cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Kairos Ol kaa'umsaa Jireenyaaf

daily get... ± Knowledge ± Inspiration ± Quote ± proverb ± positive words ± Gorsa ± Beekumsa ±Mammaaksa ± kakaasuu (kakaa'uumsa) ± Jechoota positivii ..... and other

نمایش بیشتر
پست‌های تبلیغاتی
608
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
-67 روز
-1730 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Nama caalu ta'i. Salphaa waan ta'eef osoo hin taane, sirrii waan ta'eef. Join godha maatii keenya ta'a. Halkaan Gaarii!!! @kairosab @kairosab
نمایش همه...
🔥 1
Yeroo akka ta'u gochuu akka dandeessu murteessitu, akka ta'u goota! Join godha maatii keenya ta'a. Halkaan Gaarii!!! @kairosab @kairosab
نمایش همه...
2
Yaadni gaariin abdii, gammachuu fi nagaa si guuta. Join godha maatii keenya ta'a. Halkaan Gaarii!!! @kairosab @kairosab
نمایش همه...
2
Hima walqixaa Jireenyaa: Kalaquu + gurguruu = qabeenya Amanamummaa + kabaja = hiriyummaa Hiriyummaa + namaaf yaadu = jaalala Sooma + kaarboohayidireetii hin qabne = fayyaa Dubbisuu + barreessuu = miira gaarii Naamusa + qabsoo = dandeettii Tiyoorii + shaakala = ogummaa Hamilee + mul'ata = milkaa'ina ofittummaa dhabuu + guddina = gammachuu Join godha maatii keenya ta'a. Halkaan Gaarii!!! @kairosab @kairosab
نمایش همه...
2
Wantoota 3 kana Rawwaadhu! 1. Duubatti deebi'ii ilaalii Waan keessaa dabarteef Galateeffadhu. 2. Fuulduraa ilaalaa abdii qabaadhuu. 3. Naannoo kee ilaalii namoota gargaarii. ┄┄┄┄┄❅☕️❅┄┄┄┄┄ Join godha maatii keenya ta'a. Halkaan Gaarii!!! @kairosab @kairosab
نمایش همه...
2
Rakkkoo Rakkkoon rakkoo ta'ee kan hafuu gaafa ati akka Rakkootti ilaaltee qofaadha. Rakkoon siif Carraa itti qaramtee baatuu ta'uu qaba. Carraa ati itti mul'aata kee dhugoomsaatuu ta'uu qaba. Jireenya kee keessaa wanti baay'ee cimaan, wanta ati akka cimaatti ilaalte qofaadha. Wanti baay'ee cimaan si mataa kee malee rakkoo sii quunname miti. Anatu rakkoo caaalaa cimaadha jedhi of amansiisi. Ati Rakkinaaf Hiikaa addaa kennuu qabda. Toomaas Edisoon si'a baay'ee kufuun koo anaaf karaa fiixaan ba'insaa naaf ta'e jedhee dubbaata. Si'a baay'ee kufuun isaa nama Guddaa ta'uutti isaa fide. Maalif Rakkinni na qunnama jechuun maaliifan NAMA ta'aa jechuudha. NAMA ta'uuf Rakkinaa keessa Darbuun Dubbii dhumaati. ┄┄┄┄┄❅☕️❅┄┄┄┄┄ Join us @kairosab @kairosab
نمایش همه...
1
Guddina Namni guyyaadha gara guyyaatti guddata deema malee guyyaa tokkotti hin guddatu. Namni tokko of guddisuu kan inni danda'u, yoo of qopheesse qofadha. Of guddisuuf of qopheessuun ni dursa. Namni tokko guyyaa tokkoon filatamee aangoo qabachuu ni danda'a. Garuu guyyaa tokkoon guddachuu hin danda'u akkasumas hin danda'amu. Guddinni guyyaa tokkoon argamu Guddina osoo hin taanee Muddama.
Guddinni adeemsa qaba.

"The secret of success is determined by your daily agenda." Guddachuuf akka Guddinni si barbaachisu dursitee hubachuu qabda. Eenyummaan kee hojii kee guyyaa guyyaan hojjettuun murtaa'a malee hojii ati guyyaa tokko hojjettuun hin murtaa'u. Waan beektaniifi dubbistan dhalootaaf haa dabarsinu Waliin baranne waliis haa barsiifnu! ┄┄┄┄┄❅☕️❅┄┄┄┄┄ Join US @kairosab @kairosab
نمایش همه...
🔥 2
Ciminni Kee mo'icharraa hin dhufu. Qabsoo fi rakkinarraa dhufa. Wanti ati keessa dabartu hundi sadarkaa itti aanuuf si qopheessa. ┄┄┄┄┄❅☕️❅┄┄┄┄┄ Join US @kairosab @kairosab
نمایش همه...
2
Murtoo Jireenyi keenya guyyaa guyyaa filannoo nuti taasisnu irratti hundaa'a. Yeroo fudhattee otoo itti hin yaadin murtoo kamuu hin murteessin. Murtoo kamuu yeroo murteessitu dhiibbaa miira kee irraa bilisa ta'uu kee mirkaneeffadhu. Murtoo xiqqoon ati har'a maal-dhibdeedhaan murteessitu bor gatii hin barbaachisne ni baasisti. Murteessuu ilaalchisee ofitti amanamumman baay'ee barbaachisaadha. Murtoon xiqqoo hin qabdu. ┄┄┄┄┄❅☕️❅┄┄┄┄┄ Join US @kairosab @kairosab
نمایش همه...
👍 3
Nama guddaa ta'uuf waan guddaa irraa eegaluu hin qabdu. Ol baatee Mul'achuuf dirqaama gaara irratti Dhalachuu hin qabdu. Gaggeessaa biyyaa ta'uudhaaf abbaan kee ykns haatii kee geggeessaa ta'uu hin qaban. Fageessitee arguudhaaf dirqaama biyya fagootti dhalachuu hin qabdu. Dursuudhaaf dirqaama dura jalqabuu hin qabdu. Beekaa ta'uudhaaf beekumsa irraa jalqabuu hin qabdu. ┄┄┄┄┄❅☕️❅┄┄┄┄┄       Join US    @kairosab    @kairosab
نمایش همه...
👍 3 1
یک طرح متفاوت انتخاب کنید

طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.