fa
Feedback
Personal Development

Personal Development

رفتن به کانال در Telegram

Wanta barbaaddu argachuuf gatii baasu qabdu baasi. Deemsi karaa dheeraa tarkaanfii 1 irraa egala

نمایش بیشتر
6 927
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
-187 روز
-8030 روز
آرشیو پست ها
Tolaan buufadhaa Application kana itti fayyadamaa

Dubbilee Barsiisoo Saden

Dubbiilee Barsiisoo 03 1)Utuu dhugaan kophee hin godhatin sobni addunyaa naannoofti! 2)Mucucaattee dugdaan yoo kufte balleessaan kee ta'uu kan hin dandeenye yoo ta'u balleessaan kee ta'u kan danda'u kuftee yoo achitti haftee dha! 3)Bishaan kadhaan argame dheebuu nama hin baasu! 4)Sareen yeroo hunda duttu akka hin birmanneef of gooti! 5)Kan nama nyaatu dukkana osoo hin taane wanta dukkana sana keessa jirudha!

photo content

Tiraamp"Soomaalilaandiif beekamtii kennuuf yaadnee" jirra jedhan. OFM:Hagayya.10/2025-Pireezidaanti Doonaald Tiraamp Ameerikaan Somaalilaandi akka biyya abbaa biyyummaa qabdutti beekamtii kennuuf fedhii akka qabdu dubbataniiru. Pireezidaantichi kana kan dubbatan Dilbata darbe hoggantoota biyyoota yeroo dheeraaf walmorkatan Azarbaajaanii fi Armeeniyaa jidduutti waliigaltee nagaa wayita gaazexeessitootaaf deebii kennanitti. Gaazexeessitoonni pireezidaantichi dhimma Somaalilaandii waggoota dheeraaf mootummaa akka ta’uuf gaafataa turte akkamitti ilaala jedhanii gaafatan, akkas jechuun deebisaniiru. "Gaaffii gaarii dha. Amma karaalee Somaaleelaandiin beekamtii itti kenninu ilaalaa jirra." ''Dhimma walxaxaa ta'us, irratti hojjetaa jirra,'' jechuun deebii kennaniiru Donaald Tiraamp. Dubbiin Tiraamp kun kan dubbatan Pireezidaantiin Somaalilaand Abdirahman Mohamed Abdullahi Errin, kan beekamtii idil-addunyaa barbaadan, U.S.f buufata waraanaa magaalaa buufata doonii tarsiimoo Berbera keessatti akka argattuu fi qabeenna albuudaa gatii guddaa qabu, litiyemii dabalatee akka argattu taasisan hordofeeti. Pireezidaantiin Eriron Bloombergitti akka himanitti, Somaalilaand Ministeera Ittisaa U.S. fi Ministeera Dhimma Alaa waliin “hariiroo gaarii” ijaarteetti, kunis hariiroon rippabiliika ofiin jettuu fi Waashingitan jidduutti guddataa dhufuu agarsiisa. Eriron Tiraamp hogganaa ''yaada daldalaa'' bulchiinsi isaanii walitti dhiyeennaan waliin hojjechuu danda'u jechuun ibsuun, Ameerikaan biyya jalqabaa Somaalilaandiif beekamtii kennitu akka taatu abdii qaban ibsaniiru. Somaaliland bara 1991 irraa eegalee Somaaliyaa irraa adda baatee, Biyya abbaa biyyummaa qabdu jetchuun of ibsitus garuu, biyya kamiinuu beekamtii hin arganne. Ji’oota muraasa dura Somaaliyaatti ambaasaaddarri Ameerikaa, Somaalilaandiif beekamtii kennuun hariiroo Waashingitanii fi Moqaadishoo jidduu jiru cimsuu akka danda’u akeekkachiisuun, US dhimma kana irratti marii akka dhaabdu dhaamaniiru. Dhimmi Somaalilaand yeroo muraasaaf ajandaa ta’ee ture gara fuulduraatti kan deebi’e yoo ta’u, pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp beekamtii kennuuf yaada qaban jechuun, mootummaa ta’uun isii waan hin oolle ta’uu akka danda’u agarsiisa jechuun Times of Israel, TRT GLOBAL , Al Jazeera'n gabaasaa jiru. Sababni isaas, pireezidaantiin Ameerikaa taa'ee jiru tokko dhimma Somaalilaandii "beekamtii kennuu fi kennuu" ilaalchisee ifatti miidiyaaf yeroo dubbatu kun isa jalqabaati.

