Garee Gargaarsa Masjiida Salaam
@Asela03mesjid Facebook: Website: https:// Twitter: www.twitter.com/ App: https:// Contact: @----bot Beeksisaaf(Ads): @
نمایش بیشترکشور مشخص نشده استزبان مشخص نشده استدسته بندی مشخص نشده است
191
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
اطلاعاتی وجود ندارد30 روز
- مشترکین
- پوشش پست
- ER - نسبت تعامل
در حال بارگیری داده...
معدل نمو المشتركين
در حال بارگیری داده...
Repost from Ethio telecom
ውድ ደንበኞቻቸችን
የ2014 በጀት ዓመትን በስኬት ማጠናቀቃችንን አስመልክቶ ለሞባይል ደንበኞቻችን ስለአብሮነታችሁ ምስጋና ከሐምሌ 22-24/2014 ዓ.ም የሚያገለግል የ1.5 ጊ.ባ ዳታ፣ የ45 ደቂቃ የሃገር ውስጥ ጥሪ እና 100 መልዕክት እንዲሁም ለያልተገደበ ድምፅ + ዳታ ጥቅል ደንበኞች ደግሞ የ10 ደቂቃ የዓለም አቀፍ ጥሪ በስጦታ ማበርከታችንን ስናበስር በታላቅ ደስታ ነው!
ስለደንበኝነታችሁ እናመሰግናለን!
Assalamualaykum warahmatullaahi wabarakaatu.
#Sahaabonni_Rasuulaaﷺ :-
Sahaabota kabajamoo kanneen Rabbin isaan guddise, akkasumas caalmaya isaaniif kenne sababa Nabiyyicha isaa ﷺ wajin jiraachuutiifi. Akka isaan namoota dachii Rabbii gubbaa jiran nabiyyoota irraa kan hafe irra caaloo ta'an gad jabeessuuf Hadiisonni caaloo ta'an bay'eetu dhufe.
🌺llamaan gaggaarii Islaamaa (sahaabota) fuullin seenaa amantichaa bareechan gidduu seenaa isaan gari hawaasa muslima biyya keennatif hanga ta'e dhandhamsiisuuf jecha sagantaa mat-Dureen isaa (Seenaa Sahaabata kurnan Jannataan gammachiifamanii) jedhuu isiniif qobbeessinee jirraa.
🏃♂Wol- Dorgomii🏃 (competition)
Qabeenyaan wol caaludhaaf guyaa maraa wol-Dorgomii ti jira, wolaakin wol-Dorgomii akira dagane jira...😞☺️
Yero amma kana yoo namni bilbila haarawa bitatu🤳 anis bitachu qaba jedha of cinqa,
Uffata haarawa yoo namarati arginus ufatuma San bitachu kajela, yoo toko mana haarawa ijaratus kaa isaa caalu ijaraachudhaaf of cinqa bula, inni tokko bekamee yero maqaan isaa adunya irrati leellifamus nuttis akka isaa ta'uudhaaf qilee buuna......
wol-Dorgommiin adunya tun xumura hin qabduu.
.🙂.......Garuu....🙂
Karaa islaamuma irrati,karaa keyrii iraati,jannata argachuf jecha nama woldorgomu argun bayee rakisa dha.
Namni hifzi qur'ana irrati wol dorgomu xina dha,namni saalata sunnan woldorgomu hin jiru,saffaa dura argachuf kan manaa dursee bahus dhabame jira, salaamta dursani jechunis saala ta'era,sadaqachu irratis harkii nuu gababtee jira,wol ziyarunis hafte jirti, waan keyiri ta'e iirati wol dorgomin hin jiru jechun ni danda'ama..... Woluma galati jannata argachudhaf woldorgomi jiru kesa hin jiru, fagoma tenye qabenya wol-Dorgomuti qabmne jira, waan hunda Rabbi nuu haa laafisuu.......
Waan dubise iiraa
Harka Keessan Rabbitti Ol Qabaa Aamiin Jedhaa !!!
••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
Bismillaahi Arrahmaani Arrahiim
Alhamdulillaahi Rabbil Aalamiin
Wassalaatu Wasaalaamu Alaa Rasuulillaahi
Sallallaahu Aleeyhi Wasallam
Yaa Rabbii Keenya Dilii teenya hunda nuuf araarami
Haadhaa abbaa keenyatti nuuf toli
Ibaadaa tee hunda Nuuf Laaffisi
Yaa Rabbi dalagaa gaggaarii hunda nurraa qeebali
Yaa rabbi adunyatti jiruu gaarii Nu jiraachisi
Aakhiratti jannatul Firdoowsiin nu qananiisi
Yaa Rabbi waan nu jalaa bade Nuuf Mullisi
Yaa Rabbi waan nu jalaa fagaate hunda nuuf dhiheeysi
Yaa Rabbi Nama karaa Keetirratti du’u nu taasisi.
