☪BAREEDINA ISLAAMUMMAA🌙
رفتن به کانال در Telegram
Gorsa babbareedaa Seenaa babbareedaafi Barnoota adda addaa Inshaa Allaah gargaarsa Rabbiitiin isiniif dabarsina Yadaa yoo qabatan @YaadaYaadaaBot nun gahaa Isinis channel keenya join godhaa nama biraallee...
نمایش بیشترکشور مشخص نشده استدسته بندی مشخص نشده است
4 760
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
اطلاعاتی وجود ندارد30 روز
در حال بارگیری داده...
کانالهای مشابه
هیچ دادهای
مشکلی وجود دارد؟ لطفاً صفحه را تازه کنید یا با مدیر پشتیبانی ما تماس بگیرید.
ابر برچسبها
هیچ دادهای
مشکلی وجود دارد؟ لطفاً صفحه را تازه کنید یا با مدیر پشتیبانی ما تماس بگیرید.
اشارات ورودی و خروجی
---
---
---
---
---
---
جذب مشترکین
اوت '24
اوت '240
در 0 کانالها
ژوئیه '240
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئن '240
در 1 کانالها
Get PRO
مه '24
+3
در 0 کانالها
Get PRO
آوریل '240
در 0 کانالها
Get PRO
مارس '24
+1
در 0 کانالها
Get PRO
فوریه '240
در 0 کانالها
Get PRO
ژانویه '240
در 0 کانالها
Get PRO
دسامبر '230
در 0 کانالها
Get PRO
نوامبر '230
در 0 کانالها
Get PRO
اکتبر '230
در 0 کانالها
Get PRO
سپتامبر '230
در 0 کانالها
Get PRO
اوت '230
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئیه '230
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئن '230
در 0 کانالها
Get PRO
مه '230
در 0 کانالها
Get PRO
آوریل '230
در 0 کانالها
Get PRO
مارس '230
در 0 کانالها
Get PRO
فوریه '23
+24
در 0 کانالها
Get PRO
ژانویه '23
+84
در 0 کانالها
Get PRO
دسامبر '22
+66
در 0 کانالها
Get PRO
نوامبر '22
+48
در 0 کانالها
Get PRO
اکتبر '22
+42
در 0 کانالها
Get PRO
سپتامبر '22
+38
در 0 کانالها
Get PRO
اوت '22
+44
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئیه '22
+61
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئن '22
+33
در 0 کانالها
Get PRO
مه '22
+88
در 0 کانالها
Get PRO
آوریل '22
+131
در 0 کانالها
Get PRO
مارس '22
+103
در 0 کانالها
Get PRO
فوریه '22
+43
در 0 کانالها
Get PRO
ژانویه '22
+28
در 0 کانالها
Get PRO
دسامبر '21
+40
در 0 کانالها
Get PRO
نوامبر '21
+146
در 0 کانالها
Get PRO
اکتبر '21
+295
در 0 کانالها
Get PRO
سپتامبر '21
+75
در 0 کانالها
Get PRO
اوت '21
+114
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئیه '21
+158
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئن '21
+170
در 0 کانالها
Get PRO
مه '21
+275
در 0 کانالها
Get PRO
آوریل '21
+1 424
در 0 کانالها
Get PRO
مارس '21
+135
در 0 کانالها
Get PRO
فوریه '21
+231
در 0 کانالها
Get PRO
ژانویه '21
+241
در 0 کانالها
Get PRO
دسامبر '20
+7 773
در 0 کانالها
| تاریخ | رشد مشترکین | اشارات | کانالها | |
| 02 اوت | 0 |
پستهای کانال
Haafiz Ibnu Rajab Akkana jedhu📚
👇 👇 👇 👇 👇
"Yaa Gabroottan Rabbii Baatiin Ramadaanaa fe'atee nurraa godaanuudhaaf murateera
Waan xiqqoosii male wonni hafe hin jiru
Namni tolchee haqasaa guutee haala gaariidhaan soomanaa jiru akkasumatti jabaatee hanga hafte haguuttatu
Namni qiimaasaa wollaalee haqasaa balleessaa jirummoo ammarraa tolfatee haaxumuru
Hojiin xumura toluutu laalama"
| 2 | 👉Aaragalfiin inni Dhugaa
"ALHAMDULILLAAH"
Jechuudha Waan hunda keessatti
Waa'ii Duniyaa kanaatiif jedhanii danuu of cinquun hin barbaachisu
Seeqadhu..😊
Waan Rabbiin siif Murteesse hundaan wol qunnamuuf teessa
Rabbirraammoo Kayirii malee hamtuu hin qunnamtu👌 | 4 410 |
| 3 | #Sheyxaana arrabsuun akka dhoorkaa ta'e beektuu?
