Gabatee Qoosaa😁🤣
رفتن به کانال در Telegram
*Kottu nutti dhiyaadhu. Kolfitee dadhabdee xiqquma ofitti boolaata😀
نمایش بیشتر984
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
-27 روز
-2030 روز
آرشیو پست ها
Dur durbi boroo keessaa
kuduraafi muduraa funaanti
Isin ammaa Tiktok fi facebook irraa oduu funaanti😌😀
Rifeensi ishee baay'ema gabaabachurraa kan ka'e gaafasin haxxifattu hiikkata garuu
Dhiira areeda qabu male jetti😁😀
Waancaa bara kanaa Arsenaalis man siitiinis miti kan nyaatu
Waancicha budaatu nyaata😂😀
Namoonni post goodhaa oolanu fuudhanii goochuu akka hin dandeenye bira ga'ameera😂😂😀
Utuu manni fincaanii hin jirree
Bakkumti itti waa yaadnee aara galfannu hin jiruum!😂😂
Dubartii bareedduu waliin jaalala yoo jalqabde,wanti beekuu qabdu
Yoo xiqqaate guyyaatti dhiironni 3 carraa isaanii ni yaalu,kana jechuun torbanitti dhiirota 21,waggaatti dhiirota 1095 ... ta'a jechuudha.
Ammagaa natti himi,jaalalleen kee si'a 1095 lakkii jechuu dandeessii?😉😃
Ani hin jenne qofa kan jedhe
#Robert Mugabe dha malee.
Kottaa waliin mirqaannaa
Teessoon keenya goodina Caatii Aanaa qaamii Magaalaa mirqaanaa ganda hishqiirraa😀😀😂
QOOSAA
Mucaatuu Harmeen isaa ulfaa turte, abbaan isaammoo borcii qaba ture jennan akkas jedhee harmeesaa gaafata;
#Mucaa; harmee atii fi abbaan koo yoom dhaltuu?
#Haadha; guyyaan isaa yeroo gahukaa Jettee deebifteef Guyyaan gahee haatisaa deesse.Akkas jedhee gaafata mucaan harmeesaatiin
#Mucaa; harmee abbaan koo mucaa hin dhalle maaliif?
#Haadha; ganaadhaka.
Jetteeni.
Guyyaa tokko abbaansaa shaaworii fudhaachuuf yeroo seenu mucaan qullaa abbaa
Isaa argee akkas jedhee harmeesatti hime...
.
#Mucaa; harmee harmee harki ishee gad ba'eera kottuu ilaalii ittin jedhee qaama abbaasaa argee😁..
Hiikkaa sooma sababeeffachuun
Guyyaa hadha daabboon(🍞)baay'ee nyaatama oolaniiru😂😂😂
Yoo siif gale😀😀
Abbaa warraa: Rakkoo guddatu na muudatee 😔
Hadha warraa: Erga wal fuunee rakko koo rakkoo kee wanti jedhamu hin jiru rakkoo keenya malee.
Abba warra: Hojjettuu mana keenyaa ulfessineerra😁😁😁😂😂😂😂😂
Manni an keessa jiraadhu baay'ee dhiphoo ta'uusarra kan ka'e gaafa jaalalleen koo haxxiffattu balballi banama😂😂😁
bararoon hantuuta sodaatti
hantuutni adurree sodaatti
adurreen saree sodaatti
sareen dhiira sodaata
dhiirri durba sodaata
durbi bararoo sodaatti
😂😂😂😂
galagalcha booqaa miilla mataa hooqaa🤷♂