Yaa Rabbi Rizqii nutti ballisi
Kheeyriin dalaguu nuuf laaffisi
Yaa Rabbi shabaaba Keenya jaartii gaarii kenniif
Shamarran keenyaaf jaarsa gaarii kenni
Dhukkuba Keenya hunda nuuf fayyisi
Kan nurraa Aakhirame hundaaf Rahmata Nuuf godhi.
Yaa Rabbii keenya si kadhannee nuuf qeebali
Tun nurraa irratte atummaan itti nuuf guuti.
Aaaamiin Aaamiin Yaa Rabbal Aalamiin.
🙏ጌታዬ ሆይ!!ጨንቆኛል አልኩህ (ከአላህ ራህመት ተስፋ አትቁረጡ አልክ!
....ካንተ ሌላ ማንም የለኝም አልኩህ (እኔ ከደም ስርህ የበለጠ ቅርብ ነኝ )አልክ
🙏አትርሳኝ አልኩህ (አስታውሱኝ አስታው ሳቹሃለሁኝ)አልክ.....
.. ተስፋን ስጠኝም አልኩህ (ከችግርም ጋር ደስታ አለ) አልክ
...ህልሜ እንዴት እውን ይሆንልኝ ይሆን አልኩህ (ለምኑኝ እቀበላቹሃለው)አልክ
🙏ጌታዬ ሆይ ጥራት ይገባህ ምን ያህል ቸር ነህ !!!
@sineislam @sineislam
Xiinxali dubbisi eega dubbistees share
godhi jzk
Calculation Herreegaa Akkaan Hamaafi
Balaafamaa Tahe
Wallaahii Hedduu Na Sodaachisee Hanga
Booyutti Dhihaadhetti
Sirriidha Umriin Jiruu Ilma Namaa Harka
Rabbiiti Jirtii
*Mee Osoo Tilmaamnee Waggaa 60
jiraattee Haa jennuu
*Yoo Guyyatti saa'aa 8 Rafte Waggaa 60
Keessaa Ati Waggaa 20 Hirriibaan
Dabarsite.
*Yoo Guyyatti Hojii saa'aa 8 Kan Hojjattu
tahees waggoota 20 Hojiini Dabarsite
*Waggaa 15 joollummaa Keetiin kuchiiste
*Yoo Guyyatti al-lama nyyaataaf walakkaa
saa'aa( 0:30 daqiiqaa)Kan teettu Taate
Waggaa 3Guutuu Nyaataaf taa'uudhaan
Dabarsite
Ida'amaan waggoottan Hojii, +Hirriibaa,
+Yeroo nyaataafi +joollummaa keetin
Darbanii Waggaa 58Umrii keetirraa
Waggaa 2Qofatu Siif Hafe
Yaa Nama Waa Argitu ibaadaadhaan Hoo
Saa'aa meeqa Dabarsite Umrii Kee Guutuu
Irraa
Mee Maalumaa Jetta Rabbiin Gaafa inni Si
Herregee Umrii Kee Maal Keessatti Fixxee
Siin jedhe
Dubbii Dhugaa 100%100
Qur'aanni Khabajamaan Fuula 600 ykn
(604) Hin Caalu ..Akkasii mitii
Yoo Na Hin Dhugoomsin Dafii laalii
Koottuu
Argitee ree Fuula meeqa Akka tahe
Hayyee Koottu Haasawa Keenya Itti
Guutannaa kaa
Qur'aanni Fuula 600 Yoo Guyyaa 30
Hirree meeqa ta'a?
Baay'ee herreguun Uf Hin rakkisin Dubbiin
Salphaadha
Fuula 600÷30=20
Calculationii Baayyee Salphaadha
Tole Guyyatti fuula20 Tahuu saati
Nuti Guyyatti al-5 Salaataa jirra
Fuula 20÷5=4
Amma Qaceellotti Hubattee..
