fa
Feedback

فریؚ کلاهؚرداران را نخورید! تل‌متریو این کانال‌ها را ؎ناسایی و ؚرچسؚ‌گذاری می‌کند 👉 ؚرای م؎اهده ؚرچسؚ، ا؎تراک تهیه کنید

RAFIIQUL ISLAAM 🇞🇩

RAFIIQUL ISLAAM 🇞🇩

رفتن ØšÙ‡ کانال در Telegram

✅ Al-Isra'a 17:81 በልም «እውነት መጣ ውሞትም ተወገደፀ እነሆ ውሞት ተወጋጅ ነውና፡፡» And say, "Truth has come, and falsehood has departed. Indeed is falsehood, [by nature], ever bound to depart." Jedhi “Dhugaan dhufe; sobni dhabame, sobni dhabamaa ta’eera”. @Rafiqul_Islaam

نمای؎ ؚی؎تر
ک؎ور م؎خص ن؎ده استدسته ؚندی م؎خص ن؎ده است
3 452
م؎ترکین
+124 ساعت
+117 روز
+22330 روز
آر؎یو ٟست ها
𝑚𝒔𝒔𝒂𝒍𝒂𝒂𝒎𝒖 𝑚𝒍𝒆𝒚𝒊𝒌𝒖𝒎 𝑟𝒐𝒓𝒂𝒉𝒎𝒂𝒕𝒖𝒍𝒍𝒂𝒂𝒉𝒊 𝑟𝒐𝒃𝒂𝒓𝒂𝒌𝒂𝒂𝒕𝒖𝒉𝒖𝒖 الحمد لله رؚ العالمين 🀲 Gamm
𝑚𝒔𝒔𝒂𝒍𝒂𝒂𝒎𝒖 𝑚𝒍𝒆𝒚𝒊𝒌𝒖𝒎 𝑟𝒐𝒓𝒂𝒉𝒎𝒂𝒕𝒖𝒍𝒍𝒂𝒂𝒉𝒊 𝑟𝒐𝒃𝒂𝒓𝒂𝒌𝒂𝒂𝒕𝒖𝒉𝒖𝒖 الحمد لله رؚ العالمين 🀲 Gammachuu guddaadhaan isin beeksisna! 🎉 Tola Rabbiitiin ergasii deeggarsa keessaniin fuulli Telegram keenya hordoftoota 1,000 (1⃣🔠) ga'eera. Kun milkaa'ina keenya qofa osoo hin taane, milkaa'ina maatii keenya hundaati. Galanni guddaan Rabbii keenyaaf haa ta'u. Itti aansuunis, galata guddaa isin hundaaf dhiyeessina. Jaalalli, deeggarsi, qoodinsi fi jajjabeessi isin nuuf taasistan hojii kana cimsuun akka itti fufu nu taasiseera. Rabbiin (ï·») hunda keessan mindaa gaarii haa badhaasu. Hojii gaarii kana ikhlaasa irratti nu haa tikfatu. Beekumsa bu'a qabeessa babal'isuu keessatti nu haa milkeessu. Aamiin. 🀝 Amma illee nu deeggaruu itti fufaa.🍎 Maxxansa keenya qoodaa. 🌐 Hiriyoota keessan nu hordofsiisaa. 🌹 Jazaakumullaahu Khayran Kasiiran. Baarakallaahu fiikum. 🀍 Join godhaa Irraa fayyadamaa!! https://t.me/+1a9c55bufmpiZjk0 https://t.me/+1a9c55bufmpiZjk0
24 ژو؊یه, 14:15

𝐍𝐀𝐌𝐎𝐎𝐍𝐍𝐈 𝐈𝐒𝐋𝐀𝐀𝐌𝐔𝐌𝐌𝐀𝐀𝐍 𝐀𝐉𝐉𝐄𝐄𝐂𝐇𝐀𝐀𝐓𝐓𝐈 𝐀𝐉𝐀𝐉𝐀 𝐉𝐄𝐓𝐓𝐀𝐍𝐈𝐈𝐅 𝐌𝐄𝐄 𝐑𝐀𝐆𝐀𝐀 𝐐𝐔𝐑'𝐀𝐀𝐍𝐀𝐀 𝐅𝐈𝐈 𝐌𝐀𝐂𝐀𝐀𝐅𝐀 𝐈𝐑𝐑𝐀𝐀 𝐖𝐎𝐋 𝐁𝐈𝐑𝐀 𝐐𝐀𝐁𝐔𝐔𝐃𝐇𝐀𝐀𝐍 𝐇𝐀𝐀 𝐈𝐋𝐀𝐀𝐋𝐋𝐔𝐔!!
 Join @Rafiiqul_Islaam godhaa!! مِنْ أَجْلِ ذَٰلِكَ كَتَؚْنَا عَلَىٰ َؚنِىٓ إِسْرَٰٓءِيلَ أَنَّهُۥ مَن قَتَلَ نَفْسًۢا ؚِغَيْرِ نَفْسٍ أَوْ فَسَادٍۢ فِى ٱلْأَرْضِ فَكَأَنَّمَا قَتَلَ ٱلنَّاسَ جَمِيعًۭا وَمَنْ أَحْيَاهَا فَكَأَنَّمَآ أَحْيَا ٱلنَّاسَ جَمِيعًۭا ۚ وَلَقَدْ جَآءَتْهُمْ رُسُلُنَا ؚِٱلَؚْيِّنَٰتِ ثُمَّ إِنَّ كَثِيرًۭا مِّنْهُم َؚعْدَ ذَٰلِكَ فِى ٱلْأَرْضِ لَمُسْرِفُونَ Sababa kanaan Ilmaan Israa’iil irratti ’’namni lubbuu tokko lubbuu biraatiin yookiin dachii keessa balleessuun alatti ajjeese akka waan nama hunda ajjeeseti; namni ishee jiraachises akka waan nama hunda jiraachiseeti’’ jechuu murteessineDhugumatti, ergamoonni keenya ragaawwan ifa ta’aniin isaanitti dhuftee jirtiErgasii irra hedduun isaanii sana booda dachii keessatti daangaa dabroodha. [ الما؊دة]-(32 : 5) “Iddoo koo isa qulqullaa'aatti jalqabaatii, jaarsa, dubartii, dargaggeessa, durba, ijoollee xixinnoo, ajjeesaa! Haa ta'u iyyuu malee, warra milikkita of irraa qaban keessaa nama tokkotti illee hin dhi'aatinaa!" jedhe; isaanis jaarsolii mana qulqullummaa dura turanitti in jalqaban.”   — His. 9:6 “"Isin kan abbaa isa tokkoo, kan Seexanaa ti; kajeellaa hamaa isa kan abbaa keessaniis gochuu in feetu. Jalqabumaa jalqabee inni sun nama ajjeesaa ture; dhugaan isa keessa waan hin jirreef, inni dhugaa irra hin dhaabanne. Inni sobaa dha, abbaa sobaa tis; kanaaf yommuu sobu isa garaa isaa keessa jiru in dubbata.”   — Yoh. 8:44 “Egaa yaada keessan wanta lafa irra jirutti isa hidhu, halalummaa fi xuraa'ummaa, kajeellaa fi hawwa hamaa, sassata isa waaqayyolii tolfaman waaqessuutti lakkaa'amus, of keessaa ajjeesaa.”   — Qol. 3:5 “Yoyaadaan lubichi isheen mana qulqullummaa keessatti akka ajjeefamtu waan hin barbaanneef, "Tarree keessan gidduudhaa gad ishee baasaa! Nama ishee duukaa bu'uu barbaadus billaadhaan ajjeesaa!" jedhee, angafoota dhibbaa in abboome.”   — 2Mot. 11:15 “Ahaaziyaan mootiin Yihudaa wanta ta'e kana yommuu arge, karaa Bet-Haagan irra ol in baqate; Yehuun garuu sagalee guddaadhaan, "Isas immoo ajjeesaa!" jechaa, isa in ari'e; ol ba'a Guuritti mandara Yible'aam bukkeetti konkolaataa isaa keessatti isa in madeessan; inni garuu Megidootti baqatee achitti in du'e.”   — 2Mot. 9:27 “Namoota wayyi irraa hin bunne, 'Utuu inni Waaqayyoo fi mootii arrabsuu dhageenyeerra' jedhanii sobaan dhugaa irratti ba'an lama qopheessaatii fuullee isaa teessisaatii isa irratti dhugaa baasisaa! Kana booddees mandarattii keessaa gad baasaatii dhagaadhaan dha'aatii isa ajjeesaa!" kan jedhu ture.”   — 1Mot. 21:10 “Iizaabel yeroo raajota Waaqayyoo ajjeesaa turtetti, Obaadiyaan immoo raajota dhibba tokko jalaa fuudhee, shantama shantamaan holqa dhagaa keessa isaan dhoksee, achitti buddeenaa fi bishaan in kennisiisaaf ture.”   — 1Mot. 18:4 “Saa'ol kana irratti, "Daawitin ajjeesaa!" jedhee, ilma isaa Yonaataanitti, hojjetoota isaa hundumaattis in hime; Yonaataan garuu Daawitin baay'isee waan jaallatuuf,”   — 1Sam. 19:1 “Warra mandara sana keessa jiraatan hundumaa billaadhaan ajjeesaa! Saba sanaa fi horii isaanii hundumaa qara billaatiin raawwadhaa balleessaa!”   — Kes. 13:15 “Museen kana irratti abboota firdii warra Israa'eliin, "Isin tokkon tokkon keessan nama keessan keessaa Ba'aal isa Phe'or nama waaqeffatu ajjeesaa!" jedhe.”   — Lak. 25:5 𝐐oph𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚𝐧: 𝚁𝙰𝙵𝙞𝙞𝚀𝚄𝙻 𝙞𝚂𝙻𝙰𝙰𝙌 https://t.me/Rafiiqul_Islaam/29
23 ژو؊یه, 07:02

