👍 8🥰 2
Photo unavailableShow in Telegram
አትቅና፣ አብዝተህ አትጨነቅ፣ በቀላሉ ኑር፣ ብዙ ስጥ ትንሽ ጠብቅ!
نمایش همه...
👍 6
Photo unavailableShow in Telegram
በህይወትህ ውስጥ ጨካኝ ቀናትና ፈታኝ ጊዜያት ይኖራሉ። አንተን የሚሰሩህም እነርሱ ናቸው። በየትኛውም ከባድ የህይወት አጋጣሚ ውስጥ ስታልፍ ትልቅ ትምህርት ትማራለህ። ትምህርቱ ደግሞ አንተን ይቀይርሃል። ቢያንስ ቢያንስ "ሁሉም ነገር ያልፋል" የሚል የህይወት እውነትን ትረዳለህ።
نمایش همه...
👍 2 2
Bareedaa Aalamaa Nabi Muhammad ♡صلوات ربي وسلامه عليه♡
نمایش همه...
32🥰 14🔥 1🤗 1
Photo unavailableShow in Telegram
#Yaadannoo_seenaa. Waggaa 571 dura. Guyyaa akka har'aa may,29 sulxaan Muhammad al-faatih magaalaa seena qabeettii magaalaa istaanbuul/koonistaant-nooppil to'ate. Seenaan barayyuu ni yaadata. @tulu_dawo @tulu_dawo @tulu_dawo 👆👆👆👆 tuquun #join gochuu hin dagatinaa.
نمایش همه...
21👍 4