Ati Guyyatti Fuula Qur'aana 4 Yoo
Qabaate Salaata Waajibaa boodaan
Hoggas Ati Guyyatti Fuula 20 Qaraate
Kana Jechuun Ati baatii Keessatti Qur'aana
Guutuu Qaraate Rakkoo Tokko Malee
mee Na Wajjiin Turi
Dhaamsi Hin xumaramneetii Garuu Waan
jarjartu Fakkaattaa
Hanga xumuraatti Faana bu'i Waa Hedduu
mitii Kan Nuuf Hafe
Osoo Ati Risaalaa Tana Obboleeyyan
keetiifi addunyaa maraaf Akkasuma
Hiriyyoota Kee cufaaf ergitee
Hundumtuu Sababaa Keetiin Qur'aana
Qara'anii Khattamanii /xumuranii
Mindaan Ati Rabbiin biraa Argattu meeqaa
Ni Beeytaa??
Yaa Allaaaaaaaah lakkuma /adaduma
Tokkoon Isaanii Qur'aana Qara'ee
khattamuun Siifillee Ajriin Katabamaa
Bara kana Maaliif projektii Bu'a Qabeessa
Hin hojjanne...?
Maaliifi Akka Namni Hunduu Qur'aana
Sirritti Qara'ee Akka Khattamuu Hin
taasisnee
Si Ammallee Shakkii Hin dhiifnee ...!!!
Namni Kheyritti Nama Qajeelche Akkuma
Nama Dalageeti
Namni Garee Qabu Itti Haa Ergatuu Akka
Mindaan Dacha Dachaa ta'uuf
inshaa'allaah
Gosti nyaataa8 Akkaan Cimtuudha Humna
Ittisa Qaama Namaa jabeessuufi
Dhukkuboota Gargaaraa Barbadeessuuf
Rummaana
Roob
Qullubbii Adii
Shunkurtii
Shaayii Magariisa
Dhuunfaa/feexoo
??
??
:
WaaSadii Qaama Dhukkubsachiifti
1Haasawa Baayyee
2Hirriiba Baayyee
3nyaata baayyee
Waa afur Qaama Namaa Diigdi:
1. Yaaddoo
2. Naasuu
3. Beela
4.Gurzaa/Qaaxiraa
Waa afur Bareedina fuulaa fi tolinna Isaa
dabalti
1. Rabbi Sodaachuu.
2. Waadaa Guutuu
3. Arjummaa
4. Naamusa Ufii eeggachuu
WaaAfur Sababaa Rizqiiti
1. HalkanSalaatuu
2. wayta Hiraabaa/obboroo Araara Rabbii
Khadhachiisaa heddummeeysuu
3. Sadaqaa Toohachuu Itti yaaduu
4. Rabbi Faarsuu Ganamaafi Galgala
Waa afur Sababaa Rizqiiti Dhoorgiti:
1. Subhii Booda Rafuu.
2. Salaata Xiqqeessuu.
3. Ceem'aa .
4Gantummaa./Ganuu
Yoo Dilii Hojjechuu Yaadde Aayata sadihii
Yaadadhu
1. si Namni Dilii Dalagu Rabbiin Isa Argaa
Hin Beekhuu"
2. Nama Fuuldura Rabbii Isaa
Dhaabbachuu Sodaatee Dilii Dalagu
Dhiisef Jannata lamatu jiraaf
3. NamaRabbii Isaa Sodaatee Dilii Irraa
Fagaateef Rabbiin Rakkoo Keessaa Isa
baasa Haala mijeessaaf
Dubbiin tun Yoo Si Gammachiistee
Osoo Torarraa Hin bahin tamsaasin
Namni Waan Takkattii Nama Qaceelche
Akkuma Nama Dalageetii
Ani Waan Si khabajuuf Siif Ergee
Atillee Nama jaalattutti Hin don'oominii
ergiifi
https://t.me/masjidasalaamasela03
Garee Gargaarsa Masjiida Salaam
@Asela03mesjid Facebook: Website: https:// Twitter: www.twitter.com/ App: https:// Contact: @----bot Beeksisaaf(Ads): @
ID Eid-ul Adha(Arefa).
Arefa Bring us happiness all our ways May Allah makes You the next Hajje to Makka! for all my family.
Allahu Akber
Allahu Akber
Allahu Akber
La-Ilah Ilahu Allahu Akber Allahu Akber Walilahil Hamdu!!
Allahu Akberu Kabira Walhamdu Lillahi kasira wa Subhanlahi Bukratan wa asila!!
Taqabalana mina wa minkum salihal A'amal!!
Ed Mubarek!! Kuli amin wa antum bi-keyir InshaAllah!!
may Allah accept our dua!
lebeka Allahuma Lebeka Inal Hamda Wonamta lakwolmulk Lashariklak. My beloved Muslim brothers and sisters, may the peace and love of Allah embrace your life.I Wish for you and your family a very Happy Eid. Eid Mubarak!