Rabbiin keenya tokkicha malee kan biraa hin jiru. #Roomaa:- 3:30 "ወይስ እግዚአብሔር ዚአይሁድ ብቻ አምላክ ነውን? ዚአሕዛብስ ደግሞ አምላክ አይደለምን? አዎን፥ ዹተገሹዘን ስለ እምነት ያልተገሚዘንም በእምነት ዚሚያጞድቅ አምላክ አንድ ስለ ሆነ ዚአሕዛብ ደግሞ አምላክ ነው። "Waaqayyo tokkicha erga ta’ee, saba yahuudotaa warra dhagna qabatan amantii isaaniitiin, saba warra kaan warra dhagna hin qabatinis amantiidhuma isaaniitiin qajeelota isaan ni godhata". #Phawuloos; ummata roomaa jiraniif, akka itti Waaqayyoo qajeela nama godhu yeennaa barreessu, #Waaqayyo_tokko” jedhe. waaqayyo tokkichi kunis, waaqa isa saba hunda abboomu ta’uu ibse. Saba yihuudaas saba kaanis hundumaaf waaqa akka ta’es ni ibse. 🛑 Macaafa keessaa bakka baay’eetti; Yesuus, “yaa Israa’eel” jechuun lallabaa akka ture beekamaadha. Maaliif ummata Israa’eel qofa maqaa dhahee waamuu filate? Bakka biraatti immoo, “Ani hoolota mana Israa’eelii bada qofaafan ergame” maaliif jedhe? Kun; Yesuus, ummata hunda abboomuu akka hin dandeenye nu hubachiisa. #Sirriidhas. Yesuus, barsiisaadha waan ta’eef, barsiisaan tokko biyya hunda barsiisuu hin danda’u. Waaqni garuu, waan hunda danda’aa waan ta’eef, saba hunda akka humna isaatti abboomuu fi qajeelchuu ni danda’a. 🔎 Phaawus, akka kanatti barsiise. Ummatni Roomaas akka kanatti fudhatani. Warri ammaa, waan macaafa keessa hin jirre fidanii, dogongoratti maaliif seenani? قُلۡ أَغَيۡرَ ٱللَّهِ أَؚۡغِي رࣰَؚّا وَهُوَ رَُؚّ كُلِّ ؎َيۡءࣲۚ وَلَا تَكۡسُِؚ كُلُّ نَفۡسٍ إِلَّا عَلَيۡهَاۚ Jedhi: "Sila ani Rabbiin ala Gooftaa biraa barbaadaa odoo Inni Gooftaa waan hundaa ta’ee jiru? Lubbuun hundi isheedhuma irratti malee (badii) hin hojjattu. [An'am 6:164] https://t.me/Qoranno_Amantii_Kiristanaa
17 ژو؊یه, 11:15

Gabaabumatti, namni daangeffamaa, qaama qabuu fi ijaan mul’atu dha. Waaqummaan immoo faallaa isaa, guutuu, qaama hin qabnee fi ijaan hin mul’anne dha: Hose’aa 11:9: “Ani Waaqadha malee nama miti.” Ύι᜹τι Θε᜞ς ጐγ᜜ εጰΌι κα᜶ οᜐκ ጄΜΞρωπος· Rabbiin uumama hundaan ala jiraatee, uumamoota hunda marsaa fi isaan irratti aangoo qaba. Inni uumama keessatti daangeffamee waan hin jirreef nama miti. Namni garuu uumama qaama gabaabaa, qoma daangeffamaa fi bakka muraasa keessatti argamu dha. Yesuus immoo eenyummaa isaatiin nama Rabbi irraa dhaga’ee dubbachaa ture qofa: Yohaannis 8:40: “Amma garuu, ana nama dhugaa Rabbi irraa dhaga’e isinitti hime ajjeesuuf barbaaddu.” ΜῊΜ Ύᜲ ζητεῖτέ Όε ጀποκτεῖΜαι, ጄΜΞρωποΜ ᜃς τᜎΜ ጀλήΞειαΜ ᜑΌῖΜ λελάληκα, ጣΜ ጀκουσα παρᜰ τοῊ ΘεοῊ· Keeyyata kana keessatti jechoonni “Theos — Θε᜞ς”, jechuun “Waaqa” fi “Anthropos — ጄΜΞρωπος”, jechuun “nama”, caasaa afaaniitiin eenyummaa lama adda addaa ta’anii kaa’amaniiru. “Waaqni” dubbii dhageessisu, jechuunis Subject, yoo ta’u; “namni” immoo isa dhaga’u, jechuunis Object, dha. Waaqa fi nama gidduu gochi “dhaga’e” jedhu waan jiruuf, Waaqni isa dhageessisu fi namni isa dhaga’u eenyummaa lama adda addaa ta’uu isaanii ifatti mul’isa. Yesuus, nama guutuu ta’ee, Waaqa guutuu irraa dhaga’ee yoo dubbate; inni dhaqna qabatee fi mucaa dhiiraa ta’e, namni guutuun, caasaa afaaniitiin Waaqummaa irraa adda baafamee kaa’ameera. Namni Waaqa irraa dhaga’ee dubbatu immoo eenyummaa isaatiin nabiyyii fi ergamaa dha. Yesuus ilma Maryam, uumama isaatiin nama, eenyummaa isaatiin Masiih ta’ee osoo jiruu, warri “Inni Waaqa” jedhan dhugumatti kafaraniiru: Al-Maa’idah 5:17: “Dhugumatti warri, ‘Rabbiin isuma Masiih ilma Maryam’ jedhan kafaraniiru.” لَّقَدْ كَفَرَ الَّذِينَ قَالُوا إِنَّ اللَّهَ هُوَ الْمَسِيحُ اؚْنُ مَرْيَمَ Wal-makaa namni uume kana sirreessuuf beekumsi tiyooloojii, falmiin loojikii yookaan mala xiinsammuu kamiyyuu yoo dhihaate illee, deebii nama quubsuu kennuun hin danda’amne. Furmaanni isaa, mucaa gadameessa dubartii keessatti ulfaa’e, dhalate, dhaqna qabate, qaama wal-hormaataa qabu fi dhiira ta’e gabbaruu dhiisuudha. Waamichi keenya, mucaa dhiiraa sana gabbaruu mannaa, Rabbii tokkicha mucaa sana gadameessa Maryam keessatti uume akka gabbartan isin waamuudha. Rabbiin keenya Allaah, Isa Waaqummaa Isaatiin qaama namaa hin qabne, hidaayaa isiniif haa kennu! Nuufis istiqamaa, jechuunis karaa sirrii irratti jabaachuu haa kennu! Wassalaamu aleeykum. Ustaaz @Wahidcom kan barreeffame https://t.me/Rafiiqul_Islaam/27
15 ژو؊یه, 03:37

#Saala Yesuus Maqaa Rabbii Ar-Rahmaan, Ar-Rahiimiin. Al-Maa’idah 5:17: “Dhugumatti warri, ‘Rabbiin isuma Masiih ilma Maryam’ jedhan kafaraniiru.” لَّقَدْ كَفَرَ الَّذِينَ قَالُوا إِنَّ اللَّهَ هُوَ الْمَسِيحُ اؚْنُ مَرْيَمَ As keessatti jechi “saala” jedhu, garaagarummaa qaama saalaa dhiiraa fi dubartii, jechuunis qaama wal-hormaataa — Sexual Organ jechuu dha. Jechi “ulfa” jedhu immoo, uumama gadameessa keessatti adeemsa adda addaa keessa darbe jechuu dha. Ulfi Qulqullittii Maryam gadameessa keessatti baattee fi mucaan isheen deesse, saala isaatiin dhiira ture: Luqaas 1:31: “Kunoo, ni ulfoofta; ilma dhiiraa ni deessa; maqaa isaas Yesuus jettee ni moggaasta.” κα᜶ ጰΎο᜺ συλλήΌψῃ ጐΜ γαστρ᜶ κα᜶ τέΟῃ υጱόΜ, κα᜶ καλέσεις τ᜞ ᜄΜοΌα αᜐτοῊ ጞησοῊΜ. Jechi “dhiira” jedhu ramaddii fi amaloota qaama foonii agarsiisa. Kunis ifatti inni uumama ta’uu isaa mul’isa. Maqaan mucaa dhiiraa sanaa afaan Ibrootaan Yahshuwaa — יְהוֹשֻׁעַ, afaan Giriikii Koineetiin immoo Iesous — ጞησοῊς jedhama. Maqaan kun Yesuus Naazireet dhalachuu fi uumamuu isaa dura illee namoota uumamaniif kan ittiin waamaman ture: Luqaas 2:21: “Guyyaan saddeet yeroo guute, akka dhaqna qabatan, maqaan isaa Yesuus jedhamee waamame; maqaa kana immoo osoo inni gadameessa keessatti hin ulfaa’in dura ergamaan moggaaseef.” Κα᜶ ᜅτε ጐπλήσΞησαΜ ጡΌέραι ᜀκτᜌ τοῊ περιτεΌεῖΜ αᜐτόΜ, κα᜶ ጐκλήΞη τ᜞ ᜄΜοΌα αᜐτοῊ ጞησοῊς, τ᜞ κληΞᜲΜ ᜑπ᜞ τοῊ ጀγγέλου πρ᜞ τοῊ συλληΌφΞῆΜαι αᜐτ᜞Μ ጐΜ τῇ κοιλί៳. Jechi “akka dhaqna qabatan” jedhu jala sararamuu qaba. Wanti dhaqna qabamu qaama wal-hormaataa isaa ti; wanti muramee gatamu immoo gogaa qaama saalaa irratti argamu dha. Rabbiin jalqaba yookaan madda hin qabu. Mucaan dhiiraa kun garuu guyyaa saddeetffaa irra ga’e; kanaaf jalqabaa fi madda qaba. Mana Kiristaanaa Ortodoksii Bahaatti Amajjii 1, biyya keenya keessatti immoo Amajjii 6, waggaa waggaadhaan ayyaanni “Dhaqna Qabannaa Yesuus — The Circumcision of Christ” jedhamee yaadatama. Kunis guyyaa mucaan dhiiraa sun dhaqna qabate yaadachuuf dha. Jechi “gizirat” jedhu jecha Gi’izii yoo ta’u, hiikni isaa “dhaqna qabachuu — Circumcision” jechuu dha: Haymanota Abboota, Boqonnaa 70, Lakkoofsa 24: “Inni nama akkuma ta’e, waan fooniif malutti dhaqna qabate.” Dirsana Masqalaa, Boqonnaa 3, Lakkoofsa 26: “Seera Kakuu Moofaa raawwachuuf guyyaa saddeetffaatti akka daa’immaniitti dhaqna qabate.” Yesuus mucaa dhiiraa guyyaa saddeetffaatti dhaqna qabate dha. Erga dhaqna qabatee fi mucaa dhiiraa ta’ee, saala qaba jechuu dha. Waaqni garuu Hafuura. Hafuurri immoo foonii fi lafee waan hin qabneef, saala hin qabu: Yohaannis 4:24: “Waaqni Hafuura.” ΠΜεῊΌα ᜁ Θεός Luqaas 24:39: “Hafuurri foonii fi lafee hin qabu.” ᜅτι πΜεῊΌα σάρκα κα᜶ ᜀστέα οᜐκ Jechi “hafuura” jedhu, wanta ijaan hin mul’anne, qaama hin qabnee fi laafaa ta’e jechuu dha. Inni faallaa wanta qaama qabuu fi ijaan mul’atuuti. Akka barsiisa Tawaahidootti, Waaqummaan qabeenya fi amaloota namummaa kan ofii isaa godhate yoo ta’e, Waaqummaan qaama wal-hormaataa namummaa illee qabeenya ofii godhateeraa? “Lakki” yoo jettan, barsiifni Tawaahidoo sun bu’uura dhaba. “Eeyyee” yoo jettan immoo, “Waaqummaan qaama wal-hormaataa qaba” jechuu ta’a. Kun rakkoo “Foon Uffachuu — Incarnation Dilemma” jedhamu dha. “Eeyyee” yoo jedhame, rakkoon itti aanu: Waaqummaa eenyuutu qaama wal-hormaataa qaba? Waaqummaa Ilmaa moo Waaqummaa Sadanichaa? “Waaqummaa Ilmaa” yoo jedhame, Waaqummaa Abbaa fi Hafuura Qulqulluu kan qaama wal-hormaataa hin qabne adda qabnaa? “Waaqummaa Sadanichaa” yoo jedhame immoo, Abbaanii fi Hafuurri Qulqulluun qaama wal-hormaataa qabu jechuu dhaa? Waaqa fi nama akka lilmoo fi qaphxii, akka caffee fi dhoqqee, akka meeshaalee adda addaa tokko gochuuf, yeroo fi bakka adda addaatti walga’ii geggeessuun maal fayyada? “Waaqummaan qoodama hin qabu; tokko salphaa dha — Divine is Simple” jedhamee, nama uumame waliin walitti makame — Composition — yoo jedhame, “Waaqummaan walitti qabama qaamota adda addaa ti — Divine is Complex” jechuu hin ta’uu? https://t.me/Rafiiqul_Islaam/26
15 ژو؊یه, 03:37