#Sheyxaana hin arrabsinaa, sharrii isaarraa Rabbitti maganfadhaa.
#Sahaabichi tokko [ r.a ]akka jedhe : Guyyaa tokko Rasuulli [s.a.w] yaabbii isaanii duubaan na yaabbisanii osoo deemanii horiin isaanii gufannaan, ani 'sheyxaanni haa badu'n jedhe achumaan Rasuulli [s.a.w] "bismillaahi jedhi malee akkas hin jedhin naan jedhan, ati yoo akkas jette guddatee hanga manaa ga'ee, humna kootiinan akkas godhe" jedha yoo bismillaah jettemmoo, xiqqaatee hanga titiisaa ta'a". | 1 100 |
| 4 | #Sheyxaana arrabsuun akka dhoorkaa ta'e beektuu?
#Sheyxaana hin arrabsinaa, sharrii isaarraa Rabbitti maganfadhaa.
#Sahaabichi tokko [ r.a ]akka jedhe : Guyyaa tokko Rasuulli [s.a.w] yaabbii isaanii duubaan na yaabbisanii osoo deemanii horiin isaanii gufannaan, ani 'sheyxaanni haa badu'n jedhe achumaan Rasuulli [s.a.w] "bismillaahi jedhi malee akkas hin jedhin naan jedhan, ati yoo akkas jette guddatee hanga manaa ga'ee, humna kootiinan akkas godhe" jedha yoo bismillaah jettemmoo, xiqqaatee hanga titiisaa ta'a". | 209 |
| 5 | Mi'aa Milkaa'inaa fii obsaa.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
• Mi’aa milkaa’inaa, obsaa fi carraaqqi waliin dhandhaman.
Namni milkaa’innaaf tarkaanfi jalqabe ni carraaqa. Namni carraaqu immoo ni obsa. Namni obse immoo In sha Allah ni milkaa’a.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
•Yeroo rakkoo obsuuf waa lama of yaadachiisi.
~1ffaa: mindaa obsaan argamu- yommuu obsitu mindaa fi milkaa'inni guddaan si fuundura akka jiru abdadhu. Dhugumatti Rabbiin olta’aan ni jedha: “Warri obsan mindaan isaanii kan isaaniif kennamu lakkoofsa maleedha.” Suura Az-Zumar 39:10
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
~2ffaa: yoo obsuu dhiiste wanta dhabduu fi miidhaa sirra gahuu yaadadhu. Namni balaa isatti bu'eef yoo obsuu dhiise, kan duraan dhabe caalaa waan biraa dhaba. Akkasumas, miidhaa guddaa ofirraan geessa.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩ | 382 |
| 6 | Mi'aa Milkaa'inaa fii obsaa.

﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩ | 149 |
| 7 | ⊱Abu Ubeeydaa Binu jarrah⊱
Kutaa 2️⃣ffaa✍
Kutaa 1ffaa dubbisuu hubadhaa
Sahaboota warra jannataan gammachiifaman keessaa
Tokko Kan tahe Seenaa
⊱Abu Ubeeydaa Binu jarrah⊱
Gumaacha inni godhe keessa tokko; kan guyyaa lola Badrii godhe. Guyyaa kana Abu Ubeeydaan seeyfii isaa hidhatee hiriira kaafirtootaa dhoose. Addaan dhoosiinsa nama du’a hin sodaanne, irraa naannawee, babbaqaqsee lola kaafiraa keessaa seene. Gootni tokko gaaru kaafirtoota keessaa akka inni hin lolleef fuula isaa dura dhaabbate. Yoo inni kallattii mirgaatti goru namtichi kaafiraas kallattii mirgaatiin itti dhufa. Yoo Abu Ubeeydaan gara bitaatiin dhufus, akkasuma innis bitaan itti dhufa. Dhuma irratti obsa isa fixachiisee, Akkumaa obsi isaa dhumeenis gara laafiinsa takka malee, seeyfiin mataa isaa dhahee bakka lamatti dhoosee namtichas lubbuun isaa osomaa Abu Ubeeydaan argu baate. Yaa obboleessa koo kabajamoo fi qaalii kan kitaaba kan dubbistu hoo, namni kun enyuu jettee beekuuf hin yaalin akkuma dura seensaratti sii hime mokkortii Abu Ubeeydaa herreguu mitii tilmaamuu hin dandeettu. Inumaahu ni taha jettee yaaduun si dhibaa.
