cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Ethio Channels👌

نمایش بیشتر
کشور مشخص نشده استزبان مشخص نشده استدسته بندی مشخص نشده است
پست‌های تبلیغاتی
147
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
اطلاعاتی وجود ندارد30 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

نمایش همه...
video kana hanga dhumaa ilaalaa waan raajiitu keessa jiraa!

channel Ahmed Long official subscribe gochuun qophiilee bashannansiisoo fi barsiisoo ta'an daawwadhaa.

Gali Aba bor irra Namni soomuu fedhe gara ifaa osoo fajriin hin bahin nyaata suhuura jedhamu nyaata. Inni nyaata Rabbiin barakaa keessa godheedha. Namni soomuu fedhe waanuma argate osoo fajriin hin bahin nyaachuun sunnaa jaalatamaadha. Kanaafuu akka isa hin dhiifne. ﻋﻦ ﺃَﻧَﺲِ ﺑْﻦِ ﻣَﺎﻟِﻚٍ ﺭَﺿِﻲَ ﺍﻟﻠَّﻪُ ﻋَﻨْﻪُ ﻗَﺎﻝَ ﻗَﺎﻝَ ﺍﻟﻨَّﺒِﻲُّ ﺻَﻠَّﻰ ﺍﻟﻠَّﻪُ ﻋَﻠَﻴْﻪِ ﻭَﺳَﻠَّﻢَ : ‏« ﺗَﺴَﺤَّﺮُﻭﺍ ﻓَﺈِﻥَّ ﻓِﻲ ﺍﻟﺴَّﺤُﻮﺭِ ﺑَﺮَﻛَﺔً ‏» ﺭﻭﺍﻩ ﺍﻟﺒﺨﺎﺭﻱ ‏( 1923 ‏) ، ﻭﻣﺴﻠﻢ ‏( 1095 ‏) Anas bin Maalik irraa odeeffamee (Ra) ni jedhe: Ergamaan Rabbii (saw) ni jedhan: "Suhuurii nyaadhaa. Suhuurii keessa barakaatu jira waan ta'eef." Bukhaariifi Muslimtu gabaasan. ከአነስ ቢን ማሊክ በተወራልን ሀዲስ የአላህ መልዕክተኛ (ሰዐወ) እንዲህ ብለዋል። « ስሁር ከአላህ የተሰጣችሁ ረድዔት ነውና እንዳትተውት።» ቡኻሪና ሙስሊም ዘግበውታል። https://telegram.me/aba_jifar_tube
نمایش همه...
نمایش همه...
Log in to Facebook

Log in to Facebook to start sharing and connecting with your friends, family and people you know.

ለመላው የእስልምና እምነት ተከታዮች በሙሉ #እንኳን_ለታላቁ_የረመዳን_ወር_በሰላም_አደረሳችሁ! Ramadan Kareem to all our followers and everyone celebrating the holy month of Ramadan. #ramadanmubarak #ramadan2021
نمایش همه...
Watch "#shorts mana madaamitti mana qulqullina qofa eeguu osoo hin taane wontoota ijaan ilaaluun namatti.." on YouTube https://youtube.com/shorts/krLGzAOoyVM
نمایش همه...
#shorts mana madaamitti mana qulqullina qofa eeguu osoo hin taane wontoota ijaan ilaaluun namatti..

نمایش همه...
Log in to Facebook

Log in to Facebook to start sharing and connecting with your friends, family and people you know.

Baga Ayyaana Guyyaa Injifannoo ADWAA Geessan!
نمایش همه...
#Shira_Guddaa_Bukoo! #Raabsaa_Qorichaa_Damee_Jimmaa keessatti Hoggantoota Raabsichaatiin Cubbuun Daangaa darbe raawwatamaa akka Jiru Ragaa waliin Gadi Yaasnaa, ____________ Waahee Qorichaa Boru itti deebina Ammaaf Hinumaahuu saamichaaf haala mijeeffachuuf Seeraan ala caasaa ofii ijaarrachuuf Gocha godhamaa jiru Ragaa armaan gadii irraa ilaalaa, Hojjetaa #Takkaaleny_Admaasuu jedhamu Gulantaa isaaf hin malle guddisuuf isa inni tajaajila Waggaa 8 qofa qabu tajaajila Waggaa 10niitiin akka qabaniif Ragaan kanaa gadii ni saaxila, Kana hunda kan godhaniif Qindeessaa /WIM coordinator/ warehouse inventeri manaajimentii irraa isa haqaan ummata tajaajilaa jiru Buusanii Takkaalenyiin Achirra kaawwachuuf jecha, Isa gahumsaan achirra hojjetaa ture sobanii Disiipiliini jechuun sadarkaa 15 irraa gadi buusuun Takkaalenyiif Gulantaa hin malle 15 ol guddisanii Gocha Loogii hamaa fi faaydaa waliif barbaaduu hojjechaa jiru, Mana Hojii kana keessatti Rakkoon Ummata Godina Jimmaa dararu Heddumminaan hojjetamaa jira, Kuni Dafee Qaamni Dhimmichi isa ilaallatu Formaata waaraa kennuufii qaba, Nama bara 2005 Gara dhumaa Qaxarame Bara 2001 jedhanii Tajaajila sobaa waliif kennuun Gocha jibbisiisaa Sanuu Bara Jijjiiramaa kanaan wal hin simnee fi shira guddaadha,
نمایش همه...
نمایش همه...
Log in to Facebook

Log in to Facebook to start sharing and connecting with your friends, family and people you know.

Waamicha Ijoollee shanan gibee eenyutu irraa hafaa Ka'ee wolkakaasee ganamaan argamaa Sanbata Xinnaa dhufu gaafa guyyaa 13/06/2013 ganama sa'aa 2:30tti wal argaan ijoollee Shanan Gibee yunivarsitii Jimmaa giddu gala siivikii Hacaaluu Hundeessaa(Mini-Stadium)tti haa ta'u. Kitaaba seenaa mootoliifi motummoota Shanan Gibee seenessutu eebbifama. Kan barreesse Injinar Gaalii Abbaaboor. Sagantaa kanarratti seenaan keenya ni seeneffama, waa hedduus ni baranna, hamma geenyus ni barra. Keessummoota hedduutu argamu, nutis argamnee seenaa keenya barree dhalootas ollaas firas ormas ha barsiifnu.
نمایش همه...
یک طرح متفاوت انتخاب کنید

طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.