15 ژو؊یه, 03:36

𝐈𝐲𝐲𝐚𝐬𝐮𝐮𝐬𝐢𝐢𝐧 𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚𝐲𝐲𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚 𝐉𝐞𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟 𝐈𝐧𝐧𝐢𝐧𝐮𝐮 𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚𝐲𝐲𝐚𝐚𝐧 𝐐𝐚𝐛𝐚 𝐉𝐞𝐝𝐡𝐞𝐞𝐫𝐚𝐚. (𝐑𝐚𝐠𝐚𝐚) 𝐐𝐮𝐫'𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐌𝐚𝐜𝐚𝐚𝐟𝐚 𝐈𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐃𝐮𝐛𝐛𝐚𝐭𝐚𝐊𝐞𝐞 𝐉𝐢𝐫𝐮 𝐖𝐚𝐥𝐮𝐊𝐚𝐚𝐧 𝐇𝐚𝐚 𝐢𝐥𝐚𝐚𝐥𝐥𝐮𝐮
𝐑𝐀𝐆𝐀𝐀 𝐐𝐔𝐑'𝐀𝐀𝐍𝐀𝐀 𝐓𝐚𝐟𝐬𝐢𝐢𝐫𝐚 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐚𝐊𝐚𝐚 Al-Imraan 3:51 إِنَّ اللَّهَ رَؚِّي وَرَُؚّكُمْ فَاعُؚْدُوهُ ۗ هَٰذَا صِرَاطٌ مُّسْتَقِيمٌ Dhugumatti Rabbiin Gooftaa kiyyaafi Gooftaa keessan; kanaafuu Isa gabbaraaKun karaa qajeelaadha.” 𝐀𝐊𝐡𝐚𝐫𝐢𝐜 𝐓𝐚𝐟𝐬𝐢𝐫 Al-Imran 3:51 إِنَّ اللَّهَ رَؚِّي وَرَُؚّكُمْ فَاعُؚْدُوهُ ۗ هَٰذَا صِرَاطٌ مُّسْتَقِيمٌ «አላህ ጌታዬና ጌታቜሁ ነውፀ ስለዚህ ተገዙትፀ ይህ ቀጥተኛ መንገድ ነው» (አላቾው)፡፡ 𝐄𝐧𝐠𝐥𝐢𝐬𝐡 𝐓𝐚𝐟𝐬𝐞𝐫 Aal-e-Imran 3:51 إِنَّ ٱللَّهَ رَؚِّى وَرَُؚّكُمْ فَٱعُؚْدُوهُۗ هَٰذَا صِرَٰطٌ مُّسْتَقِيمٌ Indeed, Allah is my Lord and your Lord, so worship Him. That is the straight path." 𝐑𝐀𝐆𝐀𝐀 𝐌𝐀𝐂𝐀𝐀𝐅𝐀𝐀 𝐀𝐊𝐡𝐚𝐫𝐢𝐜 𝐁𝐢𝐛𝐥𝐞 “ኢዚሱስም መልሶ እንዲህ አለው፩ ኚትእዛዛቱ ሁሉ ፊተኛይቱፊ እስራኀል ሆይ፥ ስማፀ ጌታ አምላካቜን አንድ ጌታ ነው፥”   — ማርቆስ 12፥29 𝐀𝐫𝐚𝐛𝐢𝐜 𝐁𝐢𝐛𝐥𝐞 مرقس 12 : 29 فَأَجَاَؚهُ يَسُوعُ: «أُولَى الْوَصَايَا جَمِيعاً هِيَ: اسْمَعْ يَاإِسْرَا؊ِيلُ، الرَُؚّّ إِلهُنَا رٌَؚّ وَاحِدٌ 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐚𝐊𝐚𝐚 𝐁𝐢𝐛𝐥𝐞 “Yesus deebisee, "Inni hundumaa irra caalu, 'Dhaga'i, yaa Israa'el! Gooftichi Waaqayyo keenya kophaa isaa gooftaa dha.”   — Mar. 12:29 1, 𝐖𝐚𝐚𝐪𝐧𝐢 𝐥𝐚𝐊𝐚𝐭𝐮 𝐣𝐢𝐫𝐚𝐚? 2, 𝐖𝐚𝐚𝐪𝐧𝐢 𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚 𝐪𝐚𝐛𝐚𝐚? 3, 𝐄𝐫𝐠𝐚 𝐰𝐚𝐚𝐪𝐚 𝐭𝐚𝐡𝐞𝐞 𝐞𝐞𝐧𝐲𝐮𝐮𝐧 𝐰𝐚𝐚𝐪𝐚 𝐣𝐞𝐝𝐡𝐞𝐞? https://t.me/Rafiiqul_Islaam/24
13 ژو؊یه, 03:05