Yaa obboleewwan koo! Namni Abu Ubeeydaan ajjjeese kunis, nama adunyaratti argamuu isaatiif sababa isaa tahe. Innis Abdallah binu Jarraah kan tahe Abbaa isaati. Obboleesa koo garuu asitti wanti ati hubachuu qabdu Abu Ubeeydaan ajaja Rabbiin ajaje san didee ykn jibbaa abbaa isatiif isa hin ajjeesne. Inni jibbaa shirkiitiif qofa shirkii ajjeese malee.
Wanti raajii namatti tahus Rabbiin ajaja kiyya kan ani “abbaa keessan kabajaa!.” jedhe didde jedhee balaa itti hin buusne. Inumaahuu dalagaa isaa jaalatee deeggaruun aayaa qur’aanaa tan hanga guyyaa qiyaamaatti qara’amtu suuraa Mujaadalaa aayata 22 sababa isaa buuse, Kan aayata sanirratti dalagaa isaa gaarii tahu kan ragaa bahu.
Gochii isaa kuni Abu Ubeeydaa ibsuuf, kun qofti gahaa miti. Guddinni imaana isaa, amantii islaamaati gaarii yaaduun isaa, amanamaa ummata Muhammad s.a.w tahuun isaa, kan lubbuun ilma namaa kajeeltu tahee argameera.
Muhammad Binu Ja’afer akkana jechun odeesse “Ummatni Nasaaraa gama Rasuulaa s.a.w dhufuun, “Yaa Abal Qaasim hordoftoota kee keessaa nama dalagaa isaa irraa jaalattu, dinaagdee nuti irraatti wal dhabne keessaatti nuu murteessu nuduuka ergi. Isin warrootni muslimaa nu biratti jalatamoodha.” jennan Rasuulli s.a.w “waaree booda natti koottaa. Nama jabaa amanamaa isin wajjiin ergaa.” jedhaniin. Umar Ibnu Kaxxaabis ni hawwe. Nama kana tahuufis ganamaan gara salaataa deeme. Yeroo hawwii guyyaa sanii nuuf himu Umaris; “Guyyaa tokkollee mootummaa hin barbaanne, guyyaa kana maalee. Akka namticha Rasuula s.a.w ibse kana tahuf malee Rasuulis s.a.w akkuma nuun salaatee geeseen gamaa gamana mimildhachun waa soquu eegale. Anis na haa arguuf kajeelee morma kiyya ummata keessaa ol dhedheeresse. Innis osomaa akkas mimildhatuu Abu Ubeeydaa argee yaame. Abu Ubeeydaas Nasaarota waliin akka waan wal dhaban keessatti haqaan murteessuuf isa erge.”
Kutaa 3ffaan itti fufa inshaallaah.... | 1 135 |
| 8 | Assalamualyeekum Worahamtullaahi wobarakaatuhu
kabajamtootaa obboleewwan muslimaa hundi kan hundee ykn bu'uura amantaa ofii baruu barbaaddan kunoo nutis barnootawwan hundee islaamaa tahan karaa gabaabinaan qabannee isiniif dhihaanne jirra isinis carraa kanatti fayyadamuun mata-dureewwan gaditti isiniif tarreessine kanarra tuquun Kottaa gahee keessan bahadhaa isiniin jenna.
🚸Barnoota Aqiidaa 🚸
🚸Barnoota Toohidaa 🚸
🚸Barnoota seenaa/siiraa 🚸
🚸Barnoota waa'ee iimaana🚸
🚸Barnoota Toowbaa 🚸 | 232 |
| 9 | Assalamualyeekum Worahamtullaahi wobarakaatuhu
kabajamtootaa obboleewwan muslimaa hundi kan hundee ykn bu'uura amantaa ofii baruu barbaaddan kunoo nutis barnootawwan hundee islaamaa tahan karaa gabaabinaan qabannee isiniif dhihaanne jirra isinis carraa kanatti fayyadamuun mata-dureewwan gaditti isiniif tarreessine kanarra tuquun Kottaa gahee keessan bahadhaa isiniin jenna.