photo content

YouTube Premium 100% Letest Version🔥 YouTube All future available ✅ Ad's remove ✅ PIP Player video ✅ Background audio ✅ Dire
YouTube Premium 100% Letest Version🔥 YouTube All future available ✅ Ad's remove ✅ PIP Player video ✅ Background audio ✅ Direct Download ✅ To dawnload the application 👇👇👇👇👇 https://www.doroapp.com/apps/youtube-premium-yt3 https://www.doroapp.com/apps/youtube-premium-yt3

Guutummaa isaa Liinkii banuun dubbisaa safuudha 👇👇👇 https://www.facebook.com/share/1CQqkFQhtT/
Guutummaa isaa Liinkii banuun dubbisaa safuudha 👇👇👇 https://www.facebook.com/share/1CQqkFQhtT/

Saayikooloojiin Amala Nama Bakka Gurguddaa Sadiitti Qoodee Kaa'a. 1.Passive_person( Suutee) ✓ Namni kun yeroo hundaa moo’amaa
Saayikooloojiin Amala Nama Bakka Gurguddaa Sadiitti Qoodee Kaa'a. 1.Passive_person( Suutee) ✓ Namni kun yeroo hundaa moo’amaadha, waan namni jedhe hunda tole jedhee fudhata, waan isaaf ta’u adda baasee hin beeku, waanuma hiriyaan isaa/ishee gootu ilaalee godha.guutummaa isaa argachuuf liinkii asii gadii cuqaasaa

Amaloota Hiriyyoota sobaa #Sagal liinkii banuun guutummaa isaa dubbisaa 👇👇 https://www.facebook.com/share/p/16DKVaH7kY/
Amaloota Hiriyyoota sobaa #Sagal liinkii banuun guutummaa isaa dubbisaa 👇👇 https://www.facebook.com/share/p/16DKVaH7kY/

Amaloota Hiriyyoota sobaa #Sagal liinkii banuun guutummaa isaa dubbisaa 👇👇 https://www.facebook.com/share/p/16DKVaH7kY/

#kana_dhageessanii? Shamarreen lammii Ingiliiz umrii waggaa 22 taate Dubr*mmaa ishii dolaara miliyoona tokkoo fi kuma dhibba
#kana_dhageessanii? Shamarreen lammii Ingiliiz umrii waggaa 22 taate Dubr*mmaa ishii dolaara miliyoona tokkoo fi kuma dhibba saddeetitti ($1.8 Million), birrii Itoophiyaa miliyoona 270’tti gurguratte. Kan irraa bite immoo nama taatoo (actor) holliwood tahee dha. "Kana godhuu kiyyatti xiqqollee hin gaabbu. Shamarran hedduun dubr*mmaa isaanii bilaashitti dhaban. Ani yoo xiqqaate jireenya kiyya kan fuulduraa ifirraa ibse" jetti Source: Gaazexaa British kan tahe 'Mirror