“Barruu kana erga dubbistee booda Kiristos Kiristaanummaa akka hin beeknee fi Kiristaanonnis Kiristosiin akka hin beekne hubattu.”
~ Kiristoosi fi Kiristaanummaa jidduu garaa-garummaan guddaan akka jirus barruu tana irraa ni barattu... 🛑 1. Barsiisa Kiristaanummaa: RABBIIN (Waaqayyoon) tokko fi sadii dha. Barsiisa Yesus Kiristos: RABBIIN (Waaqayyoon) tokkicha qofa (Maarqos 12:29) 🛑 2. Barsiisa Kiristaanummaa: Yesus Kiristos Waaqayyoo dha. Barsiisa Yesus Kiristos: Ani Waaqayyo miti. (Yohaannis 12:44) 🛑 3. Barsiisa Kiristaanummaa: Yesus Kiristos Waaqa hin qabu. Barsiisa Yesus Kiristos: Lakki. Ani Waaqayyoon qaba. (Yohaannis 20:17) 🛑 4. Barsiisa Kiristaanummaa: Yesus Kiristos uumaa malee uumamaa miti. Barsiisa Yesus Kiristos: Lakki. Ani uumamaa dha. (Yohaannis 5:26) 🛑 5. Barsiisa Kiristaanummaa: Yesus Kiristos raajii miti. Barsiisa Yesus Kiristos: Ani raajiidha. (Maarqos 6:4), (Maatewos 13:57) 🛑 6. Barsiisa Kiristaanummaa: Yesus Kiristos kan erge malee kan ergame miti Barsiisa Yesus Kiristos: Ani ergamaa ergamee dha. (Yohaannis 12:49), (Yohaannis 7:16) 🛑 7. Barsiisa Kiristaanummaa: Yesus Kiristos samii seenuu danda’a. Barsiisa Yesus Kiristos: Ani samii seenuu hin danda'u. (Maatewos 20:23) 🛑 8. Barsiisa Kiristaanummaa: Yesus Kiristos guyyaa du'aa ka'uu sana Waaqayyoo dha. Barsiisa Yesus Kiristos: Lakki. Akkuma lafarratti aangoo waaqaummaa hin qabne, yeroo sanallee abbaa caalaa xiqqaa dha. (Yohaannis 8:28) 🛑 9. Barsiisa Kiristaanummaa: Yesus Kiristos addunyaa hundaaf dhufe. Barsiisa Yesus Kiristos: Ani Israa'eloota qofaaf ergame. (Maatewos 15:24) 🛑 10. Barsiisa Kiristaanummaa: Yesus Kiristos wanta hundumaa gochuu ni dandaÊŒa. Barsiisa Yesus Kiristos: Humna kootiin homaa gochuu hin danda'u. (Yohaannis 5:30) 🛑 11. Barsiisa Kiristaanummaa: Yesus Kiristos waaÊŒee guyyaa duÊŒaa kaÊŒuu ni beeka. Barsiisa Yesus Kiristos: Guyyaa dhumaa (qiyaamaa) hin beeku. (Maarqos 13:32) 🛑 12. Barsiisa Kiristaanummaa: Yesus Kiristos Yihudootaan fannifame. Barsiisa Yesus Kiristos: Lakki. Isaan ana barbaaduuf jiru, garuu iddoo ani jiru dhufuu hin danda'an. (Yohaannis 8:21-22) 🛑 13. Barsiisa Kiristaanummaa: Yesus Kiristos humna ofii isaatiin dinqii hojjetaa ture. Barsiisa Yesus Kiristos: Lakki. Fedhii kootiin osoo hin taane, fedha waaqa kootiin dinqii hojjedhe. (Luqaas 17:20), (Maatewos 12:28) 🛑 14. Barsiisa Kiristaanummaa: Yesus Kiristositti amanuu qofatu mootummaa waaqayootti (jannatatti) nama galcha. Barsiisa Yesus Kiristos: Lakki. Waaqayyoo ana erge sanatti yoo amante qofa mootummaa waaqayyoo (jannata) galta. (Yohaannis 17:3) 🛑 15. Barsiisa Kiristaanummaa: Seerrii fi barsiisni Tawraatii Yesusiin shaaramee ykn haqamee jira. Barsiisa Yesus Kiristos: Seera haquuf ykn shaaruuf hin dhufne. (Maatewos 5:17) 🛑 16. Barsiisa Kiristaanummaa: Yesus Kiristos Nabi Muhammadiin hin beeku ture. Barsiisa Yesus Kiristos: Raajiin ana booda dhufu jira, innis waan hunda isinitti hima. (Yohaannis 16:12-14) 🛑 17. Barsiisa Kiristaanummaa: Waa'ee Ka'aba (kallatti muslimtoonni itti gara-galanii sagadaa jiran) kana Yesus Kiristos homaa hin dubbanne. Barsiisa Yesus Kiristos: Ana booda kallattiin itti gara-galtanii sagaddan ni jijjiirama.(Yohaannis 4:19-21) 🛑 18. Barsiisa Kiristaanummaa: Yesus Kiristosiin waaqeffachuu qabna. Barsiisa Yesus Kiristos: Ana osoo hin taane, waaqa kiyyaa fi keessan kan ta'e, waaqayyoo tokkicha waaqeffadhaa. (Maatewos 4:10) 🛑 19. Barsiisa Kiristaanummaa: Waaqayyoo fi Yesus Kiristos tokko. Barsiisa Yesus Kiristos: Abbaan na caala. (Yohaannis 14:28), (Yohaannis 13:16) 🛑 20. Barsiisa Kiristaanummaa: Waaqa keenya lafarratti argineerra. Barsiisa Yesus Kiristos: Abbaa keenya Waaqayyo namni lafarratti ijaan argee hin jiru. (Yohaannis 5:37), (Yohaannis 6:46) Barruu tana walii qoodaa Kiristaanota hunda biraan gahaa. Jzk ❀ 𝗀𝗌𝗜𝗵𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗮𝗻: © 𝗜𝗳𝗮𝗮 𝗗𝗵𝘂𝗎𝗮𝗮 https://t.me/Rafiiqul_Islaam/22
11 ژو؊یه, 08:52

🌿 ؚِسْمِ اللّٰهِ الرَّحْمٰنِ الرَّحِيمِ 🌿 SADARKAA SALAWAATA NABIYYII ï·º IRRATTI BUUSUUN QABU Rabbiin olta'aan akkana jedha: Al-Ahzab 33:56 إِنَّ ٱللَّهَ وَمَلَٰٓ؊ِكَتَهُۥ يُصَلُّونَ عَلَى ٱلنَؚِّيِّۚ يَآأَيُّهَا ٱلَّذِينَ ءَامَنُواْ صَلُّواْ عَلَيۡهِ وَسَلِّمُواْ تَسۡلِيمًا Rabbiifi maleykonni Isaas nabiyyii irratti rahmata buusu. Yaa warra amantan! (isinis) rahmata isa irratti buusaa; nageenyas buusinsa buusaa. Nabiyyiin ï·º ni jedhan: ««مَنْ صَلَّى عَلَيَّ صَلَاةً وَاحِدَةً صَلَّى اللَّهُ عَلَيْهِ ؚِهَا عَ؎ْرًا»» "Namni yeroo tokko na ìratti salawaata buuse, Rabbiin isa irratti yeroo kudhan rahmata buusa." Kanaaf: - Nabiyyii ï·º irratti salawaata baay'isuu. - Guyyaa Jumu'aa caalaatti irratti jabaachuu. - Yeroo maqaan isaanii dhaga'amu hundatti salawaata buusuu. اللَّهُمَّ صَلِّ وَسَلِّمْ عَلَى نَؚِيِّنَا مُحَمَّدٍ ï·º Yaa Rabbii! Nabi keenya Muhammad ï·º irratti rahmataa fi nageenya buusi. ✍ Rafiiqul Islaam https://t.me/Rafiiqul_Islaam/21
09 ژو؊یه, 17:01

𝐆𝐀𝐀𝐅𝐅𝐈𝐈 𝐇𝐈𝐑𝐌𝐀𝐀𝐂𝐇𝐈𝐒𝐀𝐀! 💡 Ergamaan Rabbii (S.A.W) labsa "Bara kana booda mushrikni Hajjii hin godhu, Ka'abaas qullaan hin Xawwafu" jedhu uummatatti akka labsuuf (himuuf) eenyuun gara Makkaatti ergan?
Anonymous voting
09 ژو؊یه, 13:45

🔀🔀🔀🔀🔀🔀🔀🔀🔀1⃣0⃣ jajjaboo kanneen Yesuus Kiristoos Gooftaa miti, nama taÊŒuu isaa irratti xiyyeeffatan kana kiristaanonni deebii isaa nuuf deebisaa. 1⃣. Yoo Yesuus Waaqa taÊŒe, maaliif “Abbaan kiyya ana irra guddaadha” (Yohaannis 14:28) jedhe? 2⃣. Yoo inni Gooftaa taÊŒe, maaliif Waaqa kadhachaa ture? (Maatewos 26:39) 3⃣. Yoo inni Waaqa taÊŒe, maaliif “Ani of kootiin homaa hin hojjedhu” jedhe? (Yohaannis 5:30) 4⃣. Yoo inni Waaqa taÊŒe, maaliif beelaÊŒe, dheebote, rafee, dadhabe? (Maatewos 4:2, Yohaannis 4:6) 5⃣. Yoo inni Waaqa taÊŒe, maaliif “Guyyaa san namni beeku hin jiru, ilma illee hin beeku” jedhe? (Maarkos 13:32) 6⃣. Yoo inni Waaqa taÊŒe, maaliif “Waaqa kiyya, Waaqa kiyya, maaliif na dhiifte?” jedhee kadhate? (Maatewos 27:46) 7⃣. Yoo inni Waaqa taÊŒe, maaliif “Nama” ofiin of waame? (Maatewos 20:28) 8⃣. Yoo inni Waaqa taÊŒe, maaliif Waaqaaf ajajamee hojjete, osoo hin taÊŒin ofiin ajaje? (Yohaannis 12:49) 9⃣. Yoo inni Waaqa taÊŒe, maaliif ergamaa (Nabii) jedhamuu hin mormine? (Luqaas 7:16) 1⃣0⃣. Yoo inni Waaqa taÊŒe, maaliif duÊŒuu sodaatuu fi duÊŒa irraa kadhachuu mulÊŒise? (Ibroota 5:7) 🔠🔠🔠🔠 🔠🔠 👇👇 🌐 @Rafiiqul_Islaam 🌐
08 ژو؊یه, 01:38