🚸Barnoota Aqiidaa 🚸
🚸Barnoota Toohidaa 🚸
🚸Barnoota seenaa/siiraa 🚸
🚸Barnoota waa'ee iimaana🚸
🚸Barnoota Toowbaa 🚸 | 68 |
| 10 | 
Abuu Muhammad, Abdullaah bin Amr bin Al-aas irraa odeeffamee r.a ni jedhe: Ergamaan Rabbii s.a.w ni jedhan: “tokkoon keessan hanga fedhiin isaa waan an ittiin dhufe kan hordofu ta’utti hin amanne.” Hadiisichi sahiiha. Kitaaba Hujjaa keessatti sanada sahiihaan isa odeessineerra. | 536 |
| 11 | Mi'aa Milkaa'inaa fii obsaa.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
• Mi’aa milkaa’inaa, obsaa fi carraaqqi waliin dhandhaman.
Namni milkaa’innaaf tarkaanfi jalqabe ni carraaqa. Namni carraaqu immoo ni obsa. Namni obse immoo In sha Allah ni milkaa’a.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
•Yeroo rakkoo obsuuf waa lama of yaadachiisi.
~1ffaa: mindaa obsaan argamu- yommuu obsitu mindaa fi milkaa'inni guddaan si fuundura akka jiru abdadhu. Dhugumatti Rabbiin olta’aan ni jedha: “Warri obsan mindaan isaanii kan isaaniif kennamu lakkoofsa maleedha.” Suura Az-Zumar 39:10
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
~2ffaa: yoo obsuu dhiiste wanta dhabduu fi miidhaa sirra gahuu yaadadhu. Namni balaa isatti bu'eef yoo obsuu dhiise, kan duraan dhabe caalaa waan biraa dhaba. Akkasumas, miidhaa guddaa ofirraan geessa.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩ | 592 |
| 12 | Assalamualaykum warahmatullaahi wabarakaatu.
#Sahaabonni_Rasuulaaﷺ :-
Sahaabota kabajamoo kanneen Rabbin isaan guddise, akkasumas caalmaya isaaniif kenne sababa Nabiyyicha isaa ﷺ wajin jiraachuutiifi. Akka isaan namoota dachii Rabbii gubbaa jiran nabiyyoota irraa kan hafe irra caaloo ta'an gad jabeessuuf Hadiisonni caaloo ta'an bay'eetu dhufe.
🌺llamaan gaggaarii Islaamaa (sahaabota) fuullin seenaa amantichaa bareechan gidduu seenaa isaan gari hawaasa muslima biyya keennatif hanga ta'e dhandhamsiisuuf jecha sagantaa mat-Dureen isaa (Seenaa Sahaabata kurnan Jannataan gammachiifamanii) jedhuu isiniif qobbeessinee jirraa.
Link armaan gadii kanniin argachuu dandeessuu!👇👇👇 | 331 |
| 13 | 🌹🌷⚘ QANANII RABBII ⚘🌷🌹
Yaa nama sammuun fayyaa si qabu , yaa khan ijaan arkitu , yaa khan gurraan dhageeysu qananiin rabbiin rabbiin siif oole qananii gurguddoo akka tahe beekhi...
Mataan qananii hundaa Islaamummaa akka tahes hin dagatin !!!
Namni qananii addunyaa hunda qabaatee islaamummaa dhabe qananii 1llee hin arkanne khan qananii hunda dhabee islaamummaa arkate addunyaarraa qananiin isaaf hin hafne...
Yaa RAHMAAN atummaan nu qananiisi...
Aamiin allaahumma aamiin... | 609 |
| 14 | Assalamualyeekum Worahamtullaahi wobarakaatuhu
kabajamtootaa obboleewwan muslimaa hundi kan hundee ykn bu'uura amantaa ofii baruu barbaaddan kunoo nutis barnootawwan hundee islaamaa tahan karaa gabaabinaan qabannee isiniif dhihaanne jirra isinis carraa kanatti fayyadamuun mata-dureewwan gaditti isiniif tarreessine kanarra tuquun Kottaa gahee keessan bahadhaa isiniin jenna.
