fa
Feedback

فریب کلاهبرداران را نخورید! تل‌متریو این کانال‌ها را شناسایی و برچسب‌گذاری می‌کند 👉 برای مشاهده برچسب، اشتراک تهیه کنید

Personal Development

Personal Development

رفتن به کانال در Telegram

Wanta barbaaddu argachuuf gatii baasu qabdu baasi. Deemsi karaa dheeraa tarkaanfii 1 irraa egala

نمایش بیشتر
6 189
مشترکین
-524 ساعت
-257 روز
-4430 روز
آرشیو پست ها
Caalbaasii konkolataa heeddudhu dorgomaa Beeksisaa dhaggeffachuun

የመጀመሪያ የሐራጅ ሽያጭ ማስታወቂያ የኢትዮጵያ ልማት ባንክ አሶሳ ዲስትሪክት ለወትት ማቀነባበሪያ እና ከብት እርባታፕሮጀክት ለሰጠው ብድር ተበዳሪው በብድር ውሉ መሰረት የብድሩን ገንዘብ ሊመልሱ ባለ
የመጀመሪያ የሐራጅ ሽያጭ ማስታወቂያ የኢትዮጵያ ልማት ባንክ አሶሳ ዲስትሪክት ለወትት ማቀነባበሪያ እና ከብት እርባታፕሮጀክት ለሰጠው ብድር ተበዳሪው በብድር ውሉ መሰረት የብድሩን ገንዘብ ሊመልሱ ባለመቻላቸው ለብድሩ አመላለስ ዋስትና በመያዣነት የያዛቸውን ንብረቶች በአዋጅ ቁጥር 97/90 እና 1147/2011 በተሰጠው ስልጣን መሰረት ተረክቦ በሐራጅ ለመሸጥ ይፈልጋል፡፡ ስለሆነም ንብረቶችን በጥሬ ገንዘብ/Cash/ ወይም በከፊል ብድር መግዛት የሚፈልግ ማንኛውም ተጫራች ቀጥሎ በተጠቀሰው ቀንና ሰዓት በነጆ ቅርንጫፍ ጽ/ቤት በመገኘት በሚከተሉት ዝርዝር ጉዳዮች መሰረት መጫረት የሚችል መሆኑን እንገልጻለን፡፡ ለበለጠ መረጃ መስካረም 25 ቀን 2019 ዓ.ም ለንባብ የበቃውን አዲስ ዘመን ጋዜጣን ይመልካቱ፡፡ #DBE #auction #Anouncement

Konkolaaf Gatiin barra'ee waan jiruuf wal cinaa qabaatii yaalaa carraa gaarii

photo content
+1

photo content
+9

photo content
+4

photo content

photo content

photo content

የተመረጡ በየስራ መደቡ _3 (3) (1).pdf6.28 KB

#2019 kana jabaachuun gaariidha gara fulduraatti wanti heedduun Cuccufaa ta'uunsaa hin Oolu garuu wanna beeknuuf itti amannu
#2019 kana jabaachuun gaariidha gara fulduraatti wanti heedduun Cuccufaa ta'uunsaa hin Oolu garuu wanna beeknuuf itti amannu irraa yaadaaf karaa waliif ha saaqnu Nagaan isiniif hata'u akkam jirtuu? Me yeroo muraasa booda Ofiikoo check godhee waanna gaariif qabatamaa taanan isiniifan hima hojii #Online dha dhugaa jiruu Ofiikoo qabatamaa yoon arge waan gaariidha na eegaa

Ethiopian Airlines Job Vacancy Announcement ✅Position : 1. Manager Group Fuel Procurement & Management ✅Position : 2. Chef De Partie ✅Position : 3. Children's Activities Coordinator ✅Position : 4. Commis III ✅Position : 5. Commis II ✅Position : 6. Chef De Partie- Pastry ✅Position : 7. Pastry Chef ✅Position : 8. Business Centre Agent ✅Position : 9. Meeting Concierge ✅Position : 10. Hostess / Host / Receptionist ✅Position : 11. Concierge Agent ✅Position : 12. Concierge Supervisor ✅Position : 13. Duty Manager ✅Position : 14. Bartender ✅Position : 15. Bus Boy / GIRL ✅Position : 16. Accountant ✅Position : 17. Executive Chef ✅Position : 18. Marketing Officer ✅Position : 19. Reservations Supervisor ✅Position : 20. Revenue Manager ✅Position : 21. Material Controller – Stores ✅Position : 22. Purchasing Officer ✅Position : 23. Engineering Technician - Preventative Maintenance ✅Position : 24. Engineering Technician - HVAC ✅Position : 25. Income Auditor ✅Position : 26. Swimming Pool Attendant ✅Position : 27. Lifeguard ✅Position : 28. Spa Therapist ✅Position : 29. Recreation Manager ✅Position : 30 Duty Engineer ✅Position : 31. Director of Engineering ✅Position : 32. Outlet Cashier ✅Position : 33. Finance and Business Support Manager ✅Position : 34. Nurse ✅Position : 35. Steward Supervisor ✅Position : 36. Outlet Supervisor ✅Position : 37. Outlet & Bar Manager ✅Position : 38. Executive Assistant Manager (EAM) - F & B ✅Position : 39. Laundry Attendant ✅Position : 40. Laundry Supervisor ✅Position : 41. Housekeeping Manager ✅Position : 42. Executive Housekeeper ✅Position : 43. Front Office Manager ✅Position : 44. Catering Sales Manager How To Apply? Read Details & Apply From website:https://corporate.ethiopianairlines.com/AboutEthiopian/careers/vacancies 📆Deadline: 30 Sept , 2026