𝔻ℍ𝕌𝔟𝕌𝕄𝔞 𝕀𝕐𝕐𝔞𝕊𝕌𝕌𝕊 𝕎𝔞𝔞ℚ𝔞𝔞?
𝐊𝐔𝐓𝐀𝐀 2𝐅𝐅𝐀𝐀 وَقُلْ جَاءَ الْحَقُّ وَزَهَقَ الَؚْاطِلُ ۚ إِنَّ الَؚْاطِلَ كَانَ زَهُوقًا “Dhugaan dhufe; sobni dhabame Dhugumatti, sobni dhabamaa ta’eera” jedhi.  17:81 𝐌𝐲 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐉𝐚𝐢𝐧 @Rafiiqul_Islaam 11, 𝐌𝐞𝐞𝐬𝐡𝐚𝐥𝐞𝐞 "𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚𝐚" “Yohannis waan isaan yaadan kanaaf yommuu deebii hunduma isaaniitiif kennutti, "Ani bishaaniinan isin cuupha, garuu ana irra kan jabaatu hidhaa kophee isaatii illee hiikuudhaaf kanan hin taane dhufaa jira; inni hafuura qulqulluudhaa fi ibiddaan isin in cuupha.”   — Luq. 3:16 “Yesusin erga fannisaniis warri loltuu, wayyaa isaa fudhatanii, tokko tokko 'akka isaan ga'utti iddoo afuritti hirmaatan; kittaan isaa garuu olii hamma gadiitti dha'aa tokkichaan ba'e malee, hodhaa hin qabu ture.”   — Yoh. 19:23 12, " 𝐖𝐚𝐚𝐪𝐧𝐢" 𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚 𝐊𝐚𝐝𝐡𝐚𝐭𝐚𝐚? “Yesus lafa onaa keessa guyyaa afurtama bubbule, Seexanaanis qoramaa ture. Achittis bineensota gidduu ture, ergamoonni Waaqayyoos isaaf in ergamu turan.”   — Mar. 1:13 13, "𝐖𝐚𝐚𝐪𝐧𝐢" 𝐆𝐢𝐛𝐢𝐫𝐚 𝐌𝐚𝐚𝐭𝐮𝐊𝐊𝐚𝐚 𝐍𝐢 𝐆𝐚𝐛𝐛𝐚𝐫𝐚𝐚? “Isaanis, "Kan mooticha warra Roomaa ti" ittiin jedhan. Achumaanis Yesus, "Egaa mootichaaf, kan fudhachuun isaaf ta'u kennaa; Waaqayyoofis kan fudhachuun isaaf ta'u kennaa!" isaaniin jedhe.”   — Mat. 22:21 14, 𝐍𝐚𝐊𝐚𝐚𝐧𝐧𝐢 𝐆𝐢𝐛𝐢𝐫𝐚 𝐆𝐚𝐫𝐚 𝐅𝐢𝐪𝐫𝐚𝐧𝐚𝐡𝐚𝐚𝐊𝐢 𝐅𝐢𝐪𝐫𝐚𝐧𝐚𝐡𝐚𝐚𝐊 𝐃𝐞𝐞𝐊𝐚𝐧 “Yesusii fi bartoonni isaa Qifirnaahomitti gallaan, warri gibira mana qulqullummaa fuudhan Phexros bira dhufanii, "Barsiisaan keessan gibira mana qulqullummaa hin baasuu?" jedhanii isa gaafatan.”   — Mat. 17:24 “Phexros immoo deebisee, "Lakkii in baasa" jedheen. Phexros gara manaa dhufee utuu inni hin dubbatin, Yesus, "Maal sitti fakkaata yaa Simoon? Mootonni biyya lafaa qaraxa yookiis gibira eenyu irraa fudhatu? Namoota isaanii irraa moo yookiis warra ormaa irraa fudhatu?" jedhee isa gaafate.”   — Mat. 17:25 15, "𝐖𝐚𝐚𝐪𝐧𝐢" 𝐌𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐐𝐚𝐛𝐚𝐚? “Naataanaa'el yommus, "Naazireet keessaa wanti gaariin ba'uu danda'aa?" jedhee Filiphosin gaafate; Filiphos immoo, "Kottuutii ilaali!" jedhee deebiseef.”   — Yoh. 1:46 16,  "𝐖𝐚𝐚𝐪𝐧𝐢" 𝐁𝐢𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐎𝐛𝐛𝐚𝐥𝐞𝐞𝐲𝐲𝐚𝐧 𝐐𝐚𝐛𝐚𝐚? Mat. 13 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ ⁵⁎ Gara mandara kutaa biyya itti dhalatee dhaqee, mana sagadaa isaanii keessatti isaan barsiise. Warri isa dhaga'an immoo raajeffatanii, "Ogummaan akkasii hojiin aangoo kun hundinuus eessaa dhufeef? ⁵⁵ Kun ilma isa muka sooftichaa mitii? Haati isaas Maariyaam jedhamtee waamamti mitii ree? Yaaqoobii fi Yoseef, Simoonii fi Yihudaan obbolaa isaa ti mitii? ⁵⁶ Obboleettonni isaas hundinuu as nu bira jiru mitii ree? Egaa wanti kun hundinuu eessaa dhufeef?" jedhan. 17, 𝐔𝐊𝐮𝐫𝐢𝐢 𝐟𝐢 𝐆𝐮𝐝𝐝𝐢𝐧𝐚 "𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚𝐚" “Mucichi immoo guddachaa, jabaachaa, ogummaadhaanis guutaa adeeme; ayyaanni Waaqayyoos isa irra ture.”   — Luq. 2:40 “Yesus immoo Waaqayyoo fi namoota irraa ayyaana argachaa, namummaadhaa fi ogummaatti in guddata ture.”   — Luq. 2:52 “Abbaanii fi haati mucichaa wagguma waggaan ayyaana Faasikaa ayyaanessuudhaaf gara Yerusaalem in dhaqu turan.”   — Luq. 2:41 “Mucichi waggaa kudha lama yeroo guutetti, akkuma amala isaanii ayyaanichaaf ol ba'an.”   — Luq. 2:42 18, "𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚" 𝐃𝐚𝐧𝐝𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐇𝐢𝐧 𝐐𝐚𝐛𝐧𝐞 “Yesus itti dabalee, "Ani humna kootiin homaa gochuu hin danda'u; abbaa koo irraa akkan dhaga'etti nan farada; firdiin ani faradus qajeelaa dha. Anoo yaada koo duukaa bu'uu hin barbaadu, 'yaada isa ana ergee duukaan bu'a malee.”   — Yoh. 5:30 19, " 𝐖𝐚𝐚𝐪𝐧𝐢" 𝐆𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐃𝐡𝐮𝐊𝐚𝐚 𝐇𝐢𝐧 𝐁𝐞𝐞𝐀𝐮𝐮? “Yesus itti fufee, "Guyyicha sana yookiis yericha sana garuu abbaa koo duwwaatu beeka malee, ergamoonni waaqa irraa; ilmis, namni tokko illees kana hin beekan.”   — Mar. 13:32 𝐈𝐓𝐓𝐈 𝐅𝐔𝐅𝐀𝐀............. https://t.me/+1a9c55bufmpiZjk0
06 ژو؊یه, 14:04

𝐀𝐊𝐚𝐧𝐭𝐢𝐢 𝐊𝐢𝐫𝐢𝐬𝐭𝐚𝐚𝐧𝐮𝐊𝐊𝐚𝐚
Kiristaanummaan Amantii Seemii Kan Addunyaa Guutuu keessa Hordoftoota Bili'oona lama qaba jedhamuudha. Kiristaanummaan maqaa isaa Iyyasuus Kiristoos (NIJ) irraa fudhate. Iyyesuus (NIJ) Islaamummaa keessattis bakka guddaa qaba. Amantiiwwaan Kiristaanummaadhaan ala jiran keessaa kan Iyyasuusitti Amanu Amantii irraa lakkaa'u ( isatti Amanuu dirqama godhu) Islaamummaa qofa. Osoo Yaad-Rimee waa'ee rabbii Kiristaanummaa keessatti maal akka tahe hin ibsin dura iddoo Iyyasuus Islaamummaa keessatti qabu haa ilaallu: 𝐀, Amantiiwwan kiristaanummaa ala jiran keessaa kan Iyyasuusitti Amanu Amantii irraa lakkaa'uu Islaamummaa qofa. Akka Islaamaatti Namni muslimaa tokko yoo Iyyasuusitti hin Amanin Muslima tahuu hin danda'uu 𝐁, Iyyasuus (NIJ) ergamoota Rabbii gurguddaa keessaa tokko ta'uu isaa ni Amanna. 𝐂, Iyyasuus (NIJ) haala raajiitiin ( Miraculously) osoo dhiirri qooda keessaa hin qabaatin (𝐎𝐬𝐚𝐚 𝐰𝐚𝐥-𝐪𝐮𝐧𝐧𝐚𝐊𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐬𝐚𝐚𝐥𝐚 𝐝𝐡𝐢𝐢𝐫𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐝𝐮𝐛𝐚𝐫𝐭𝐢𝐢 𝐣𝐢𝐝𝐝𝐮𝐮𝐭𝐭𝐢 𝐡𝐢𝐧 𝐚𝐝𝐞𝐞𝐊𝐬𝐢𝐟𝐚𝐊𝐢𝐧) dhalate jennee Amanna. Yaada kana bara Ammayyaa kana kiristaanonniyyuu amanuu dhabuu danda'u. 𝐃, Iyyasuus (NIJ) Eeyyama rabbiitiin du'aa fayyisee jira jennee Amanna. 𝐄, Iyyasuus (NIJ) eeyyama rabbiitiin jaamaafii lamxii fayyisee jira jennee Amanna. Erga Muslimnii fi Kiristaannis Iyyasuusiin (NIJ) kan jaallatanii fi kan kabajan ta'ee kan garaa garummaan guddaan jidduu 𝐊𝐢𝐫𝐢𝐬𝐭𝐚𝐚𝐧𝐮𝐊𝐊𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐊𝐮𝐊𝐊𝐚𝐚 jiru, Kiristaanonni waaqummaa Iyyasuusitti Amanu. Garuu akka Qo'annaan kitaaba qulqulluu kiristaanaa ibsutti Iyyasuus (NIJ) Waaqummaa ofii hin himanne (𝐀𝐧𝐢 𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚 𝐎𝐟𝐢𝐢𝐧 𝐇𝐢𝐧 𝐉𝐞𝐧𝐧𝐞) dhugaa dubbachuudhaaf wongeela keessa jechi ykn keeyyatni tokko kan Iyyasuus "𝐀𝐧𝐢 𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚" ofiin jedhe ykn "𝐍𝐚 𝐆𝐚𝐛𝐛𝐚𝐫𝐚𝐚" jedhe hin argamu wangoolli waa'ee iyyasuus ilaalchisee faallaa kanaa ibsa. Iyyasuusiin (NIJ) Ilaalchisee waan wongeelli jedhu keeyyattoota armaan gadii keessatti ilaali. - “..... 𝐀𝐛𝐚𝐚𝐧 𝐀𝐢𝐲𝐲𝐚 𝐚𝐧𝐚 𝐢𝐫𝐫𝐚 𝐠𝐮𝐝𝐝𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚." [ 𝐘𝐚𝐡 14:24] - " 𝐀𝐛𝐛𝐚𝐚𝐧 𝐀𝐢𝐲𝐲𝐚 𝐰𝐚𝐚 𝐡𝐮𝐧𝐝𝐚 𝐢𝐫𝐫𝐚 𝐠𝐮𝐝𝐝𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚" [ 𝐘𝐚𝐡 10:29] - " 𝐀𝐧𝐢 𝐀𝐟𝐮𝐮𝐫𝐚 𝐫𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢𝐭𝐢𝐢𝐧𝐚𝐧 𝐬𝐞𝐞𝐱𝐚𝐧𝐚 𝐟𝐚𝐠𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚..." [ 𝐌𝐚𝐚𝐭 12:28] - " 𝐇𝐚𝐫𝐀𝐚 𝐫𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐬𝐞𝐞𝐱𝐚𝐧𝐚 𝐟𝐚𝐠𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚...." [ 𝐋𝐮𝐪 11:20] - " 𝐀𝐧𝐢 𝐚𝐟𝐢𝐢 𝐀𝐢𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐰𝐚𝐚𝐧 𝐭𝐚𝐀𝐀𝐚 𝐠𝐚𝐝𝐡𝐮𝐮 𝐡𝐢𝐧 𝐝𝐚𝐧𝐝𝐚'𝐮. 𝐀𝐀𝐀𝐮𝐊𝐚 𝐝𝐡𝐚𝐠𝐚𝐡𝐞𝐭𝐭𝐢𝐧 𝐊𝐮𝐫𝐭𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚. 𝐌𝐮𝐫𝐭𝐢𝐢 𝐀𝐢𝐲𝐲𝐚𝐚𝐧 𝐟𝐞𝐝𝐡𝐢𝐢 𝐀𝐛𝐛𝐚𝐚 𝐢𝐬𝐚 𝐧𝐚 𝐞𝐫𝐠𝐞𝐞𝐧 𝐛𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐚 𝐊𝐚𝐥𝐞𝐞 𝐟𝐞𝐝𝐡𝐢𝐢 𝐀𝐢𝐲𝐲𝐚 𝐡𝐢𝐧 𝐛𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐮." Channel koo haaraa kana join godhaa! 👇👇👇👇👇 https://t.me/Rafiiqul_Islaam/17
06 ژو؊یه, 03:03