🚸Barnoota Aqiidaa 🚸
🚸Barnoota Toohidaa 🚸
🚸Barnoota seenaa/siiraa 🚸
🚸Barnoota waa'ee iimaana🚸
🚸Barnoota Toowbaa 🚸 | 488 |
| 15 | Mee kana ittti yaadi.
1: Jireenyi ati jiraattu = bilisa
2: Mana Amantaa seenuun= bilasa
3: Jaalalti Rabbii = bilisa
4: Hafuura baafachuun= bilisa
5: Hafuura galfachuun: bilisa
A: sigaara xuuxuuf = ni kafalta
B: Alkooli Dhuguuf = ni kafalta
C: mana Dhichisaa(night club) seenuf= ni kafalta
D: Humna Aduunya ittin bulchitu argachuuf = ni kafalta
Mee Namoonni mana ibidda(jahanama) bitachuuf Maliif kafalti kaffalu? Irra debi'i itti yaadi. | 780 |
| 16 | Assalamualyeekum Worahamtullaahi wobarakaatuhu
kabajamtootaa obboleewwan muslimaa hundi kan hundee ykn bu'uura amantaa ofii baruu barbaaddan kunoo nutis barnootawwan hundee islaamaa tahan karaa gabaabinaan qabannee isiniif dhihaanne jirra isinis carraa kanatti fayyadamuun mata-dureewwan gaditti isiniif tarreessine kanarra tuquun Kottaa gahee keessan bahadhaa isiniin jenna.
🚸Barnoota Aqiidaa 🚸
🚸Barnoota Toohidaa 🚸
🚸Barnoota seenaa/siiraa 🚸
🚸Barnoota waa'ee iimaana🚸
🚸Barnoota Toowbaa 🚸 | 222 |
| 17 | ☞DHUGAA QABACHUUN ISINIRRA HAA JIRAATU
Rasuulli ﷺ akkana Jedhan:
“Dhugaa qabachuun
isinirra haa jiraatu, dhugaan gara waan gaariitti nama
qajeelcha, wanti gaariin immoo gara Jannataatti nama
qajeelcha, namni tokko eeggatee dhugaa dubbachuu
hin dhiisu hanga Rabbi biratti (siddiiq) abbaa dhugaa
jedhamee maqaan isaa barreeffamutti’’
⦅Bukharii fi Muslimtu Gabaase⦆
⩴⩴⩴⩴⩴⩴⩴⩴⩴⩴⩴⩴⩴⩴
֍ՏᎻᎪᎡᎬ֍ՏᎻᎪᎡᎬ֍
⊱⊳⊱⊳𝖩♡𝖨Ν⊲⊰⊲ | 349 |
| 18 | الســـــــــــــــــــــــــــلام عليــــــــــــــــــــــــــــكم
ورحمة الله وبــركاتـــــــــــــــــــــــــــــه
═══════════════
⊱Abu Ubeeydaa Binu jarrah⊱
Kutaa 1️⃣ffaa✍
Sahaboota warra jannataan gammachiifaman keessaa
Tokko Kan tahe Seenaa
⊱Abu Ubeeydaa Binu jarrah⊱
“Ummata hundaafuu/cufaafuu nama amanamaatu/amanamattu jira, amanamaan ummata kiyyaas Abu Ubeeyda binu Jarraahiiti.” jedhe nabi Muhammad s.a.w
Bareedaa fi ifa fuulaa, kan laaluuf nama harkisu, kan qaama qal’aa, kan dhaabbannaa dheeraa, kan fuulli isaa gad qajeelaa fi qal’aa, kan ijji yoo isa laaltu gammaddu, kan lubbuun isa arguun qofa bohartu, kan onneen yoo isa argitu tasgabbii argattu, kan hedduu qaanfatuu fi gadi uf-qabu, nama amala salphaa kan fuula bashaashaa, kan yeroo haalli jajjaboon argame haala fi amala isaa hunda lafa kaawwatee akka leencaatti utaalu, kan fuulli isaa akka bakkalcha urjiitti ifu, irra caalaa amanamaa ummta Muhammad s.a.w, Innis Aamir binu Abdallah binu Jarraah al-fihiruyyu al-qureyshiyyu dha.