photo content

Daandii Qilleensaa Itoophiyaa Postion : TRAINEE A/C MAINTENANCE TECHNICIAN, TRAINEE A/C STRUCTURE, TRAINEE A/C CABIN MAINTENA
Daandii Qilleensaa Itoophiyaa Postion :   TRAINEE A/C MAINTENANCE TECHNICIAN, TRAINEE A/C STRUCTURE, TRAINEE A/C CABIN MAINTENANCE, : TRAINEE A/C AIRFRAME TECHNICIAN, TRAINEE A/C AVIONICS, TRAINEE A/C POWERPLANT TECHNICIAN & TRAINEE AIRCRAFT MECHANIC ADDIS ABABA CANDIDATES Location :    ETHIOPIAN AVIATION UNIVERSITY, AUDITORIUM HALL Announcement :    ORIGINAL DOCUMENT VERIFICATION #EthiopianAirlinesVacancy https://corporate.ethiopianairlines.com/AboutEthiopian/careers/results#

Waliif qoodaa dorgomaa Wajjira galii Bulchiinsa Maagaalaa Finffinnee Fuula telegramii 👇👇 https://t.me/adeemsacima https://t
+8
Waliif qoodaa dorgomaa Wajjira galii Bulchiinsa Maagaalaa Finffinnee Fuula telegramii 👇👇 https://t.me/adeemsacima https://t.me/adeemsacima

❗️❗️❗️❗️❗️❗️ Seenaa dubartii waggaa 5tti daa'ima Kiilogiraama 2.7 ulfaatu deessee... ••• Lina Medina (Liinaa Madiinaa) seenaa yaalii fayyaa addunyaa keessatti haadha umurii xiqqoon mucaa dhalte ta'uun beekamti. Isheen Muddee 23, bara 1933 biyya Peru, ganda Tikrapo jedhamtu keessatti dhalatte. Onkololeessa 14, bara 1939 yeroo mucaa dhiiraa dhaltetti umriin ishee waggaa 5, ji'a 7, fi guyyaa 21 qofa ture. Jalqaba irratti maatiin ishee sababa garaan ishee guddateef budaatu nyaate ykn ija hamtuu itti fakkatee gara mana yaalaa geessan. Haa ta'uu malee, ogeeyyiin fayyaa erga qorannoo taasisanii booda ulfa ta'uu ishee mirkaneessan. Umriin ishee baay'ee xiqqoo waan tureef, mucaa ishee yaalii baqaqsanii baasuu (Cesarean section) dhaan dhalte, maqaa doktora ishee gargaaree deessisee "Gerardo" jedhanii moggaasan. Saayinsiin haala kana yeroo ibsu, Linaan dhibee hormoonii (precocious puberty) jedhamuun waan qabamteef, osoo umuriin ishee hin ga'in qaamni ishee dafee hormaataf qophaaye. Eenyummaan abbaa mucichaa hamma yoonaatti iccitiidhaan kan hafe yoo ta'u, abbaan ishee jalqaba irratti shakkamus ragaan waan dhabameef gadhiifameera. ➡️ Mucaan ishee Gerardo hamma waggaa 10tti Linaan akka obboleettii isaatti ilaalaa kan guddate yoo ta'u, booda irratti garuu bara 1979 keessa dhibee lafeetiin waggaa 40 tti addunyaa kana irraa boqateera. Lina Medina seenaa raajii yaalii fayyaa keessatti dhaloota dinqisiise ta'uun hamma yoonaatti yaadatamti. Namni kam akka dubbisee yaada kennu nan barbaada 👇👇👇 https://www.facebook.com/share/p/1B7fjmRMH6/ Fuula telegramii 👇👇 https://t.me/adeemsacima https://t.me/adeemsacima

photo content

Namni kam akka dubbisee yaada kennu nan barbaada 👇👇👇 https://www.facebook.com/share/p/1B7fjmRMH6/

#Beeksisa_Qaxarrii #Ogeeyyii_Jalqabaa1000f #Abbaa_Taayitaa_Galiiwwanii_Oromiyaa ✍️ Akkaataa Armaan Gadiitti Baasee Jira. 1.Ul
+6
#Beeksisa_Qaxarrii #Ogeeyyii_Jalqabaa1000f #Abbaa_Taayitaa_Galiiwwanii_Oromiyaa ✍️ Akkaataa Armaan Gadiitti Baasee Jira. 1.Ulaagaawwan isaa fi bakka galmee sirriitti dubbisaa. 1.Galmeen giddu gala ibsame msratti Guyyaa 13-09-2018 irraa eegalee guyyootaa hojii 7 walitti aanan keessatti yeroo ta'u, galmeen sa'atii hojiittidha. Fuula telegramii 👇👇 https://t.me/adeemsacima https://t.me/adeemsacima Hiryoota Keessaniif #share godha