MACAAFOTA YIHUUDONNIIFI KIRISTAANONNI GATAN.
Akkuma Beekamu Yihuudotaafi Kiristaanonni Macaafa Yeroo Filatan, Akka Yaada Isaaniitiifi Akka Fedha Isaaniitti Filatu, Yaada Bu'uura Qabu Qabu Irratti Filannoo Isaanii Hin Kaa'anne, Sababuma Kanaaf Macaafa Filatuu Irratti Yeroo Hunda Waldhabu, Isa Kuun Eda'u Inni Kuun Ni Hir'isa, Dubbii Kana Rabbiin Keenya (Inni Guddaa Ta'e) Qur'aana Keessatti Nuuf Ibsee Jira. Bu'uuruma Kanaan Macaafa Isaanii Yoo Ilaalle, Macaafni Qulqulluu (Jarri Jedhan) Macaafota Hedduu Akka Ragaatti Ni Fidata, Garuu Macaafonni Kunniin Ammatti Hin Jiran, Eessa Jiran? Jennee Yoo Gaafannes Deebii Argachuun Hin Danda'amu, Akkamitti Akka Isaan Gatanis Wanti Beekamu Tokko Hin Jiru, Hundaafuu Mee Macaafota Kanniin Tarreetti Galchinee Haa Ilaalluu!. 1. Macaafa Lolaa Isa Kan Waaqayyoo (Seera Lakkoobsaa 21:14). 2. Macaafa Yaashaar (Macaafa Iyaasuu 10:13). 3. Dubbiilee Salamoon (Mootota 1ffaa 4:32-33). 4.Seera Saamu'el Caafe (Saamu'el 1ffaa 10:25). 4, 5, 6. Caaffata Saamu'el Ilaaltichaa, Caaffata Naataan Ilaaltichaa, Caaffata Gaadi Ilaaltichaa (Seenaa Baraa 1ffaa 29:29). 7, 8, 9. Caaffata Naataan Raajichaa, Caaffata Raajii Ahiiyaa Shiilonichaa, Mul'ata Iddoon Ilaaltichaa (Seenaa Baraa 2ffaa 9:29). 10. Macaafa Yehuu Ilma Haanaanii (Seenaa Baraa 2ffaa 20:34). 11. Macaafa Isaayaas Ilma Amoz Raajichaa (Seenaa Baraa 2ffaa 26:22). 12, 13. Mul'ata Iyaayaas Ilma Amoz, Macaafa Mootota Yihuudaa fii Mootota Israa'el (Seenaa Baraa 2ffaa 32:32). 14. Faarfannaa Ermiyaas Raajichaa Yosiyaasiif Baase (Seenaa Baraa 2ffaa 35:25) 15. Macaafa Seenaa Baraa Kan Biraa (Nahimiyaa 12:23). 16. Macaafa Seenaa Mootummaa Salamoon (Mootota 1ffaa 11:41). 17. Macaafa Shemaa'iyaan Raajichaa (Seenaa Baraa 2ffaa 12:15). 18. Macaafa Seera Waaqayyoo (Seenaa Baraa 2ffaa 17:9). 19. Macaafa Ilaaltotaa (Seenaa Baraa 2ffaa 32:19). 20. Ergaa Phawlos Warra Laa'odiiqeyaatti Barreesse (Qolosaayis 4:16). 21. Ergaa Phawlos Sadaffaa Kan Warra Qorontosiif Caafe (Qorontoos 1ffaa 5:9). Macaafonni Kun Macaafota Eeraman Keessaa Muraasa, Macaafota Kana Keessaa Tokkos Kan Jiran Hin jiru, Kanaaf Muslimoonni Yiduudotaafii Kiristaanonni Macaafota Eeguu Hin Dandeenye Jennee Dubbanna. https://t.me/Rafiiqul_Islaam/16
03 ژو؊یه, 23:05

WAAQAYYO NI UUMAMAA? YEAUUS UUMAADHAA?
DEEBII 👇👇👇👇 𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚𝐲𝐲𝐚 𝐇𝐢𝐧 𝐓𝐚𝐥𝐟𝐚𝐊𝐧𝐞 𝐇𝐢𝐧 𝐔𝐮𝐊𝐚𝐊𝐧𝐞. Isa. 43 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ 10, Waaqayyo, "Yaa saba nana, isin dhuga-baatuu koo ti, garbichi ani fo'adhes isinuma, isin akka beektaniif akka amantanitti, isa kana kan godhe ana Waaqayyo akka ta'e akka hubattanitti, ana dura Waaqayyo kan biraa hin turre, ana booddees Waaqayyo kan biraa hin jiraatu. 11, Ana duwwaatu Waaqayyoo dha, ana malee fayyisaan kan biraa hin jiru. 𝐅𝐚𝐚𝐥𝐥𝐚𝐚 𝐊𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐘𝐞𝐬𝐮𝐮𝐬 𝐔𝐮𝐊𝐚𝐊𝐚𝐚𝐟𝐢𝐢 𝐓𝐚𝐥𝐟𝐚𝐊𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚 “Ammas ani garbicha isaa akkan ta'uuf, Yaaqoobin gara isaa akkan fiduuf, Israa'elinis isa biratti akkan walitti qabuuf, Waaqayyo garaa haadha koo keessatti na tolchee fuula isaa duratti ulfina anaaf kennee jabinas anaaf ta'eera.”   — Isa. 49:5 “Waaqayyo jalqaba hojii isaatiitti, hojii isaa isa bara durii sana hundumaa dura na uume;”   — Fak. 8:22 Mat. 1 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ 21, Isheen ilma in deessi; atis maqaa isaa 'Yesus' jettee in moggaafta, inni ofii isaatii saba isaa cubbuu isaaniittii isaan in fayyisa" jedheen. 22, Kun hundinuu inni Waaqayyo gooftaan afaan raajichaatiin dubbate akka raawwatamuuf ta'e. Luq. 1 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ 26,  Elsaabex ulfooftee ji'a ja'affaatti, ergamichi Gabri'el Waaqayyo biraa kutaa biyya Galiilaa mandara Naazireet jedhamutti ergame. 27, Ergaan isaas gara durba Maariyaam jedhamtu tokkootti ture; isheen nama Yoseef jedhamu, sanyii Daawit keessaa dhalate tokkoof, kaadhimatamtee turte. 1, 𝑌𝒍𝒇𝒊 𝑮𝒂𝒓𝒂𝒂 𝑎𝒂𝒓𝒚𝒂𝒎 𝑱𝒊'𝒂 9 𝑻𝒖𝒓𝒆 𝑺𝒖𝒏 𝑌𝒖𝒎𝒂𝒂𝒎𝒐𝒐 𝑌𝒖𝒎𝒂𝒎𝒎𝒂𝒂𝒅𝒉𝒂𝒂? 2, 𝑌𝒖𝒎𝒂𝒂 𝒀𝒐𝒐 𝑻𝒂𝒉𝒆 𝑬𝒆𝒏𝒚𝒖𝒕𝒖 𝑌𝒖𝒎𝒆𝒆 𝑟𝒂𝒂𝒒𝒂𝒚𝒚𝒐 𝑵𝒊 𝑌𝒖𝒎𝒂𝒎𝒂𝒂? 3, 𝑟𝒂𝒂𝒒𝒂𝒚𝒚𝒐 𝑵𝒊 𝑫𝒉𝒂𝒍𝒂𝒕𝒂𝒂? Kanaaf hawaasa kiyya qaalii akkanatti bifa salphaa ta’een waaqayyo yesuusin akka hin taane fi yesuusis waaqayyoon akka hin taane adda baafanna jechuudha.   Yoomille yesuus waqayyoon ta’uu hin dandayan maf jennan macaafni kamuu yesuus waaqayyoon akka hin taane ragaa baha waan ta’eef.   𝐘𝐞𝐬𝐮𝐮𝐬 𝐁𝐚𝐫𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐚𝐧 𝐍𝐚𝐊𝐮𝐊𝐚 𝐐𝐚𝐟𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚. “Ilma namaa isa waaqa irraa gad bu'e sana malee, homtinuu gara waaqaatti ol hin baane.”   — Yoh. 3:13 “Ani dhugicha isan Waaqayyo irraa dhaga'e isinitti himeera; isin garuu ana nama akkasii ajjeesuu barbaaddu; Abrahaam akka kana hin hojjenne.”   — Yoh. 8:40 “"Kunoo, ani bantiiwwan waaqaa banamanii, ilmi namaas gara mirga Waaqayyoo dhaabatee nan arge" jedhe.”   — HoE. 7:56 https://t.me/+1a9c55bufmpiZjk0
03 ژو؊یه, 09:23

