fa
Feedback
ODAA ELECTRONICS No2

ODAA ELECTRONICS No2

رفتن به کانال در Telegram

Adress Finfinne Bole Medanialem OROMIA TOWER 1st floor no s_08 above car 🚗 parking #Branch 1 Nekemte Twon 1st round in Busuzesh Market #Laptop_phone_desktop_printer_projector_Guitar_yamah call 0917716557//09176691 👉https://t.me/OdaaElectronics

نمایش بیشتر
1 266
مشترکین
-124 ساعت
-47 روز
-1430 روز
آرشیو پست ها
Repost from Abbu Tech
Odaa Electronics! Dhaabbata Gurgurtaa meeshaa Teknooloojii Amanamaa oromoo maraa irraa.... bot kana itti fayyadamaa kan Odaa
Odaa Electronics! Dhaabbata Gurgurtaa meeshaa Teknooloojii Amanamaa oromoo maraa irraa.... bot kana itti fayyadamaa kan Odaa Electronics dha! 100% Amanamaa dha! Nama 1 invite gootanii qarshii 3 argattu ....yoo seeraan hojjettan Guyyaa 1 keessatti qarshii 150 baafachuu dandeessu! @OdaaElectronicsPay_Bot

Repost from Odaa Electronics
091 771 6557
091 771 6557

Repost from Odaa Electronics
photo content

Yoo Tarii Waan armaan Olitti siniif maxxanse bantanii jiraattan Hatattamaan 1) Setting => Devices seenaa 2) terminate session
+2
Yoo Tarii Waan armaan Olitti siniif maxxanse bantanii jiraattan Hatattamaan 1) Setting => Devices seenaa 2) terminate session tokko tokkoon filattaniin Warra kankeessan hin taane Hunda isaa ykn gubbaama isaa Terminate all Other session Bakka itti login taatanii jirtan hunda cufuu dandeessu

Repost from Odaa Electronics
Linkiiwwaan akkasii kan ittiin Hattoonni Telegram keessan balleessani dha! Waanuma kamiyyuu bantanii Lakkoofsa keessan irratt
+2
Linkiiwwaan akkasii kan ittiin Hattoonni Telegram keessan balleessani dha! Waanuma kamiyyuu bantanii Lakkoofsa keessan irratti hin galchiinaa!

Repost from Odaa Electronics
Tecno Camon 20 5G Premier 512GB Ram 12GB Price 33,500 ETB Odaatrading.com 0911 430 007
+2
Tecno Camon 20 5G Premier 512GB Ram 12GB Price 33,500 ETB Odaatrading.com 0911 430 007

Story

Repost from Odaa Electronics
iPhone 15pMax Amost New Battery 🔋 98% Storage 256GB Price 145,000 ODAA ELECTRONICS TRADING 📱0911430007
+3
iPhone 15pMax Amost New Battery 🔋 98% Storage 256GB Price 145,000 ODAA ELECTRONICS TRADING 📱0911430007

photo content
+9

Samsung Galaxy. A56 256GB Ram 12GB Iphone 16 pro Max 256GB, 512GB Gatii Fooyya'aa dhaan! Wabii Waggaa 1

Odeeffanoo computer ilaalchise Via Odaa Electronics Akka Walii Galaatti Yeroo Baay'ee: 📶Storage Hdd 250GB, 500GB, 1TB fi Ssd 128GB, 256GB, 512GB, 1TB, 2TB... Lamaan isaa iyyuu jijijjiiruun ni danda'ama... 📶RAM kan laptop Hedduu jijijjiiruun ni danda'ama 4GB 8GB 16GB 32GB 64gb... 📶Core i3, i5, i7 i9, M1, M2, M3... Ryzen 3,5,7,9... Kun Kan ittiin oomishame irraa jijjiiruun hin danda'amu; yoo Sadarkaa Suphaatti fi kan desktop fa'a warra processor isaanii qofaatti hojjetamu ta'e malee. 📶GENERATION/Dhaloota kun bara processor iin meeshaa sanaa oomishame akkasumas fooyya'insa meeqaffaa irra akka jiru agarsiisa!... Amma intel gen 14th gabaatti baasee 15ffaaf qophaa'aa jira, Apple M4 gabaaf dhiheessaa jira M5 baasuuf Qophaa'aa jira. Amd 9xxx baasee 10××× Baasuuf qophaa'aa jira! N.B GENERATION/Dhaloonni Meeshaa tokkoo haaraa fi Kan ture ta'uu murteessuu keessatti isa ol aanaa dha. 📶 Model... kaayyoo fi filannoo Meeshaan tokko oomishamuuf irratti hunda'ee kan ba'u, dha. Fkn 1) Modeloota Hp yeroo Ammaa jiran: Spectre, Envy, Elitbook, Notebook, Probook, OMEN, VICTUS... fi kkf 2) Apple Modeloota Macbook Air fi MacBook Pro processor gara garaan Oomisha 3) Dell XPS, Vostro, Latitude... Akka Nu beeknutti CORE fi GENERATION/dhaloonni fi Model gatii Murteessuu keessatti iddoo ol aanaa qabu.

Story

From odaa electronic to Ambo university by Osama jemal. @Osejem

photo content

photo content

photo content

5G and 4G Network Price 5,300 0911 430 007 ODAA ELECTRONICS

Repost from Odaa Electronics
photo content

Repost from Odaa Electronics
photo content
+4