#Dhugaatti Namni #Yaada qajeelaa qabu #Lammii isaaf hayaadu #share gochuu qofaan ijoollota keenyaaf raabsaa #dorgomaa Updated 💟🙏 Waliif Qoodaa #ShareThisPost 🙏 Ministeera Galiiwwanii Damee Adaamaa Baayyina:20+ Gita hojii garaagaraa irraatti barbaada Guyyaa Galmee:2/10/2016 hanga 6/10/2017 Sanbata xiqqaa hanga sa'aatii 6 tti qofa Galmeen. 👉Dursaa galmaa'aa Bakki Galmee: Adaamaa Teelee irraa olitti Garaajii Teelee birratti biiroo Galiiwwanii Damee Adaamaa, Darbii 5ffaa, lakk.506 tti galmaa'uu dandeessu #Fuula Page keenyaa #follow bakka jettu tuquun Odeeffannoo dabalataas argadhaa Teshale Tola liinkii ittin galmmoftan 😁👇👇 https://www.facebook.com/share/p/19jt8RAM3E/

✔️Usdt 8 yeroo tahu baafachuu dandeessu..guyyaa guyyaan usdt 1.5 claim gootu guyyaa 5 keessatti usdt 8 seentu jechuudha ✔️Hubachiisa...namni kamuu usdt keessan deposit akka gootan isin hin gorsu task qofa hojjedhaa ✔️Namooti dolara 8 ol geessan nama 55 affeeru qabdu withdraw gochuf ✅Nama afeeruu qofaan hojjedha nama afeeruun homaa hin Cimu jabaadhaa yaala utuu hin yaaliin sirrii miti jechuun gaarii miti Carraan altokko dhufti itti gargaaramaa 👇👇 https://t.me/Suncor111_bot?start=ref_470143 Join Suncor, let's create a prosperous and stable crypto world!

#Dubbisaa Mul'ata malee Hin mul'atan Mul'ata jechuun imala yaada sammuuti! ➺✔️ of beekuuf murtoo Hin qabdu taanan yoo of beektes murtoo Hin murteessituu ➺✔️Barachuun beeku Hin ibsu beekuun garuu barachuu Ibsa ➺✔️ Qabeenyi akka maleetti kufeef dagatame dhala namati ➺✔️ Namni lakkoofsa guutuuf dhalate Hin jiru lakkoofsaan guutuu ta'ee dhalata malee Gonkumaa Hin arifatin Gonkumaa Hin dhiphatin Gonkumaa Abdii Hin kutin Gonkumaa waan xiqqoon qabamtee karaatti Hin dhaabbatin ➺✔️ yoo qophaa'aa taate guyyaan borii qabeenyaa Ati qooddachuuf eeggattudha ➺✔️ jaarraan 21 ffaan jaarraa namoota tattaaffii fi tarkaaffiiti malee jaarraa tuffii miti ➺✔️Addunyaan sammuu keefi jecha Ati waa'ee keef qabduu keessaa jirti ➺✔️ yoo Amantee wanta ta'uu barbaadde ni taata jedhama barrisuu kan dandeessuu yoo hamma barrissuu dandeessuu amantee qofaadha ➺✔️ Of shakkiin inni namni biraan si shakkuu iyyuu si ga'a ➺✔️ carraan amma qabduu kan guddinaati malee kan badiisaa miti ➺✔️ Dirree itti injifatamtee keessaatti lubbuun jiraachaa hafuu kee caalaa dirree itti injifate keessaatti duute awwaalamuu sif wayya ➺✔️ meeshaa ammayya'aa caalaa sammuu injifannoo qabaadhuutti gara dirree seen I ➺✔️ tulluun of beeke si duraa kufuu Hin jiru akkasumas tulluu Ati dhibdee siduraa kufuu didu Hin jiru ➺✔️ Sammuu hidhamaadhaan addunyaa hikamaa keessaa jiraachuu irraa qaamaan hidhamanii sammuu hiikamaa qabaachuutu wayya ➺✔️ Rakkinaa kalleessaa sirra ga'ee har'as rakkina jettee dubbatta taanaan har'as namatu sif Hin arginee malee rakkinaa isa kan kaleessaa caalu keessaa jirta ➺✔️ Geggeessummaan Carraadha osoo Hin taanee itti gafaatammummaadha. @highlight Teshale Tola Henock Geo Daka Gemeda Olana Kebede Habtamu Lamu Raajii Darajjee Bashaa Visit Oromia Kitaaba Pr Miratuu shanqoo irraa kan fudhatame