𝔻ℍ𝕌𝔟𝔞𝔞 𝕀𝕐𝕐𝔞𝕊𝕌𝕌𝕊 𝕎𝔞𝔞ℚ𝔞𝔞?
𝐊𝐔𝐓𝐀𝐀 1𝐅𝐅𝐀𝐀 وَقُلْ جَاءَ الْحَقُّ وَزَهَقَ الَؚْاطِلُ ۚ إِنَّ الَؚْاطِلَ كَانَ زَهُوقًا “Dhugaan dhufe; sobni dhabame Dhugumatti, sobni dhabamaa ta’eera” jedhi.  17:81 𝐌𝐲 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐉𝐚𝐢𝐧 @Rafiiqul_Islaam 1, 𝐃𝐡𝐚𝐥𝐚𝐚𝐭𝐚 "𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚𝐚" “Inni waa'ee ilma isaa isa akka fooniitti sanyii Daawit keessaa dhalatee dubbate.”   — Rom. 1:3 2, 𝐇𝐢𝐝𝐝𝐚 𝐒𝐚𝐧𝐲𝐢𝐢 "𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚𝐚" “Toorri hidda dhaloota Yesus Kristos sanyii Daawit, sanyii Abrahaam isa kana.”   — Mat. 1:1 3, 𝐒𝐚𝐚𝐥𝐚 "𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚𝐚" “Guyyaan saddeettaffaan erga darbee mucicha dhagna qabuun in ga'e; akkuma ergamaan Waaqayyoo utuu isheen hin ulfaa'in dura, haadha isaatti himee turetti maqaa isaa "Yesus" jedhan.”   — Luq. 2:21 4, 𝐖𝐚𝐚'𝐞𝐞 𝐌𝐚𝐫𝐲𝐚𝐊 "𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚" 𝐔𝐥𝐟𝐚𝐚𝐟𝐭𝐞𝐞 𝐃𝐚'𝐮𝐮 𝐀𝐀𝐀𝐚𝐊𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐌𝐚𝐫𝐲𝐚𝐊 𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚 𝐔𝐥𝐟𝐚𝐚𝐟𝐭𝐞𝐞 𝐃𝐞𝐞𝐬𝐬𝐞𝐞?? 𝐌𝐚𝐫𝐲𝐚𝐊 𝐚𝐀𝐀𝐚 𝐝𝐮𝐛𝐚𝐫𝐭𝐢𝐢 𝐀𝐚𝐊𝐢𝐢𝐲𝐲𝐮𝐮 𝐔𝐥𝐟𝐚𝐚𝐟𝐭𝐞𝐞 𝐝𝐚'𝐮𝐮 𝐪𝐚𝐛𝐱𝐢𝐢𝐧 𝐢𝐛𝐬𝐮:- “Betlihem utuu jiraniis, yeroon Maariyaam itti deessu ga'e;”   — Luq. 2:6 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐣𝐞𝐜𝐡𝐮𝐮𝐧 𝐚𝐀𝐀𝐮𝐊𝐚 𝐝𝐮𝐛𝐚𝐫𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐀𝐚𝐊𝐢𝐲𝐲𝐮𝐮 𝐣𝐢'𝐚 𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐮𝐥𝐟𝐚𝐚𝐲𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐝𝐚'𝐚𝐧𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐀𝐚𝐧 𝐝𝐞𝐞𝐬𝐬𝐞 𝐭𝐚𝐡𝐮𝐮 𝐡𝐮𝐛𝐚𝐧𝐧𝐚 𝐡𝐚𝐚𝐥𝐥𝐢 𝐢𝐬𝐢𝐢𝐧 𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐝𝐞𝐞𝐬𝐬𝐞𝐥𝐥𝐞𝐞 𝐚𝐀𝐀𝐮𝐊𝐚 𝐝𝐮𝐛𝐚𝐫𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐡𝐮𝐧𝐝𝐮𝐊𝐭𝐮𝐮 𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐧𝐚𝐊𝐚 𝐝𝐞𝐞𝐬𝐬𝐮𝐭𝐭𝐢 𝐊𝐚𝐥𝐞𝐞 𝐛𝐢𝐟𝐚 𝐚𝐝𝐝𝐚 𝐭𝐚𝐡𝐞𝐞𝐧 𝐡𝐢𝐧 𝐭𝐮𝐫𝐫𝐞. “Isheen ulfa turte; ciniinsuu da'umsaatiinis dhiphattee in iyyite.”   — Mul. 12:2 5, "𝐖𝐚𝐚𝐪𝐧𝐢" 𝐇𝐚𝐫𝐊𝐚 𝐃𝐮𝐛𝐚𝐫𝐭𝐢𝐢 𝐇𝐚𝐝𝐡𝐞𝐞𝐫𝐚 “Yesus utuu kana dubbachaa jiruu, namoota achi turan keessaa, dubartiin tokko sagalee ishee dhageesiftee, "Gadameessi si baatee fi harmi ati hoote haa gammadan!" jette.”   — Luq. 11:27 6, 𝐆𝐚𝐧𝐝𝐚 "𝐖𝐚𝐚𝐪𝐧𝐢" 𝐈𝐭𝐭𝐢 𝐃𝐡𝐚𝐥𝐚𝐭𝐞 “Bara mooticha Herodisitti, Yesus mandara Betlihem kutaa biyya Yihudaatti yommuu dhalate, kunoo, namoonni ogeeyyiin urjii lakkaa'an tokko ba'a-biiftuutii gara Yerusaalem dhufan.”   — Mat. 2:1 7, 𝐎𝐠𝐮𝐊𝐊𝐚𝐚 "𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚𝐚" “Kun ilma isa muka sooftichaa mitii? Haati isaas Maariyaam jedhamtee waamamti mitii ree? Yaaqoobii fi Yoseef, Simoonii fi Yihudaan obbolaa isaa ti mitii?”   — Mat. 13:55 “Kun muka soofticha ilma Maariyaam, obboleessa Yaaqoob, Yosees, Yihudaa fi Simoon mitii? Obboleettonni isaas as nu bira jiru mitii?" jedhanii isa maman.”   — Mar. 6:3 8, 𝐌𝐚𝐥𝐚 𝐆𝐞𝐞𝐣𝐣𝐢𝐛𝐚 "𝐖𝐚𝐚𝐪𝐧𝐢" 𝐈𝐭𝐭𝐢 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐊𝐮 “"Yaa ijoollee Xiyoon hin sodaatinaa, kunoo, mootiin keessan ilmoo harree irra taa'ee in dhufa" jedhame.”   — Yoh. 12:15 “inni, "Namoota Xiyoonitti himaa! Mootiin keessan gad of deebisee, kunoo, inni harree [yaabbii] keessaa, ilmoo harree irra taa'ee siif indhufa" isa jedhuu dha.”   — Mat. 21:5 9, 𝐍𝐲𝐚𝐚𝐭𝐚𝐚 "𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚𝐚" 𝐟𝐢 𝐃𝐡𝐮𝐡𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐌𝐚𝐜𝐡𝐞𝐞𝐬𝐬𝐮 “Ilmi namaa yommuu dhufe, in nyaata in dhugas; isin immoo 'llaa nama albaadhessaa fi machaa'aa kana, hidhata warra qaraxxuutii fi warra akka seeraatti hin jiraannee ti' jettu.”   — Luq. 7:34 “Ilmi namaa yommuu dhufe, in nyaata, in dhugas; isaan immoo, 'Ilaa nama albaadhessaa fi machaa'aa kana, hidhata warra qaraxxuutii fi warra akka seeraatti hin jiraannee' jedhu. Haa ta'u iyyuu malee, ogummaan Waaqayyoo ija hojii isaatiin dhugaa argate" jedhe.”   — Mat. 11:19 10, 𝐇𝐢𝐲𝐲𝐮𝐊𝐊𝐚𝐚 "𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚𝐚" “Yesus immoo, "Waangonni boolla qabu, simbirroonnis mann'ee qabu, ilmi namaa garuu lafa mataa isaa itti hirkifatu hin qabu" jedheen.”   — Mat. 8:20 𝐈𝐓𝐓𝐈 𝐅𝐔𝐅𝐀𝐀.............. 𝐍𝐚𝐊𝐧𝐢 𝐝𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐟𝐚𝐧 𝐬𝐚𝐧𝐚 𝐛𝐚𝐚𝐝𝐚 𝐡𝐢𝐫𝐢𝐲𝐚𝐚𝐭𝐚 𝐀𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐧𝐢𝐢𝐟 𝐪𝐚𝐚𝐝𝐚𝐚!! https://t.me/Rafiiqul_Islaam
29 ژو؊ن, 14:41

Mata-duree. "Sababoota gurguddaa 15 kan 𝗬𝗲𝘀𝘂𝘀  𝗞𝗶𝗿𝗶𝘀𝘁𝗌𝘀, Waaqayyo ta’uu hin dandeenyee." https://t.me/Rafiiqul_Islaam 🛑 1. Rabbiin hin dhalatu, Yesus Kiristos immoo ni dhalate. 🛑 2. Waaqayyo namaa miti. [Seera Lakkoobsaa 23:19], [macaafa Hose’aa 11:9] Yesus Kiristos, immoo ilma namaati, [Yohannis 8:40]. 🛑 3. Waaqayyo hafuura (hin mul’atu jedhuudha), hin tuqamu, akka macaafichi jedhutti. [Yohannis 4:23-24]. Yesus Kiristos, immoo hafuura miti. [Luqaas 24:39]. 🛑 4. Waaqayyo addunyaa irratti ijaan hin argamu, sagaleen isaas hin dhaga’amu. [Yohannis 5:37]. Yesus Kiristos, immoo ijaan argamee jira, dhaga’amee jiras. 🛑 5. Waaqayyo fakkaattii hin qabu (wanti isa fakkaataa fi boca hin qabu). [Isaayaas Raajichaa 44:7], [Faarfannaa 89:6]. Yesus Kiristos, garuu fakkaattota hedduu qaba. [Ergaa gara Ibrootaa 1:8-10]. 🛑 6. Waaqayyo gonkumaa kan hin duune ta’uu. [Seera Keessa Deebii 32:40], [Xemotewos Isa Duraa 1:17, 6:16], [Roomaa 1:20-21, 25]. Yesus Kiristos, immoo akka Kiristiyaanonni jedhanitti du’ee jira. 🛑 7. Waaqayyo waan hunda beeka, Yesus Kiristos, garuu waan hunda hin beeku. [Maarqos 13:32]. 🛑 8. Waaqayyo humna qabeessa. Yesus Kiristos, garuu humna isaatiin homaa gochuu hin danda’u. [Yohannis 5:30]. 🛑 9. Waaqayyo hin mugus hin rafus. [Faarfannaa 121:2-4]. Yesus Kiristos, immoo rafee jira. [Luqaas 8:23-24], [Maarqos 4:38]. 🛑 10. Waaqayyo hin beela’u. Yesus Kiristos, garuu beela’ee jira. [Maarqos 11:12]. 🛑 11. Waaqayyo hin nyaatu. Yesus Kiristos immoo nyaatee jira. [11:19]. 🛑 12. Waaqayyo dhugaatiis hin hajamu. Yesus immoo dhugee jira. [Maatewos 26:29]. 🛑 13. Waaqayyo hin rakkatus, hin hiyyoomatus. Yesus Kiristos, garuu rakkatees jira, hiyyoomatees jira. [Maatewos 8:20]. 🛑 14. Waaqayyo saala hin qabus, hin kittaanatus. Yesus Kiristos, garuu saallis dhiira, kittaanatees jira. [Luqaas 2:21]. 🛑 15. Waaqayyo hin qoramu. [Maarqos 1:12-13], [Yaaqoob 1:13] Yesus garuu akka macaafni qulqulluun jedhutti sheyxaanaan qoramee jira. [Maatewos 4:1]. itti fufa... Waliif qoodaa keyrii tana facaasaa. Jzk ❀                 𝗀𝗢𝗣𝗛𝗘𝗘𝗊𝗊𝗔𝗔:                         © Ifaa Dhugaa https://t.me/Rafiiqul_Islaam
28 ژو؊ن, 23:08