Ta’ullee garuu Aamir Binu Abdallaah kun, maqaan isaa kan cooraa fi kan ittiin hedduuu hordoftoota amantii Islaamaaa biratti beekkamuun “Abu Ubeeydaa Binu Jarraah.” jedhameeti. Abdallah ilma Umaris baredinaafi amala Abu-ubeeydaan ummata Qureyishii biratti qabu akkana jechuun faarseen “Namni sadi Qureyishi keessaa irra bareedoo fuulaa, irraa gaarii amala fi irraa qaanfatoo namaati. Yoo siin hasawan kan sitti hin kijiibne, yoo itti haasofte kan si hin kijibsiifneedha. Isaanis Abbaa Bakri, Usmaan binu Affaan fi Abu Ubeeydaadha.”
Akkaa Abdalla ilmi Umar nuuf odeessetti; tarree nama malaa’ikaan irraa qaanfattuu (Usmaan binu affaan) fi erga Anbiyootaati fi Rusultootaatti nama imaana qabaachuun, sadarkaa duraa qabate (Abbaabakri) wajjiin isa hiriirseen.
Abu Ubeeydaan erga Abaa Bakarii islaamahee booda guyya lama turee islaamawun, warroota dura mi’aa islaamummaa dhandhamanii bu’uura islaamaa tahan keessaa tokkodha.
Akkuma mi’aa islaamummaa ergamaa Rabbii s.a.w irraa dhandhamee, Qureyishotarahis hokkorsaa fi dararaa warroota duraa, kan akka Bilaal wajjin cinqii namni tokko erga gaafa islamummaan ife irraa, hanga guyyaa har’aattii hin dhandhamin dhandhamuun, dararaa guddinni isii Gaara uhuditti madaaltu itti obsuun, amantii islaamaa dhiiga isaanitin utubaa dhaaban.
Dararaan inni islaamummaa keessatti dararame, wanta herreegdon herreegu hin dandenne, tan sammuun namaa ni taha jettee hin eegne, tan yeroo dubbatan arrabatti ulfaattu, tan onnee namaa laalessitu dhandhamuun, qaamaa fi lubbuu isaa aarsaa godhe.
Kutaa 2ffaan itti fufa inshaallaah..... | 789 |
| 19 | Assalamualaykum warahmatullaahi wabarakaatu.
#Sahaabonni_Rasuulaaﷺ :-
Sahaabota kabajamoo kanneen Rabbin isaan guddise, akkasumas caalmaya isaaniif kenne sababa Nabiyyicha isaa ﷺ wajin jiraachuutiifi. Akka isaan namoota dachii Rabbii gubbaa jiran nabiyyoota irraa kan hafe irra caaloo ta'an gad jabeessuuf Hadiisonni caaloo ta'an bay'eetu dhufe.
🌺llamaan gaggaarii Islaamaa (sahaabota) fuullin seenaa amantichaa bareechan gidduu seenaa isaan gari hawaasa muslima biyya keennatif hanga ta'e dhandhamsiisuuf jecha sagantaa mat-Dureen isaa (Seenaa Sahaabata kurnan Jannataan gammachiifamanii) jedhuu isiniif qobbeessinee jirraa.
Link armaan gadii kanniin argachuu dandeessuu!👇👇👇 | 180 |
| 20 | Assalamualaykum warahmatullaahi wabarakaatu.
#Sahaabonni_Rasuulaaﷺ :-
Sahaabota kabajamoo kanneen Rabbin isaan guddise, akkasumas caalmaya isaaniif kenne sababa Nabiyyicha isaa ﷺ wajin jiraachuutiifi. Akka isaan namoota dachii Rabbii gubbaa jiran nabiyyoota irraa kan hafe irra caaloo ta'an gad jabeessuuf Hadiisonni caaloo ta'an bay'eetu dhufe.
🌺llamaan gaggaarii Islaamaa (sahaabota) fuullin seenaa amantichaa bareechan gidduu seenaa isaan gari hawaasa muslima biyya keennatif hanga ta'e dhandhamsiisuuf jecha sagantaa mat-Dureen isaa (Seenaa Sahaabata kurnan Jannataan gammachiifamanii) jedhuu isiniif qobbeessinee jirraa.
Link armaan gadii kanniin argachuu dandeessuu!👇👇👇 | 689 |