photo content

Gosa nyaataa gabbinaaf fayyadan -------- 1. AANNAN:- Aannan furdina dabaluu qofa odoo hin taane maashaa(muscles) dabaluuf illee itti fayyadamamaa turre! 2. RUUZA:- Ruuzni nyaata mijataa fi rakasaa waan ta'eef namuu Salphaatti argatee nyaachuu danda'a! 3. AVOKAADDOO :- Avokaadoon tokko nyaachuutu killee afur guyyatti nyaachuurra caala . 4. LOOWZII FI ZAYITA LOOWZII :- Guyyatti hammaarrii lama nyaataa waliin nyaannaan daddaftee kiiloo idaata! 5. FOON DIIMAA:- Foon diimaa argachuu dandeessee kan nyaattu taanaan maashaalee keenya ijaaruuf waan gargaaruuf ulfaatina dabaluuf ni fayyada! 6. KILLEE /HANQAAQUU :- pirootooniin baayyee waan of keessaa qabuuf kiiloo dabaluuf gaaridha! 7. BAADUU:- Faatii, pirootoonii fi kaalsiyemii baayyee of keessaa qabdi! 8. ITITTUU:- mimmii'eessuuf sukkara itti ida'uun hin barbaachisu! 9. PAASTAA 10. DINNICHAA FI MIXAAXISA Hub:- maxxansi kun warra qaqal'aa yaadamee waan maxxanfameef warri fufurdaan suutuma jedhaa!! Fayyaa hin dhabinaa!!

photo content

#Share@adeemsacima Ergaa hatattamaa Saudi_Arabiyaa irraa...! "Bulchiifni mana hidhaa #Naajiraan kan #Jiddaa #Saudi_Arabia keessatti argamu, murtii du'aa kanneen isinitti murtaa'e keessaa namoota 4 irratti murtiin raawwachuuf jiraa qophaa'aa jedhee nu beeksisee jira. Eeyyee du'aaf carraa keenya eeggataa jirra! Silaa iyyannee birmannaa dhabnee, boonyee qaama imimmaan keenya haqu dhabnee, har'a boru jennee carraa du'aa eeguurra osoo iddoodhuma tokkotti nu fixanii nuu wayya ture. Bakka bu'aan Qoontsilaa Itoophiyaa kan #Jidda jiru namni #Amaan_kadir jedhamu bilbila nu jalaa kaasuu dide. Embaasiin Itoophiyaa kan #Muktaar_Kadiriin hoogganamu illee dhimma keenya quba hin qabu. Garuu Mootummaa Saudii wajjin haasofne jedha. Warri isatti dhihoo jiran garuu murtii du'aa irraa nu oolchuuf wanti qabtamaan hojjate akka hin jirre nutti himaa jiruu. Muktaar dhimmichaa sirritti hin beekuu nuun jedhan. Yaa ummata Oromoo kan biyyaa keessaafi alaa jirtan, yaa sheekota keenya, Abbootii Gadaa, Manguddoonni keenyaa! Ilmaan keessan 43 ol taanu murtii du'aa irraa nu baraaruuf maaliif iyyitanii iyya keenya nuu dabarsuu dadhabdan? maaliif calliftan? Yaa ilmaan Oromoo, Lakki hin callisinaa iyyaa iyya keenya nuu dabarsaa! Mootummaa Itophiyaa irratti dhiibbaa nuu godhaa! Furtuun kan jiruu Mummicha Ministeeraa Abiyyi harka qofa ta'uu hubadhaa!! (Ilmaan Oromoo murtiin du'aa itti murta'e #Naajiraan, #saudiarabia!"