Yesuus kiristoos akkas jedhe. #Ani_Nabiyyii_Rabbiitti ofiin jedhe. قَالَ إِنِّي عَؚۡدُ ٱللَّهِ ءَاتَىٰنِيَ ٱلۡكِتََؚٰ وَجَعَلَنِي نَؚِيࣰّا  (daa’imichi) ni jedhe: “ ani gabricha Rabbiiti, Inni kitaaba naaf kenneera; #nabiyyiis na taasisee jira. [Maryam 19:30] 🛑👉 Maatewoos 13:57 "ኢዚሱስ ግን፩ #ነቢይ ኹገዛ አገሩና ኹገዛ ቀቱ በቀር ሳይኚበር አይቀርም፡ አላ቞ው። [Isaanis isatti gufatan. Yesuus garuu, #Raajiin magaalaa itti dhalatee fi mana isaatti malee kabaja hin dhabu” jedheen.p 🛑👉 Luqaas 24:19 "እርሱምፊ ይህ ምንድር ነው? አላ቞ው። እነርሱም እንዲህ አሉትፊ በእግዚአብሔርና በሕዝቡ ሁሉ ፊት በሥራና በቃል ብርቱ #ነቢይ ስለ ነበሹው ስለ ናዝሬቱ ስለ ኢዚሱስፀ [Innis, “Maal faatu taÊŒe?” jedhee gaafate. Isaanis deebisanii akkana jedhan, “WaaÊŒee Yesuus nama Naazreeti; inni #raajii ture; fuula Waaqaatii fi fuula nama hundaa durattis dubbii fi hojiidhaan jabaa ture.”] 🛑👉 Maatewoos 21:11 "ሕዝቡምፊ ይህ ኹገሊላ ናዝሬት ዚመጣ #ነቢዩ ኢዚሱስ ነው፡ አሉ። [Tuunni sun immoo, “Kun Yesuus, #raajicha Naazreeti Galiilaati” jedhee deebise.] Kanaaf; Yesuus waaqummaa hin qabu. Raajii jechuun Nabiyyii jechuudha. Yesuus nabiyyii kabajamaa, jaalatamaa, qulqulluu, bareedaa, ulfina qabeessa, dhugaa dubbatuudha. Nabiyyummaa Yesuusitti amanuun jireenya bara baraa nama argachiisa.
27 ژو؊ن, 12:26

Yesuus Ergamaa Rabbiitii Akkasuma Nama Guutuudhaa. Wanti Waaqa Guutuu fii Nama Guutuu Jedhu Inumaa Hin Jiruu Waaqni Kanneen Kana Hundarraa Bilisaa.
1⃣. Akka Ragaa Qur’aanaatti Qur’aanni dhimma Yesuus (Iisaa A.S) irratti gadi fageenyaan dubbata. 👉 Namummaa Isaa: Inni akkuma namoota kaanii haadha (Maariyaam) irraa dhalate. Inni ni nyaata, ni dhuga, ni deema ture. Rabbiin akkana jedha: Aal-e-Imran 3:59 إِنَّ مَثَلَ عِيسَىٰ عِندَ ٱللَّهِ كَمَثَلِ ءَادَمَۖ خَلَقَهُۥ مِن تُرَاࣲؚ ثُمَّ قَالَ لَهُۥ كُن فَيَكُونُ Dhugumatti, fakkeenyi Iisaa Rabbiin biratti akka fakkeenya Aadami. Biyyee irraa isa uume, Ergasii (nama) ‘ta’i’ isaan jedhe, Innis yeroma san ta’e 👉 Ergamummaa Isaa: Iisaan ergamaa "Ulul Azmi" (warra jajjaboo) keessaa tokkodha. Rabbiin akkana jedha: Maryam 19:30 قَالَ إِنِّي عَؚۡدُ ٱللَّهِ ءَاتَىٰنِيَ ٱلۡكِتََؚٰ وَجَعَلَنِي نَؚِيࣰّا  (daa’imichi) ni jedhe: “ ani gabricha Rabbiiti, Inni kitaaba naaf kenneera; nabiyyiis na taasisee jira. 2⃣. Akka Ragaa Macaafa Qulqulluu (Baayibilii) Macaafni Qulqulluun gama isaatiin Yesuus "Namummaa" fi "Ergamummaa" isaa ragaalee hedduun mirkaneessa: 🔠. Namummaa Isaa (Humanity) Yesuus namummaa guutuu (Human nature) akka qabu ragaaleen kunniin ni mul'isu: 👉 Ni beela’a ture: “Inni guyyaa afurtamaa fi halkan afurtamaaf erga soomee booddee beela'e.” — Mat. 4:2. (Waaqni hin beela'u). 👉 Ni rafa ture:“Kunoos qilleensi jabaan bishaanicha irratti ka'ee hamma dha'aan bishaanii bidiricha irra danbali'utti ga'e; Yesus garuu rafee ture.” — Mat. 8:24 (Rabbiin hin rafu). 👉 Ni kadhata ture: “Yeroo sanatti Yesus gara gaaraatti ol ba'ee, achitti halkan guutuu Waaqayyoon kadhachaa bule.” — Luq. 6:12 (Waaqni eenyuun kadhata?). 🔠. Ergamummaa Isaa (Messengership) Yesuus kallaattiin ofii isaa "Ergamaa" (Messenger/Apostle) ta'uu isaa dubbateera: Yohaannis 17:3 “Waaqayyo isa tokkicha, isa dhugaa, Yesus Kiristosin isa ati ergites beekuun isaanii jireenya bara baraa ti.” Maatiwoos 21:11: “Tuuti isaa wajjin adeemus, "Kun raajicha, Yesus nama Naazireet kutaa biyya Galiiiaa ti" jedhee deebise.” Yohaannis 5:30: “Yesus itti dabalee, "Ani humna kootiin homaa gochuu hin danda'u; abbaa koo irraa akkan dhaga'etti nan farada; firdiin ani faradus qajeelaa dha. Anoo yaada koo duukaa bu'uu hin barbaadu, 'yaada isa ana ergee duukaan bu'a malee.” Yesuus "Waaqamoo" "Ergaamadha"? Kiristaanonni "Yesuus Waaqa" jedhu, garuu Baayibiliin dhimma kanaan wal-faallessa: 1⃣. Waaqni hin dhalatu: Yesuus garuu dhalateera. 2⃣. Waaqni hin du'u: Isaan Yesuus du'eera jedhu. 3⃣. Waaqni mara beeka: Yesuus garuu "Sa'aatii dhumataa sana Abbaa koo malee ilmi iyyuu hin beeku" jedhe (Maarqoos 13:32). Yesuus (Iisaan A.S): 1⃣. Namadha: Sababni isaas foon uffatee, nyaatee, dhugee, kukkufaa waan tureef. 2⃣. Ergamadha: Sababni isaas Rabbiin biratti "Ta'i" jedhamee uumamee, Injiilin kennameefii ummata Israa'eliin gara Toohidaatti waamuuf waan dhufeef. Channel Armaan Gadii Kana Join Taasifadhaa 👇👇👇 📱 https://t.me/+1a9c55bufmpiZjk0 💬
27 ژو؊ن, 04:37

𝑚𝒔𝒔𝒂𝒍𝒂𝒂𝒎𝒖 𝑚𝒍𝒆𝒚𝒊𝒌𝒖𝒎 𝑟𝒐𝒓𝒂𝒉𝒎𝒂𝒕𝒖𝒍𝒍𝒂𝒂𝒉𝒊 𝑟𝒐𝒃𝒂𝒓𝒂𝒌𝒂𝒂𝒕𝒖𝒉𝒖𝒖 ╔══❖•ೋ° 🌹 °ೋ•❖══╗ 𝐀𝐀𝐀𝐚𝐊 𝐉𝐢𝐫𝐭𝐮 𝐌𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐀𝐚𝐧𝐚𝐚! 📚 Channel koo isa kana join taasisuudhaan: ➀ Barnootaalee haala gaariidhaan qopheeffaman ni argattu. ➀ Kitaabota PDF garaa garaa ni argattu. ➀ Beekumsa amantii fi barnoota faayidaa qabeessa ta'an irraa ni fayyadamtu. 🔗 Kanaafuu, channel kiyya isa kana join taasisuun mootummaa beekumsaa kana keessatti hirmaadhaa. 🀲 Baarakallaahu Fiikum. ╚══❖•ೋ° 🌹 °ೋ•❖══╝
Liinkii Chaanaalii koo isa Haaraa
https://t.me/+1a9c55bufmpiZjk0 https://t.me/+1a9c55bufmpiZjk0 https://t.me/+1a9c55bufmpiZjk0
26 ژو؊ن, 05:46